en
Feedback
Gorsa🌹Jaalala🫶

Gorsa🌹Jaalala🫶

Open in Telegram

😂Baga nagaan gara dirree😂 ?ɢᴏʀsᴀ ᴊᴀᴀʟᴀʟᴀ 🌹waalaloo jaalala 🌹taphaa nama koflchisan 🌹oddeeffanoo haara qabatama tahe ti nagahan dhuftn ━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━ WELL COME ━━━━━━⊱✿⊰━━ https://www.facebook.com/ilma.sikkoo

Show more
2 217
Subscribers
No data24 hours
+207 days
+10030 days
Posts Archive
photo content

photo content

photo content

Argamuu keetiin na si'eessita. Keessakee hunda naaf kennita. Akkan si dhuunfadhu of gatee akkan sitti maxxanu na goota. Argamuu kee jaalalaan akkan qabadhu, abbummaakoo akkan mirkaneeffadhu of naaf kennita. Jireenya kee of kee naa eeyyamta. Adda fagaannee yeroo hundumaa akkan si bira jirutti natti dhaga'ama. Gartokkee garaakee naaf dhiifteerta. Fooliin kee, afuurrikee, lubbuun kee mi'aa sagalee kee isaan na biratti hafan gidduu keenyatti tiksee gaarii ta'u. Dhiigakoo facaafte, miira koo too'atte, anummaakoos dhuunfatte. Addunyaa kee keessatti, afuuraaf, ilaalcha ija kee keessatti, hoo'aaf dubbii arrabakee irratti cirtee na suphatte. Naannoon koo si keessatti awwaalama. Gochiif sochiin koo si'iin haguugama. Xiiqiin, aariin, dhiiboon ani deemu hunduu si bira gahee humna dhaba. Of kenninaan, jaalalatti akkamiin humni xiqqaataree? By Siifan Biraanuu Ergaa kaa'uf 👉 @Walaloo_bot @Dambalii_Jaalalaa

Jaalalli dhugaadha osoo hinbeekin ykn hin karoorfatin si qabe siwatwachisu argita garuu gantootni haqaa jaalala balleessan isaan waljaalatanni waliin jiratan biratis akka walshakkan taasisan@🌹

Seera Uumamaa yoo Cabsite Uuman jireenya kee Cabsa*

Jireenya keenya keessatti wanni guddaan barachuu qabnu tokko haaluma hunda keessatti tasgabaa'u dha. ◈ ━━━━━━━ ⸙

Shamarreen Bareedduun bifa nama hawwatu qabdu tokko Matammaa Gaandii argitee, "Gaandi sin jaalladha"jetteen. Matammaa Gaandii
Shamarreen Bareedduun bifa nama hawwatu qabdu tokko Matammaa Gaandii argitee, "Gaandi sin jaalladha"jetteen. Matammaa Gaandiinis, Ani umuriin deemeera, bareedina nama hawwatu hin qabu. Dargaggeessi dudduuba Kee jiru kun bareedinaan na caala, umuriinis narra dargaggeessa,qabeenya na caalaa qaba isatti osoo heerumtee siif wayya' jedhaan. Isheenis ofirra garagaltee dudduuba ishee ilaalte. Namni ishee duuba hin jiru. Gaandii,namni ati jechaa jirtu natti hin mul'anne meerre jetteen.Matammaa Gaandiinis itti seeqee😁 "Osoo dhuguma na jaallatta ta'ee dudduuba Kee hin ilaaltu turte" jedheen!😁 #Matammaa_gaandii Barnoota guddaa of keessaa qabaa

Gaafa jibbaa #logout Jaalala #login goote irra jalqabde bilisummaa jireenya argate🌹

Namni jaalala qabate imale bakka barbaduu gaha !

photo content

Jireenyii Yoo Sammuun Nagaa ta'ee malee Nagaa hin ta'uu jedhee 👈

photo content

Obsii furtuu milkaa’innaa fi gammachuuti. Obsaan ala wanti ta’u tokkollee hin jiru. Obsa qabaachun nama hundarrattu dirqama.A
Obsii furtuu milkaa’innaa fi gammachuuti. Obsaan ala wanti ta’u tokkollee hin jiru. Obsa qabaachun nama hundarrattu dirqama.Akkuma Oromoon jedhu “Obsaan aannan goromsaa dhugaa.” Namni obsuu rakkoo fi carraaqi booda jireenya mijaawa jiraata.

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content