en
Feedback
G

G

Open in Telegram
273
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '240
in 0 channels
January '24
+39
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 1 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '230
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '230
in 0 channels
Get PRO
February '230
in 0 channels
Get PRO
January '23
+9
in 0 channels
Get PRO
December '22
+15
in 0 channels
Get PRO
November '22
+25
in 0 channels
Get PRO
October '220
in 0 channels
Get PRO
September '22
+20
in 0 channels
Get PRO
August '22
+3
in 0 channels
Get PRO
July '22
+17
in 0 channels
Get PRO
June '22
+4
in 0 channels
Get PRO
May '220
in 0 channels
Get PRO
April '22
+236
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
15 February0
14 February0
13 February0
12 February0
11 February0
10 February0
09 February0
08 February0
07 February0
06 February0
05 February0
04 February0
03 February0
02 February0
01 February0
Channel Posts
Chaanaalii keenya kana join godha hiriyaa keessaniif qooda (share)

2
Barattoota mana barumsa keenyaa hundaaf Manii barumsa keenyaa barattoota uffannaa seeraa (yuunifoormii) uffatee nama hin dhufne akkasumas rifeensa mataa dhira kan guddisaa dhufu kamuu akka hin keesumeesine cimsinee isin beeksisna Onkoloolessa 2015
0
3
This notice is only for grade 12
0
4
Uummata oromoo gabrummaa jalaa baasuuf jecha. aarsaa gurguddaa kafaluu irratti argamu WBOn gaachana gaachana Oromooti!! @orom
Uummata oromoo gabrummaa jalaa baasuuf jecha. aarsaa gurguddaa kafaluu irratti argamu WBOn gaachana gaachana Oromooti!! @oromia24news
0
5
#Simbirtuu_ሰበር_መርጃ Barattoonni Oromoo godina Matakkal irraa ka’anii gara Yunivarsitii imalaa turan 17 naanoo Amaaraa godina Awii magaalaa Koosoobarrittitti dheeruu sobaa Faannoon “Shaneedha” jedhee kenneen Poolisoonni Amaaraa ukkaamsanii turan. Haa ta’u dhummicha qulqulleeffachuudhan yeroo gabaabatti murtoo kennuun akka hiikkamaniif bulchitoonni godinichaa sabaan Agawu ta’anii fi hooggantoonni paarti Agawu dhiibbaa taasisaniin har’a hidhaarraa bahanii imala isaanii gara finfinnee eegalaniiru. Ummanni Agawu barattootaf nyaata fi dhugaatii geessaa turan. Haa galatooman. Har’aa imala isaanirratti rakkoon akka isaan hin mudanneef poolisoota Agawu ramaduudhaan ajjabanii kan gaggeessan bulchitoonni Zoonii Awiis haa galatooman. @oromia24news
0
6
#GGO WBOn bifa kanaan kabajaa jira+5
#GGO WBOn bifa kanaan kabajaa jira
0
7
+1
No text...
0
8
Maqalee imalaa akka jiran ibse Konkolaattonni gargaarsa namoomaa fe'an 47 fi konkolaattonni boba'aa fe'an sadii gara Tigraay qajeelaa akka jiran Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii (UN) hime. Gargaarsi namoomaa kuni erga torban sadii dura mootummaafi finciltoonni Tigraay gargaarsa namoomaaf jecha waliigaltee lola dhaabuu labsan as gargaarsa marsaa lammataan seenaa jirudha. Guyyaa Kibxataa Komishinarri Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa Itoophiyaa Obbo Mitikkuu Kaasaa gargaarsa gara Tigraay geessuuf qophiirra jiraachuu miidiyaa biyyaalessaaf ibsanii turan. ''Tuuti konkolaattotaa gargaarsa fe'e gara Maqalee qajeelaa jira. Konkolaattonni 47 soorata, nyaata madaalamaa, fi lubbuu baraaran qabataniiru. Dabalataan, konkolaattonni boba'aa fe'an 3 jiru,'' jechuun WFP'n ibse. Dabalataan, ''Tumsa aangawoota hundaa bira argameen hanga ammaa imalli nagaa qaba,'' jechuun hime. Marsaa duraan torban lama dura konkolaattoni gargaarsa fe'an 21 fi konkolaataan boba'aa fe'e tokko Maqalee seenee ture. Gargaarsi yeroos seenees ji'a sadii booda kan duraadha. Haa ta'u malee, erga waliigaltichaa deeggarsi gahaa seenaa hin jiru jechuun finciltoonni Tigraay komataa turani. Mootummaanis dhorkaa kaa'e akka hin qabneefi dhiheessii dhaabbilee gargaarsaarratti hundaa'a jedhee ture. Sagantaan Nyaataa Addunyaa (WFP) yeroos ulaan gargaarsa itti geessan wabii qabaachuu isaa qondaaltonni Affaar hanga wabii itti kennan eegaa akka jiru ibse. Ummata Naannoo Tigraay lola yeroo dheeraaf tureen hubameef deeggarsa namoomaa geessuuf ulaan gargaarsaa akka banamu dhaabbileen gargaarsaa watwaataa turan. Taatullee mootummaafi TPLF situ danqaa ta'e jechuun walhimataa turan. Ameerikaa, Gamtaa Afrikaa dabalatee qaamoleen garagaraa lolli waggaa oliif ture karaa nagaan akka xumura argatu carraaquu itti fufaniiru. Mootummaan torban sadii dura yeroo dhukaasa dhaabuu labse humnoonni TPLF bakkeewwan naannolee ollaa qabatan keessaa akka bahan gaafateera. Torban kana humnoonni TPLF Naannoo Affaar keessa seenanii lafa qabatan keessaa Aanaa Erebtii keessaa bahuu isaanii ibsaniiru. Murteen TPLF kuni kan dhagahame yeroo Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa US Ambaasaaddar Deevid Saatarfiildi Finfinneetti qajeeluun isaanii yeroo dhagahamettidha. Lola naannolee Amaaraa, Tigraay fi Affaar keessa tureen namoonni miiliyoonaan lakkaa'aman buqqa'aniiru Haa ta'u malee, dhimma murtee TPLF kanarratti gama mootummaa federaalaas ta'e Naannoo Affaar wanti ifatti jedhame hin jiru. TPLF bakkeewwan Affaar qabate hafan keessaa bahuun isaas hin beekamu. Kana dura qondaaltonni Affaar humnoonni TPLF aanota shan to'atuufi ummati kuma dhibbaan lakkaa'amu buqqa'uu ibsanii turan. Deeggarsi namoomaa ummata Naannoo Tigraay sababa waraanaan hubameef konkolaataan imalu Naannoo Affaar keessa darba. Naannoon Affaaris humnoonni TPLF naannichaa keessaa akka bahan gaafataa turuun ni yaadatama. Lolli waggaafi ji'a jaha dura Tigraayitti eegalee gama Affaariifi Amaaraatti babal'ate lammiilee kumaatama lubbuu dhabsiisuu amanama. Akka UN'tti sababa waraana kanaan Tigraay, Affaariifi Amaaraati lammiileen miiliyoona 10'tti siqan deeggarsa nyaataa barbaadu. @oromia24news
0
9
#Shawa_Roobit Shawa roobiit gooticha waraana bilisummaa Oromoo WBOn marfamtee jirtii, Kanaafuu humnoonni akka shororkeessaa f
#Shawa_Roobit Shawa roobiit gooticha waraana bilisummaa Oromoo WBOn marfamtee jirtii, Kanaafuu humnoonni akka shororkeessaa fannoo fi humnoonni hidhatanii nannoo sana sochootan hundi akka WBOf nagaan harka laatan isiiniif dhaamna!! ሸዋሮቢት በጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ከበባ ውስጥ ገብታለች።አሸባሪው የአማራ ልዩ ሃይልና ፋኖን ጨምሮ በከተማዋ የሚንቀሳቀስ ማንኛውም የታጠቀ ሃይል ለጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት እጁን እንዲሰጥ እንመክራለን። @oromia24news
0
10
Giddu galeessa Oromiyaarratti iddoowwan 6 olitti lol* cimaatu taasifamaa jira. Daandin Giincirraa gara funfinnee geessu jajjabeedhan too’atamee konkolaatonni sakatta’amanii qofa darbaa jiru. @oromia24news
0
11
Group keenya join godha @oromia24news
0
12
No text...
0
13
Lafa qofa osoo hin tanee pagiis hack gocha jira WBOn @oromia24news+1
Lafa qofa osoo hin tanee pagiis hack gocha jira WBOn @oromia24news
0
14
Booji'amtoota guyyaa hardha @oromia24news+1
Booji'amtoota guyyaa hardha @oromia24news
0
15
'' booji'amtoota keessaa humna addaa naannoo amaaraa. humna addaa naannoo somaalee fi waraana eertiraatuu jira'' Jall marroo
'' booji'amtoota keessaa humna addaa naannoo amaaraa. humna addaa naannoo somaalee fi waraana eertiraatuu jira'' Jall marroo dirribaa @oromia24news
0
16
Helicopterifis kunii jira!! 💪💪 @oromia24news
Helicopterifis kunii jira!! 💪💪 @oromia24news
0
17
Ergamni Shanee baleesuu jedhu shaneedha galii galchuu irratti argama @oromia24news+1
Ergamni Shanee baleesuu jedhu shaneedha galii galchuu irratti argama @oromia24news
0
18
Magaalaa sh/nnee keessaa waraanni guyyaa kaleessa irraa eegalee patroli heduun oliif gadi fiigaa jirti odeeffannoo hin qabuu maalif akka ta'e warri odeffanoo qabdan Comment jala ka’a @oromia24news
0
19
Jajaben cillimoo sakata'aa jira Video daawadhu! @oromia24news
Jajaben cillimoo sakata'aa jira Video daawadhu! @oromia24news
0
20
Ergaa Gootichaa dirree waraanaa irraa: 1 - Ummata koof Diinni nu waraanuuf bosona dhufe tokko hin jiru; magaala keessa deemanii ummatakodha kan gidirsaa jiran. Ummata irraa qolachuuf yoo ol itti baanu immoo walakkaan ijoollee xixiqqoo of jalatti qabateetu waraana keessa fiiga, kaan immoo horii fi waan qabu fudhateetu qe'ee isaa irraa baqata. Kan qormaata guddaa nutti ta'e kana malee humna diinaa miti. Yoo diinaan wal waraannu ijoollee keessan qabadhaa bakka tokko taa'aa ykn Ciisaa, nuti isiniif jirra! Horii keessan ooftanii qee'ee keessan illee hin gadhiisiinaa! Isin qee'ee keessan irraa buqqaatu taanan eenyuufi kan du'aa jirruree ? Kana nuhubadhaa adaraa! 2. Qeerroo fi Qarree Oromiyaaf Oromiyaa bakka hedduutti "Shanee qallabdu" jechun qeerroo fi qarree keenya fixaa jiru. Kan bosonaa waraanaa jirru caalaa isaantu dhumaa jira. Qeerroo fi qarreen Oromiyaa mana teessanii du'a saree hin du'iinaati gadi koottaa Qawwee isin hidha-chiifna! Nuuf Haadholiin fi Abbooliin Oromoo nugahu koottaa hidhadhaa, diina keessan ofirraa qoladhaa!" Jaal Marroo @oromia24news
0