Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels 👉 If you want to see the tag, subscribe 👈
2 013
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+27030 days
58
Post views
No data24 hours
No data48 hours
1.59%
Engagement rate
No data
Posts per day
Posts Archive
2 013
MoneyEasily is the #1 marketing network. With over $14 million paid to 300k members, MoneyEasily lets regular users make money with social media and friends! https://moneyeasilyjpq.buzz/34233299376402/?s=tg
2 013
Falasama(philosophy)
📖📔Dubbisi!
✈Waa afur raaja
✅ Dubartiin mana hin hattuu, kan saree dhaltuu raajii
✅Dubartiin areeda hin qabdu, kan aduurree raaja
✅Lammiin lamiitti hin maluu, kan muka qottoo raaja.
✅Dhiirri ol-deebi'ee hin iyyuu kan kormaa lukkuu raaja.
✈Gowwaa dhalchuun sadii gubachuudha
✅ Isa namarraa eegda
✅Nama isaarraa eegda
✅Ofii kee irraa of eegda
Link kana start godha taphadha maal beekama tarii yoo qarshiin kun argamee itti gabbuus dandeenya waan taa'eef amma yaala.
👇👇 👇👇 👇👇 👇👇
https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId557133753
2 013
Gareen Itoophiyaa Gulaallii Waancaa Addunyaaf Jibuutii waliin Morokootti taphata
Sa'aatii 8 dura
Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti.
Gareen Itoophiyaa tapha kanarratti hirmaachuuf Giini Bisaa’oti ka’ee Morookoo dhaqqabuu isaa Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa beeksiseera.
Taphni kuni isteediyeemii Ben Mohaammed El Abdi jedhamuufi Morookoo magaalaa El Jadiidaa jirutti taasifama.
Jibuutiin tapha silaa biyyasheetti taphachuu qabdudha kan Morokootti Itoophiyaa waliin morkattu.
Itoophiyaan sababa dirree sadarkaa isaa eeggate hin qabneef biyya ormaatti taphatti.
2 013
Tarii waannan hin jaallanne gonkumaa hin hojjedhu jedheen ture ta'a...osoo qarshiin nan barbaachisin dura.
Tarii gaa'ila keessa dafee hin seenu jedheen ture ta'a...osoon jaalalaan hin qabamin...
Tarii goonkumaa hoomaa hin sodaadhu jedheen ture ta'a...osoon wantan dhabe hin qabaatin dura...
Takkaa jireenya daftee hin murteessin. Gonkumaa...Sababni isaas hanga hafuura baafattutti, baatee hojjettutti, imaltutti, nama quunnamtutti yeroon fi haalli ni jijjiirama. Tarii immoo nama ati gonkumaa hin ta'u jettee yaadde sana ta'uun kee hin oolu.
2 013
Dirree keessan ture, hiriyyoota garee koo waliin ayyaaneffachaa turre, akka tasaa yaadannoo abbaa koo natti dhufuun sammuu naa weer•are,gara uffataa uffannaa deemeen jilbeenfadhee boo’e, gammachuu injifannoo qofaaf osoo hin taane, Abbaa kootiifis gaddeen akkasumas amantaa hin raafamne narratti akka qabu natti dhaga'ameen jilbeenfadhee boo'e,galataa illee ture"😥
"Yeroon sun hiika milkaa'ina dhugaa akkan hubadhu na taasisee,Waa'ee waancaa fi beekkamtii qofa osoo hin taane, waa'ee imalaafi namoota karaa irratti sitti amananiidha. Jaalalaa fi amantiin abbaa koo kaka'umsaa fi yaadannoo guddaa naaf ta'e. Itti fufee jira." guyyaa guyyaan na oofaa."
"Kanaaf yeroon jireenya koo fi hojii koo of duuba deebi'ee ilaalu yeroon baay'ee miira keessan galee fi gonkummaa hin dagatamnee galma ykn waancaa addaa miti. Yaadannoo abbaa koodha, wareegama inni kaffalee fi abjuu inni naaf abjootedha, Innis ta'uu isaa hubachuudha.wanti hundinuu amantaa,jaalalaa fi deeggarsa isaatiiniin argadhee,jaalalaa fi deeggarsa isaatiin kabajaa argadheera" jechun CR7 dubbatee
Namni kamuu maqaa guddaa,beekkamtii,kabajaa guddaa fi maallaqaa hammana gahuu argataan "yeroo ati jireenyaakee keessatti miiraa keessa galtee fi gonkummaa hin dagannee? "Jattee yoo gaafatee [galgala hooteelaa akkasitti intala sana faana fataa jecha dabarsee,guyyaa iddoo akkasitti intala akkasii faana dabarsee fkf] jedhanii siif deebisuu... Cr7 garuu faallaadha,deebii isaa waan addunyaa hin eegneedha,gammachuu,gaddii,guyyoonni hin dagatamnee isaaf guyyoota maatii wajji dabarseedha... ajaab CR7 Tilayalek eko👏👌
CR7 barsiisaa jireenyaa cimaa addunyaa kana✍️
2 013
💔😥
Gaaf tokko Chaanaalii ispoortii beekamaan tokko irratti Kiristiyaanoo Ronaaldoo affeeraanii gaaffii fi deebii taasisaan,gaazaxxeessichi sun gaaffii onnee nama tuqu Ronaaldoo gaafate.
🎙️Gaazaxeessaa: Kiristiyanoo, hojiwwaan dinqii fi ajaa'ibsiisoo ati hojjatee keessa jireenyaa kee keessatti yeroon ati hin dagannee fi yeroo ati miirawwaa taatee yoomi? "Jadhe gaafatee
Kiristiyaanoo Roonaaldoo yeroo muraasaaf dhaabatee ija isaa hawwii 😥fi miira🥺 wal makaan guutameen calaqqisaa imimmaan ijaa isaa mare seenaa dhuunfaa gadi fagoo fi barnoota guddaa qabu qooduu jalqabee....
"Dirree kubbaa miilaa irratti yeroowwan gammachuu fi milkaa'ina hedduu dabarseera, garuu yeroon tokko yeroo ani gonkummaa hin dagannee yeroo bara baraan onnee koo keessatti bocamee hafuutu jira. Yeroon mucaa xiqqaa ture Madeera keessatti guddachaa ture kan ta'e."
"Ani maatii gad of qabdoota irraan dhufe. Maatiin koo waan baay'ee hin qaban ture, garuu jaalalaa fi abdii qabna turre. Abbaan koo nu deeggaruuf cimee hojjataa, haati koos waan nu barbaachisu akka argannuuf waree•gama guddaa kaffalaa turtee, jireenyakoo keessatti Yeroo ulfaataafi rakkisaa ta'ee yeroo abbaan koo baay'ee dhukkubsachuun suusii dhugaatii alkoolii wajjin qabsaa'aa ture, kunimmoo fayyaa isaa fi maatii keenya irratti miidhaa guddaa geessiseera"
"Qormaatni baay'een jiraatus haaloonni naaf mijatuu baatuus abbaan koo deeggaraa koo isa guddaa ture: abjuu koo taphataa kubbaa miilaa piroofeeshinaalaa ta'uutti ni amana ture, yeroo hin danda'amne fakkaatu,yeroo ulfaata keessatti,yeroon abdi kutees [ayzoo goosh] jecha gara shaakala na geessa, tapha hunda irratti na jajjabeessuun yeroo hunda akkan dhiibuu fi gara fuulduraatti tarkaanfaadhuu na jajjabeessa ture"
"Ogummaan kubbaa miilaa koo yeroo xiyyeeffannoo harkisuu jalqabu carraa akkaadaamii Sporting CP Lisbon jirutti makamuuf argadhe,kunimmoo carraa ani jireenyaa koo keessatti hawwii guddaadhan eega tureedha,carraa jireenyaakoo tahuus garuu maatii koo Madeira keessa jiran dhiisee deemuu jechuudha. Umuriin koo waggaa 12 qofa ture,maatii koo irraa fagaachuun ni ulfaata, keessumaa abbaa koo isa dhukkubsate irra fagaachuun baay'ee ulfaataa,rakkisaa ture"
"Guyyaan deemsaakoo gahee,deemuuf qophaa'eera,abbaan dhukkubsateera,dhukkubsachuurraa kanka'ee baay'ee dadhabeera,dhukkubsatuus,dadhabuus hafuurri isaa cimaa ture humna qaba ture,jabeessee ofitti naqabun na hammate 👉[ Kiristiyaanookoo ilmaakoo Kennaa qabda, akka gaariitti itti fayyadami,nu boonsi,akka sitti boonnuu nugodhi,Akkasumas garuu waan fedhees ta'uu yeroo hunda haalaa kamuu keessatti eessaa akka dhufte yaadadhu] naan jadhe,Dubbiin isaa haala akkasii keessatti isa arguun onnee na cabsullee, manaa bahee abjuu koo akkan hordofuuf humna naaf ta'ee"
"Liisbonitti qormaanni hedduun na mudate. Maatii koo baay'een yaade, yeroo miirri abdii kutannaa natti dhaga'amus ture. Garuu jecha abbaa koo onnee koo keessa kaa'eera. Yeroo kamiyyuu caalaa cimee akka hojjachuu qabu ofitti himeen cimee hojjedhee, Maatiin koo ni boonsuuf keessattuu abbaan koo."
Waggoonni darbanii milkaa'ina abbaan koo yeroo hunda ni dandeessaa jedhee amanu galmaan gahuu jalqabe. Bara 2003 Maanchistar Yunaayitid makaamuun takka jadhee milkaa'uun addunyaan balbala milkaa'inaa naaf bantee, achiis bara 2009tti Riyaal Maadriiditti makamee waancaa fi badhaasoota lakkoofsa hin qabne injifadhe. Garuu injifannoo kana hunda keessatti duwwaan ture,miiraa duwwummaatu natti dhaga'amaa ture, Abbaan koo gonkumaa hin ture,abbaankoo taphataa yeroo hunda ani akka ta'uu hawwuu fi ta'uu akkan danda'u beeku yeroo ani ta'uu inni naan agarre Bara 2005 akkuma ani hojiin koo jalqabeetti addunyaa kanarraa du•aan boqote"😥💔
"Jireenya koo keessatti yeroowwan ani miiraa addaa keessa itti galee miirawwaa [#emotional ] keessaa tokko waggoota booda dhufee,yeroon waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa bara 2016 Riyaal Maadriid waliin injifadhe.
2 013
ህዝብን ክ መንግስት ለማጋጨት እየሰሩ ያሉ ተቋማት ና ግለሰብ ላይ የመረጥነው መንግስት እርምጃ ሊወስድባቸው ይገባል።
የሪሚዲያል ፈተና ለተፈጥሮ ሳይንሶች የአረፉ ቀን ላይ በማድረግ ችግሮችን መፍጠር ለምን አስፈለገ?
በየአመቱ በሙስሊሙ በዓላት ላይ ፈተና ነው ብሎ የሚወጠው ፕሮግራም መልሶ መቀየሩ ላይቀር ነገር፣ ለምንድነው ተፈታኝ ልጆችን ያስቸግራለ?
መስተካከል አለበት።
Dhaabbilee fi namoota dhuunfaa mootummaa fi ummata wal irratti duulchisuuf hojjetan irratti mootumman tarkaanfiin fudhatuu qaba.
Qormaata remidiyaali sayinsi uumamaa guyyaa iidarra gochuun gaaffii uumuun maaliif barbaachise?
Waggaa waggaan sagantaan ayyaana muslimaa irratti qormaata ta'ee jedhe labsamu kan jijjiramun isas hin hafne guyya kana qormaata jedhanii maaliif ijoollee dhiphisan?
sirrefamuu qaba
2 013
⚽️⚽️ ለቤቲንግ ተጫዋቾች በሙሉ መልካም የሆነ ዜና አለኝ
📭እነሆ እሰከ ዛሬ ድረስ ቤቲንግ ስትጫየ
ወቱ እናም ብዙ ጊዜ ብራችሁን የገፈገፋችሁ ሰዎች በሙሉ ከእዚህ ቡሀላ ሁል ጊዜ fixed ticket የሚሳካበት ቻናል ውስጥ ገብታችሁ ከፍተኛ ብር💶💵💸 አሸናፊ ሁኑኑ።።።።
add channel 1k @Slimshady_lp
2 013
Repost from መርጌታ የባህል መዳኒት ቀማሚ
🏦BAGA GAMMADDAN🏦
Hojii kana irratti guyyaa 5 keessatti namoota 900 ol galmeessinee hojii jalqabsiifnee jirra
Hojiin kun ⭐️INP jedhama
Namoonni hojii kana jalqaban guyyaatti qarshii 50 irraa kaasee hanga qarshii 5000 hojjetaa jiru hojii kanattis baayyee gammadanii Rabbiin galateeffataa jiru itti aansanii baayyee nu galateeffataa jiru
🏦 🏦 🏦 🏦 🏦
Itoophiyaa keessatti namoota 500,000 ol kan ta'utu hojii kana hojjetaa jira
Hojiin kun nama itti cimee hojjeteef guyyaatti qarshii 3000 hojjechuun baayyee salphaadha
Hojiin kun humnaa fi mana kiraa hin barbaadu mobaayila keessan qofaan hojjettu
Hubachiisa
Hojii kana jalqabuuf qarshii 550 irraa jalqabdanii hangaa 32,000 kaffaltanii hojjechuu dandeessu akka guddina qarshii keessaniitiin galiin isin guyyaatti argattan baayyee dabala
Waa'ee hojii kanaa ballinaan hubachuuf karaa ✅️ @abu_Amaar1 nu qunnamuu dandeessu
Akeekkachiisa
Namoonni nu amantan nu qunnamtanii hojii kana jalqabuu dandeessu
Garuu yoo nun amanne nun qunnaminaa
Nu qunnamuuf ✅@abu_amaar1
2 013
ODUU GAMMACHIISAA
✅INP
Dhaabbanni ✅INP yookiin INFINITYPOWER jedhamu dhaabbata akka idila adduniyaatti soolaarii raabsudha
Dhaabbanni kun namoota hojii hin qabneef karaa online akka hojjetan carraa hojii banee jira
Akkasumas itoophiyaa keessatti namoota 500,000 ol kan ta'utu hojii kana irratti hirmaatee hojjetaa jira
Yeroo ammaa namootni hedduun galma'anii turtii ji'a tokko hin guunnee keessattii jijjiirama guddaa argachuu qofa osoon taanee dhaabbata kanarraa beekamtii (certificate) Leader (muudama hoggansa) fudhatanii jiruu
Worrii hojjetaa jirtan jaadhaa team keessaan ijaaraa gara leader tarkaanfadhaa
Waa'ee hojii kanaa namni hin hubanne akkasumas namni hojjechuuf fedhii qabdan
@Abu_Amaar1 👈 tuquun nu qunnamaa
2 013
Waan gaarii namaa gochuuf humnaa fi qarshii dhabuu dandeessa. Waan gaarii namaaf yaaduun garuu humnas ta'e qarshii si hin gaafatu. Hojiin gaarummaa fi yaanni gaariin sirraa hin fagaatiin!🤲
Dilbata qashtii qabaadhu!😍😍
2 013
Manni murtii ol'aanaa magaalaa adaamaa gurbaa harmee isaa ajjeessetti murtii du'aa muree jira. Murtii sirriidha. Garuu hojiirra oola laata?
Faanaatu gabaase.
Content available for users 18+
By signing in to the service, you confirm that you are 18 years of age or older.
