cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Walaa_Meme

💗Nutti dhihaatta 🚶 💜Jaalalaan nurraa qabamta💓 💛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😂 😘asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna. Yaadaf @walaaoromo 👇👇👇👇Join👇👇👇👇 @Walaa_Meme

Show more
Finland1 123The language is not specifiedHumor & Entertainment5 575
Advertising posts
3 990Subscribers
-124 hours
-177 days
-7530 days
Posts Archive
#Creatine_powder Powder barreeda kana Itti fayyadama Nama hundaaf ta'a dhalaafis dhiiraafis ni ta'a Powder kana Nama sport hunda kan dalagu fadhachuu qaba Wan takka nama hin miidhu Warrii powder kana barbaadan @WalaaOromo karaa kanan nu qunamaa
Show all...
✋ Ashamaa Akkam jirtan? Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Show all...
😇Barnoota Babareeda argachuuf😇
😱Jechoota Hayyoota 😱
💪Haala Jiruu💪
🥇Haala akmin birri argana🥇
😂Group Waxani Dire😂
😅Bohortiif😂
🧠Beekumsa🧠
Oduu gamachiisa namoota channel qabdan hundaaf!! Promotion channaali oromootiif namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'u dandeessu @walaaoromo Akkuma beekamun oromiyaan akka biyya keenyaati hedduu balloodhas guddoodha taanaafu nuuti Afaan keyya kallatti hudan guudisu qabna odeeffannoo,barnoota fi bashanana fi k k f.. Dabarsuun kanaaf channalota Afaan keenyaaf iddoo haa laannu. Akkasuma warren channel keessan galmeefatan channel @Walaa_meme kan join godhaati wan haraya asirati egadha Galatooma.
Show all...
Galmeef
Hariyaa kiyya takkaan #Femasan ta'u fadha maliin godha janan Yoo mal nan ja'e seeta🤔 Dubartoota keenya kan Biyya #Araba jiran Janajani nan hin ja'u seetani😂😂😂😂 Dubbiin tun Gawwaa qofaaf hin galle😀😀👍 Sheer godhi @Walaa_meme
Show all...
👍 1
Oso Makiina Ooftu Yaroo Duubiste bira dabarte #Guranya sin ja'an Oso hin dubisne Yaroo bira dabarte Ni boona sin ja'an Akka feete taatu Afaan nama jalaa hin baatu adeero Tana Save naaf goradhu😀 Sheer godha Hiriyoota keessan Channel kana irrati Afeera 🙏 Obboleyan kiyya qaqaali namu nama sadiif sheer godhaa 👍 @Walaa_Meme
Show all...
👍 1
Boru Ajandaan Guddaan tora Facebookii fi soshaal-Midiyaa hundaan Namni Hundi kan irratti xiiyyeefatu EID MUBARAK wan Taheef😁, Anis Gama kootin asuman Nama Hunda Dura Obolleewwan kiyya warreen Amantaa Muslimaa Hordofan Maraan Baga Ayyaana EID Al-Fixriitin isin Gahe. 🌴🕋🌴🕌🌴🕌🌴🕋🕌🕋🌴🕌🕌🌴 EID MUBARAK 👇👇Join👇👇 👉@walaa_meme👈
Show all...
Oduu gamachiisa namoota channel qabdan hundaaf!! Promotion channaali oromootiif namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'u dandeessu @walaaoromo Akkuma beekamun oromiyaan akka biyya keenyaati hedduu balloodhas guddoodha taanaafu nuuti Afaan keyya kallatti hudan guudisu qabna odeeffannoo,barnoota fi bashanana fi k k f.. Dabarsuun kanaaf channalota Afaan keenyaaf iddoo haa laannu. Akkasuma warren channel keessan galmeefatan channel @Walaa_meme kan join godhaati wan haraya asirati egadha Galatooma.
Show all...
Galmeef
Adunyaa kana irraa kan anaf jadhee du'e dhagaa🔋 bilbila📱 kooti qofa😂😭😂 Kofaltee calisuun sheemidha 👍sheer godhi @walaa_meme
Show all...
👍 3
Seena live jira
Show all...
Yoo Tam Walin Live seene haa mariyanu comment naaf kaaya
Show all...
Yaada fi gaafi isin na gaafachu feetan fi warri nu walin live haas'u feetan as jalati Yaada qabdan nuuf barreesa
Show all...
Live jira seena jaalan kiyya kan qabso telegram
Show all...
Live jira seena nu waliim boohara
Show all...
Ramadaani akkam ja'a Obboleyan kiyya
Show all...
😁 1
#Facebook : dark mode #Telegram : dark mode #Instagram : dark mode #Twitter: dark mode #Life : dark mode ultra pro max Yoo siif gale👍 tuqi sheer godhi 😆😂🤣 @Walaa_meme
Show all...
👍 1
Kanin ja'u Hantuutni Binneensa Basonaati moo Binneensa Manaati Na dhibee mee naaf deebisa😎🤔😂 @walaa_meme
Show all...
Seena Live jira Yaada channel keenya irra qabdanii fi Komii qabdan nuuf dhiyeesa
Show all...
Live jiraa seena mee
Show all...
I'm single if you don't believe me Ask my girlfriend.😀 @walaa_meme
Show all...
Du'aai Ramadaana tana Amiin ja'a🥰
Show all...
Na wajjiin jirtuu? Mee naaf mirkaneessa yeroo tokko. Sagantaan dhiheeffamaa jiru yoo sitti tole (Natti tolee naaf tuqi), yoo sitti hin tolin (Natti hin tolle naaf tuqi) filadhu. public poll Natti tolee👍 – 333 👍👍👍👍👍👍👍 84% Natti hin tolle👎 – 65 👍 16% 👥 398 people voted so far. Select an answer option to see who voted for what:
Show all...
Haccee Gaafa Aduwa ❤️💚❤️
Show all...
❤️ 1
Warrumti meme dubbistanii like hin goone Waanuma buuki keessanirra qarshii nuuf laacha jirtan isinitti fakkaatayi laata😀🤣😀 @Walaa_Meme
Show all...
👍 8
Guraageen yeroo xalayaa jaalallee isaatif barreesu.. Bareeddu koo mana kireeffanne itti gallu argeera atimmoo maallaqa ittin mana kireeffannu fidi koottu...🤣🤣🤣 Kofalte calliisun Sheemidha 👍 Sheer godhi @Walaa_Meme
Show all...
👍 5
Kabajamtoota fi Jaalatamtoota Keenya Akkami Nagaa keessani ? An Obbolleysi keessan ykn ilmi keessan nagaa qaba Galata Rabbiif Haata'uti Akkasuma jannee Gorsaa fi Yaadni isin nuuf kana nu jajabeessaa turtan hundi keessan guddaa nuuf gallatooma. Yaadni isin nuuf kanitan wan nu jajabeesuf Gorsa keesanin hanga yoona nu chinaa dhaabadha @Walaaoromo Ulfaadha ❤️💚❤️
Show all...
❤️ 16
Nama Ajeese Kan Ong shannee hin ja'amin Hanga Amma Koronaa Qofa 🤣🤣🤣 Kan Galleef qoftiin👍 Sheer godhaa @Walaa_Meme
Show all...
👍 22
DEBII DUBARTOOTA BABEKAMOO 🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈 ↘️1: Ani jaalalleen qaba ↘️2: Ani Biyya Alaatin Heruumufi ↘️3: Yeroo ati bilbiltu hin argine ↘️4: Amma matii ko biraan jira boodaan sif bilbila ↘️5: Dhirti dhugaa hin jirtu 😁😁😁😁😁😁😁😁 Way chikoota 🤭🤭🤭🤭 Kofalte calliisun sheemidha adeero 👍 tuqii Sheer godhi @Walaa_Meme
Show all...
👍 26
Obbolleysa kiyya Obbolleytii tiyya Adaraa kee Hin Kuufin yoo kuftees Dhallooni kun Camera📸 qofaan si kaasaa Waan ta'eef. Yoo siif gallee👍 sheer godhi hiriyoota keetif @Walaa_Meme
Show all...
👍 29
Obboolleyan Gaafi tana hundi keessan irrati hirmaadha ✅Gaafi arra ✅ part.2 1. Makiinan takka Finfine irraa Gara Shashamane yaroo Deema sa'a Takka fi Shinaa qofa itti Fudhate Yaroo Deebi'u Garuu Daqiiqa 90 itti Fudhate Akkamitti ta'u danda'e🤔? Gaafin tun deebin issii salphaadha garuu itti yaadu feete Mee yaala🥰 @Walaa_Meme
Show all...
Oso Makiina Ooftu Yaroo Duubiste bira dabarte #Guranya sin ja'an Oso hin dubisne Yaroo bira dabarte Ni boona sin ja'an Akka feete taatu Afaan nama jalaa hin baatu adeero Tana Save naaf goradhu😀 Sheer godha Hiriyoota keessan Channel kana irrati Afeera 🙏 @Walaa_Meme
Show all...
👍 15
Obboolleyan Gaafi tana hundi keessan irrati hirmaadha ✅Gaafi arra ✅ part.1 1.Jaldeesi Yaroo Waggaa 8 ta'e Gara eysa deema? Gaafi tana itti yaada Deebisa Nama Dogongorsisti🤔
Show all...
🌴ᴡᴀᴀ sᴀᴅɪ ᴅʜᴜғᴀᴀᴛɪɪ ᴡᴀᴀ sᴀᴅɪɪ sᴏᴅᴀᴀᴛᴀ .🌴 🔻🔻🔻 🔷️ Namni manni itti dhimmisu – Dhufaatii roobaa sodaata 🔷️ Namni liqiin irra jiru – Bari’uu lafaa sodaata 🔷️ Namni haadha warraa nyakkistuu qabu – Dhiha aduu sodaata . @walaa_meme
Show all...
Obbolleysa kiyya Mooti( Nugusa ) Ta'u yoo feete Hadha manaa tee Mooti goradhu🥰🥰 Mootota Keenya Sheer godhun Hiriyoota keessan Afeera🥰👍 @Walaa_Meme
Show all...
👍 3
👉NAMA QALAA FI BEENZIILA QILLEENSSATU FUUDHA JEDHAN 😂😂 Tanaafu Dafaati Of dhaqabaa👍 @Walaa_Oromo
Show all...
👍 14
👉NAMA QALAA FI BEENZIILA QILLEENSSATU FUUDHA JEDHAN 😂😂 Tanaafu Dafaati Of dhaqabaa👍 @Walaa_Oromo
Show all...
👍 1