Burka Tech
Open in Telegram
Welcome to BurkaTech! 🚀 Join us & and stay updated with the latest on: New Technologies | AI Tools | Crypto Airdrops | Computer Tips. Yaadaaf @ContactBurkabot
Show moreNo data
Subscribers
+324 hours
+207 days
+5530 days
Posts Archive
⚡️Wayita kompiitara haaraa tokko bittanitti kallattiin itti fayyadamuu eegaluun duratti #software murtessoo jalqaba irratti fe’achuu qabdan.
Kopha kophaatti kan feetan filattanii download godhachuu kanneen barbaaddan ammoo channel isa kana irraa argattu. @computer_softwares1
Share🔁
@burkatech
Top Free AI Tools for Content Creators in 2025
🛑Akkuma beekamu guyyaa har'aa #Ai balbala inni rurrukutee itti seenaa hin jirre hinjiru. Bakka hundatti fayyadamni isaa babal’achaa jira, hojii keenya hedduus salphisuutti argama.
🛑 Irra jireessan ammoo gama #content_creation tiin jijjiirama guddaatu mul’ataa jira. Ai tools kanneen content creation garaagaraaf tajaajilan, fakkeenyaaf:
⚡️Blog post barreessuuf
⚡️Video script qopheessuuf
⚡️Graphics design gochuuf
⚡️Video generate gochuuf
⚡️Voiceover sagalee qopheessuufi wantoota kana fakkaatan addaa addaaf gargaaran hundi, kanneen #free bilisaan fayyadamnu #Video armaan gadii keessatti ibsamee jira waan ta'eef, seentanii daawwachuun bakka feetan irratti itti fayyadamuu dandeessu.✌️
📎 https://youtu.be/UmtiFBQ6sM4?si=CzPk_6hPGDWTtwup
Share 🔁
@burkatech
⚡️ #Sora2 - yeroo ammaatti video realistic ta'e daangaa tokko malee generate gochuudhaaf #Ai gargaaru fayyadamuuf invitation code ittiin seentan namoonni barbaaddan jiraannan DM na godhaa.
⚡️ Maalummaa Sora Ai sirriitti hubachuu fi beekuu kan feetaan ammoo asiin dubbisuu dandeessu SORA AI
The first #Ai full course in Afaan Oromoo🔥🔥🔥
🤖 #AI fayyadamuun dalagaa online garaagaraa salphifachuuf akkasumas #Ai tti gargaaramuun maallaqa online hojjechuun duratti #Ai dhumti maal akka ta'e sirriitti beekuu fi hubachuun hedduu barbaachisaadha.
⚡️ Kanaaf egaa sadarkaa teeknooloojii addunyaan guyyaa har'aa irra geessee jirtu kana walqabsiisuun waayee maalummaa #Ai akkasumas akkaataa inni itti hojjetu fi wantoota kanaan walqabatan irratti #video course an isiniif qopheessee jiru kun baayyee tokko sin gargaara. YEROONIS amma waan ta'eef itti fayyadamaa.
📎 Video Link: https://youtu.be/LKT6ZvFC8-s?si=out9uwIwyVUBIPEl
Tajaajila #PASSPORT barbaaddan kamiinuu Online nu biraa ni argattu.
🔸Passport haaraa baasuu
🔸Passport haaromsuu
🔸Passport bade fi
Tajaajiloota kanaan walqabatan hunda nubiraa argattu. Nuquunnamuuf channel armaan gadii kana fayyadamaa.
@oro_online_passport
@oro_online_passport
Veo 3 is now free 🔥
⚡️Video generate gochuuf kan gargaaru Ai dhaabbata Google kan ta'e Voe 3 amma irraa eegaluun bilisaan fayyadamuu dandeessu.
⚡️Guutummaatti free ta'uu baatus amma irratti video dheerinni isaa haga second 8 ta'e generate gochuu sin dandeessisa. Ai model kana fayyadamuuf link kanaan seenaa. Open Veo 3
⚡️Maalummaa Veo 3 beekuu kan feetan ammoo maxxansa an armaan olitti duraan maxxanse dubbisuu dandeessu.
@burkatech
Google's Voe 3 Ai Model🔥
🛑 Voe 3 - Ai model haaraa dhaabbata Google'n #develop ta'anii guyyoota muraasaan duratti #launch godhaman keessaa isa tokko yoo ta'u, wantoota dinqisiisoo inni qabatee dhufe addunyaa ajaa'ibsiisee jira.
🛑 Ai model kun video #scene isaa eeggate audio fi wantoota garaagaraa dabalatee qulqullina olaanaadhaan jalqabaa kaasee haga xumuraatti prompt ykn ajaja tokko qofaan #generate gochuu danda'a.
🛑 Akkuma beekamu Ai model haga ammaatti jiran hedduun isaanii text, audio ykn video generate gochuuf #prompt (ajaja) garaagaraa duraa duubaan kennuufiitu nurraa eegama. Kanneen ajaja tokkoon generate godhan ammoo, gariin qulqullinatu isaan hanqata gariin ammoo realistic miti (akka Ai dhaan generate ta'an sirriitti beeksisu).
🛑 Ai model Voe 3 kun garuu ajaja #prompt tokkicha kennameef fayyadamuun video, audio, akkasumas sound effect fi wantoota barbaachisoo addaa addaa waliin video scene guutuu qabu haga waan inni Ai dhaan uumame hin fakkaannetti generate gochuu danda'a.
🛑 Kana qofa osoo hin taane Ai model kanaan walqabatu fi #FLOW jedhamu fayyadamuun ofii keessan akka #character tokkootti galchuun namoota beekamoo feetan waliin bakka feetanitti video movie scene isaa eeggatee fi baayyee realistic ta'e hojjechuu dandeessu.
🛑 Video #generate ta'u kanaafis ammoo akkaataa fedhii keessaniin kallattii kaameeraa (camera angle) feetan filachuu dabalatee wantooota hedduu qajeelchuun haala dhugaa irraa hin fagaanneen #generate gochuu dandeessu.
🛑 Ai kun irra jireessaan namoota akka filmmakers, storytellers ta'an fi dalagaawwan kanaan walqabatanii jiran irratti hirmaataniif gumaachaa olaanaa godha jedhamee eegama.
🛑 Amma irratti Ai tool kun bilisaan gadi hin lakkifamne, haata'u malee kaffaltiidhaan akkasumas namoonni Google AI Pro fi Google AI Ultra plans #subscribe gochuun fayyadamaa jiran access gochuu danda’u.
@burkatech
⚡️#Binance Red Packet Giveaway.
Namoonni account binance qabdan Link gadiin seenuun red packet giveaway qophaa'ee jiru fudhadhaa.
https://app.binance.com/uni-qr/Wnh8AyB2?utm_medium=web_share_copy
Share
@burkatech
🛑Telegram account fayyadamaa jirtan #delete gochuu yoo barbaaddaan haala armaan gadiin delete gochuu dandeessu:
🔸Jalqaba gara official website kanaa adeemtu.
https://my.telegram.org/auth
🔸Itti aansuun account #delete gochuu barbaaddan san lakkoofsa bilbilaa galchuun #next jettuun. Login Code -- telegrama account sana irratti siniif ergamu itti galchitanii #sign_in jettuun.
🔸Sana booda #Delete_Account kan jedhu tuquun account keessan permanently delete gochuu dandeessu.
🔔 Wayita account kana #delete gootanu info account sana waliin walqabatu kanneen akka chat, group, channel, image fi kkf hundinuu waliin badu ykn haqamu.
Share
@burkatech
⚡️ Bu'aan DV-2026 ifoome jira. ilaalachuuf link armaan gadiin seentanii confirmation number keessan fi info barbaachisan galchuun #check godhachuu dandeessu.
https://dvprogram.state.gov/ESC/
⚡️ Namoonni confirmation number keessan dagattan ammoo bakka "forgot confirmation number" jedhu irra xuquun odeeffannoo waayee keessan inni sin gaafatu hunda galchuun karaa email keessanii confirmation number akka siniif ergamu gochuun ilaalachuu dandeessu.
Share
@burkatech
#Software garaagaraa kan kompiitara keessaniif sin barbaachisaa jiruufi akka nuti gadi isiniif lakkifnu barbaaddan #comment godhaa
🛑 Namoonni DV-2026 duratti #apply gootanii turtan #result keessan guyyoota muraasaan booda May 3, 2025 irraa eegaluun karaa website armaan gadii ilaalachuu dandeessu.
Link: http://dvprogram.state.gov
🛑 Ilaalachuuf Confirmation Number kan yeroo galmee siniif kennamu san qabaachuun kan isin barbaachisu yoo ta'u, sana ittin galchuun check gootu.
CARRAA GAARII 🔥
Share
@burkatech
🛑 Adobe Collections 2025 🔥
Software #Adobe barbaaddan garaagaraa link gadiin seentanii computer keessan irratti #download godhachuu dandeessu.
🔸Adobe Photoshop
🔸Adobe Illustrator
🔸Adobe Aftereffects
🔸Adobe Premiere Pro
🔸Adobe Audution
Share
@burkatech
$PAWS namoonni #claim hin goone #onchain withdrawal wayita eegalu link kanaan seentanii withdraw gochuu dandeessu.
https://paws.community/app/dashboard
$PAWS Listing Countdown 🔥
🛑 Guyyaa har'aa sa'a 8:00 (LT) irratti list ta'a.
Share
@burkatech
Microsoft Office 2019 Free - #computer keessan irratti #install gootanii bilisaan fayyadamuuf
Share
@burkatech
+1
⚡️ Wallet keessan #check godhaa.
🛑 $PAWS gara exchanges garaagaraa seenuu eegalee jira. #Bybit #Bitget
🛑 Namoonni #claim hin godhiin ammoo bor irraa eegaluun #onchain dhaan claim gochuu kan dandeessan yoo ta'u kanaafis phantom wallet irra #fee dhaaf $SOL muraasatu sin barbaachisa.
Share
@burkatech
