Aansaaraa fi muhaajira
Gareen kun wantoota haaraa isiniif qabatee dhiyaatee jira itti dhiyaadhaa Seenaa aqiidaa barnoota islaamaa haala yeroo fi k,k,f,keessatti argattu Obboleewwan keessan add gochuu hin irraanfatinaa
Show more416
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-1230 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
"Dachin yoo ulmaai'in keessa jiraate bareeddi"
"Biyyi takka yoo ulmaai'in keessa hin jiraattin biyya hin jedhamtu"
🥀@muhaajirafiAnsaara🥀
🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
Photo unavailableShow in Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته❤️
"Nabi muhaamadصلى الله عليه وسلم 💔caala uumaamati xumura ergamtootaati"
صلو على الحبيب المصطفى صلى الله عليه وسلم 💔 صلى الله عليه وسلم 💔
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
حافظ على أداء الصلوات المكتوبات في أوقاتها ، فإن ذلك أفضل الأعمال .
Tiyfaami salaata dirqama taate yeroo isii keessatti salaatu irratti santu irraa guddo dalagaati
🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
Photo unavailableShow in Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Sheka Islaama sh/saalihi Al fwzaani rabbin umri isaani nuuf haa dheerressu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
الشيخ صالح الفوزان حفظه الله❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ صالح الفوزان حفظه الله تعالى❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
والحق: ما اثبت الشرع❤️
Dhuga jechuun waan islaamuumman raggaasifte
والبطاطل: ما نفاه الشرع❤️
Dhara jechuun waan islaamuumman dhabaamsiifte
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
Photo unavailableShow in Telegram
"Nama Akkami Akka qarqaara jirtu of beeki"
@Muhaajirafiansaara
@Muhaajirafiansaara
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
Photo unavailableShow in Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
"Qaamni ilmi namaa akka hin laafneef nyaatatti hajama"
"Qalbiin ilmi namaa akka hin gogoyneef waan itti hajamtu qabdi innis zikri rabbiti quraa'ana"
"Gorsaa fi yaadachisni keenya Akkasumas maganttaan guyyaa jabeenya furmaanni waa huda quraa'ana"
"Waahilli jiruu fi jireenya gorsa fi yaadachisni keenya quraa'ana qofa"
"Qalabni qalbidha midhaani/nyaata miti qalabni qalbidha quraa'ana qofa"
"Oboleessa kiyya oboleetti tiyya guyyaa guyyan qaamni keenya nyaata barbaachisa maliifi nyaata male jiraachu hin dandahu waan tahefi"
"Qalbiin tenyalle waan itti hajamtu qabdi innis zikri rabbiti quraa'ana furmaata waa hundaa kaa tahedha"
Meeqa keenyaatu qalbi ofii tana soora laata?????
Guyyaan qalbi teenya toohanna????
Rabbin qalbi teenya quraa'anaaf nuuf haa banu Amiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiin🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 Amiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiin
by Ibnu adinaan
👇👇 join👇👇
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
Photo unavailableShow in Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
"Yoo balabballi nama sitti cufamte balbaalli rahamaan yero hudaa banaadha"
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
Photo unavailableShow in Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته❤️
Ilmi namaa hundu hajama rabbitti hajamuudha qaama itti hajaman tokko waan inni itti nama ajeje raawwachun dirqama ana kaa naa ajaaibe kaa Ilmi namaa rabbitti hajamnu kaa rabbin namatti hin hajamne akkamitti rabbitti kafara ilmi nama kuni????
Yaa rabbi nama danga kee eeggatu nuu taasisi amiiiiiiiiiiiiin🤲🤲🤲🤲🤲 yaa allah 🤲🤲🤲🤲🤲🤲 amiiiiiiiiiiiiin
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Repost from muhaajirafiAnsaara❤️
Warronni kiristaana yeroo heddu gaafi waa'e umaaman wal qabate quraa'ani amanta muslima yaada gara gara keenna jedhan deebin isaani akka itti aanu kana👇👇👇
Akkata rabbin ilma namaa kana itti uume haa laallu mee👇👇👇👇
فخلق الله آدم من غير ذكر ولا أنثى ، وخلق حواء من ذكر بلا أنثى ، وخلق بقية الذرية من ذكر وأنثى ، إلا عيسى فإنه أوجده من أنثى بلا ذكر ، فتمت القسمة الرباعية الدالة على كمال قدرته وعظيم سلطانه فلا إله غيره ولا رب سواه .
1 Rabbin nabi Aadamin a s dhira fi dubarti male uume
2. Hawwa dubarti irraa male dhira qofa irraa uume
3. Nabiyyallah Iisaa (yesuus kirstos) dhira male dubarti qofarra uume
4. Umaamtota kaawwani immo akka anaa fi sihi rabbin dhiraa fi dubarti irraa nuu uume
Kuni hundu dandeetti rabbi keennaarratti qajeelcha rabbin s w akka fedhetti nama uumu dandaha
Haqaan gabbaraman rabbi tokkicha male hin jiru inni hin dhalannes ilmoolle (ilma) hin qabu adduma gabbarama
Share👇👇👇
🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.