en
Feedback
Milki M

Milki M

Open in Telegram
2 353
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+830 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
June '25
June '25
+19
in 0 channels
May '25
+26
in 0 channels
Get PRO
April '25
+45
in 1 channels
Get PRO
March '25
+65
in 13 channels
Get PRO
February '25
+25
in 0 channels
Get PRO
January '25
+20
in 1 channels
Get PRO
December '24
+102
in 5 channels
Get PRO
November '24
+207
in 16 channels
Get PRO
October '24
+144
in 0 channels
Get PRO
September '24
+181
in 9 channels
Get PRO
August '24
+35
in 3 channels
Get PRO
July '24
+8
in 0 channels
Get PRO
June '24
+13
in 2 channels
Get PRO
May '24
+20
in 4 channels
Get PRO
April '24
+33
in 4 channels
Get PRO
March '24
+11
in 1 channels
Get PRO
February '24
+75
in 0 channels
Get PRO
January '24
+1 708
in 4 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
20 June0
19 June0
18 June0
17 June+2
16 June0
15 June+1
14 June+2
13 June0
12 June+1
11 June+1
10 June+1
09 June+2
08 June+2
07 June+2
06 June0
05 June0
04 June+3
03 June0
02 June0
01 June+2
Channel Posts
+1
Moojulii Qajeelfama Adabbii Itiyoophiyaa (2).pdf1.20 MB

2
Dhimma yakkaan walqabatee yakka baala sammuu nama hadoochu qabachuu fi naannessuu ilaalchisee dhimmichi bu’uraan dhimma MMF t+8
Dhimma yakkaan walqabatee yakka baala sammuu nama hadoochu qabachuu fi naannessuu ilaalchisee dhimmichi bu’uraan dhimma MMF ta’uu, sadarkaa jalqabaanis ilaaluuf aangoo hundee dubbii kan qabu MMO Federaalaa akka ta’ee fi sadarkaa naannootti kan MMW naannooti jechuun murtii MMO M/Shaggar diiguun Dhaddachi Ijibbaataa Federaalaa hiikkoo itti kennee jira (glme lkk 265085, gaafa 27/02/2017). Kanaaf MMO naannichaa dhimma አደንዛዥ ዕፂ ilaalchisee aangoo hinqabdan jedhamtaniirtu.
799
3
+4
materiala leenjii qindoominaa MMO Godina Baalee waliin kennameedha. Xiinxala dhimmoota qabatamaa kan yakkaa fi hariiroo hawaasaa MMA godinachaa, MMO fi MMMO Dhaddacha Kibbaa gahuun murtaa’an kallattii/yaada guduunfaa waliin kan qophaa’edha.
1 121
4
Darbiinsa yeroo falmii qabiyyee lafa dhaalaa ilaalchisee. Sabbariin Federaalaa akkas jedha: falmiin falmii dhaala qabiyyee lafaa yoo ta’ee fi seerota bulchiinsa lafaa (Labsii fi dambii) rogummaa qabu keessatti tumaan darbiinsa yeroo yoo jiraachuu baate , falmichi immoo dhaaltota gidduu yoo ta’e SHH kwt 1000 raawwatiinsa qaba. Dhaalaa fi nama dhaalaa hintaane giddutti yoo ta’e immoo SHH kwt 1677(1) fi 1845 niraawwata.
1 276
5
MOOJULA IJAARSAA FINAL 2017 Tdocx.pdf
907
6
Inistitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO'n) mata duree "SEEROTAAFI WALIIGALTEEWWAN IJAARSAA: DHIMMOOTA XIYYEEFFANNOO BARBAADAN" jedhu irratti bara kana moojula haarayaa kan qopheesse yemmuu ta'u, moojulichi kan ogeessonni seeraafi Injineroonni dubbisuu qabanifi kan eegamaa ture waan ta'eef toora telegiraamii ILQSO irraa buufachuun akka dubbistan affeeramtaniittu.
1 258
7
Yuuba Seeraa kutaa 4ffaa.mp3
1 360
8
#Kutaa_4ffaa_Qophii_Yuuba_Seeraa. Qophiin kun #Inistiitiyuutiin_Leenjii_fi_Qorannoo_Seeraa_Oromiyaa #Faanaa_Miidiyaa_korporeeshinii waliin ta'uun #Effi_Emmii_Asallaa_90.0 fi #Eff_Emmoota_Faanaa hunda irratti torbeetti si'a tokko hawaasa biraa kan gahuudha. Qophii keenya har'aa kutaa 4ffaatin #Maalummaa_Gibiraa/Taaksii, #Taaksii_Kallattii_fi_Alkallattii jechuun maal akka ta'e, #kaayyoo_Taaksii_Dabalata_Qabeenyaa (VAT) maal akka ta'e, Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti Leenjisaa Seeraa #Obboo_Haashim_Tunaa qabannee dhiyaannee jirra. Qophicha dhaggeeffachuun Gaafii mata durichaan walqabatu fi yaada qaphichaaf qabdan fuula FB keenyaa irratti nuuf barreessan dhaamsa keenya.
1 030
9
+2
Kun Maateeriyaalii Leenjii mata duree #Seera_Ragaa jedhu irratti magaalaa #Jimmaatti Dr.Abdii Gurmeessaatiin kennameedha.
988
10
+5
Leenjii hojii irraa yeroo gabaabaa seerota bulchiinsa inveestimantii irratti Abbootii Seeraa MMWO Dhaddacha Ijibbaataa fi Abboo seeraa MMO irraa hirmaataniif kenname. Leenjii kanaan seeronni bulchiinsa inveestimantii Mootummaa Federaalaan bahani fi kan Naannoo Oromiyaan bahan haala kamiin walsimanii hiikamuu akka qaban, waldiddaa dhimma inveestimantii jechuun maal akka ta’ee fi gahee Manneen Murtii idilee qaban ilaalchisee mariin bal’aan taasifamee jira.
1 279
11
Maxxansa Qorannoowwan Bara 2016 Jildii 6ffaa.pdf
996
12
#Hordoftoota_Keenya_Hundaaf! Qorannoowwan Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n bara 2016 gaggeesse bakka tokkotti walitti qabamanii bifa kitaabatiin waan maxxanfamaniif fuula teeleegiraamii keennaa irra seenun ilaalaa.
920
13
Sagantaa leenjii hojii irraa yeroo dheeraatiin leenjifamtoonni marsaa 18ffaa SDFHH leenji’aa turan guyyaa har’aa dhaddacha fa+5
Sagantaa leenjii hojii irraa yeroo dheeraatiin leenjifamtoonni marsaa 18ffaa SDFHH leenji’aa turan guyyaa har’aa dhaddacha fakii shaakalaa turan dhiyeessuun milkaa’inaan xumuranii jiru. Hooggansa manichaa sadarkaan jiran dhaddacha dhufuun ilaalan Leenjistoota abbootii daree, leenjistoota leenjicha kennaa turani fi shaakalchiisan, leenjistoota ramaddiin dhaddacha fakii madaaltan, qindeessaa dhaddacha bahaa MMWO abbootii seeraa waliinuu akkasumas leenjifamtoonnii fi hawaasni ILQSO bifa adda addaan deeggarsa gootan hunduu ulfaadhaa
1 039
14
No text...
788
15
#Kutaa_3ffaa_Qophii_Yuuba_Seeraa. Qophii kana #Inistiitiyuutiin_Leenjii_fi_Qorannoo_Seeraa Oromiyaa #Faanaa_Miidiyaa_korporeeshinii waliin ta'uun #Effi_Emmii_Asallaa_90.0 fi #Eff_Emmoota_Faanaa hunda irratti torbeetti si'a tokko hawaasa biraan gaha. Qophii keenya har'aa kutaa 3ffaatin #Yakkootni _Qabeenya _Uumamaa _Irratti_Hojjataman_Maal_Fa'a? #Itti_Gaafatamummaa_Seeraa_akkamii_ Hordofisiisa? Kan jedhu irratti kan xiyyeeffatu yoo ta'u, qophii kana kan nuuf dhiheessan Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti Leenjisaa Seeraa #Obboo_Geetaachoo_Kabbadaa ti. Qophicha dhaggeeffachuun Gaafii mata durichaan walqabatu fi yaada qophichaaf qabdan fuula FB keenyaa irratti nuuf barreessaa.
808
16
Mirga haqa argachuu heera mootummaa kwt, 37 jalatti tumame ilaalchisee mamni kamiiyyuu dhimma mana murtiin murtaa’uu danda’u mana murtiitti ykn qaama aangoo abbaa seerummaa qabutti dhiyeeffachuu akka danda’u tumamee jira. Aangoo abbaa seerummaatis haala addaan qaama biroof yoo kenname malee uumamaan kan manneen murtii idilee akka ta’es heericha kwt 79(1) jalatti tumamee argama. Haata’u malee qaamni biroo aangoon abbaa seerummaa seeraan ifatti kennameef kan jedhamu qaama akkamiiti inni jedhu yeroo hedduu iftoomina kan hinqabne ta’uu caalaayyuu qabatamaanis falmii yeroo ta’uu mil’ata. Seeronni adda addatis qaamilee bulchiinsaa ykn komii dhagahan labsiilee ykn dambiilee adda addaa keessatti hundeessuu isaanii yemmuu inbsan kan hubatamu yoo ta’u qaamoleen akkasii kun qaama seeraan aangoon abbaa seerummaa addatti ifaan kennameefidha moo miti kan jedhu falmisiisaadha. Dhaddachi ijibbaataatis gama isaan qaama biroo aangoon abbaa seerummaa seeraan ifatti kennameef kan jedhamu bu’ura Sirna abbaa seerummaa seeraan diriirfameen kan hojjetu ta’uu akka qabu bifa waliigalaan murtiilee gama kanaan kenne rogummaa qaban keessatti ibsuun alatti hiikkoon ykn ibsi bal’inaan kenne hinjiru. Literaturoonni gama kanaan barreeffaman yoo ilaalaman qaama abbaa seerummaa sirna abbaa seerummaa seeraan diriirfameen hojjetu kan jedhamu heeraa fi seera biyyaan (naannoos ta’uu danda’a) kan hundaa’ee fi murrii haqaa akka kennuuf kan qindaa’e; adeemsa mirga namoomaa fi dimokiraasii lammilee/namootaa kabajuu fi kabachiisuu seeraan ifatti diriirfameen kan hojjetu; dhiibbaa fi gidduseentummaa siyaasaa fi alaa kamuu irraa bilisa ta’ee kan gurmaa’ee fi hojjetu; murtii haqaa dirqisiisaa yeroo fi sirna raawwii ifa ta’e qabuun dirqisiisee hojii irra oolu kennuu kan danda’uu fi kkf jechuun akka ta’e bal’inaan ibsu. Egaa kanarraa ka’uun yoo madaalamu qaamoleen biroo seerota biroon aangoon abbaa seerummaa kennameef biyya/naannoo keenyaa keessa maal fakkaatu kan jedhu irra deebiin ilaalamuu qaba.
883
17
No text...
749
18
+1
Maanuwaalii Dhaddacha fakkii final.docx
1 696
19
Xiinxala Gabaabaa Falmii Jiraattoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneefi Naannoo Oromiyaatiin Walqabatee Gumiin Calaltuu Dhimma Heeraa Federaalaa Sagalee Caalmaatiin Murteesse Ilaalchisee Kenname. Akkuma beekamu, Heerri Mootummaa RFDI aangoo abbaa seerummaa manneen murtii naannoofi federaalaa gidduutti wayita qoodu, manneen murtii naannoo dhimma naannoo irratti, manneen murtii federaalaa immoo dhimma federaalaa irratti aangoo ol'aanaafi isa dhumaa qabaachuu isaanii ibsuun ala tarreeffama biroo hin keenye. Labsiin sadarkaa Manneen Murtii federaalaatti manneen murtii federaalaa gidduutti aangoo qoqqooduuf bahe, Labsiin lakk.1234/2013 immoo kwt 5(1)(h) jalatti, falmiin jiraattota dhaabbiidhaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Naannolee keessa jiraatan gidduutti uumamu akka dhimma federaalaa manneen murtii federaalaatiin ilaalamutti tumeera. Sadarkaa jalqabaatti, tumaan labsii kanaa ibsame kun keewwata heeraa isa kamiin akka bu'uureffate ifa miti. Sadarkaa lammaffaa irratti immoo falmiin nama dhaabbiidhaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessa jiraatuufi nama Naannoo Oromiyaa keessa jiraatuu, akkuma falmii Jiraattota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Naannolee biroo gidduutti uumametti ilaalamamoo amalaafi uumama addaa qaba kan jedhu labsichaan ifatti hin ibsamne. Kanarraa ka'uun, Dhaddachi Ijibbaataa MMWO dhimmi kun hiikkoo heeraa barbaada jechuun, xiinxala isaa kaa'ee, lakkoofsa galmee 404962 ta'e irratti Gumii Calaltuu Dhimmoota Heeraa Federaalaatiif qajeelcheera. Kana booda, Gumiin Calaltuu Dhimmoota Heeraa kun kallattii garaagaraatiin yaada sassaabbachaa turee murtii sagalee caalmaatiin (sagalee 10 keessaa deeggarsa sagalee 6 tiin) gaafa 08/09/2016, Lak. G. 7438/15 ta'e irratti kenneen dhimmicha irratti hiikkoon heeraa akka hin barbaachisnetti xiinxalee kufaa taasiseera. Xiinxala sagalee caalmaatiin kennameefi akka haala qabatamaa manneen murtii keenyaatti dhugummaan isaa ragaadhaan (qorannoodhaan) hin deeggaramne keessaa tokko dhimma sabummaa bu'uura godhachuun gareewwan falmii gidduutti loogii taasisuun jira jedhudha. Xiinxalicha keessatti sababni biroon Gumiin Calaltuu Dhimma Heeraatiin ka'e (sagalee caalmaa): “Falmiiwwan dhimmoota hariiroo hawaasaa, maatii, lafa baadiyyaafi dhaalaan wal qabatan ilaalchisees Heerri Mootummaa FRDI aangoon seera baasuu kan naannolee ta'a hin jedhu. Inumaayyuu heerichi kwt 52(2) jalatti, lafaafi qabeenya uumamaa ilaalchisee aangoo seera baasuu kan qabu mootummaa federaalaa ta'uu, kana malees bu'uura Heera kwt 55(3)tiin hawaasa dinagdee tokkoo uumuuf shoora murteessaa taphatu jedhamanii seeroota hariiroo hawaasaa yaadaman aangoo seera baasu kaka'umsa mana Maree federeeshiniitiin carraan mana Maree bakka bu'oota uummataatiif kennamuu ni jira. Waan ta'eefis, haala amma jiruun aangoon seera Maatii, seera lafa baadiyyaafi dhaalaa baasuu guutummaa guutuutti manneen maree naannoleetiif kan kennamedha jechuun hin danda'amu. Aangoon seera baasuu mootummaa federaalaa ykn naannootiif kennamuu bu'uureffachuun dhimmichi dhimma manneen murtii federaalaatiin ilaalaman ykn dhimmoota manneen murtii naannootiin ilaalaman taasisuun Heericha waliin kan hin deemnedha" kan jedhudha. Xiinxala kana tumaalee Heera Mootummaa RFDI irratti hundoofnee yoo ilaalle: 1ffaa Heerri Mootummaa RFDI kwt 52(1) jalatti aangooleen mootummaa federaalaatiif qofaatti hin kennamne, ykn mootummaa federaalaafi naannootiif waliin hin kennamne hundi, aangoolee naannoo ta'uu kan ibsu ta'ee osoo jiruu, dhimmi aangoo haftee (Residual Power) qaamolee mootummaa sadanii sagalee caalmaatiin kan hin ilaalamne waan ta'eef; 2ffaa Qajeeltoo Heera Mootummaa RFDI, kwt 80(2) jalatti, "Manneen murtii waliigalaa naannolee dhimmoota Naannoo irratti aangoo ol'aanaafi isa dhumaa ni qabaatu" jedhamee tumame kan dadhabsiisu waan ta'eef, xiinxala tumaalee heeraa hunda walitti fidee bifa waliigalaatiin ilaale hin fakkaatu.
1 293
20
Seera Maatii: #Qajeeltoo_Qooda_Qabeenya_Waliinii_Walqixaafi_Haalota_Addaa Bu’aalee diiggaan gaa’ilaa hordofsiisu keessaa tokko qooda qabeenya waliinii yemmuu ta’u, innis akka qajeeltoo waliigalaatti qabeenyi waliinii Abbaa warraa fi Haadha warraaf walqixa qoodama kan jedhudha. Haaluma kanaan qajeeltoon bu’uraa qabeenya waliinii walqixa hiruu jedhu Seera Maatii Oromiyaa (SMO) kwt, 117 jalatti tumamee kan jiru yoo ta’u, akka qajeeltoo kanaatti qabeenyi dhuunfaa fi idaan eega adda bahee/kanfalame booda/ qabeenya waliinii hafu abbaan warraa fi haati warraa walqixa qooddachuuf mirga walqixa akka qaban ibsamee jira. Qabtamni hoj-maataa jirus darbee darbee yeroo dhimmi haadholii warraa lamaa fi Sanaa ol hirmaachisu mudatu garaagarummaa mul’atu irraa kan hafe M/Murtii hundattuu akkaatuma qajeeltootiin qabeenya waliinii qixxee adda qooduun kan baratamee fi ittiin hojjetamaa jiru ta’uun ni hubatama. Haata’u malee qajeeltoon waliigalaa qabeenyi waliinii walqixa qoodama jedhu SMO kwt, 117 jalatti tume akkuma jirutti ta’ee, haalonni addaa qajeeltoo kana irraa maquun qooda qabeenya waliinii walcaalchisuu ykn guutumatti garee tokko qooda keessaa baasuun garee tokko qofaa ittiin murteessuu dandeessisan adda addaa seericha keessatti ifaan tumamanii kan jiran yoo ta’u qabatamni jiru garuu gama kanaan seericha kan beeku hinfakkaatu, abbootiin dhimmaa gaaffii akkasii dhiyeessanis qabatamaan hinmul’ata. Walumaagalatti dhimmichi gama kanaan qabatamaan kan baratamee miti. Haalonni addaa seerichaan tumaman kunis kaayyoo adda addaa kan qaban akka ta’e yemmuu hubatamu akka waliigalaattis hiikkaa gaa’ilaa laaffisuu (discouraging divorces SMO kwt, 110(4)), garee miidhame beenyessuu (compensating a victimized spouse) SMO kwt, 111 fi 114), badhaadhina hinmalle hambisuu (preventing unlawful enrichment/ SMO kwt, 115) fi kkf bu’ura godhachuu isaanii ibsama tumaalee seerichaa kaayyoo waliigalaa seera maatii fi qabeenyaa waliin dubbisuun hubachuun nidanda’ama. Akkaataa SMO kwt, 110(4)tti M/Murtii yeroo bu’aa diiggaan gaa’ilaa hordofsiisu murteessuu walfuutota keessaa diiggaa gaa’elichaaf balleessaa eenyu akka qabu tilmaama keessa galchuu akka qabu ifaan kan tumame yemmuu ta’u kunis M/Murtii garee balleessaa isaatiin gaa’elichi akka diigamu sababa ta’e gahee qooda qabeenya waliinii irraa inni qabu hir’isuu ykn keessaa baasuun murteessuu akka danda’u kan akeekudha. Kanas M/Murtii gaaffii garee falmiitiin ykn matuma ofii isaatiin kaasee murteessuu akka danda’u seerichi ni aangessa. Gochaaleen balleessaa ta’uu danda’an maal fa’a akka ta’an seerichi ifaan kan caqase yoo ta’uu baateeyyuu walfuutota keessaa inni tokko isa kaan reebuudhaan ykn gaa’ela biraa eeyyamaa fi maree malee irratti raawwachuun ykn gochaa sagaagalummaa raawwachuun ykn daa’imman waliin gatee baduun ykn walumaagalatti dirqamoota walgargaaruu, waldeeggaruu, walii amanamuu, bulti fi qabeenya waliin bulchiin akka bu’aalee gaa’elaatti seerichaan tumaman bahu dhabuun/diduun gaa’elichi kan diigame yoo ta’e haalonni kunniin akka balleessaatti ilaalamuun M/Murtii qooda qabeenya waliinii irratti tilmaama keessa galchuun gahee qooda qabeenya waliinii walcaalchisee murteessuu kan isa dandeessisu ta’uu akka fakkeenyaatti kaasuun kan danda’amudha. Akkasumas, balleessaa raawwatameen gaa’elli diigamuu qofa otuu hintaane miidhaan garee isa biroo irra kan gahe yoo ta’e M/Murtichaa beenyaa miidhaa gahe waliin wal-madaalu murteessuu akka danda’uu fi kanas gahee qooda garee balleessaa raawwatee irraa guutumatti ykn irra caala garee miidhameef dabarsee kennuun bifa beenyaan murteessuu akka danda’us SMO kwt, 111 (1 fi 2) jalatti tumamee argama. Kana malees, aangoo akka bulchu itti kenname gar-malee fayyadamuun gareen tokko qabeenya dhuunfaa garee isa biroo ykn qabeenya waliinii irratti gochoota aangoo kennameefiin ala raawwateen miidhaa kan geesse yoo ta’e (keessaayyuu gurgurtaa kan raawwate , kan dabarse, gatii kan hir’ise ykn gowwoomse ta’uu danda’a) ykn qabeenya waliinii ykn kan dhuunfaa garee biroo irraa seeraan ala kan badhaadhe yoo ta’e gaaffii garee miidhame jedhuun dhiyaatuun M/Murtii beenyaa
1 179