cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Anu show.¹✍

Show more
Ethiopia7 537The language is not specifiedReligion & Spirituality49 326
Advertising posts
1 643
Subscribers
-224 hours
+817 days
+70530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Obbo Taayyee Danda'aa Dhibee Alaarjii waanan qabuuf Kaateenaan harka kootti akka hin kaawwamne naaf haa ajajamu jechuun gaafatan. Anu Show (Caamsaa 21, 2024) Finfinnee! Guyyaa har'aa mana murtiitti kan dhiyaatan Obbo Taayyee Danda'aa Dhibee Alaarjii waanan qabuuf Kaateenaan harka kootti akka hin kaawwamne naaf haa ajajamu jechuun gaafatan. Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti dhaddachi ramaddii 1ffaa Liddataa dhimmoota yakka heera mootummaafi sirna heera mootummaa mormii himannaa isaaniifi yaada Abbaa Alangaa qorachuun mormicha kuffise. Mormiin sadarkaa Jalqabaa Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aan himannaa irratti dhiyaateef dhiyeessan kufaa ta’e. Dhaddacha oolmaa isaa har’aan gaaffii Obbo Taayyeen himanni irratti dhiyaate akka fooyya’uuf mormiin sadarkaa jalqabaa dhiyyeessan bu’uura seeraa hin qabu jechuun kuffise. Obbo Taayyeen barreeffamniin barreesse ololaa miti, yakkas hin raawwanne jechuun mormuu isaanii ibsame.
Show all...
👍 1
Artist Lemlem H/Mekael kaleessa Seifu Show irratti Intala Oromoo Baalee akka taate nutti himteetti. Afaan Oromoo sirriitti akka dubbattu fi dhageessu kaleessa adda baasineerra. Album ishee haraa gidduu kana gadhiifte keessattis Sirba Afaan Oromoo dabalteetti. Barumsaanis Oromoo fakkaattii. Kanaaf Oromoo miilyoona 60 + 1 irratti haa galmooftuu..? 🤷‍♀️
Show all...
"Qarshii Hamma Barbaadde Irratti Barreeffadhu!" Bill Gate Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafatti. Duuressi kunis gaazexeessituu kanatti check qullaa itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheenis, akka nama fedhii hin qabneetti check sana ofirraa dhiibaa, "lakki ani akkas jechuu barbaadeen miti, dhoksaan fixaan ba'insa keessanii maal akka ta'e isin gaafachuu barbaadeeni" jetti. Bill Gate ammas irra deebiin check kana itti kennee, "qarshii hamma barbaadde irratti barreeffadhu" ittiin jedha. Isheen garuu ni didde. Duureessi addunyaa kun check kana itti argisiisaa, "dhoksaan fiixaan ba'insakoo carraa amma akkan siin si qaqqabee kana otuu of jalaa gubiin itti fayyadamuukoodha, dhoksaan milkaa'inakoo carraan argadhe hundaasaatti fayyadamuukoodha. Otuu ati carraa amma siif kenname kanatti fayyadamte, silaa yoona kana gaazexeessituu duureetti addunyaa kanaa ta'uu dandeessa ture. Ani carraa laman siif kenne. Addunyaan kun carraa lama namaaf hin kennitu, carraa tokkittii si qaqqabeen itti fayyadamuun dhoksaa fiixaan ba'umsaati" ittiin jedhee Bill Gate gaazexeessituu sanaaf carraa lama kennee ture isheen garuu itti hin fayyadamne. Otuu itti fayyadamtee silaa akkuma inni jedhe dureettii addunyaa kanaa taati ture. viv Tadele Fekadu TD Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything Seenaa kan irraa maal baranna.?
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
00:43
Video unavailableShow in Telegram
Ummanni adiin akkuma biyya keenyaa oduu sobaatiin rakkachaa jira. (Miidiyaaleen gurguddoonis balaa pirezidaantii Iraan mudateen walqabatee viidiyoo kana qoodaa jiru. Dhugaan jiru garuu taatee kun bara darbe Joorjiyaa Nebs keessatti helekooptarri kun kan kufee ta'uu isaati.
Show all...
Sirni awwaalchaa Raa’isii bor gaggeeffamuu jalqaba. Miidiyaan mootummaa Iraan akka gabaasetti sirni awwaalchaa pirezidaantii Iraanii fi jila isa waliin balaa helikoopteraan du’anii Kibxata boruu gara Tehraanitti gaggeeffamuu jalqaba.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram