Heeran Digital
Open in Telegram
Baga nagaan dhuftan! Addunyaa technology waliin deemuf madda odeeffannoo nu barbaachisa! 🚦Heeran Digital-Tech info news❗
Show more1 357
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2430 days
Posts Archive
1 357
Website airdrops
A) Waitlist airdrops
Mogul
Chaos AI
Zara(It has App)
OverHerd
Halliday
Casino
Social Incentive
B Testnet Airdrops
Somnia
Monad
Axie Infnity
My newton
DVIn(on phantom)
C) Depin projects
Dawn
Mygate
Blockmesh network
Bless
Despeed
Layer edge
Beamable network
1 357
https://t.me/gate_official_bot/miniapp?startapp=4AIzTvq7ee7UuATYUoFLC7ALvf55lR2qjtuTt5X2pqZsRYr0oFTEz9ZIovo4upEqcVzq9
How have your crypto results been? Unlock your annual statement now. Start your wealth journey for 2024.#GateioAnnualReport2024
1 357
⚠️Airdrops update!!
🪐Erga taphoonni karaa telegraamaa dhufanii namoota hedduutu galii dabalataa argate. Kana bira darbees teknooloojii kiriiptootiin wal baruuf carraa namaaf baneera. Projectiiwwan fayyadamtoota gammachiisan Dogs fi Notcoin turan. Warreen kaanis kanneen list ta'an kan akkan Cats fi X empire ijoollen irraa fayyadaman jiru.
👌Ammas akkuma dogs, projectiin baayyee guddaa ta'ee fi Telegiraaman hidhata waan qabu fakkaatu, #Paws jedhamu dhufee jira. Itti fayyadamuu qabdu jedheen yaada. Tap tap gochaa ooluu hin gaafatu, gaheen keenya guyyaatti yeroo takka seenuu fi hiriyoota affeerudha. Ijoolleen kana dura airdrooppiiwwan irratti hirmaataa turan qaphxii jalqabaa fooyya'aa argatu.
🔗Liinkii- https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=tUsX43Jm
1 357
🌠 X empire update
Post amma gadi dhiifame irratti, x empire ulaagaalee badhaasaa ifa godhee jira.
Akkan yaadutti projectiin kuni fayyadamtoota ueroo kennanii itti dadhaban kan mufachiisu hin fakkaatu. Sababni isaas, wantoota hunda qixa sirriin ilaalcha keessa galchineerra waan jedhaniifi.
Akka ibsanitti, jalqabarratti kan ilaalamu,
✅ Baayina namoota affeerree, warra affeerre keessaammoo namoota haalan hojjatan ta'uutu ilaalama.
✅ Profit per hour, fi
✅ Taskiwwan jiran guyyaa guyyaan hojjachaa turtan baayina isaanitu ilaalama jedhaniiru.
🔐 Ulaagaalen kunneen tarii namoota kaanitti ulfaatanis namoota itti dadhaban ni fayyada.
Kaffaltii ton ammoo akka dabalataatti waan isaan ilaalan akka ta'e ibsaniiru. Haata'u malee namni hin kaffalle badhaasa dhaba jechuu miti.
📯 Yeroo darbe NFTn $X tookenii 69,000 warreen level 23 qaqqabaniif dhiyaatee ture. Warri fudhatan suni akka baayyee fayyadamitti natti dhagahama.
We will see!
@heerandigital
1 357
❎ X EMPIRE Update
📯Daily Combo + riddle + rebus
🗓 September 29, warri hin fudhatin fudhadhaa❗
Riddle: Cap
Rebus: Devidend
Video episode 55 code: 71755
LINK👉 X EMPIRE
⚠️ Xummuramuuf guyyaa 1 qofatu hafe!
@heerandigital
1 357
❎ X EMPIRE Update
📯Daily Combo + riddle + rebus
🗓 September 29, warri hin fudhatin fudhadhaa❗
Riddle: Cap
Rebus: Devidend
Video episode 55 code: 71755
LINK👉 X EMPIRE
⚠️ Xummuramuuf guyyaa 1 qofatu hafe!
@heerandigital
1 357
⭐️MAJOR
Durove's puzzle of 🗓 September 28, warri hin fudhatin fudhadhaa!
Link:👉 MAJOR
@heerandigital
1 357
❎ X EMPIRE Update
📯Daily Combo
🗓 September 28, warri hin fudhatin fudhadhaa❗
LINK👉 X EMPIRE
@heerandigital
1 357
🐈⬛️Cats update
Projectii baayyee eeggamu keessaa tokko CATS isa jedhamu kanadha. Adeemsi isaa akka #dogs yoo ta'u, haalli kenniinsa qaphxii isaa gargari. Namoonni kaffaltii raawwatan hedduu akka fayyadamoo ta'an ibsamee jira.
#Qaphxiin cats nuti amma balance keenya irraa qabnu kuni fudhatameetu akkaataa hojii keenyatiin nuuf raabsama jefhan. Kunis kan ta'u september 30, guyyaa 3 booda yoo ta'u, akka hamster kan abdii nama kutachiisu hin ta'u jedhameet eeggama.
Namoonni hin eegalin osoo eegaltanii bayeessa!
Link 👉http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=9XObdaQlIJoWMAzS2glz9
1 357
❎ X EMPIRE Update
📯Daily Combo + Riddle + Video code
🗓 September 27, warri hin fudhatin fudhadhaa❗
Riddle of the day: key
Rebus of the day:Investment
Video Episode 53- 19953
LINK👉 X EMPIRE
@heerandigital
1 357
⭐️MAJOR
Durove's puzzle of 🗓 September 27, warri hin fudhatin fudhadhaa!
Link:👉 MAJOR
@heerandigital
1 357
🐹Hamster update
Hamster kombat list ta'ee gatiin itti bahuuf sa'aatii 2 kan hin caalletu hafe! Akka xiinxaltoonni kiriiptoo gurguddoon jedhanitti yoo ta'e, waan guddaa waan irraa eegnu miti. Gatiin HMSTR 1 doolaara 0.01 ta'a jedhama. Kunis wantoota hedduu irratti hundaa'uun kan shallagame yoo ta'u, haala raabsama isaatiin homaa hiika waan qabu miti.
✅ Fknf, namni HMSTR 2000 qabu, doolara 20 qofa argata jechuudha!
Mee hundaafuu sa'aatii 2 booda ilaalla!
@heerandigital
1 357
❎ X EMPIRE Update
📯Daily Combo + Riddle + Video code
🗓 September 25, warri hin fudhatin fudhadhaa❗
Riddle of the day: pool
Video Episode 52- 37251
LINK👉 X EMPIRE
@heerandigital
1 357
⭐️MAJOR
Durove's puzzle of 🗓 September 25, warri hin fudhatin fudhadhaa!
Link:👉 MAJOR
@heerandigital
