cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gadaa post ♡

Oduu fi odeeffannoo haaraa Jecha beektotaa Saaykoloojii baacoo fi kk @Abdulaysbot

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
811
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

ደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ ወደ ተቋሙ ለተመደቡ አዲስ ገቢ ተማሪዎች አቀባበል አድርጓል። ዩኒቨርሲቲው ለ2013 ዓ.ም የትምህርት ዘመን ከ2 ሺህ 100 በላይ አዲስ ገቢ ተማሪዎች በሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስቴር ተመድበውለታል። የዩኒቨርሲቲ ከፍተኛ አመራሮች፣ የአካባቢው ከፍተኛ ሹማምንት፣ አባ ገዳዎች እና የዕምነት አባቶች በ4ኛ ዙር ወደ ተቋሙ ለገቡ ተማሪዎቹ አቀባበል አድርገዋል። @tikvahuniversity @TikvahUniversityybot
Show all...
Qormaanni Kutaa 12ffaa Bara 2013 bara dhufu Walakkaa Onkololeessaatti Ni Laatama Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 201 bara dhufu walakkaa Onkololeessaatti kan laatamuu ta’uu Eejansiin Madaallii fi Qormaata Biyyaalessaa beeksise. Daayreektarri olaanaan Eejensichaa Dooktar Delaamoo Otooree dhimicha ilaalchisee ibsa laataniin qoramaatichaaf barattoonni kumni 620 galmaa’uu himaniiru. Haala waqtaawaa biyyaaf qormaatichi barattoota naannoo Tigraayitti argaman hin ilaallatuu jedhaniiru. Guyyaa qormaaticha murteessuuf barsiisootaa fi barattootaa dabalatee qaamoleen hundi marii taasisuu daayreektarichi ibsaniiru. @qubeeacademy @qubeeacademy
Show all...
Sirboota Hacaaluu Hundessaa haaraa hunda argachuuf @AbdulayD join godhaa
Show all...
Qorattonni Naasaa Uffatni jarri uffatan Dolaara 12,000,000$ ykn Birri Itoophiyaa Miliyoona 516n bitaama.
Show all...
Sirba Hacaaluu haraa hunda argachuu yoo barbaaddan @AbdulayD join godhaa @AbdulayD @AbdulayD 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲 @marfoo @marfoo @marfoo
Show all...
🔊Only @KUUSHJIRRAA
Show all...
​​#HaacaaluuHundeessaa #MaalMallisaa Albamiin Haacaaluu Hundaassaa Maal Mallisaa’ addunyaarratti sadarkaa 3ffaa qabachuu ibsame Albamiin Hacaaluu Hundeessaa Waxabbajjii 21 gadhiifame “Maal Mallisaa?” jedhu, gabaa muuziqaa internetii iTunes irratti, albamoota addunyaarratti hedduu gurguraman keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Albamiin kun Kanaadaa fi Awustraaliyaatti albamii hedduu iTunes irratti gurguraamaa jiru sadarkaa 1ffaa irratti argama. US keessatti ammoo sadarkaa 2ffaa irratti argama. Chaartiin kun sa'aatiidha sa'aatiitti akka gurgurtaan dabalaa ykn hir’achaa deemeen kan geggeeddaramaa deemudha jedhame. iTunes chaartiin albamoota weellistoota sirbi isaanii gabaa intarneetaa ITunes Store irratti gurgurame waliin madaaluun kam akka caalaatti gurguramaa jiru sadarkaan kaa'a. Maddi:-BBC ━━━━━━━━━━━ CHANNEL@OROMODJ
Show all...

Show all...
Bishaan gaariin Halkan yaa'a nama dhugutu hin jirre Malee Dubbii gaarii hiyyeessatu dubbata Nama dhaggeeffatutu hin jirre Malee @marfoo
Show all...
Ergaa: Oromoota biyya alaa jirtaniif! Albamii 3ffaa Haacaaluu Hundeessaa iTunes irratti bituuf dolaara 5 qofa. Akkuma namoota biyya alaa jirtan yaadattanitti Albama 2ffaa Haacaaluun bara 2013 (waggaa 8 dura) biyya Ameerikaatti gadhiise ture 'WAA'EE KEENYA' jedhu iTunes fi Amazon irratti dolaara 12n gurguramaa ture. Minnesotaatti ammoo CDdhaan dolaara 20n gurguramaa ture. Sanuu namni heddu gammachuudhaan bitataa ture. Gatiin ammaa (Albamii 'Maal Mallisaa') garuu waggaa 8 booda gatiinsaa dabaluu osoo irra jiru akkana hir'achuun kun haala yeroo fi isa (Haacaaluu) kan hin madaalle ta'uu hubatamu qaba. Garuu maatiin Haacaaluu ummata isaani baay'ee waan safeeffataniifi ummanni hojii Hacee gatii salphaan akka argatuuf waan yaadaniif gatii hir'isanii gabaa intarneetaaf dhiyeessan. Kanaafuu warri intarneeta irratti bitachaa jirtan dhamaatii fi kabaja maatii Haacaaluuf jecha erga bitattanii booda miidiyaalee hawaasaa kan akka YouTube irratti fe'urraa akka of qusattan kabajaan isin gaafanna. @Gadaapost @Gadaapost
Show all...