en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Technology Channel

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Repost from Belina Wakjira
Mijuu kana irratti hundumti keessanuu affeeramtaniittu.
Mijuu kana irratti hundumti keessanuu affeeramtaniittu.

Haloo Haloo Haloo koottaa seenaa maaloo Maal egduree sabaa seenaa lafa qabaa Walaloon jaalalaa Rakkoo maraaf falaa

Af-gaaffii bareedaa Eellaa Show barreessaa kitaaba khulessaa waliin https://youtu.be/xIYRp4U5X-o

Haloo Haloo Haloo koottaa seenaa maaloo Maal egduree sabaa seenaa lafa qabaa Walaloon jaalalaa Rakkoo maraaf falaa

Gaara waami jennaan jette jedhan cilaaloo Mi'aa ogbarruu feenan hordofi @Haadhawalaloo

Dubbisuu barbaadduu? Beekkumsa bareedaa ta'e argachuu yoo feetan guduunfaa hiikuun dirqama. Koottaa seenaa waa irraa baradhaa. Sammuu keessan sooraa.

Gaara waami jennaan jette jedhan cilaaloo Mi'aa ogbarruu feenan hordofi @Haadhawalaloo

Maraatuu Haqaa - Gaafan qullaa deemu Ati uffattee deemta "Maraatuu" naan jechuu malee Maafan akkan maraadhe Na gaafattee beektaa? Maal taate jetteettaa? Ani afuuffee miti Kan qilleensan guutame Ani hattuu miti otoon waan namaa hawwuu kan sammuu fuudhame Ani albaadhessa miti Kajeeltuu waan raqaa Ani maraatudha Maraatuu ilma haqaa Jireenyaan wal dhabee Jiraa hin jirre ta'ee Dhuhaafan maraadhe Dhugaafan raata'ee - Sobatu hiita'ee akka tulluu guddaatti ol jedhee dhaabbate Biyyimmoo itti yaa'ee galgalaaf ganama ho'asaa qaammate Sobaaf wal ga'iin taa'amee hiriirri ba'ameefi Cidhi itti godhamee - itti shubbifamee Harki dhahameefi! Namni soba kabaje Namni soba faarse Qumbii itti firfirse 'ixaana' itti aarse! - Dhugaanimmoo haqaaqamee karaarraa jallate Akka muka qiinqaniin nyaatetti soofamee qallate Ni ukkaamame- ni sakaalame Dhoksaatti affeelamee Dhoksaatti akaa'ame Dukkana walakkaa Gorduuba kaa'ame! Aarsaa dhugaaf ba'etu Jallinaan qorqame kan kabajni maluuf kabaja dhorkame! - Hammeenyiifi gidiraan Kokkeetti na qabe Biyya abbaa koorrattan Abbaa ta'uu dhabe Galaana imimmaanitu Jiraa na awwaale Madaan koo baayyannaan Hooqqachuu wallaale... Waa'een maraatummaafi Waa'een caba kootii Gaaffii deebii dhabe Gaaffii saba kooti! - ©️ Leta Kenai Aga @Waloo_Leta

photo content

Dubbisuu barbaadduu? Beekkumsa bareedaa ta'e argachuu yoo feetan guduunfaa hiikuun dirqama. Koottaa seenaa waa irraa baradhaa. Sammuu keessan sooraa.

Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Qirqiddaa Namni waan baruu barbaadu mana kana seenee dhangaa isaa unachuu qaba. Beekkumsa fi bohaartii addaa argattee sammuu kees ni qarta. Noorimee!

Dubbisuu barbaadduu? Beekkumsa bareedaa ta'e argachuu yoo feetan guduunfaa hiikuun dirqama. Koottaa seenaa waa irraa baradhaa. Sammuu keessan sooraa.

Aartiin Oromoo gara maraanuu guddina jabaa argisiisaa jira. Kanaafis argisiistuun kunoo! https://youtu.be/MzdUFt3Wtbc

Haloo Haloo Haloo koottaa seenaa maaloo Maal egduree sabaa seenaa lafa qabaa Walaloon jaalalaa Rakkoo maraaf falaa

Dubbisuu barbaadduu? Beekkumsa bareedaa ta'e argachuu yoo feetan guduunfaa hiikuun dirqama. Koottaa seenaa waa irraa baradhaa. Sammuu keessan sooraa.

#Oromummaa Gadi Lakkifameera Walaloo miidhagaa Waloo Ballinaa Waaqjiraatin qophaa'e Kaachuu Entertainment irratti gadi lakkisameera. Daawwadhaa. Subscribe gochuunis aadaa keenya yaa ta'u. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/Qi5_IFZDn5E

Gaara waami jennaan jette jedhan cilaaloo Mi'aa ogbarruu feenan hordofi @Haadhawalaloo

Haloo Haloo Haloo koottaa seenaa maaloo Maal egduree sabaa seenaa lafa qabaa Walaloon jaalalaa Rakkoo maraaf falaa

Koomeedii Ajaa'ibaa America Stop Ethiopia hunduu daawwadhaa https://youtu.be/5vFDYZT75XI