1 233
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-2630 days
Posts Archive
#Gorsa
#Carraa guddaa kana hin dhabinaa!
قال النبي ﷺ: "من صام رمضان ثم أتبعه ستًا من شوال كان كصيام الدهر"Nabiyyiin Rabbii ﷺakkana jadhan:
"Namni Ramadana soomee, itti aansuun guyyaa jaha ji'a Shawwal irraa soome, akka nama waggaa guutuu soomeetti lakkaa’amaf 📌 Hiikkaan isaa: Hujiin gaariin tokko dachaa kudhaniin galateeffamta kanaafuu 👉 Ramadanni (guyyaan 30) = guyyaa 300 Guyyaan jahan = guyyaa 60 siif herregama Walitti = guyyaa 360 taha akka waggaa guutuu nama soomeeti jachuudha. 🔹 Yoom akkamitti soomama? ✅Guyyaa iidaa booda jalqabama ✅Walitti aansuun soomuu ni danda’ama ✅Ykn addaan baaftee ji’a shawwaal keessatti soomuun ni danda’ama 🤲Rabbiin keenya nuhaa gargaaru, nuhaa milkeessu
● warra baranaa kan bara Hegeree nuun haa jedhu
Eid mubarak ka baraka ka gammachuu isiniif haa ta'u ❤️😍@mubarek54
Zakaatal fixr
● Daqiiqaa (harcee/duqeeti) = kiilo 2
● Garbuu =kiilo 2.5
● qamadi =kiilo 2.5
● ruuza = kiilo 2.6
● boqqolloo =kiilo 2.6
● xaafii =kiiloo 2.5
● maashilla =kiilo 2.25
Mana maree muslimoota ethiopia 🇪🇹
"Irra caaltuun salaatoowwanii Rabbi biratti subhii guyyaa jumu'aa jama'aan salaatuu dhaa." Je'an Nabiin keenya ﷺ
#Dhaamsa ganama arraa..
•• Ramadan 14 ••
Lola kee hunda keessatti injifachuu malta..
Ammoo lola kee Tokko keessattillee haadhaa fi Abbaa kee ,fira kee nama wajjiin wal loltu hin godhatin.
Hanga feete injifattellee sitti fakkaatu..waa hunda kasaarteeti jirtaa akkasitti quba qabaadhu.
@mubarek54
10 أعمال مُستحبّة #يوم_الجمعة :
Dalagaa guyya jumma jaalatamtu
****
1-الاغتسال🌿
1- dhiqachuu
2-السواك🌿
2- Ilkaan Rigachuu
3-الطيب🌿
3- Shitto naqachu
4-لبس الجميل🌿
4- Uffata bareeda uffachu
6-تلاوة سورة الكهف🌿
6- suuraa kahfi qara'u
7-الإنصات للخطبة (وجوباً)🌿
7- yeroo khuxbaa callisu (dirqama)
8-كثرة الصلاة على النبي ﷺ 🌿
8- salawaata heddumessu
|»@mubarek54
