cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Jawar M ija tenya❤️💚❤️

Jawar Mohammed ija tenyaa

Show more
Finland1 885The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
499
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
Oromoo fannoo Amaaratiin dhuman keessaa muraasa isaanii kunoo😭😭😭 1. Jaarsoo Faantaa 2. Geetachoo dhugumaa 3. Latisse jaarsoo 4. Tasfaayee Geetachoo 5. Galiilo Baabuu 6. Tasfaayee Immiruu 7. Baqqalaa Gammachuu 8. Waaqjiraa Ayyaanaa 9. Fufaa Hundee 10. Dhufanii Boggaalee 11. Gammadaa Abdii 12. Tamasgeen Abdii 13. Guree Xiixaa 14. Abraham Yeesuf 15. Hordofaa Hundee 16. Dassalee Alamuu 17. Tamee Bonger 18. Simaa Bachii 19. Ayyaanaa Abdii 20. Zalaalam Tamasgeen 21. Malkaamuu Babuusi 22. Tasfaayee Gecheer 23. Obsii Tasfaayee 24. Bayyanaa Gichilee 25. Obsii Amantee 26. Amsaaluu Goobanaa 27. Darajjee Tafarii 28. Margaa Abdiisaa 29. Tamasgeen Dassaloo 30. Badhaasaa Tamasgeen 31. Wayyeessaa Abdii 32. Dassaaloo Margas 33. Garramuu Dassuu 34. Dastaa Animoo 35. Birtuu jibaat 36. Abdii Tilaahun 37. Magarsaa Abdiisaa 38. Abdiisa Teessoo 39. Moosisaa jamaa 40. Bayyanaa Gammadaa 41. Misgaanaa Niguse 42. Dassaaloo Jibaat 43. Asaffaa Guggee 44. Shifarraa Goboloo 45. Abaataa Bayyanaa 46. Bayyanaa 47. Indashaa Geetanee 48. Daani'eel waaqjiraa 49. Goboshoo Admaasuu 50. Animo Shifarraa 51. Abaatee Goobanee 52. Adamoo Galataa 53. Kidaanee Tasfaayee 54. Goboshoo Galataa 55. Dassaaloo Margaa 56. Beenyaa Roobaa 57. Fikaaduu Garbaa 58. Tujee Miskir 59. Ganamee Duubee 60. Asaantuu Dachaasaa 61. Bareedduu Gannatii 62. Awwaqee Jaalataa Maddi Odeeffannoo:- Oromia Media Network 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Show all...
Congratulations Doktora Kabaajaa Komishinar Darartuu tulluu ! Haadha Milkii, Sadarkaa Gulantaa #Commissioner Argachuu Keessaniif Bagaa Gammadaan. 🙏
Show all...
Dargiin debitee jirti! Oromiyaa bakka adda addaa irraa dargaggeessa dirqiin haadha boochisaa gara waraanaa guuraa jiru. Ganda hunda irraa nama 30 fidaa jedhanii guuraa jiru. Maallaqas ummata ofiiyyuu waan nyaatu hin qabne dirqamaan 2000 kennitan malee jedhanii dirqaa jiru. Kuni waan Oromia guutuu keessatti ta’aa jiruu dha.
Show all...
Bilxiginnaan uummata keenya Horro Guduruu akkasitti daboo milishaa fi Faannoo Amaaraa itti bobbaasuun lafaa fi qabeenya isaa irraa buqqaasaa jirti. Oromoo taa’ee wal ilaaluun kun tokko tokkoon isa kaffalchiisaa jira.
Show all...
#BreakingNews Shawaa Roobatti Faanoo Warrana keenya Kan hidhaman nuuf hiika jechuun Karaa Cufuun Lolaa guddaa liiyyu Haylii wajjiin gaggeessa jiru. Faanoo Lamma Amumaa Ajjeeffamaanii jiru. Ummanni keenya Of eeggannoo godhaa!
Show all...
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
Dursa ijoollee Harargee fi Abbootiin Qabeenya Harargee qooda fudhachuu qaban....! Abbootii Qabsoo Hangafoota jalqaba Qabsoof Daandii saaqan fi Artistoota jalqaba Art Biqilchan fi Goototaa akka #Elemoo_Qilxuu, #Jaarraa_Abbaa_Gadaa,#Usmaayyoo_Muusaa, #Mustafa_Harawee,#Abdii_Qophee, Sheek #Bakrii_Saphaloo,Sheek #Mohammed_Rashaad_Abdullee fi waahilaan isaanii bayyee hanga amma Siidaa tokko dhaabu dhabun keenya dadhabina keenya. Nama achii ilaaluu dhiisa. Namni isiin dursuu hin jiru. Kan Shawaa,Baalee,Arsii,Jimma,Wallaggaa...jiru dhufe Siidaa dhaabu qabnaf siin hin jedhu. Yoo atii jabaate qofa dhufe sii gargara. Kana beekuu qabdan... Warreen Qabsoo keessatti hanga isaanii Arsaa hin kafaliin meeqatuu leellifama jira,Yaadatama jira. Goototaa keenya jennee farsuu fi ittin dhaadachuu qofti ta'u hin qabu. Dhaloota Seenaa jiraachisuu ta'u qabna malee Dhaloota Seenaa ajjeessuu ta'u hin qabnu. Isaan nuu irra Haqa qaban. Haqa isaanii irraanfachuun ni ta'a ree? Itti ansuun Foundation tokko kan Maqaa isaaniitin ijaaramee hin jiru. Budget Alaa fi Keessan waliitti yoo buufne amma karaa Salphan Xumuruu dandeenya. Marii dhabu keenya fi Ormaa jalaa eegee raasuu dhiisuu qabna. Yoo ofii taatee malee namaa ta'u hin dandeessu. Ajandaan keenya kana ta'u qaba. Kabajamuuf dursa of kabajuu dursa.
Show all...