cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

MADDA BEEKUMSAA

Channela keenya kana irraa waantota isin argattan kan akka:- 👉Madda Beekumsaa 👉Dhugaa Addunyaa 👉Jechoota Ajaa'ibaa 👉Asoosama garaa garaa 👉Jechoota jaalalaa fi kkf Yaadaaf admin: @aman_royal

Show more
Advertising posts
10 043
Subscribers
+4624 hours
+4227 days
+2 34830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🌐 ሰበር ዜና 🌐 ✅ቴሌ ነፃ ኢንተርኔት 🎉ለ 7 ቀን የሚቆይ ስጦታ መስጠት ጀምሯል፡፡  👇ከታች #JOIN ብላቹ ሴቲንጎቹን በማስተካከል መጠቀም ትችላቹ።
Show all...
🎁 ለመሸለም 🎁
✨ ለመቀላቀል ✨
Garee durii kan isin hin fayyadamne nan bita Bara 2019 baname Bara 2020 baname Bara 2021 baname Bara 2022 baname Lakkoofsi miseensotaa 1 yoo ta'ellee rakkoon hin jiru 💰 Kaffaltii telebirr ykn kaardii 🔻 Gatii guddaa siif bita waan ta'eef baay'inni miseensotaa dhimma hin qabu, wanti guddaan bara itti banamedha.💯 Kaffaltii filannoo adda addaatiin baankii, kaardii, Tele Birrii akka mijannaa keessaniitti fudhachuu ni dandeessu ✉️ INBOX YOO QABATTE 💬 ✅ Dm @Bthechoosen✅ የቆየ ማትጠቀሙበት Group ያለው እገዛለሁ inbox አውሩኝ የ2019 የተከፈተ የ2020 የተከፈተ  የ2021 የተከፈተ  የ2022 የተከፈተ   Member ብዛት 1 ቢሆንም ችግር የለውም 💰ክፍያ telebirr or card 🔻በ አሪፍ ዋጋ ስለምገዛችሁ የሜምበር ብዛት ለውጥ የለውም ዋናው የተከፈተበት አመተ ምህረት ነው።💯 አከፋፈል በተለያዩ አማራጮች በባንክ፣በካርድ፣በቴሌ ብር በሚመቻችሁ አማራጭ መቀበል ይችላሉ ✉️INBOX IF YOU HAVE 💬✅ Dm @Bthechoosen✅      +251976722280 fast replay
Show all...
Repost from SELF DEVELOPMENT
MO’UU⬇️ ____📖✝ “Wanti jireenyaaf barbaachisu yaada garaa keessaa waan ba’uuf, yaada kee ba’eessa godhii eeggadhu!” (Fak 4:23). Of mo’uun yaada ofii ba’eessa godhanii eeggachuu irraa jalqaba. Akkuma masaraa mootummaa mootiin biyyaa keessa jiraatuuf eegumsi guddaan godhamu, yaada garaa keenyaa kan giddu galeessa jireenya keenyaa ta’eef eegumsa ol aanaa gochuu qabna. Kaayyoon seexanaa inni guddaan waajjira ol aanaa ‘Yaada garaa keenyaa’  cabsee ol itti seenee daldala ofii isaatii keessatti geggeessuu barbaada. Yaadota kumotaan gara sammuu keenyaa seenan keessaa kan jireenyaaf nu gargaaran qofa keessaa filachuu beekuunis bilchina guddaa dha. Ofii keetii dirree injifannoo qopheeffadhu malee dirree namni siif qopheesse keessa yoo taphatte funyoon siin citee kottee dhaabuun waan hin oollee dha.  Mootiin biyya tokko bulchu akkuma eenyummaa biyyattii waliigalaa calaqqisiisu, jireenyi nama kamii illee kan inni murtaa’u mootii inni jireenya isaa irratti moosiseen. Namni waanuma keessa isaa guutee mo’ameefii jiruun nama guutuu barbaada. Humni Waaqayyo ittiin gara galma barbaachisaatti nu dhiibu of mo’uu keenya keessaan mul’ata.                                                   Nuyi of mo’uuf wantoota armaan gadii kana mo’uu qabna:- 1) Qormaata fedhii: fedhiiwwan bu'uuraa arfan nyaata, dhugaatii, jireenya manaa fi quunnamtii saalaa injifachuun jiraachuu. (Of mo’uu 1ffaa) 2) Qormaata of tuulummaa, kaka'umsa yaadaa, beekamtii fi gurra mo'uun jiraachuu fi tajaajiluu. (Of mo’uu 2ffaa) 3) Qormaata sassataa fi taayitaa injifachuu.  (Mat 4:8-10). (Of mo’uu 3ffaa)                                                                 Maddi wanta sirrii keessa keenyaa burqa. Jaarraa 21ffaa kana keessa namoota qarshiin durooman caalaatti namoota yaada sirriin duroomantu koodii jireenya dhalootaa qabatee jira.. Sababni isaa addunyaan hiika sirrii akka argattu kan godhan warra yaada garaa  isaanii eeggatee dha. Warri yaada sirrii qaban addunyaa keessa jiru utuu hin taane, addunyaatu isaan keessa jira. Ati addunyaa keessa jirta moo addunyaatu si keessa jira? Yaadni sirriin siif hin galle yoo ta’e, yaadni sirrii hin taane akka si galaafataa jiru shakkii hin qabaatin!                                                                 Jiraachuun isa si’ana ijoolleen keenya “jirra” jedhan kana bakka bu’uu dhiisuu danda’a. Awwaalamuunis ‘du’a’ ta’uu dhiisuu mala. Namootni yaada garaa isaanii waajjira seexanaa godhan maqumaaf warra jiran keessatti lakkoofsa guutuuf lakkaa’amu malee hafuuraan galmee warra du’anii irra galaniiru.  Simsoon gaafa gamoo jissee Filisxeemota fixee ofiis obbaafate du’e utuu hin taane, gaafa yaada garaa isaatii dubartoota gaazaaf kenne du’e. Bakki ati itti dogoggora guddaa uumte lafa itti dugdaan kufte utuu hin taane, lafa itti gufattee dha. Gama birootiin du’anii jiraachuun, jiraatanii du’uu irra baayee wayya. Namni hiikni jireenyaa galeef jiraachuun isaas du’uun isaas hiika qaba. By Abraham.z @Selfdevelopment_A @Selfdevelopment_A
Show all...
ማንችስተር ሲቲ ከቶተናም የሚያረጉት ጨዋታ በቀጥ ለማየት ከታች LIVE የሚለውን ይጫኑ 👇
Show all...
🔴🔴✅LIVE✅🔴🔴
ነፃ ኢንተርኔት ፈላጊዎች የምትፈልጉ በ ሙሉ ይህን ቻናል ይቀላቀሉ።🔥 📶የ Http ወርሀዊ un limited file ይለቀቅበታል።📶 🌐  የ ቴሌ ሰራተኞች አይተውት ከ መደለታቸው በፊት ይቀላቀሉ።🌐 https://t.me/Ethio_free_internet1 https://t.me/Ethio_free_internet1 Waver    @donsayhi
Show all...
💥💥1 ሳምንት E.TELECOM💯💯
🆓🆓1 ወር TELE SIM🏃‍♂🏃‍♂🏃‍♂
😱😱UNLIMITED😱😱😱
😳😳1 WEEK SAFRICOM😳😳
ለሁለቱም የሚሆን
👍👍👍JOIN👍👍👍
ተጀመረ ተጀመረ ተጀመረ  !!!!!!!!     🌺🌺🌺ሴተኛ አዳሪ ነኝ🌺🌺🌺 እመኑኝ ትወዱታላቹ🥀 ከ15 አመት በላይ ለሆናቹ እጅጉን 🌺አስየማሪ እና ምርጥ ታሪክ ርዕሱ🌹🌹ሴተኛ አዳሪ ነኝ🌹🌹 እውነተኛ የሴትን ልጅ ታሪክ ምናይበት  ከናተ የሚተበቀው መቀላቀል ብቻነው ትደሰቱበታላቹ🥀🥀🥀
Show all...
🌹🌹ክፍል አንድ 🌹🌹
🌹🌹ክፍል ሁለት 🌹🌹
🌹🌹ክፍል ሶስት 🌹🌹
🌹🌹ክፍል አራት 🌹🌹
✅JOIN✅
ከ 12 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ! በኢትዮጵያ ለመጀመርያ ጊዜ መጓጓዣ መኪና ወደ ኢትዮጰያ ያመጣዉ መሪ ማን ነበር? ADD YOUR CHANNEL @manamuka
Show all...
አጼ ዩሀንስ
አጼ ቴውድሮስ
አጼ ሚኒሊክ
አጼ ሀይለስላሴ
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Show all...
📱Kabajamoo: Kan fudhate: 31,000 birrii 😀 🔸🔺🔹🔸🔺🔹🔸🔺🔹 📣Badhaasa fudhachuuf Birrii 9000 qofatu hafe Badhaasa kana fudhachuuf namoota 100 qofa dabalaa. ➕ ➕ 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 👍namoota 50 #Add kan godhe 500 birr🎉 👍namoota 100 #Add kan godhe 1000 birr🎉 👍namoota 150 #Add kan godhe 1500 birr🎉 👍namoota 200  #Add kan godhe 2000 birr🎉 👍namoota 250  #Add kan godhe 2500 birr ni badhaasna🎉 HUBADHAA: badhaafamuuf dirqama namoota 50 ol ta'uu qaba ⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️ ✈️ ✅ammuma add godhuun badhaafamaa!🎁🎁🎁 👏⏳ Galatoomaa⏳ 👏 JOIN in group 🛩🖥 @safaricom_afaan_oromoo1@safaricom_afaan_oromoo1
Show all...