Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels 👉 If you want to see the tag, subscribe 👈
2 013
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+27030 days
58
Post views
No data24 hours
No data48 hours
1.59%
Engagement rate
No data
Posts per day
Posts Archive
2 013
Bulchiinsa magaalaa Aggaarootti tajaajilli taaksii ifatti hojii jalqabame
Bulchiinsa magaalaa Aggaarootti tajaajilli taaksii ifatti hojii jalqabuun ibsameera.
Kenna tajaajila Geejjibaa ammayyaa'aa, dhaqqabamaafi si'ataa ta'e uummata biraan gahuuf magaalichatti hojii hojjatamaa jiruun bu'aan gaarii mullachaa jira,bu'uuruma kanaan guyyaa har'a sagantaan tajaajila taaksii ifatti kan jalqabame yemmuu ta'uu sagantaa kanarratti kan argaman kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Aggaaroo obbo Naziif Mahaammadamin ergaa dabarsaniin magaalaan Aggaaroo magaalaa qaroominaan beekamtuu ishii duri deebisuuf xiyyeeffannaan kan hojjatamaa jiru ta'uufi tajaajilli taaksii magaalichatti jalqabuun rakkoo gama geejjibaan jiru kan furu ta'uu ibsaniiru.
Dabalataanis Ittigaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa magaalichaa obbo Ayyalee Qanaatee akkasumas ittigaafatamaan ejjensii geejjibaa magaalichaa obbo Hundarraa Tarrafa sagantaa kanarratti argamaniiru. Hirmaattonni sagantichaa akkasumas hawaasni magaalaa Aggaaroo tajaajilli taaksii jalqabuusaa gammachuu guddaan akka itti dhaga'ame ibsaniir jechuun Waajirri Kominikeeshiinii Magaalaa Aggaaroo gabaaseera.
2 013
ጎልልልልልልልልል ክርስትያኖኖኖኖኖ
ሮናልዶ በሳውዲ ሊግ ላይ ተገልብጦ ያስቆጠራትን ድንቅ ጎል ይመልከቱ 👇👇
https://t.me/addlist/CA52QP5fCV9lNDBk
2 013
Waver please stop posting🏮🏮🏮
በአጭር ጊዜ ወስጥ ብዙ Subscriber, Disk ሳይበዛ የሚሰራ Folder
ለመመዝገብ በ @slimshady_Lp ማናገር ትችላላችሁ።
እናመሰግናለን !!!!!
2 013
Repost from N/a
2 013
Ministirri Muummee Ispeen, Saancheez, mootummaan Falasxiin Baha Yerusaalem magaalaa guddoo ishee godhachuun akka hundooftu beekamtii kennuu ifatti beeksise.
2 013
ጎልልልልልልልልል ክርስትያኖኖኖኖኖ
ሮናልዶ በሳውዲ ሊግ ላይ ተገልብጦ ያስቆጠራትን ድንቅ ጎል ይመልከቱ 👇👇
https://t.me/addlist/CA52QP5fCV9lNDBk
2 013
Maaltu sammuu kee si gubaa
maaliif kophaa gubattaa:
Dubbisii waa hubattaa:
Amantii kee yaadattaa:
Cinqii ofirraa kaaftaa:
Sammuutu boqataa
Wave @Abu_Amaar1
2 013
የምስራች አሁን online ላላችሁ ብቻ ጥያቄ ና መልስ ልንጀምር ነው
1⃣ ለወጣ 500 ብር ካርድ
2⃣ ለወጣ 250 ብር ካርድ
3⃣ ለወጣ 100 ብር ካርድ
👉 ዝግጁ ከሆናችሁ ጀምር የሚለውን ይጫኑ
Add your channel @slimshady_Lp
2 013
Beekkamaan beekumsa malee; ummata rakkisa.
Beekaan beekkamtii malee:ummata huqqisa!
2 013
Ilmi namaa jireenya keessatti waan baayyee barbaada wantoota baayyee jireenya isaa keessatti barbaadu San keessatti boqonnaa sammuu argachuu fedha kanarraa ka'uun nutis boqonnaan sammuu waan dhala namaa hunda yaachisu waan ta'eef chaanaala kana banuun waan barbaachiseef yeroo dhihootti wantoota sammuu namaa ni booharsan jennee yaadnu qabannee dhihaanna hordhoftoonni keenya wanta sammuu ilma namaatiif barbaachisa jettanii yaaddan nuuf qoodaa keenyas nu waliin qoodadhaan dhaamsa keenya kan jalqabaa fi dhumaati nu kanaaf waliin boqonnee waliin haa bashannanuu isiniin Jenna🙏
2 013
#Telegram madda galii fayyadamtoota isaatiif ta'e🔥
Akkamitti eegalla??
Deebiin Click gochuu qofaan! Link gadii cuqaasuun jalqaabaa✅
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6682182758 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
2 013
Oduu: Waliigalteen #Itoophiyaa fi #Somaalilaand gidduutti raawwatamu haleellaa garee #Huutii ni dhaaba jedhame
Waliigalteen handaara galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduutti taasifame haleellaa Galaana Diimaarratti gareen finciltoota Huutii gaggeessaa jiran ni dhaaba jechuun Pireezidaantiin Somaalilaand Musee Bihii Abdii dubbatan.
Itoophiyaa fi Somaaliilaand waliigaltee handaara galaanaa jalqaba Amajjii keessaa mallatteessuun ni yaadatama.
Haa ta’u malee, gochaan kuni mootummaa Somaaliyaa naasiseera. Waliigalteen kuni “tokkummaa Somaaliyaa danqa “ jechuun pireezidaantiin Somaaliyaa dheekkamee ture.
Waligalteen kuni tattaaffii addunyaan nageenya geejjiba Galoo Galaana Edaniifi Galaana Dimaarraa tasgabeessuuf taasisuuf bu’aa akka qabu Pireezidaantiin Somaaliilaand Muse Bihiii Abdii Faaynaanshiyaala Taaymisitti himaniiru.
Itoophiyaan Somaaliilaandiif beekamtii kan kennitu yoo ta’e humna waraana bishaanirraafi dooniiwwan daldalaa mataashee kan ijaarrattu yoo ta’u Bihii Abdii dubbataniiru.
Content available for users 18+
By signing in to the service, you confirm that you are 18 years of age or older.
