cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gaaddisa Odaa (GO)

⚛️ BEEKSISAA YEROO YEROOTI SIN BIRAN GEENYA!! ⚛️Galmee Online Kamiyyuu nii Galmeessina ⚛️Galmee Online Passport haaraa,Kan Bade fi Haroomsuuf Direction 👉➥ https://goo.gl/maps/FGQs9mU8vgsFGrUeA For text➣ @Gaaddisa_Odaa_Text

Show more
Advertising posts
7 655
Subscribers
-224 hours
-237 days
-9730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Telegram Star gatiinsaa ifoomee Jira Gaatiin isaas haala hin eegmneen baay'ee ol ka'aadha Ammallee jalqabuuf yeroo qabdu 👉https://t.me/major/start?startapp=795646673
Show all...
እስካሁን ካሉት ውስጥ ቢያንስ አንዱ list ሳይደረግ አዲስ Airdrop recommend አላደርግም ብየ ለራሴ ቃል ገብቼ ነበር።🙈 ነገር ግን Dogs የተባለዉን Airdrop የnotcoin official channel Share ሲያደርገው አልቻልኩም።😄 Btw I love #notcoin project!! ኮይን የሚሰጥተው 3 ነገሮችን አይቶ ነው። 👉ቴሌግራም አካውንታችሁ የተከፈተበትን እድሜ 👉Premium ተጠቃሚ መሆናችሁን 👉ለጊዜው Tap/Tap የለውም። እሱም አንድ እፎይታ ነው። መሞከር ከፈለጋችሁ https://t.me/dogshouse_bot/join?startapp=Lc7RUOdUTI-8LARwSrAekw Who let the DOGS out?
Show all...
👍 2
እስካሁን ካሉት ውስጥ ቢያንስ አንዱ list ሳይደረግ አዲስ Airdrop recommend አላደርግም ብየ ለራሴ ቃል ገብቼ ነበር።🙈 ነገር ግን Dogs የተባለዉን Airdrop የnotcoin official channel Share ሲያደርገው አልቻልኩም።😄 Btw I love #notcoin project!! ኮይን የሚሰጥተው 3 ነገሮችን አይቶ ነው። ⚫ቴሌግራም አካውንታችሁ የተከፈተበትን እድሜ ⚫Premium ተጠቃሚ መሆናችሁን ⚫ለጊዜው Tap/Tap የለውም። እሱም አንድ እፎይታ ነው። መሞከር ከፈለጋችሁ እስካሁን ካሉት ውስጥ ቢያንስ አንዱ list ሳይደረግ አዲስ Airdrop recommend አላደርግም ብየ ለራሴ ቃል ገብቼ ነበር።🙈 ነገር ግን Dogs የተባለዉን Airdrop የnotcoin official channel Share ሲያደርገው አልቻልኩም።😄 Btw I love #notcoin project!! ኮይን የሚሰጥተው 3 ነገሮችን አይቶ ነው። ⚫ቴሌግራም አካውንታችሁ የተከፈተበትን እድሜ ⚫Premium ተጠቃሚ መሆናችሁን ⚫ለጊዜው Tap/Tap የለውም። እሱም አንድ እፎይታ ነው። መሞከር ከፈለጋችሁ https://t.me/dogshouse_bot/join?startapp=Lc7RUOdUTI-8LARwSrAekw
Show all...
IMG_20240711_081418_425.jpg0.51 KB
Arxumaa Arxuma, Jiille, Karrayyuufi Makkana jedhamanii gosoonni Oromoo beekaman yeroo ammaa naannoo Amaaraa godina Kamisee keessatti kan argamanidha. Haala qubsuma isaanii yoo fudhanne immoo Oromoonni maqaan isaanii armaan olitti eeraman kun gosoota Walloo Kibbaafi Tuulama gara Kaabaa keessatti argaman wajjin wal keessa jiru. Kunis Warra Qaalluu, Caffaa Dawwaa (Riqee), Arxumaafi Jiillee kan walitti hammatedha.Gosoonni Oromoo kun bara naannoon sun wiirtuu siyaasaa Ifaat jala turee kaasee waliin jiraachaa akka turan ni dubbatu. Arxuma kan jedhamu yeroo ammaatti maqaa biyyaan moggaafamee yoo argameyyuu ka'umsi maqaa kanaa garuu, maqaa gosaati. Arxummaan yeroo ammaa Kibba Bahaa godina Kamisee keessaa Caffaa Dawwaa (Riqee) jedhamee kan beekamudha. Gosoonni kun maqaa Qoriif Fuursee jedhamuunis ni beekamu. Gosoonni Oromoo kun baay'een isaanii Affaar keessatti kan argaman yoo ta'u, amantiidhaan tokko akka ta'an ni himatu. Latiinsa Qoriifi Fuursee Qoriifi Fuursee 1.Gutayya 2.Buukkoo 3.Galalcha 4.Heenna 5.Noole 6.Jaalle 1.Gutayya 1. Jaalle 2.Maarutayyaa 3.Hadiyya 4.Bilii 5.Huumee 6.Gobansaa 2.Buukkoo 1.Kura 2.Siibaa 3.Dubbannaa 4.Meetta  See More Seenaa Oromoo fi Hidda Latiinsa Oromoo TIKTOK YOUTUBE TELEGRAM https://vm.tiktok.com/ZMrASmXWk/
Show all...
Gaaddisa Odaa Online on TikTok

@chala009 49.9k Followers, 1347 Following, 188.0k Likes - Watch awesome short videos created by Gaaddisa Odaa Online

5👍 2
https://t.me/major/start?startapp=986641285 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Show all...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Seenaa Oromoo fi Hidda Latiinsa Oromoo TIKTOK YOUTUBE TELEGRAM
Show all...
Gaaddisa Odaa Online on TikTok

@chala009 49.9k Followers, 1347 Following, 188.0k Likes - Watch awesome short videos created by Gaaddisa Odaa Online

Photo unavailableShow in Telegram
Shamaree oromo Arrose gooya umriin ishe waggaa 18 turte.isii bishaan waraabuuf Deemaa jirtu taasa fudhamte. May 1869 markaba H.M nymphe ja'amuun port victoria Seychelles geeffamte gabrummaaf gurguramte. #ancient_history_of_oromoo https://t.me/etbisahusen
Show all...
👍 1
Qubsuma Bacho Tuulama keessaa balinaan Daaccin kan wal gitu Bacho jedhama. Bacho mana jaha (6) balbala soddomii saddeet (38) qaba. Balballi Bachoo qubsumaan walqabatee iddoo shanitti akka argamu hubatama. Isaanis 1.Bacho Warab 2.Bacho Ejereefi Meetta 3.Bacho Salaalee 4.Bacho Darraa 5.Bacho Booranaa (Walloo) jedhamu. 1.Bacho Warab Yeroo ammaas ta'e bara dheeraaf naannoo Caffee Bal'oo, Tajii, Sabbata, Tulluu Boolloofi aanaa Iluu keessa jiraatu. Bacho keessattis warri hangafaa Iluu sadan yoo ta'an, Caffee taa'insiifi Saammalo (hayyuun) hedduminaan naannoo kanatti argama. Bacho Warab Tuulama gara Lixaa jiru ta'ee hanga dhaqee daangaa Maccaa (Waliso, Ammayyaafi Kuttaayee) ga'utti qubatee kan jirudha. Bacho Warab yoo jedhamu gosa tokko yookaan gosa murtaa'e tokko qofa kan hammate jechuu miti. 2.Bacho Baddaa Eejereefi Meettaa Kutaa Bachoo kana keessa kan qubatan irra caalaan gosoota Bachoo kan akka Meettaa, Garasuufi Waajituudha. Kunis aanaalee Ejeree, Walmaraa, Meettaa Roobii,Meettaa Walqixxee,Ada'aa Bargaa, fi Dandii keessa qubatanii jiraatu. 3.Bacho Salaalee Gosti Bachoo irra caalaan naannoo Salaalee qubatan immoo Uru, Garasuufi Waajitu yoo ta'an, isaanis Kuyyuu, Abooteefi Gohaa keessa kan jiraatanidha.Bacho Salaalee yoo jedhamu gosa tokko yookaan gosa murtaa'e tokko qofa kan hammate jechuu miti. 4.Bacho Darraa Gosti Bachoo beekamaan Uruufi Meettaa akkasumas Waajituun Galaaniin walmakanii Darraa keessa kan qubatanidha. Bacho Kaabatti babal'atee, Lixaan gammoojjii Abbayyaafi Bahaan gammoojjii Jamaa ce'ee Goojjamiifi Agawu hanga ga'utti gosa qubatee jirudha. Moggaafama maqaa Darraa jedhu kana ilaalchisee yaada adda addaatu jira. 5.Bacho Booranaa Bacho Booranaa kan jedhaman immoo Oromoota gara Kaabaa jiraatan Meettaa, Waajituu, Ada'aafi Warra Jaarsoo Galaaniin walqabatee gara Kaabaatti laga Walaqaa ce'uun hanga laga Bashalootti kan qubatanidha , Bacho Booranaa jedhanii kan of waaman Oromoota Walloofi sabaafi sab lammoota biroo irraa ittiin adda of baasuufi. Naannoon Booranaa Walloo kun maqaa Meettaa, Wagaloo, Kalalaa, Caaqataafi wkf. jedhamu of keessaa qaba. Bacho Booranaa jedhamee kan beekamu kun Tuulama (Salaalee) Kaabaan alatti waan qubateef irri caalaan Afaan Oromoo dhiisuun Afaan Amaaraa dubbatu. Fakkeenyaaf Abbaa Waalelliny kan ta'an Obbo Mokonnon Kuraash Jimaa dhaloonni isaanii Boorana Walloo ta'anii gosaan Meettaadha. Tiktok keenya irra nii argattu👇👇👇 https://vm.tiktok.com/ZMrS9dWMV/
Show all...
TikTok · Gaaddisa Odaa Online

857 likes, 52 comments. “Replying to @user6788768004718Part 92 Qubsama Oromoo Bacho”

👍 1
Join and Claim TON https://t.me/major/start?startapp=795646673 👑Help me to become best of the best in Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Show all...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

👍 3
Show all...
FirstGrow

Something tappy

3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.