cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Anu Official.¹✍

Show more
Ethiopia7 045The language is not specifiedErotic97 146
Advertising posts
2 013
Subscribers
No data24 hours
+1137 days
+55230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

MoneyEasily is the #1 marketing network. With over $14 million paid to 300k members, MoneyEasily lets regular users make money with social media and friends! https://moneyeasilyjpq.buzz/34233299376402/?s=tg
Show all...
🌹Earn ETB 10000 Easily in Two Hours a Day 🌹

Anuwar invites you to make money with your mobile phone, no investment, no requirements.

Photo unavailableShow in Telegram
Falasama(philosophy) 📖📔Dubbisi! ✈Waa afur raaja ✅ Dubartiin mana hin hattuu, kan saree dhaltuu raajii ✅Dubartiin areeda hin qabdu, kan aduurree raaja ✅Lammiin lamiitti hin maluu, kan muka qottoo raaja. ✅Dhiirri ol-deebi'ee hin iyyuu kan kormaa lukkuu raaja. ✈Gowwaa dhalchuun sadii gubachuudha ✅ Isa namarraa eegda ✅Nama isaarraa eegda ✅Ofii kee irraa of eegda Link kana start godha taphadha maal beekama tarii yoo qarshiin kun argamee itti gabbuus dandeenya waan taa'eef amma yaala. 👇👇 👇👇 👇👇 👇👇 https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId557133753
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Gareen Itoophiyaa Gulaallii Waancaa Addunyaaf Jibuutii waliin Morokootti taphata Sa'aatii 8 dura Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti. Gareen Itoophiyaa tapha kanarratti hirmaachuuf Giini Bisaa’oti ka’ee Morookoo dhaqqabuu isaa Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa beeksiseera. Taphni kuni isteediyeemii Ben Mohaammed El Abdi jedhamuufi Morookoo magaalaa El Jadiidaa jirutti taasifama. Jibuutiin tapha silaa biyyasheetti taphachuu qabdudha kan Morokootti Itoophiyaa waliin morkattu. Itoophiyaan sababa dirree sadarkaa isaa eeggate hin qabneef biyya ormaatti taphatti.
Show all...
Tarii waannan hin jaallanne gonkumaa hin hojjedhu jedheen ture ta'a...osoo qarshiin nan barbaachisin dura. Tarii gaa'ila keessa dafee hin seenu jedheen ture ta'a...osoon jaalalaan hin qabamin... Tarii goonkumaa hoomaa hin sodaadhu jedheen ture ta'a...osoon wantan dhabe hin qabaatin dura... Takkaa jireenya daftee hin murteessin. Gonkumaa...Sababni isaas hanga hafuura baafattutti, baatee hojjettutti, imaltutti, nama quunnamtutti yeroon fi haalli ni jijjiirama. Tarii immoo nama ati gonkumaa hin ta'u jettee yaadde sana ta'uun kee hin oolu.
Show all...
Dirree keessan ture, hiriyyoota garee koo waliin ayyaaneffachaa turre, akka tasaa yaadannoo abbaa koo natti dhufuun sammuu naa weer•are,gara uffataa uffannaa deemeen jilbeenfadhee boo’e, gammachuu injifannoo qofaaf osoo hin taane, Abbaa kootiifis gaddeen akkasumas amantaa hin raafamne narratti akka qabu natti dhaga'ameen jilbeenfadhee boo'e,galataa illee ture"😥 "Yeroon sun hiika milkaa'ina dhugaa akkan hubadhu na taasisee,Waa'ee waancaa fi beekkamtii qofa osoo hin taane, waa'ee imalaafi namoota karaa irratti sitti amananiidha. Jaalalaa fi amantiin abbaa koo kaka'umsaa fi yaadannoo guddaa naaf ta'e. Itti fufee jira." guyyaa guyyaan na oofaa." "Kanaaf yeroon jireenya koo fi hojii koo of duuba deebi'ee ilaalu yeroon baay'ee miira keessan galee fi gonkummaa hin dagatamnee galma ykn waancaa addaa miti. Yaadannoo abbaa koodha, wareegama inni kaffalee fi abjuu inni naaf abjootedha, Innis ta'uu isaa hubachuudha.wanti hundinuu amantaa,jaalalaa fi deeggarsa isaatiiniin argadhee,jaalalaa fi deeggarsa isaatiin kabajaa argadheera" jechun CR7 dubbatee Namni kamuu maqaa guddaa,beekkamtii,kabajaa guddaa fi maallaqaa hammana gahuu argataan "yeroo ati jireenyaakee keessatti miiraa keessa galtee fi gonkummaa hin dagannee? "Jattee yoo gaafatee [galgala hooteelaa akkasitti intala sana faana fataa jecha dabarsee,guyyaa iddoo akkasitti intala akkasii faana dabarsee fkf] jedhanii siif deebisuu... Cr7 garuu faallaadha,deebii isaa waan addunyaa hin eegneedha,gammachuu,gaddii,guyyoonni hin dagatamnee isaaf guyyoota maatii wajji dabarseedha... ajaab CR7 Tilayalek eko👏👌 CR7 barsiisaa jireenyaa cimaa addunyaa kana✍️
Show all...
💔😥 Gaaf tokko Chaanaalii ispoortii beekamaan tokko irratti Kiristiyaanoo Ronaaldoo affeeraanii gaaffii fi deebii taasisaan,gaazaxxeessichi sun gaaffii onnee nama tuqu Ronaaldoo gaafate. 🎙️Gaazaxeessaa: Kiristiyanoo, hojiwwaan dinqii fi ajaa'ibsiisoo ati hojjatee keessa jireenyaa kee keessatti yeroon ati hin dagannee fi yeroo ati miirawwaa taatee yoomi? "Jadhe gaafatee Kiristiyaanoo Roonaaldoo yeroo muraasaaf dhaabatee ija isaa hawwii 😥fi miira🥺 wal makaan guutameen calaqqisaa imimmaan ijaa isaa mare seenaa dhuunfaa gadi fagoo fi barnoota guddaa qabu qooduu jalqabee.... "Dirree kubbaa miilaa irratti yeroowwan gammachuu fi milkaa'ina hedduu dabarseera, garuu yeroon tokko yeroo ani gonkummaa hin dagannee yeroo bara baraan onnee koo keessatti bocamee hafuutu jira. Yeroon mucaa xiqqaa ture Madeera keessatti guddachaa ture kan ta'e." "Ani maatii gad of qabdoota irraan dhufe. Maatiin koo waan baay'ee hin qaban ture, garuu jaalalaa fi abdii qabna turre. Abbaan koo nu deeggaruuf cimee hojjataa, haati koos waan nu barbaachisu akka argannuuf waree•gama guddaa kaffalaa turtee, jireenyakoo keessatti Yeroo ulfaataafi rakkisaa ta'ee yeroo abbaan koo baay'ee dhukkubsachuun suusii dhugaatii alkoolii wajjin qabsaa'aa ture, kunimmoo fayyaa isaa fi maatii keenya irratti miidhaa guddaa geessiseera" "Qormaatni baay'een jiraatus haaloonni naaf mijatuu baatuus abbaan koo deeggaraa koo isa guddaa ture: abjuu koo taphataa kubbaa miilaa piroofeeshinaalaa ta'uutti ni amana ture, yeroo hin danda'amne fakkaatu,yeroo ulfaata keessatti,yeroon abdi kutees [ayzoo goosh] jecha gara shaakala na geessa, tapha hunda irratti na jajjabeessuun yeroo hunda akkan dhiibuu fi gara fuulduraatti tarkaanfaadhuu na jajjabeessa ture" "Ogummaan kubbaa miilaa koo yeroo xiyyeeffannoo harkisuu jalqabu carraa akkaadaamii Sporting CP Lisbon jirutti makamuuf argadhe,kunimmoo carraa ani jireenyaa koo keessatti hawwii guddaadhan eega tureedha,carraa jireenyaakoo tahuus garuu maatii koo Madeira keessa jiran dhiisee deemuu jechuudha. Umuriin koo waggaa 12 qofa ture,maatii koo irraa fagaachuun ni ulfaata, keessumaa abbaa koo isa dhukkubsate irra fagaachuun baay'ee ulfaataa,rakkisaa ture" "Guyyaan deemsaakoo gahee,deemuuf qophaa'eera,abbaan dhukkubsateera,dhukkubsachuurraa kanka'ee baay'ee dadhabeera,dhukkubsatuus,dadhabuus hafuurri isaa cimaa ture humna qaba ture,jabeessee ofitti naqabun na hammate 👉[ Kiristiyaanookoo ilmaakoo Kennaa qabda, akka gaariitti itti fayyadami,nu boonsi,akka sitti boonnuu nugodhi,Akkasumas garuu waan fedhees ta'uu yeroo hunda haalaa kamuu keessatti eessaa akka dhufte yaadadhu] naan jadhe,Dubbiin isaa haala akkasii keessatti isa arguun onnee na cabsullee, manaa bahee abjuu koo akkan hordofuuf humna naaf ta'ee" "Liisbonitti qormaanni hedduun na mudate. Maatii koo baay'een yaade, yeroo miirri abdii kutannaa natti dhaga'amus ture. Garuu jecha abbaa koo onnee koo keessa kaa'eera. Yeroo kamiyyuu caalaa cimee akka hojjachuu qabu ofitti himeen cimee hojjedhee, Maatiin koo ni boonsuuf keessattuu abbaan koo." Waggoonni darbanii milkaa'ina abbaan koo yeroo hunda ni dandeessaa jedhee amanu galmaan gahuu jalqabe. Bara 2003 Maanchistar Yunaayitid makaamuun takka jadhee milkaa'uun addunyaan balbala milkaa'inaa naaf bantee, achiis bara 2009tti Riyaal Maadriiditti makamee waancaa fi badhaasoota lakkoofsa hin qabne injifadhe. Garuu injifannoo kana hunda keessatti duwwaan ture,miiraa duwwummaatu natti dhaga'amaa ture, Abbaan koo gonkumaa hin ture,abbaankoo taphataa yeroo hunda ani akka ta'uu hawwuu fi ta'uu akkan danda'u beeku yeroo ani ta'uu inni naan agarre Bara 2005 akkuma ani hojiin koo jalqabeetti addunyaa kanarraa du•aan boqote"😥💔 "Jireenya koo keessatti yeroowwan ani miiraa addaa keessa itti galee miirawwaa [#emotional ] keessaa tokko waggoota booda dhufee,yeroon waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa bara 2016 Riyaal Maadriid waliin injifadhe.
Show all...
👍 1