en
Feedback
Official_ANWAR_MUSLIMS

Official_ANWAR_MUSLIMS

Open in Telegram

بسم الله الرحمان الرحيم ይህ የ አንዋር የ TG ቻናል ነው። እናም ቻናሉ አዳዲስ Mereja እንዲሁም ለእናንተ ሊደርስ የሚገባውን መረጃ በሰአቱ ለናንተ ለማድረስ የተከፈተ ቻናል ነው። Chaanaaliin kun kan Anwari. Dhimmoota haarawa fi adeeffannoo gara garaaf join it!!! @Ane4muslim

Show more
205
Subscribers
+124 hours
+57 days
+1030 days
Posts Archive
✨✨✨بسم الله الرحمن الرحيم✨✨✨ Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu 🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧 Obboleewwan qaalii😍 #barattoota_waggaa_1ffaa #Qormaata borurraa eegalee fudhachuuf deemtan kana Rabbiin #Gaaffii dhufe kan dubbistan, #Kan deebistan hunda deebii, Guess illee maa hin taane😊 Isiniif haa godhu! Isin carra qabeessa. Yeroon qorumsa keessanii #zulhijjaa keessa tahuun isaa. Baayyeen keenya kan gibbii jirruun dalagaa keenyaan osoo hin taane Du'aa'iini.🤲 Tip #Ummii teef bilbilii du'aa'ii irraa fudhu! #leeylii kahii gaafadhu! Believe me☺️ #Rahmaan_Surprise si godha. Grade A+ walirra tuttuulee Razzaaq isin haa Gammachiisu. Naaf jabaadhaa muslimni Rabbii jabaa waa hunda laaffisu qabaa. #Qormaata_Gaarii!🤗🥰 Anwar shita

✨✨✨Assalamu alaikum, ✨✨✨ #my_dear_3rd year  brothers and sisters! Praise be to #Allah (SWT), we have #successfully completed our first semester! I know it has been a #challenging_few_weeks, but we have persevered and should feel proud of our accomplishments. 🫧🫧 As we head home for the break, I pray that the Merciful Lord grants us all a safe journey back to our families. This is a time for us to rest, recharge, and reconnect with our loved ones. Let us take full advantage of this opportunity. 🫧🫧 #While_at_home, let us remember to uphold our Islamic duties. Make sure to keep up with our daily #prayers and recitation of the #Quran. Help out around the house, participate in #family_gatherings, and engage in meaningful #conversations. 🫧🫧 May Allah (SWT) bless us all, keep us steadfast in our faith, and guide us towards #success in this life and in akhira! 🫧🫧 Insha'Allah, we'll see each other back on #campus soon! Anwar Shita

✨✨✨✨#WELL_GO✨✨✨✨ 🫧🫧🫧2016🫧🫧🫧 ✨✨✨GALATOOMAA!✨✨✨
+9
✨✨✨✨#WELL_GO✨✨✨✨ 🫧🫧🫧2016🫧🫧🫧 ✨✨✨GALATOOMAA!✨✨✨

photo content
+9

✨✨✨Kennaa Geebaa✨✨✨ Amiira duraanii #mu'aaz Huseen I/A duraanii #Ab/Shakuur Babileef
+6
✨✨✨Kennaa Geebaa✨✨✨ Amiira duraanii #mu'aaz Huseen I/A duraanii #Ab/Shakuur Babileef

Kennaa Galataa dinqisiifattoota irraa #Suheeyb_She/Amiin Ibroof
Kennaa Galataa dinqisiifattoota irraa #Suheeyb_She/Amiin Ibroof

✨✨✨✨#WELL_GO✨✨✨✨ 🫧🫧🫧2016🫧🫧🫧 ✨✨✨GALATOOMAA!✨✨✨
+5
✨✨✨✨#WELL_GO✨✨✨✨ 🫧🫧🫧2016🫧🫧🫧 ✨✨✨GALATOOMAA!✨✨✨

#New_Khabar😱😱😱 💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦 Aswrwb #5ffaa Maaltu hin jettanii?🤗 Mooraa Yunivarsiitii Odaa Bultumitti Barachuuf barattoota dhufan irraa guyyaa khaleessaa barataan #Keebar[Musxafaa] gara Islaamummaatti deebi'uu isaatu dhagahame. ✨✨✨Masha Allah seemisteera kana qofa namni gibbii keenna kheeysatti Islaamummaatti deebi'e nama shan gaheera.✨✨✨ "Islaamummaan wiliidha gama hundaan dagaaguuf teeysi"[ Suheyb Sh.amin] 😊 #Garuummoo obboleewwan kheenya kan gara amantii isaanitti dhufan kun haalli irra jiran nuyaaddessuu qaba. Hiriyyaan kaleessa gammachuun akka inni sallamuuf masjiida fidde haala irra jiru irraanfachuun isinirra hin jiraatu. Akka jama'aattis dhimmi kun niyaaddessuu qaba. #marumaafuu warri daandii hidaayaa ifa tahe khana obboleewwan kheeysaniif agarsiiftan jazaan teessan jannata haa tahu.🤲🤲 Rabbiin Isinirraa haa jaallatu!🤲🤲🤲

Hujii hojjadhuu namatti qixxaadhu malee,ilmi namaa nagaa bultee yoo jetteen,waan kadhannaaf itti dhufte si sehaa uf eegi. ila Harki hujii bare biyya addaan hi filatuu beeki,biyya keessa jiraatteefi biyyaa baatees,ati isuma sanii uf yaadadhu. Jaaloo Gabrummaan guddoon,gabrummaa harka nama jala qabachuutii hubadhu,hiyyummaan hamtuufi guddoon hiyyummaa sammuutii argi,nama guddaa Aqliifi qalbii qabu kan harka namaa eeggatu taanaan,duruma Aqlii fi qalbiin,sammuufi surriin nagaa hin qabnee xiinxalli. Obbolaa Addunyaa dhiisii Aakirattillee,nama har’a gatii kaffalee qorraafi hoo’a osoo hinjenne balbala Rabbii rukutaa oolee bulutu si hinjifataa beeki,lafa maruu dhiisii lafee qaamaa jabeeffadhu. Namana Biyya lamaanittuu hawwuufii yaaduu dhiisii,hujitti gadi bahii hojjadhu,ka har’a seeqataa si bira darbau hundi isaa,seequu taajjabbiitii ufitti qaanfadhu. Hey Osooo fayyaa guutuu qabdu hirribaafi hifaatoof jecha yoo muduudaa taatee jiraachuu filatte,osoo humnaafi aqlii qabdu,yoo sammuu kadhannaa gonfatte,maatii dhiisii mataa keetuu bulchuu hin dandeettuu dafii uf dhaqqabi. Eeee intala gaarii Aqlii qabdu,tan barumsa qabdu,tan adaba qabdu barbaada jedhaa,ufii adaba biyya lafaa beekuu dhabuun fafaa taajjabi,Gurbaa gaarii ilmii qabu,Aqlii qabu,hayyuu barbaada jechaa,naamusa jireenyaa leenjii hin fudhanne taanaan,qoosaa irra jirtaa uf argi. Yes Gadi dhaabbatan qadhaabatanii,gadi ijjadhuu mataa keetiifi bultii kee kunuunfadhu. page #cush_land Ustaz #Suufiyaan_Usmaan irraa fudhatame. #keessummaa sagantaa #WELL-GO keenyaa kan baranaa. Rabbiin ittiin nuhaa gahu! @Ane4muslim

ሪዝቅ ብዙ ገንዘብ ብቻ አይደለም:: ቤተሰባችሁ ሪዝቅ ነው:: ጓደኞቻችሁ ሪዝቅ ናቸው:: ጤናችሁ ሪዝቅ ነው:: የምትበሉት ምግብ ሪዝቅ ነው:: የምትለብሱት ልብስ ሪዝቅ ነው:: የምትተነፍሱት አየር ሪዝቅ ነው:: የምታዩበት አይን ሪዝቅ ነው:: ያጣችሁትን ሳይሆን የተሰጣችሁን በመቁጠር ረበል ዐለሚንን በሰፊው አመስግኑ:: የሲሳዩ ጥልቀትና ስፋት አይገለጥላችሁ ካለ በንጋት ውስጥ አይናችሁን ለ10 ደቂቃም ቢሆን ጨፍኑና ግለጡት:: የዚያኔ አይን ባይኖር የማታዩትንና ስላላችሁ ያያችሁትን በማስተዋል ረዛቁን በልቅናው ልክ ሀምዲ በሉት:: ምስጋኑ ሁሉ ለእርሱ የተገባ ሆነ! ሰላም ዋሉ! የአላህ ሰላም በእናንተ ላይ ይሁን! @Ane4muslim

#My_Quran 📌Don't lie (Q22:30) 📌Don't spy (Q49:12) 📌Don't insult (Q49:11) 📌Don't waste (Q17:26) 📌Don't backbite (Q49:12) 📌Don't take bribes (Q27:36) 📌Don't spread gossip (Q24:15) @Ane4muslim

#Hangaftoota_dubartii seenaan baayyee dubbataa.. Gaheen jarri gumaache akka harraatti mullataa.. Yoo ta'aabii jaraa laaltu #namaa_miti faa seetaa.. Yaa #dubartii_islaamaa ati eenyuf eenyun beektaa? Ati manaa jabaannaan hawaasatu jabaataa Amma humna isaatiniin ol qabuuf tattaafataa Amma beektu hojjataa isa hin beekne gaafataa!.. Qoonni kankee laaftuu seetaa yaa obboleettii diinii?.. #Islaamummaan ifa baanaan nu agarsiise #nasrii_diinii!✨✨✨ #Raayyaa_22ffaa

✨✨✨بسم الله الرحمن الرحيم✨✨✨ ✨#Nuural_Islaam Guyyaa Har'aa sagantaa bareedduu warri nuural Islaam irratti hirmaadhee ture. Namoonni hedduun kan akka amiira OBUMSJ Bilisaa,Anwaar,Mu'aaz fi kan biraas turaniiru! Saganticharratti eebbifamtoota gareen tun as akka geettuf gatii kaffalaniif [Mu'aaz fi Dhugoomsituu] kennaan kennameera!✨✨✨ Namni tokko yoo kutate kaayyoon itti hin geenye hin jiru.keessattuu Qur'aana baayyeen keenya amma eegalee yoom buusa kan jedhuun taa'aa jirra. Garuummoo warri Nuural Islaam waggaa tokko keessatti Nuuraaniyyaa irraa eegalanii amma nama Qur'aana buusu inumaa kitaaba eegalu hinda tahaniiru. Ajab👏 She #Amiin ani hin beeku waan jedhuun Rabbiin bakka guddaan isa haa gahu! Ammas amiira isaanii #Dhugoomsituu fi Hundeessitoota garee tanaa irraa Amiira Duraanii #Mu'aazoo Rabbiin bakka guddaan isaan haa gahu! Asumaanuu Congratulations 🎊 #Galatoomaa!☘ #Anwar_Shita🙏

Innaalillaahi wainnaa ileeyhi raaji'uun #ustaaz_faqii_galatoo maatii isaanii hundaa fi hawaasa muslimaa hundaaf rabbiin obsa
Innaalillaahi wainnaa ileeyhi raaji'uun #ustaaz_faqii_galatoo maatii isaanii hundaa fi hawaasa muslimaa hundaaf rabbiin obsa haa kennuuf. Isaan jannataan rabbiin haa gammachiisu. 😭😭😭😭😭 በጎዳናዎች ላይ ወደ እስልምና በመጣራት የሚታወቀው ወንድም ፈቂህ ገለቶ ዋዬ በ50 ዓመት ዕድሜው ወደ አኺራ ተሻገረ ዕለተ ረቡዕ ግንቦት 7 - 2016 | ዙል ቀዕዳህ 7 – 1445 | በኢትዮጵያ የተለያዩ ከተሞች ጎዳናዎች ላይ ወደ እስልምና በመጣራት የሚታወቀው ወንድም ፈቂህ ገለቶ ዋዬ ወደ አኺራ መሻገሩ የተሰማው ትናንት ማክሰኞ ግንቦት 6/2016 ነው፡፡ ወንድም ፈቂህ ሕይወቱ ያለፈው በሻሸመኔ ከተማ ሲሆን ሕልፈቱ ድንገተኛ መሆኑም ነው የተነገረው፡፡ ወንድም ፈቂህ ላለፉት 23 ዓመታት አዲስ አበባን ጨምሮ በኦሮሚያ፣ አማራ እና ሲዳማ ክልል የተለያዩ ከተሞች በአደባባይ ወደ እስልምና በመጣራት በሥፋት የሚታወቅ ነው፡፡ ወንድም ፈቂህ በሰኔ/2014 ከሚንበር ቲቪ “የኔ መንገድ” ፕሮግራም ጋር በነበረው ቆይታ የአደባባይ የዳዕዋ ሥራው ትዳሩን እንዳሳጣው ተናግሮ ነበር፡፡ ወንድም ፈቂህ ገለቶ ዋዬ፣ በአዲስ አበባ እና የክልል ከተሞች በሚያደርገው የዳዕዋ ሥራ እስር እና ድብደባ ሲያስተናግድ እንደቆየም ተናግሯል፡፡ ወንድም ፈቂህ ወደ እስልምና መጣራቱ ለእስር በሚዳርገው ጊዚ ጭምር ሥራውን በመቀጠል የተለያዩ ግለሰቦች ወደ እስልምና እንዲመለሱ ሰበብ መሆኑን ገልጧል፡፡ የቀድሞው ወታደር ፈቂህ ገለቶ፣ ወደ አኺራ የተሻገረው በ50 ዓመት ዕድሜው ነው፡፡ Ane4muslim

✨✨✨بسم الله الرحمن الرحيم✨✨✨ ✨Dear #Amir_Bilisa and #Vice_Amir_Munir and anothers, Assalamu alaikum wa rahmatullahi wa barakatuhu. The #Jeme'a holds a special place in the Islamic tradition, representing the unity and collective action of believers. As a former Amir and Vice Amir, I have had the honor of serving our community and witnessing the transformative power of our organization. It has been a truly rewarding experience. ✨I would like to extend my #heartfelt_congratulations to you both on your election as the #new_leaders of our Jeme'a(OBUMSJ). I understand the immense responsibility you now carry, and I am here to support you in every way possible. Remember, your role is a trust from #Allah (SWT). Strive to be just, compassionate, and steadfast in your leadership, always seeking the pleasure of #Allah (SWT) above all else. As the #Prophet_Muhammad (peace be upon him) said, "The believers, in their mutual kindness, compassion, and sympathy, are just like #one_body. When one of the limbs suffers, the whole body responds to it with wakefulness and fever." (Sahih al-Bukhari) ✨ #May_Allah (SWT) bless your tenure and grant you the wisdom, courage, and patience to lead us on the path of righteousness. Ameen. #I_am_here to support you in any way I can. Please do not hesitate to reach out to me whenever you need. Wassalamu alaikum wa rahmatullahi wa barakatuhu. #Anwar_Shita🙏

 👑 #Nageenyi_fi_kabajaan warra manneen barnootaa sadarkaa ol'aanoo keessatti osoo arrabsamanii osoo tuffatamanii #Niqaaba isaanii uffatanii #qaroomina zabanni irra hin dabarre gochaan nu agarsiisaniif haa ta'u! 👑 የአላህ ሰላም እና እዝነት በየትምህርት ተቋማቱ ከተለያዩ አካላት ዘለፋና ትንኮሳ እየደረሰባቸው ኒቃባቸውን ለብሰው ዘመን የማይሽረውን ስልጣኔ በተግባር በሚያስተምሩን እህቶች ላይ ይሁን!! 🥇 @Ane4muslim

#Yaa_obbolummaa_Islaamaa_har'allee #Siyaannee! ✨✨✨✨✨✨✨ Kanas tahee sana Kan hinqabne fakkeessaa Eessallee haajiraatu Muslimni #obboleessa! 🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸 Dheeraas tahe gabaabaa Adiis tahe gurraacha Feetus mootii tahi Yoofeetes garbicha #Muslimni addan fagaatu Nu qaama tokkichaa! ☘☘☘ Obbolummaan dhugaa Kan hin qabne madaallii Islaamummaa keessaa #Hamzaadhaaf_Bilaalii Seenaa warroota darbanii Taarikasaanii laalii! 💦💦💦 Ati yoo obbolummaadhaaf Hin qabaannee bakka Kan jannataa dhiisii Fooliinsaayyuu takkaa! 😊 Anwar

#Allaahaan kadhaa kee yoo siif awwaate, imaana kee siif dabalaara. Yoonif tursiise, sabrii kee siif dabalaara. Yoo siif hin awwaatin, kan caalu siif qopheesseera jechuudha. Hundumaafuu -ALHAMDULILLAAH “If Allah answers your prayers, He is increasing your faith. If He delays, He is increasing your patience. If He does not answer, He has something better for you” @Ane4muslim

አቡ ሁረይራ (رضي الله عنه) እንዳስተላለፉት የአላህ መልዕክተኛ(ﷺ) እንዲህ ብለዋል። "ብርቱ ማለት በጉልበቱ ሰዎችን የሚያሸንፍ ሳይሆን በንዴት ውስጥ እያለ ራሱን የሚቆጣጠር ነው።" @Ane4muslim