๐คกbaฤ ลรฏยง bรฝ ฤทรฏลฤ๐คด๐โ๏ธ๐โค๐ค๐
Every thing @๐๐๐๐ Video ๐ผ๐ต๐ต๐ถ Voice ๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค Game๐ซ๐ฟ๐น True loveโค๐๐ Every thing ๐๐๐ Music ๐ง๐ง๐ง๐ป๐ป๐๐ฅ๐ป๐บ For question and any suggestions โโโโ๐๐๐๐คฒ๐
Show moreThe country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
133
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
1. Wa sadii eegii
โญ๏ธbiyya
โญ๏ธhaadha
โญ๏ธija
2. Wa sadiif qophaa'i
โญ๏ธdirqama sitti laatamu
โญ๏ธbeekumsaaf
โญ๏ธgaa'ilaaf
3. Wa sadii kabajjii
โญ๏ธwaadaa ke
โญ๏ธhiryaa ke
โญ๏ธgaa'ila ke
4. Wa sadii too'adhuu
โญ๏ธArabaa ke
โญ๏ธdallansuu ke
โญ๏ธmiira ke
5. Wa sadii dinqisiifadhu
โญ๏ธbareedina
โญ๏ธjireenyaa
โญ๏ธuummamaa
6. Wa sadii jibbii
โญ๏ธkomii
โญ๏ธinaaffaa
โญ๏ธhameenya
7. Wanti sadii bayyee si barbaachisuu
โญ๏ธAmantaa
โญ๏ธAbdii
โญ๏ธjaalala
๐Halkan gaarii
๐ปDiinake yommuu argitu seeqqadhu kolfi jabinake haabaru
๐Nama sigatee deeme yommuu argitu seeqqadhu kolfi waan gaabbuf
๐Nama jaallattu yommuu argitu seeqqadhu kolfi akkati jaallatu hubataa
๐Nama beektu yommuu argitu seeqqadhu kolfi nagaa siif kenna
๐๐คฃKottaa kolfaa irratti isa barreefame yommuu argitu seeqqadhu kolfi sitti hin lakkaa'u
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
Like๐๐
Walaloo ijoollummaa
.
.
Yomuun Kana barreessu harka nabubuta
barataaf barsiisaan harka naaf rukutaa
.
.
Qottoo qara doomaa
waan nadhaggeeffataniif guddaa galatooma
.
.
Walaloo walaleessa
kutaa 6ffaa keessaa
Yaa barata dhageessaa
tokkoof tokko ta'uun ba'eessa
๐๐๐keeti
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa