cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Oro Quotes

Quotes in Afaan Oromoo πŸ’« In the memory of our legend King #HACHALU_HUNDESSAA πŸ‘‘ β™₯

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
2 554
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Kebor_pictures Qophii Addaa qabduu? Yeroo gammachuu keessan duubatti deebitanii ilaalaa bohaaruuf suuraadhaan yaadannoo kaa'u fedhii qabdu taanaan Istuudiyoon Keeboor harka fuune isiniin jedha πŸ™Œ Istuudiyoon keenya haala midhagaa fi ammayyaawaa ta'een Magaalaa Bishooftuutti kan ijaarameedha. Eegaa dhaabbata keenya irraa tajaajiloota kanneen akka, πŸ“Œcidhaaf πŸ“ŒGuyyaa dhalootaaf πŸ“ŒAyyaana waggaatiif πŸ“ŒSuuraa Istudiyoo keessaaf πŸ“ŒSuuraa Goodaa/Dirree irraa fi kkf Argachuu akka dandeessan yemmuu isiniif ibsinu gammachuu guddaan, koottaa guyyaa yaadannoo keessanii wajjiin haa bareechinu isiniin jenna! Teessoon keenya magalaa Bishooftuu Mana nyaataa Aadaa Cororsaa fulduraa gamoo bankii Awaash itti argamuu keessaa argamna Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa ☎️0924287470 ,0931441724 bilbiltanii gaafachuu dandeessu, Maamiltummaa keessaniif hedduu Galatoomaa! #Kebor_pictures  Telegram channel πŸ‘‰ @Kebor_Pictures
Show all...
Photo by Biruk Masfin. I want to say thank you! @Oro_quotes
Show all...
In memory of Hacaaluu, --- As is true of great man of champion, your passion and calling, your impact on the generation will carries on and will never die at your passing. You have touched and inspired many and once again I am one of them. I and my generations are honored and blessed to have known and learned from the role model like you! You were truly in the hearts of countless, that's why we will miss you forever greatly. Yes you're irreversibly gone, leaving us a lot of pain and anger behind! Moreover, you lived out oromummaa in an action, at your best until you took your last breath last year, just this night. Obviously, in your sacrifice, we loss our great hero, advocate of justice, warrior for human rights, iconic freedom fighter, equality and an avatar of personal sacrifice in service to your nation, leaving your personal matters behind. You stood up for the voicelesses in their time of great needs. Your dream of free, united where justice, freedom, equality, opportunity and prosperity available to all your citizens will lives on in us forever! Goodbye once again, our only HachaluπŸ’” @Oro_quotes
Show all...
Badhaasni Hachalu Har'a sa'aatii booda 9:00 LCT eegalee Finfinnee galma hoteela Ililliitti kan taasifamu ta'a. Saba bakki murtaa'aa ta'eef namoota invitation card fudhatan qofaaf galmichi kan eeyyamamu yoo ta'u, sagantichi Live kan darbu ta'uu koreen badhaasicha beeksisee jira. @Oro_Quotes
Show all...
Goonni kun erga wareegamee waggaa lamaan isaa guyyaa har'ati. Akkuma beekamu hojii isaa dhalootaa dhalootatti dabarsuuf foundation Hacaaluu Hundeessaa guyyaa inni wareegame kanatti badhaasa maqaa isaatiin waggaa waggaan qopheessuu eegaleera. Kunis har'a guyyaa wareegama isaa waggaa lammataa ta'uun isaa adda kan isa godhu ta'a! @Oro_Quotes
Show all...
Leza Award Haacee keenna filachuudhaan sagalee keenya haa kenninu πŸ™πŸ™πŸ™ 7000 irratti 'code 404' jennee albama isaa haa filannu πŸ™
Show all...
GODAANNISA Guyyaan of dadhabnaan Tarree kenna galgalaaf Ifti ifee yoo jiilu Iddoo dhiisa dukkanaaf Aduun hoo'ashee arginaan Hin fakkaattu kan jiiltu Garuu turtus ni lixxi Hamma fedhes haa turtu Namnis namuma dhiisaa Hamma dhumaa sin obsu Silaa waaqayyoo qofa Hamma dhumaa kan tiksu Garuu...garuuu yaaddoo kee gaafan yaadu Deemuu kee ofitti himaa Dhagaa badhadhee deemuun Maal isaati na dhibaa Maal isaatu na guba Utuu ibiddarra fiige Maal isaatu dhukkuba Utuu gaarayyuu diige Mee maaltu ulfaataadha Nyaata lagadhee taa'uun Mee maaltu nama dinqa Waa'ee kee haasa'uun Abaaboo koodha ati Fakkii gammachuukoo Tasa narraa hanqatte Haacee kutattuukoo Xiqqaa sammuun guddaa Arjaa onneen gaaraa Wanti kee keessummaadha Dhageennaan hardhaas haaraa Jabaa akka abbaakee Doorsistuu addaggee Si yaadanaan cabna Enyukaa akki kee Sagalee koo guddaa Iyya koo gaaf roorroo Si dhabeen cufame Jabaa akka feerroo Si jaallanna si yaanna Nagaa nuuf tahimee Du'a kan kee caalaa Dhugaa keetu nu dhibe Nagaan nuuf boqodhu Goota hunda caalta Kan jiru maal godhe Duuteeyyuu jiraatta! #HD 😊
Show all...
Poem for Haacee ❀️ Oro quotes
Show all...