Hegeree Online Learning (HOL)
Open in Telegram
698
Subscribers
No data24 hours
+257 days
+9230 days
Posts Archive
Akkam Jirtu? Maatii Hegeree
Qorumssi Akkam ture?
Mee shiitii harkaa qabdan photo kaasaa as irratti attached naaf godhaa?
Galatoomaa.
Carraa gaarii isiniif hawwa.
Barattoonni kutaa 12ffaa kan saayinsii Hawaasaa guyyaan gara Yuunivarsitii deemamu 30/10/2016 kan ture sababa barattoonni idilee Yuunivarsitii keessaa hin bahiniin guyyaa 30 irraa gara guyyaa Isniinaa ykn 1/11/2016 tti jijjiiramee waan jiruuf barattoonni soshaalistii hundi guyyaa jedhame kana sa'aa 12:30 irratti mooraalaa mana barumsaa keessatti argamuun akka konkolaataa yaabbatanii ibsaa Barataa yeroo kana dabarse kan itti gaafatamu mataa isaa tahuu isin hubachiifna.
π My YouTube channel achieved 100,000 views on 16th May 2024! Track and celebrate your own success today for free with @vidIQ https://vidiq.com/certificates/46j71bJEM8
Dear customer, You are invited to the super app by your friend Aliye. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/help/downloadPage.html
