Waldaa Ogeeyyii Misooma Qonnaa A/Roobee
Open in Telegram
234
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Repost from N/a
#WaldaaOgeeyyiMisoomaQonnaaGodinaArsii
Leenjii Bakka Bu'ootaa Aannatti Leenjii Guyyaa Lamaaf Kenaa Turee Har'aa Koree #WaldaaOgeyyiMisoomaaQonnaa Kan Sadarkaa Godinaa Dhaabun Xumuramee jiraa
1/ Ummar Huseen/Roobee- W/Qabaa
2/ A/Majiid Ahimad/Jajuu- Bareessa
3/ Darajee Soreessa/Hexossa- M/Qabaa
4/ Muhaamad Abdalaa/Xiyyoo- A/Heregaa
5/ Zaaraa Muhammad /Martii- Miseensaa
#WaldaaOgeeyyii MisoomaaQonnaaOromiyyatti
Waldaa Ogeyyii MisoomaaQonnaa Godina Arsii Baka Bu'aa HMH Aanaattif Leenjii Wixinee Irratti Leenjiin Kenamaa Jiraa
# nutiis ittii yaaduu qabna dhimmaa waldaa ogeeyii misoomatiif.
#Gandaa saddiqaa Tokkichummaattii kilaastaraa qamaadii biiftuu baarii irraattii muuxxannoo waljijjiiraa qonnan bulaa yeroo gaggefamuu.
Inisheetiivii muuzii gandaa Qilisaa danbal biroo qonnaa oromiyaa biqiltuu nuu kename dhabatee sadarkaa kana irraa gahee jiraa.
Karoora Misooma Lukkuu irraa deebi`e waan foyya`ef ji`a sadaasaa irraa qabee issaa kanaan kaan hojjaatamu ta`u akka beekitan hojjii irraa olchitaan.
hojataa misooma
makonnin Isheetuu
jaboo muhammad fi
faxuma amir
Guyyaa 29/2/2016 Godinaa Arsii Aanaa Roobeettii waljijiiraa muxannoo gagarii hojii misoomaa kilastaraa Xafii fi qamadii akkasumaas hojii teknolojii mashinaa chooparii nyataa beeladaa kara salphaa ta'een buleessu danda'uu gandaa Masaranjee Tamammaa irrattii kenamuun fayyadamuumaa umataa keenyaa fi waldalee keenyaa kara gutuun milkeessuun danda'amee jira.

Arsii Robeettii muxxannoo waljijiraa Kilastaraa qamadii, xaafii fi agarsisaa FTC gandotaa garagaraattii bifaa ho'inaa qabuun gageffamaa jiraa.