cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Hamilessaa (Motivation)

~~~~ “ Your love for one another will prove to the world that you are my disciples.” ~~~~ Contact us @Gracious2bot @thestar22

Show more
Finland797The language is not specifiedMotivation & Quotes4 145
Advertising posts
8 679
Subscribers
+1424 hours
+1117 days
+24230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
⚛️ 𝐊𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐊𝐄𝐄 𝐁𝐄𝐊𝐓𝐀 ❔☮️ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ✔️𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
Show all...
🔳 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚 🔳
🟪 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟪
🟥 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚 🟥
⬛ 𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐚 ⬛
🔷 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐚𝐥𝐥 🔷
Repost from WAALIIF PROMOTION
Show all...
Dhalli namaa gaaffilee akka, "Maaliifan dhaladhe? Hiikni jireenyaa maali?" Jedhanfaa waliin jalqabarraa kaasee wal'aansoo wal qabaa tureera; ittumas jira. Gaaffilee kanaan dhiphachuun (𝐸𝑥𝑖𝑠𝑡𝑒𝑛𝑡𝑖𝑎𝑙 𝑐𝑟𝑖𝑠𝑖𝑠) jireenya keessatti nama hunda kan mudatu ta'us, hammamtaan isaa baay'ee wal caala.Namootni dibaabee amantaa jala jiran rooba gaaffilee kanaatiin hagas mara hin dhaanaman. Akkuma falaasaa beekamaan #Bertiraandi_Ruuzel jedhe ammoo, hanga Uumaa hin giddu-galeeffannetti gaaffileen kunneen sirruma miira hin laatani. Waa'ee hiikoo jireenyaa ilaalchisuun falaasamoota si'a baay'ee ka'an sadii gabaabinaan yoo ilaalle: ❶𝐍𝐢𝐡𝐢𝐥𝐢𝐬𝐦: Yaadni kun 𝑁𝑖𝑒𝑡𝑧𝑠𝑐ℎ𝑒 faana kan ka'u yoo ta'u (Niicheen 𝐸𝑥𝑖𝑠𝑡𝑒𝑛𝑡𝑖𝑎𝑙𝑖𝑠𝑚 faanas darbee darbee ni ka'a), akka falaasama kanaatti jireenyi hiika hin qabu; gatiis hin qabu. Hiika jireenyaa gaafachuuniyyuu hiika hin qabu. Namootni yaada kanatti amanan hundi kanneen Waaqni hin jiru jechuun amananiidha; garagalchoon isaa garuu yeroo hunda dhugaa ta'uu dhiisuu mala. Gabaabumatti sababni nuti jiraannuuf sababuma jirruufi akka jechuuti. Jireenyi gaafa fayidaa hin taane ammoo duutis kasaaraa hin ta'u mitii? ❷𝐀𝐛𝐬𝐮𝐫𝐝𝐢𝐬𝐦: Akkuma maqaa isaa, falaasamni kunis isa duraa irraa hin fagaatu. Barreessaa beekamaa 𝐴𝑙𝑏𝑒𝑟𝑡 𝐶𝑎𝑚𝑢𝑠 jedhamu faana jalqabe. Akka isaatti jireenyi hiika ifaa ta'e hin qabu. "Hiikni jireenyaa inni sirriin, waan ati hojjechaa jirtu kamuu, kan akkati of hin ajjeefneef si eegaa jiruudha." Jedhee ture.Barreessichi 𝐴𝑏𝑠𝑢𝑟𝑑𝑖𝑠𝑚'dhaaf furmaata sadii kaa'a. Yookiin of-ajjeesuu, yookiin falaasama ajjeesuu, yookiin ammoo fudhachuu. Of-ajjeesuunis hiika sababa hin qabneef waan filatamuu malu miti jedha. Falaasama ajjeesuun ammoo (Duuchaatti amantaa tokko fudhachuu jechuu isaati; hanga ta'e yaada 𝑃𝑟𝑎𝑔𝑚𝑎𝑡𝑖𝑠𝑚'tti siquudha) dhugaa baqachuu waan ta'eef, bitaacha'ummaa jireenyaa mara fudhachuun daandii gammachiisaa fakkaaturra jiraachuu akka wayyu dubbata—𝐶𝑎𝑚𝑢𝑠. (Kitaabilee isaa keessaa 𝑇ℎ𝑒 𝑆𝑡𝑟𝑎𝑛𝑔𝑒𝑟 fi 𝑇ℎ𝑒 𝑀𝑦𝑡ℎ 𝑜𝑓 𝑆𝑖𝑠𝑦𝑝ℎ𝑢𝑠 yoo dubbistan bareedaadha.) ❸𝐄𝐱𝐢𝐬𝐭𝐞𝐧𝐭𝐢𝐚𝐥𝐢𝐬𝐦: Falaasamni kun miira duwwummaatiif kaan caalaatti hanga ta'e fala qaba. Akkasumas, namoota jiraachuu Uumaatti amananiinis ta'e, warra mormaniin qooddatamuu ni danda'a. Akka yaada kanaatti uumamuu ykn jiraachuutu hiika ijoo ta'e qabaachuu dursa (𝐸𝑥𝑖𝑠𝑡𝑒𝑛𝑐𝑒 𝑝𝑟𝑒𝑐𝑒𝑑𝑒𝑠 𝑒𝑠𝑠𝑒𝑛𝑐𝑒). Jireenya keessatti waan hiikoo namaaf ta'u namumatu filatee kalaqata malee, dhoksaan abuuramu hin jiru jechuudha. Kanaaf, namni kamuu fedhaa fi qalbifannaa mataasaa fayyadamuun waan jireenyasaaf hiikoo ykn miira laatu kamuu akka filachuun irra jiru yaada dubbatuudha. Kishaafa namoota kanaan jireenya gaafa ilaallu miiraa fi yaada isaanii caalmaatti hubachuu dandeenya. Sababoota isaan irraa ka'uun barreessan sirriitti caqasuuf kitaabilee isaanii yoo dubbistan bareedaadha. Yaadota baay'ee akka gudunfaa yaadaatti osoo hin taane, akka ka'umsa yaadaatti kan fudhannu yoo ta'eef—yaada kamuu baruun gaariidha. @ifa_tesfa @thestar22 @graciouslove2 #ThrusdayMotivation #Success #BaalleeKitaabaaKeessaa #readingchallenge #philosophy #viralpage
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Kitaabota pdf'n 📚📚📚📚📚📚📚 kitaabota gara garaa akka fedhii keessaniitti argachuu barbaddumoo❓❓
Show all...
✅ EEYYEE ✅
❌ LAKKII ❌
📋 KITAABOOTA HAFUURA 📋
📖 KITAABOOTA ASOSAMMAA 📖
⭕ JOIN ALL ⭕
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.