cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Oromia Education Bureau

Chaanaalli kun barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi waggaa tokkoffaaf(Freshman) bifa Viidiyoon afaan Oromootiin barumsa ni kenna.

Show more
Finland1 413The language is not specifiedEducation31 342
Advertising posts
3 831Subscribers
-424 hours
+127 days
+5330 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViewsSharesViews dynamics
01
#Ministeera_Barnootaa Bara 2016 tti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnootaa ala ta'aaniiru - Ministeera Barnootaa Sababa rakkoo nageenyaatiin kutaalee biyyattii iddoowwan garaa garaatti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnoota ala ta'uu isaanii Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Itoophiyaatti sababa rakkoo nageenyaatiin manneen barnootaa 8,977 balaan kan irra gahe yoo ta'u, isaan kana keessaas manneen barnootaa 6,483 kan ta'aan guutummaa guutuutti cufamuu isaanii himameera. Ministeerichi fi Biiroowwan Barnootaa Naannolee waliin ta'uun sirna baruu barsiisuu itti fufsiisuuf yaalii taasisaniyyuu, ammayyuu iddoowwan garaa garaatti walitti bu'iinsi itti fufee jiru rakkoon kun akka hin furamne taasiseera. Qaamolee isaan ilaallatu hundaaf sirna baruufi barsiisuu itti fufsiisuuf wanta isaanirraa eegamu akka godhaniif Ministeerichi waamicha dhiyeesseera. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
1 1530Loading...
02
Rikardiin nama gabaabaa Addunyaa Iraaq irraa gara Itiyoophiyaa, Naannoo Oromiyaa bakka Kofalee jedhamtutti deebi'e. Mucaan suuraa irratti mul'atu kun maqaan isaa kaalid Jamaal Bushuraa yemmuu jedhamu Naannoo Oromiyaa bakka kofalee jedhamtutti dhalatee guddate. Yeroo ammaa mucaan kun umrii isaa 18 yemmuu ta'u, nama gabaabaa addunyaa kanaa ta'uun galmaa'eera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก ๐Ÿ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF ๐Ÿ“š @ABDIISABAA ๐Ÿ“š ๐ŸŒ abdiisabaa.com ๐ŸŒ abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
2 2797Loading...
03
Barattoonni kuma 675 ol qormaata kutaa 8ffaa nifudhatu. Naannoo Oromiyaatti barana barattoonni kuma 675fi 900 ol qormaata naannoo kutaa 8ffaa akka fudhatan Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise. Cabiinsa barnootaa sirreessuuf xiyyeeffannoo mootummaan dame barnootaaf kenneen gumiin tiraansiformeeshinii Barnootaa Oromiyaa hundaaโ€™ee qulqullinaa barnootaa mirkaneessuuf hojiilee garagaraa hojjechaa jira. Naannichatti barattoonni kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa qormaata moodeelaa gumii tiraansiformeeshinii barnootaa Oromiyaan qophaaโ€™e akka fudhatan taasifameera. Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa jiโ€™a caamsaa dhufu akka kennamuus himameera. @tikvahethafaanoromooย  @tikvahorobot
3 3234Loading...
#Ministeera_Barnootaa Bara 2016 tti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnootaa ala ta'aaniiru - Ministeera Barnootaa Sababa rakkoo nageenyaatiin kutaalee biyyattii iddoowwan garaa garaatti barattoonni Miiliyoona 8.8 barnoota ala ta'uu isaanii Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Itoophiyaatti sababa rakkoo nageenyaatiin manneen barnootaa 8,977 balaan kan irra gahe yoo ta'u, isaan kana keessaas manneen barnootaa 6,483 kan ta'aan guutummaa guutuutti cufamuu isaanii himameera. Ministeerichi fi Biiroowwan Barnootaa Naannolee waliin ta'uun sirna baruu barsiisuu itti fufsiisuuf yaalii taasisaniyyuu, ammayyuu iddoowwan garaa garaatti walitti bu'iinsi itti fufee jiru rakkoon kun akka hin furamne taasiseera. Qaamolee isaan ilaallatu hundaaf sirna baruufi barsiisuu itti fufsiisuuf wanta isaanirraa eegamu akka godhaniif Ministeerichi waamicha dhiyeesseera. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Show all...
๐Ÿ‘ 24๐Ÿ˜ 2
Rikardiin nama gabaabaa Addunyaa Iraaq irraa gara Itiyoophiyaa, Naannoo Oromiyaa bakka Kofalee jedhamtutti deebi'e. Mucaan suuraa irratti mul'atu kun maqaan isaa kaalid Jamaal Bushuraa yemmuu jedhamu Naannoo Oromiyaa bakka kofalee jedhamtutti dhalatee guddate. Yeroo ammaa mucaan kun umrii isaa 18 yemmuu ta'u, nama gabaabaa addunyaa kanaa ta'uun galmaa'eera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก ๐Ÿ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF ๐Ÿ“š @ABDIISABAA ๐Ÿ“š ๐ŸŒ abdiisabaa.com ๐ŸŒ abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Show all...
๐Ÿ‘ 14โค 9
Barattoonni kuma 675 ol qormaata kutaa 8ffaa nifudhatu. Naannoo Oromiyaatti barana barattoonni kuma 675fi 900 ol qormaata naannoo kutaa 8ffaa akka fudhatan Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise. Cabiinsa barnootaa sirreessuuf xiyyeeffannoo mootummaan dame barnootaaf kenneen gumiin tiraansiformeeshinii Barnootaa Oromiyaa hundaaโ€™ee qulqullinaa barnootaa mirkaneessuuf hojiilee garagaraa hojjechaa jira. Naannichatti barattoonni kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa qormaata moodeelaa gumii tiraansiformeeshinii barnootaa Oromiyaan qophaaโ€™e akka fudhatan taasifameera. Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa jiโ€™a caamsaa dhufu akka kennamuus himameera. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
Show all...
๐Ÿ‘ 25โค 7
Go to the archive of posts