cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

CALANQOO_POST

Haqaaf Falminee Haqaaf Duunaa Raqaaf hin falminu hin duuna malee

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
212
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

ABDII SABAA: Sagalee barattoota yuunivarsitii Debre taaboor. Mootummaan naannoo Oromiyaa Sagalee barattootaa kana dhaga'uu qaba. Yuunivarsitiin Dabre taaboor barattoonni akka galan beeksisa guyyaa harraa baaseen ibsee jira. Kanaanumaan walqabatee barattonni sabaan Oromoo, Oromiyaa irraa bakka sanatti argaman rakkachaa jiraachuu dhageenyee jirra. Sagalee barattoota Oromoo yuunivarsitii Debra taaboor irraa bifa armaan gadiin dhaga'ama👇 "Barattoonni keenya rakkachaa jiru, galuudhaaf immoo konkolaataan hin jiru konkotaataan mooraa ammoo ijoollee isaanii Gondarii fi bahar daaritti geessaa jira, ijoolleen oromoo immoo baayyee rakkataa jiru mootummaan naannoo Gaambeellaa fi Benishaangul Gumuz ijoollee isaanii dhufee fe'atee jira, haallii naannoo baayyee ulfaatadha, Waraanni TPLF immoo magaalaa ga'uutti jira, dhukaasni baayyee nutti dhaga'amaa jira, nuti immoo ijoolleen oromoo baayyee sodaannee jirra mootummaan naannoo oromiyaa garuu kana argaas dhaga'aas hin jiru maaltu fala nuuf ta'a? akkuma asii baanu qofa haala nuuf mijeessaa adaraa!! dhaamsa kana nuuf dabarsaa. Gibbiin immoo haallii waan baayyee ulfaateef barattootan bahaa jedhee jira" SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 T.me/ABDII_SABAA T.me/ABDII_SABAA 📹YOUTUBE📹 https://youtu.be/dsNt08CUxYo https://youtu.be/dsNt08CUxYo https://youtu.be/dsNt08CUxYo 📚KITAABA BARATAA📚 https://t.me/joinchat/oe6pQ99DIjs1OTBk https://t.me/joinchat/oe6pQ99DIjs1OTBk 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
ABDII SABAA

Chaanalli kun ijoollee keenya sababa dhiibbaa garaagaraa biyya keessa jiruuf barnoota isaanii haalan barachuuhin dandeenyeefi miidhaa garaagaraatiin fiixaan bahiinsa dhabaniif gargaarsa ta'a jedhamee kan banameedha.yaadaaf @yaadaafqeeqabot @WALGAII

Prime Minister JM: Warri Magaalaa Axaayyee suni ammas shira ummata Oromoo Walloo irratti xaxuu maaf barbaadan garuu!? Sila saboota meeqa jeeqanii dhaqqabu!? This craziness must be stopped! Naannoo Amaaraa Heera Mootummaa federaalaa akka kabaju taasisaa jennee osoo iyyinu dubbiin duruu as geette. Odeeffannoon Axaayyee irraa dhufaa jiru naannoo Amaaraa mataa isaatiifuu gaarii miti. There is no way to peace, peace is the way---Mathma Ghandi @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
Zak Dube: “Akkam jirta? Waan ta'aa jiru: PPn waan qabattu dhabdee 1. Mana manarra deemtee daakuu, barbaree fi shiroo waraanaaf jette guurti 2. Hojjataa mootummaa osoo hin gaafatin/ itti hin himin mindaa irraa muraa jirti 3. Ganda tokko tokkoon nama waraana deemu dhibba shan shan fidaa jedhaa jirti 4. Hojjataan mootumaallee leenjii waraanaa haafudhatu jedhaa jiran Ummanni gubbaan PP jalaan qaala'iinsa jiruutiin waddamaa jira. Namichi ummata quba hin qabu. Abjuma ufii waliin jiraata. Wanti hundi too'annoon ala tayuuf deema. Haga dandeettaniin dafaa qilleensarratti deebi'aa.” @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
Samuel Bekele: #ShareShareShareShare Facebook #Ferhan_Abduselam guyyaa 30f waan jalaa uggurameef yeroon ammaa murteeysaa waan taateef odeeysaalee inni karaa biraatiin maxxansu #page kanarraa argattuu waliif qoodaa page kana! Share https://www.facebook.com/102227952047304/posts/162146716055427/?app=fbl @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Aaminaat sh/kaa jimmaa: Channel Afaan Oromoo gurguddaa kan woliin hojjennu yoo hin qabaanne Join godha. @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
Obsaa Abdiisaa: Oolmaa Dhaddachaa guyyaa har'aa irratti Manni murtii gaaffii abbaan alangaa "ragaawwan ani qabu golgaa duubaan naaf dhiyaatan!" jechuun gaafate kufaa taassisera. ==••==••==••==••==••==••== Akkuma beekamu falmii himannaa yakkaa galmee Obbo Jawaar Siraaj Mahammadii fi namoota 24 fi abbaa Alangaa jidduu jiru ilaalchisee akkaataa ragaawwan dhaddacha cufaa tahe keessatti, haala eenyummaa isaanii hin barbamnee fi fuulli isaanii hin mul'anneen akka ilaallamuuf gaafate, manni murtii kufaa gochuun, ajaja armaan gadii, 1. Ragaan dhaddacha banatti fi 2. Eenyummaa fi fuulli ragaawwanii osoo hin dhokfame ragaa akka bahan kenneera. Haaluma kanaan dhaddacha banaa ta’etti ragaa dhagayuuf, -Gaafa 22/2/2014- 26/2/2014 -06/3/2014-17/3/2014tti walitti aansee jecha ragaa dhagayuuf manni murtii Ol’aanaa Feedaraala Lidatatti taa’e baallama qabeera. Kedir Bullo @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
Etana Habte: Watch "🔴 Seenet Gizaachoo Icciitii Baafte - Maatii Koo Doorsisan - Mucaa Keessan Ajjeefna jechuudhaan himti daa'imni tuni... Erga daawwatanii booda //Gadaa HD Subscribe gochuun hordofaa" on YouTube 👇👇 https://youtu.be/n_xXXFE113s
Show all...
🔴 Seenet Gizaachoo Icciitii Baafte - Maatii Koo Doorsisan - Mucaa Keessan Ajjeefna...//Gadaa HD Subs

Zak Dube: Worroota Bilxiginnaa keessaa Bahan ilaalchiisee - Miiraan ilaallaa moo…?? ==================================== Tibba kana Atakaaroo garee lamaa Irraa ka’u tokko argaa jira. Worroota Sirna Bilxiginnaa gananii ykn keessaa ari’amanii bahan akkamitti itti fayyadamuu qabna irratti. Gareen tokkoo gantoota waan ta’aniif irraa fagaachuu qabna jedha. Gareen kuni Lakki icitii diinaa hedduu himuu danda’an waan ta’eef itti fayyadamuu qabna jedha. Ani Filannoo 3ffaa qaba. Inniis of-eeggannoo cimaan itti fayyadamuu qabna Kan jedhu. Maaliif ? 1- Fkn ABO-WBO fi TPLF yoo woliin hojjachuuf Woliif galan goshoo wolii/hiriyyaa wolii ta’anii miti. Diina woloo balleessuu irratti malee , Kanaaf Yeroo amma kanatti kan ilaaluu qabnu waan darbe caalaa waan nu afoo jiruudha. Waa’ee waan darbee yoo balaa hamaa kana keessa baane dubbanna. 2- Diina kee mo’achuuf Mooraa diinaa keetii diiguu/laaffisuun tooftaa isa cimaadha. Yoo waa’een jara keessa bahanii Ajandaa ta’ee nutti irratti Wol-fixne kan fayyadamu diina keenya. Sanuu gooliii 2 ofitti galchaa jirra. Atakaaroo hin barbaachifne uumnee Tokkummaa keenya laaffisuu fi diinaaf Ajandaa keennuu dhiifnee irraa fudhachuu. Qaawwa sanaan waan baay’ee nutti seena. Siyaasa keessatti miiraan deemuun gatii guddoo nu kafalchiisee jira. Gatii kana caaluu kafaluu hin qabnu. Namoota kana ofitti siqsuu jechuun goota gochuuf ykn Baga diina jalaa baate jennee isaan ofitti simachuuf miti. Qe’ee diinaa haphiisuu/laaffisuuf malee. Woraanni Bilisummaa Oromoo Woraana diinaa yoo qabu hunda Hin ajjeessu. Kana itti fayyadamuu qabu jijjiree itti fayyadama. Kana irratti Kutaa itti aanu keessatti waan Hedduu Jenna. Ammaf irra haa dabarruu! Kanaaf namoota kana of-eeggannoo cimaa faana akkamitti itti fayyadamnaa irratti yaaduu qabna. Kana keessa kan ergama fudhatanii dhufaniis jiraachuu malu waan ta’eef of-eeggannoon gochuu qabna jedhe. Waa’ee itti gaafatamummmaa wontoota hojjachaa bahanii Irraatti Dhimma amma keessa jirtu keessaa erga banee booda wolitti deebina. Kana ta’uu bannaan qe’ee diinaa laaffisuun baay’ee ulfaatadha. Kutaa 2ffaan Wolitti deebina! @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
AANOLEE-POST: #oolmaa 👉Ergaamaan Addaa Haaraan Ameerikaan Gaanfa Arfiikaaf Muudde Yeroo Lammaffaaf Bor Itoophiyaa Ni Seenu Jedhame 👉Univarsiitiin Wallaagga Maqaa Aartistii Hacaaluu Hundeessaatiin Mana barnootaa Muuziqaa Isa Jalqabaa Banuun ebisiiseera 👉Faransaay Walii galtee Waraanaa Itoophiyaa Waliin Qabdu haquushee Maddeen Odeeffannoo Aduunyaa Gabaasan 👉Waraanni Tigraay Dassee Fii Dabra Taabor Marsee Jiraachuu Beeksiisuun Injiffannoo cululuqaas Argadheera Jechuun gabaase 👉Mootummaan Dhaabaa Haaraa Tigraay Irratti Hundeessaa Jiraachuu Ebcin Gabaaseera Kunis Ummanni Tigraay Rakkoo Humna Shororkeessaa Tplfin Irra Gahaa Jiru Furachuufi jechuun Gabaaseera 👉hoganoonni naannoo oromiyaa naannoo binishagulgumuz fii naannoo gaambeellaa waliin mari'atan keessoon maricha hamma ammaatti hin beekamne garuu isaan dhimma walooorratti jedhaniiru ! 👉Sababa Waraanni Hamaan Wallaggatti Wbof Pp Gidduutti Tahaa Jiruuf Tajaajilli Geejibaa Gutumaan Guututti Dhaabbateera Jechuun Bbc n Gabaase 👉humnoonni Naannoo Amaaraa Pp Damee Amaarattirratti Dhaaba Biraa hundaasaa Jiru kunis naannoo Amaaraa Guutumaan Guututti Fonqolchiisuus dandaha jedhame rogeeyyiin mootummaas hatatamaan mootummaan tarkaaffii irraati fudhachuu qaba jedhan 👉Daandiin Guddichi Finfinnee Bahirdaar geessu Rakkoo Umamaan sigigaachun Guddaan Cufameera Amma Naannoo Amaaraa Irraa FinFinnee Galuuf Karaan Jiru Wallagga Keessaan Kan Darbu Qofa ! 👉Akkaataan Du'a Abukaatoo seeraa Abduljabbaar Huseen Walfalmisiisaa Dhufeera (Addisstandard Waantoota Jiran Qulqulleessaan Jira Jedheera ) 👉Lakkoofsi Namoota Waraanaan naannoo tigraayifii affaar irraa buqqa'anii kuma dhibba afur gahuun ibsame 👉aaktiivistoonni amaaraa ertiraan nu cinaa dhabbachuun dirqama jedhan
Show all...
Guyo Wario: Oduu Ammee Namni Abduljebar Hussein Ajjeese beekkamee jira kunoo video asii gadii ilaalaa share waliif godhaa 👇👇👇👇👇 https://youtu.be/1S9Vn5whwAw @TokkummaaQeerrooOromoo @TokkummaaQeerrooOromoo
Show all...
Oduu Ammee Abduljebar Hussein namni ajjeese beekkamee jira|Haati Warraa isaanii kunoo ifa baastee

Well Come Our Channel "ORO NATION" You Get New Information,Reaction Videos,Funny Videos,Technology Videos & News From Our Channel Subscribe to Our Channel With Bell icon like👍Our Videos You Watch ThankYou❤! WBO 2020,Jaal Marroo,marroo dirribaa,jaal marroon,waraana oromoo,waraana bilisummaa,bilisummaa WBO 2019, #Shimeman #RediAdem Tube #Aslijonneesabaa #QaanqeeShow #ibsuuObse #ibsuobse #Markshow #Gingilchaa #Abdumobileapp #abdumobilapp #RediAdem Tube #MohaOromoo #United Oromia #Dirreewood #Mikomikee #FaniSamri # Abdi & Megertu #EthioPrank #EthioGoldDiggerPrank #Galana Garomsa #JaafarYusuuf #JaferYusuf #AGM #Kabbitoo #KabbitooFIB #FIB #SeifuOnEbs #VisionEntertainment #HopeMusicEthiopia #AbelBirhanu #AddisChewata #AbrelloHD #MinewShewa #EthiopianNews #NewOromoMusic # #NewOromoMusic2021 #ittiqaaTafarii #Golden Entertainment #GoldenEthioMusic #DonkeyTube #FegegtaReact #CaalaaDaggafaa #YNAOROTUBE #MarkShow #BekiShow #WolloTube # #EthiopianNews #Prank #ZayTube #ODUUAmmee #OduuGaddaa #HacaaluuHundeessaa…

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.