en
Feedback
Gorsa🌹Jaalala🫶

Gorsa🌹Jaalala🫶

Open in Telegram

😂Baga nagaan gara dirree😂 ?ɢᴏʀsᴀ ᴊᴀᴀʟᴀʟᴀ 🌹waalaloo jaalala 🌹taphaa nama koflchisan 🌹oddeeffanoo haara qabatama tahe ti nagahan dhuftn ━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━ WELL COME ━━━━━━⊱✿⊰━━ https://www.facebook.com/ilma.sikkoo

Show more
2 217
Subscribers
No data24 hours
+207 days
+10030 days
Posts Archive
👉Jaalalli nama fira yoo sif tahes, fireenii dhugaa kan hincinne sif hintahu.bakka itti sirra citu fi sin citu qaba.Waaqayyoon gadiitti firri dhugaan of firoomfachuudha.fira ofiif taanan of firoomfatte firakee caala.Of firoomfadhu fira ofiif tahi.

photo content

photo content

...Ol baasii gadi buusii Deemsa kee ilaalladhu Akkuma mataa keetti Obboleessa kee jaaladhu Jecha gaarii dubbadhu Yookiin callisuu filadhu Garaa jibbaa jibbiitii Garaa jaalalaa horadhu. @@ilmasikkoo

photo content

> Jibbi milkii hin qabuu Diisi karaa badii Firaa kee oli qabdee Tokko qabin gadii ------------- Jibbi jibbamaadha Akka Summii bofaa Furtuun Milkaayinna Jaalaluma Qofa 💝😍😍 💝

Amanamummaan kennaa mi'aa ta'eedha namoota rakkasa irraa hin eegin!

photo content

🥀:love is not about age. love is not rich and poor

photo content

photo content

photo content

Dhiirri jibbaa durbaa guyyaa 40 dhossuu ni danda'a, garuu jaalala isii halkan takka hin dhoysu, durbi ammoo jaalala guyyaa 40 dhoysuu ni dandeetti garuu jibbaa halkan takka dhoysuu hin dandeettu.!

Jireenyi Abaaboodha. Jaalalli immoo damma. Guyyaa Gaarii qabadhaa💪🙏

Gaafa waan yaadde Argattu Fuulli Akka biiftuu Ganamaa Ifa😍 Rahmaan isin Haa gammachiisu 🌷
Gaafa waan yaadde Argattu Fuulli Akka biiftuu Ganamaa Ifa😍 Rahmaan isin Haa gammachiisu 🌷

🌹Love🥀 is not about age ,, Love is not about rich and poor 🥺🥺 But Love is about 🪻respect and care , support and understanding 🥰

photo content

Siif nan guutaa wanta yaaddee…. Natti himadhu waan barbaaddee!

photo content

photo content