cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Jaalalti jireenya💕

Tommorow is another day Walaloo Jaalalaa Jechoota Hayyoota @muddebot

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
213
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Miseensonni Hooggansa KFO Mana Hidhaa Turan Akka Hiikaman Murtaa’uu Mootummaan Beeksise   https://www.voaafaanoromoo.com/a/6387527.html Miseensota hooggansa paartii Koongirasii federaalistii Oromoo obbo Jawaar Mohammad ,Baqqalaa Garbaa, Dajanee Xaafaa fi kanneen galmee obboo Jawaar Mohammad jalatti waamaman kanneen biroo akka bahan murtaa'eera, jedhe ibsi galgala kana Tajaajila Toomunikeeshinii Mootummaa Itoophiyaa Bahe.  Miseensa hooggansa KFO keessaa ammatti obbo Dajanee Xaafaa  bahuunis mirkanaa'ee jira. Gaazeexeessaa Mallasee Dirribsaa fi Shamsaddiin Xaahaas bahanii jiru. Haata'u malee Obbo Jawaar Mohammad, Obboo Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa fi  kanneen biroon akka hiikaman murtaa'uun ibsa sana keessatti himamus akka maddaan adda addaa jedhanitti hanga yoonaa garuu mana hidhaa irraa hin baane. Gama biraatin dura taa'aan paartii Baalderaas obbo Iskiindir Naggaa fi hooggansi paartichaa hidhaa irra turan har'a galgala hiikamuu isaanii duubi-himaan paartichaa obbo Baqaaluu Axinaafuu Raadiyoo sagalee Ameerikaatiif ibsaniiru. Dhiyeenya kana kan to'ataman Obbo Sibaat Naggaa fi namoonni 6 galmee isaanirratti himatamaan akka mana hidhaatii bahaniif murtaa'era, jechuun Tajaajilli Koomunikeeshinii  Mootummaa Itoophiyaa galgala kana ibsa baaseen ifoomse jira.  
Show all...
Miseensonni Hooggansa KFO Mana Hidhaa Turan Akka Hiikaman Murtaa’uu Mootummaan Beeksise

Miseensota hooggansa paartii Koongirasii federaalistii Oromoo obbo Jawaar Mohammad ,Baqqalaa Garbaa, Dajanee Xaafaa fi kanneen galmee obboo Jawaar Mohammad jalatti waamaman kanneen biroo akka bahan murtaa'eera, jedhe ibsi galgala kana Tajaajila Toomunikeeshinii Mootummaa Itoophiyaa Bahe....

Namuu Lakkoofsa Ni Beeka Garuu Namni Bakka Nini Itti Dhaabattu Beeku Hin Jiru!! Sababi Isaa Lakkoofsi Itti Fufaa waan Taa'eef👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉 @jechootahayyu Join telegram
Show all...
❤️Siif_Galeeraa? ......................... Of beekuuf murtoo hin qabdu taanan yoo of beektes murtoo hin murteessitu!! Of beekuun foormulaa hin qabu! jechuun of wallaaluun foormulaa qaba jechuudha. Of beekuun beekumsa beekumsa caaludha. Of beekuu wanti bakka bu'u hin jiru. Albuudni namni itti fayyadamee fixuu hin dandeenye of beekudha. Addunyaa kana irra namoonni baay'een osoo of hin beekin beekaa fakkaatanii taa'u. Beekaa waan fakkaatteef waan beekte sitti hin fakkaatiin. Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ni ibsa. Barachuun osoo of beekudha ta'ee, namoonni baratan hundumtuu beekaa ta'u turan. Of wallaaluun foormulaa qaba. Foormulaan isaas kanneen armaan gadiiti. 👇👇👇👇👇👇 Gad-aantummaa × hirkattummaa × of-awwaaluu = of wallaaluu .......................... Maddii, kitaaba #Siif_Galeeraa? ................................ SHARE & JOIN US. @https://telegram.me/jechootaHayyu#Creator @jechootahayyu ✅walaloo babbareeda ✅kitaabota adda addaa ✅JechootaHayyoota ✅Jechootajaalalaa ✅WalalooJaalala Asirra argadhu dandessa ➡join our chanel ➡ @jechootahayyu Kabajamtoota hordoftoota Maatii channeli keenyaa Yaada qabdaniif @muddebot
Show all...
Unknown: Caba lafee dugdaa Dhiiguu onnee kiyyaa Osoodhuma argitanii Hin callisiinaa biyyaa Dhugaa se'een amaneem kenneefi onneekoo Midhamees hin jiiluu Bagakaa anaafoo😁 Elaamee dhagahii Sin hima waa tokko Dhugaadha sin dhiisu Si qaba cubbuunkoo Egaa sin kadhadhu Deemigaa nagaatti Ta'iin kuni anaaf Barnoota jabaati Sin kadhadhu beenu beenu sirba jettu san naa dhaggeefadhu😇 @jaalalti_jireenya
Show all...
OMN EthioSat irratti daaw’achuuf maqaa HCTV/Horn cable tv jedhuun 10985 H 45000 t.me/FerhanAbdulselam
Show all...
AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA! **************************** Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni dhiphinni, rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu. ********************************* Mo'atoo isin haa taasisu rabbi! Fayyaan Faaya. Madda:- fuul barruu Dr. Gurmessa ❤️like gochuu hin dagatiin Hiriyyotakee 2f qoodi! @mudde2G @jaalalati_jireenya @jaalala_dhuga
Show all...