BBO tti DFMB
Open in Telegram
2 060
Subscribers
+224 hours
+97 days
+1330 days
Posts Archive
2 060
Nagaa bultani? liistiin manneen barnootaa kanneen bara 2015 MB ibsaa hin qabneef soolaarii deeggarsa Ministeera Bishaanii irraa argameen akka isinii galchinuuf filattanii kan nuuf kennitaniidha. Hojiin qaama deeggarsa taasisu hanga barbaadamutti waan tureef MB kanneen keessaa madda adda addaa irraa carraa kan argatan yoo jiraatan MB sad.1ffaa biraa ibsaa hin qabneen akka bakka bu'u, Mb sad.1ffaa gara MB sad.2ffaa tti jijjiiramuu qaba. Haaluma kanaan, kan Godina/Magaalaa keessanii ilaaltanii mirkaneessuun hanga Wiixata ganamaatti akka nuuf deebiftan gaafanna. Sababaa ragaa deebisuu haftaniif carraa dhabuu hin qabdanuun ergaa kooti. Guyyaa Gaarii!
2 060
Nagaa jirtuu? Ragaan kun hattatamaan hoggansaan waan barbaadameef qindeessitanii manajimantii keessaniin mirkaneessuun chaappaan deeggaramee hard copy fi soft copy isaa hanga 03/05/2016 tti bilbila Daayirektera/Obbo Worqinaa) irratti akka ergamu haata'u!
2 060
Nagaa oltani jechaa jaallewwan gabaasni raawwii nyaataa MB guyyaa boruu irraa eegalee kan barattootaa BSTD irraa eegalee hanga kutaa 8ffaa yoo ta'u kan barsiisotaa akkaataa kallattiin MNO yeroo darbe kaa'ameen barsiisota hunda BSTD hanga Sad.2ffaa kutaa 9-12 dabalatee kan karooraafi gabaasa nuuf kennitan ta'uun hubatamee akkaataa kanaan haadhihaatu. DFMB
2 060
Nagaa jirtuu? kuni karoora hojii xiyyeeffannoo murtoo yaa'eefi kallattii MNO fi cheeklistii hordoffiiti. Kanaaf, kana fudhattanii karoora waggaa duraan qabamee jiru waliin wal-simsiisuun akkaataa kallattii taa'eetiin akka raawwatamu isin beeksifna. Hubachiisa ragaan adda addaa qindaa'ee akka dhihaatu gaafatame haala gaafatameen yeroo jedhametti qindaa'ee dhihaachuu qaba.Nagaan bulaa!
2 060
Nagaa oltani? cheeklistii gabaasa kur.2ffaa keessatti 2.4 jala kan jiru kanatti haafoyyaa'u. Gabaasni kur.2ffaa haala gaafatame qofaan guyyaa Wiixataa akka nuqaqqabsiiftan haata'u! Guyyaa Gaarii!
2 060
Nagaa jirtuu? Godinaaleefi Magaaloonnii Ragaa wiirtuu Deeggarsa Barnoota fedhii Addaa bara 2011,2012,2013 fi 2014 hundeeffaman haala unka gaafatameen Miniisteerii Barnoota waan barbaaduuf hanga 03/04/2016 tti akka nuuf deebistan siin gaafanna
2 060
Nagaa bultani? Ragaan kun murtee garagaraa kennuuf barbaadama waan ta'eef akkaatuma gaafatamen guutamee haadebi'u! Guyyaa gaarii!
2 060
https://t.me/one_WASH_OEB nagaa oltani? Godinaaleen aanaa sagantaa Wash qabdanu link kana fayyadamuun odeefannoo sagantaa kana ilaalchisee darbu akka hordofaan, aanaa keessaniif link kana foreward godha!
2 060
Nagaa jirtuu Jaallewwan hundi keessan? Godinaaleenfi Magaaloonni hundi keessan dhimma kanaaf xiyyeeffannaa kennattii haala unka siniif ergame Kanaan Ragaa barattoota Fedhii Addaa kan Godina /Magaalaa keessan keessa jiru tokko tokko wiirtuun kenna deeggarsa Barnoota fedhii Addaan ( IERCs) sassabdanii hanga gaafa guyyaa 05/04/2016 akka nuuf ergitan siin beeksifna
Unka lamaffaan immoo karooraafi raawwii keessaniin Ragaa barattoota fedhii addaa kan waliigalaa Godina/Magaalaa keessanii haala unka siniif ergamen hanga gaafa guyyaa 05/04/2016 ttii akka nuuf deebistan
Hub, Ragaa EMIS bara darbee gadii yoo ta,e ragaan barattoota Fedhii Addaa barattootni bara darbee eessaa akka dhaqan sababa isaa waliin nuuf ergaa
Barnoota walgitinsaaf qulqullina qabu lammii hundaan gahuuf waan hojjettaniif Galatoomaa
Education for All__Disability = Impossible
2 060
Nagaa bultani? Ragaa gaafatame kun kufaatii keenya keessaa tokko ta'uun hubatamee ragaa qulqulluun akkaataa gaafatame guutamee ogeeyyi FMB biiroo keenyaa Godina/Magaalaa keessan hordofaniif akka deebisaa haata'u!
