Waldaa Ogeeyyii Misooma Qonnaa A/Roobee
Open in Telegram
234
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Pirojektii LFSDP Aanaa Roobeetti Hojjetaa Herreegaa(Financial officer) Kan ta'e obboleessa keenya obbo Mallasaa Mangashaa guyyaa har'aa du'aan addunyaa kana irraa boqachuu isaatiin gadda guddaan nutti dhagahamee,Waaqayyoo lubbuu isaa haa maaru.
Manajimentii wajjirraa Qonnaa,Oggessii wajjirraa,HMH Bu'aa tattaaffii keessanittiin wajjirrii keenyaa sadarkaa Aanaatti sektarotaa jiraan keessaa madaallii kur.1ffaatin sadarkaa 1ffaa waan banef nu boonsitanii jirtu Guddaa galatoomaa!!!
Godina Arsii A/Roobeetti koreen teknikaa W/Qoonnaa A/Roobee , Qoonnaa Gannaa bara omishaa 2016 Hojjatamaa ture hojjii muxanoo gaarii babaal'isuuf yeroo oyruu addaan basaan.
Goodina Arsii Aanaa Roobee Ganda Saddiqaa Atuuchati Hojiin Kompostii idilee fi verm compost ykn kompostii rammoo haala kaaroora kennameen hubatamee hojeetamaa jira
Gandaa gadoo lamanittii inisheetiivii suufii fi agarsisaa gosaa midhaanii garagaraa.
Nyaata Beelada Gandaa B/Gaadoo waldaa furdiisaa Hoolotaan kanii faca'ee
Duulaa qophii kompostii bara 2016 gandotaa gargaraattii.
Godina Arsii A/Roobee hojjiin qophii kompoostii akkuma itti fufeetti jira.
Guyyaa 13/02/2016 Godina Arsii A/Roobeetti duuli hojji qophii kompoostii akkaa Aaniichaatti xiyeefanoon itti kename Bakka I/Annaan Bulchaa A/Roobee Obboo Musaa Ibrahiim, Bulchaa Bulchiinsa A/Roobee, Obboo Sisaay Adunyaa,I/G wajjira Qoonnaa A/Roobee Obboo Tadala Irquu, I/Aantoota Wajjira Qoonnaa A/Roobee, A/Ademsoota fi Oge/ Wajjira Qoonnaa A/Roobee fi Hawaasa waliin ta'uun Gandoota hundaa keessaatu hojjatama olera.
Godinaa Arsii A/Roobeetti hojjiin qophii kompoostii akumaa itti fufeetti jira.
Umer Hojii Boonsa Hojjacha Jirta Jabaadhu Haaluma kanan itti fufii !!!!
Onkololeessa 7,2015 Superviishiinii Koreen Godina Arsii Aanaa Roobeeti tasisee.
Dawwaanna bu'aa Asharaa Magaariisaa suuraan.
