cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Koodee koo

🏛 channel kana keessatti 📕kitaabota pdf tiin 🎤Walaloowwaan 🎶faarfannaa 🐵comedy 💥asoosama 💌gaaffilee badhaasa qaban 🗝barumsa hacking fi odeeffannoo wayitawaa argachuu nidan deessu 👇 Yaada yoo qabaattan @Naolamg

Show more
Finland3 090The language is not specifiedMotivation & Quotes61 782
Advertising posts
221
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🇺🇸🇺🇸 🇺🇸🇺🇸🇺🇸 🇺🇸🇺🇸 🇺🇸🇺🇸🇺🇸 🇺🇸🇺🇸 DV-2025Guuttattanii jirtuu?? Carraan kun isin hin darbin guutuu eegallee jirra 🇺🇸 🇺🇸🇺🇸🇺🇸 🇺🇸🇺🇸🇺🇸 🇺🇸 Yoo kan hin  guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!! Odeeffannoo guutuu DV-2025 DV'n Maali? ➥ DV(Diversity Visa) jechuun  carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha.  DV-2025 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan: 2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko 3. Gatii galmee qarshii 50 Akkamiin galmaa'u? 1. Karaa keessaa(inbox)  irratti suuraa nuuf ergitu 2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu 3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu 4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii  (confirmation number) keessan fudhattu 5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu. Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii 1. Passport ni barbaachisaa? ➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti. 3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu? ➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a? 1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a. 2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani 3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama. 🇺🇸 🇺🇸🇺🇸🇺🇸 🇺🇸🇺🇸🇺🇸 🇺🇸🇺🇸 Galmaahuudhaaf 👉 🇺🇸 🇺🇸🇺🇸🇺🇸 Kara telegram                            Inbox @Naolamg Kara fb keessaan Irratti galmaa'u ni dandeessu... Lkk.bil 0919234599
Show all...
👍 1
#Update DV 2024 Mo'attoonni Ifoomsame! Lootariin DV bara 2024 Onkoloolessa fi Adoolessa darbe karaa interneetii guutame ifoomeera. Iyyattoonni DV 2024 haala bu’aa/mo’achuu isaanii https://dvprogram.state.gov/ESC/Default.aspx qofa irratti ilaaluu danda’u. Imbaasiin Ameerikaa Finfinnee jiru "Lootorii DV injifattaniittu, Imbaasii Ameerikaa irraa bilbilaa / email / ergaa barreeffamaa isiniif ergina" jedhanii waan jiraniif iyyattoonni of eeggannoo akka godhan qajeelfama kenneera. Waggaa waggaan Ameerikaan namoota kuma 50 Afrikaa, Eeshiyaa, Awurooppaa, Ameerikaa Kaabaa, Ameerikaa Kibbaa fi Awustiraaliyaa irraa karaa lootarii DV gara biyya isheetti fiddi. @koodeekoo24
Show all...
👍 4
#DV Ameerikaan Sanbata Xiqqaa  dhufu irraa eegalee lootarii DV bara 2024 kan namoonno injifatan ifa kan godhamu ta’uu beeksifte.   Ameerikaan lammiileen iyyata DV 2024 guutan Sabata Xiqqaa dhufu Ebla 28, 2015 irraa eegalee filatamuu fi dhiisuu isaanii baruu akka danda’an beeksifte. Imbaasiin Ameerikaa Finfinneetti argamu fuula tiwiitara isaa irratti ergaa maxxanseen  Lootarii Divii bara 2024 kan Onkoloolessa fi Adoolessa darbe karaa interneetii guutame irratti mo'attoonni Sanbata xiqqaa dhufu kan ifooman ta'uu beeksiseera. Haaluma kanaan;  Iyyattoonni lakkoofsa addaa ykn koodii iyyatan marsariitii Lootorii DIV irratti galchuun injifachuu fi dhiisuu isaanii ilaaluu akka danda’an himama. Imbaasichi itti dabaluudhaan;  Lootorii DV injifattaniittu jechuun iyyattoonni of eeggannoo akka godhan dhaamaniiru, sababiin isaas gowwoomsitoonni Imbaasii Ameerikaa irraa bilbilaa jirra jedhan waan jiraniif;  Iyyattoonni marsariitii DV Lottery ow.ly/9E7A50O7plm seenuudhaan carraa kana irraa fayyadamoo ta’uuf filatamuu fi dhiisuu isaanii;  Karaan itti mirkaneessan harka ofii irratti lakkoofsa dhoksaa qabaachuu qofa ta'uu akeekeera. Dabalataan Lootorii DVi bara 2023;  Imbaasichi hanga Adoolessa dhufu bara 2016 qofa akka keessummeessan beeksiseera. Ameerikaan waggaa waggaan namoota 50,000 addunyaa kanarraa karaa "diversity visa" ykn lootarii DV fiddi;  Isaan keessaa lammiileen Afrikaa, Eeshiyaa, Awurooppaa, Ameerikaa Kaabaa, Ameerikaa Kibbaa fi Awustiraaliyaa ni argamu. @Naolamg
Show all...
Carraan DV-2024 yoom baha? Carraan DV-2024 bahuuf guyyaa 33 qofatu hafe! May 7, 2023 galgalarraa kaasee ilaalamuu eegala. Namoonni nu biratti galmooftanii carraa keessan eeggachaa jirtan asumaan nu eegaa. Asumarratti akkaataa ofii keessanii carraa keessan ilaallachuu dandeessan isiniif maxxansina! Carraa gaarii! @Naolamg
Show all...
2
Photo unavailableShow in Telegram
Kitaaba koo lammaffaa HOROMDHOOQII Yooyyaa harka fuune. Turtii waggaa lamaa booda, kitaaba koo lammaffaa "Horomdhooqii" jedhamuun isiniif dhufeera. Jallattoonniifi, dinqisiifattooti kitaaba koo jalqabaa ILKEE MILIQEE baga gammaddan. Gaaffii keessaniif deebiin kunooti. HOROMDHOOQII'n maal qabattee dhufte laata? Kitaabni kun waggoota ja'a duraa kaasee bilchaachaa kan ture, galaa hin aloofne kuufatee kan isiniif dhiyaate namoota jajjabootiin madaalameeti. Yeroo dhiyootti Eebbisnee harka keessan akka seenu nan amana. Galati koo hunda dursa Uumaa Guddaaf. Itti aansuun warreen cina koo dhaabattan mara. Hangasitti Share naaf taasisuun na jajjabeessaa. Keenboon Abrahaam
Show all...
👍 1
Repost from Oro Motivate
𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐢 𝐮𝐮𝐦𝐚𝐚(𝐆𝐨𝐝) 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐞 𝐝𝐮𝐰𝐰𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚.0:00 𝑘𝑎𝑑ℎ𝑎𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑜𝑠𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑖𝑛 𝑜𝑜𝑙𝑢𝑢𝑛 𝑎𝑎𝑛𝑔𝑜𝑛 𝑖𝑡𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑛𝑎𝑔𝑎𝑎𝑛 𝑜𝑓 𝑜𝑜𝑙𝑐ℎ𝑢 𝑎𝑛𝑢𝑢 𝑞𝑎𝑏𝑎. ℎ𝑎𝑟𝑘𝑖 𝑘𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑖𝑠𝑢 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎. 𝐺𝑎𝑙𝑔𝑎𝑙𝑎 𝑘𝑎𝑑ℎ𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑜𝑠𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑖𝑛 𝑏𝑢𝑙𝑢𝑢𝑛 𝒆𝒆𝒈𝒈𝒖𝒎𝒔𝒊 𝑘𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑖𝑠𝑢 𝑎𝑛𝑢𝑢 ℎ𝑢𝑚𝑛𝑎𝑛 𝑖𝑡𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑛𝑎𝑔𝑎𝑎𝑛 𝑜𝑓 𝑏𝑢𝑙𝑐ℎ𝑢 𝑞𝑎𝑏𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎. 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑛𝑦𝑎𝑎𝑡𝑡𝑢 𝑢𝑢𝑚𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑘𝑎𝑑ℎ𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢𝑛 𝑎𝑛𝑢𝑢 𝑛𝑦𝑎𝑎𝑡𝑎 𝑘𝑜𝑜 𝑛𝑎𝑛 𝑒𝑒𝑏𝑏𝑖𝑓𝑎𝑑ℎ𝑎, 𝑒𝑒𝑏𝑏𝑖 𝑘𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑖𝑠𝑢 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑡𝑎 𝒖𝒖𝒎𝒂𝒂 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑛. 𝑼𝒖𝒎𝒂𝒂 𝑘𝑒𝑒 𝑠𝑎'𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖 24 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑒 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑎 𝑑𝑎𝑞𝑖𝑖𝑞𝑎𝑎 4 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑑𝑎𝑎??? ℎ𝑎𝑙𝑘𝑎𝑛 𝑒𝑒𝑏𝑏𝑎𝑛 𝑔𝑢𝑢𝑡𝑡𝑎𝑚𝑡𝑒 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑤𝑤𝑒𝑒𝑟𝑎 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐮𝐬𝐞 @oro_motivate 𝑑𝑎𝑎𝑤𝑤𝑖𝑡𝑖𝑖 𝑚𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎'𝑖𝑛𝑎𝑎(。^‿^。)
Show all...
Repost from Oro Motivate
𝐎𝐟 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐢💪🏽 𝙢𝙚𝙚𝙨𝙝𝙖𝙖 𝑞𝑎𝑟𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑘𝑢𝑚𝑎𝑡𝑡𝑖(1,000) 𝑔𝑢𝑟𝑔𝑢𝑟𝑎𝑚𝑢, 𝑎𝑡𝑖 𝑞𝑎𝑟𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑖𝑏𝑏𝑎𝑡𝑡𝑖(100) 𝑡𝑖𝑙𝑚𝑎𝑎𝑚𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎. 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑓𝑖 𝑐𝑖𝑚𝑖𝑛𝑎 𝑚𝑒𝑒𝑠ℎ𝑖𝑐ℎ𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢 𝑖𝑠𝑎 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑎'𝑒𝑒𝑓. 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑖 𝑎𝑡𝑖 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢𝑢 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑢 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢, 𝑎𝑡𝑖 𝑞𝑎𝑟𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑖𝑏𝑏𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑡𝑖𝑙𝑚𝑎𝑎𝑚𝑡𝑢𝑠, 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑓𝑖 𝑐𝑖𝑚𝑖𝑛𝑛𝑖 𝑚𝑒𝑒𝑠ℎ𝑖𝑐ℎ𝑎𝑎 𝑡𝑎𝑠𝑢𝑚𝑎𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑔𝑎𝑑𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑢'𝑢. 𝑘𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑚𝑒𝑒𝑠ℎ𝑖𝑐ℎ𝑎 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢 𝑞𝑎𝑟𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑘𝑢𝑚𝑎𝑎𝑛 𝑛𝑖𝑖 𝑏𝑖𝑡𝑎𝑡𝑎. 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑛𝑒𝑠 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑢𝑚𝑎. 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢𝑢𝑠𝑎𝑛𝑖𝑖𝑡 𝑠𝑖 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑢. 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑠𝑎𝑙𝑝ℎ𝑎𝑎 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎. 𝑗𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝙜𝙖𝙙𝙙𝙖𝙖 𝑓𝑖 𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑚𝑖𝑖 𝑑𝑎𝑏𝑎𝑟𝑠𝑖𝑡𝑒𝑒 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑎𝑠 𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑘𝑎𝑛 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢 𝑠𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑎'𝑒𝑒𝑓. 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓𝑢𝑢 𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒 𝑘𝑎𝑛 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑡𝑢 𝑑𝑢𝑟𝑠𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑜𝑓 ℎ𝑖𝑛 𝒌𝒂𝒃𝒂𝒋𝒊𝒏, 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑛𝑒 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑠𝑖 𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑎𝑛? 𝑜𝑓 𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑢𝑢𝑛 𝑔𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑎𝑔𝑎𝑟𝑠𝑖𝑖𝑠𝑖 ℎ𝑎𝑙𝑘𝑎𝑛 𝑚𝑖'𝑜𝑜𝑓𝑡𝑢 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑤𝑒𝑒𝑟𝑎 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐮𝐬𝐞 @oro_motivate 𝑑𝑎𝑎𝑤𝑤𝑖𝑡𝑖𝑖 𝑚𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎'𝑖𝑛𝑎𝑎💪🏽
Show all...
Repost from Oro Motivate
𝐇𝐢𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐩𝐡𝐚𝐭𝐢𝐧! .(。•ˇ‸ˇ•。) . 𝑫𝒂𝒄𝒉𝒆𝒆 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐𝒅𝒉𝒂𝒇 𝒊𝒓𝒓𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏𝒏𝒖 𝒕𝒂𝒏𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒎𝒖 𝒉𝒐𝒐𝒎𝒕𝒖𝒖 𝒉𝒊𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒖. 𝑾𝒂𝒏𝒕𝒊 (𝒖𝒖𝒎𝒎𝒂𝒎𝒏𝒊) 𝒌𝒂𝒂𝒎𝒊𝒊𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒆𝒆𝒈𝒈𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒂. 𝑮𝒂𝒅𝒅𝒊𝒔 𝒕𝒂'𝒆𝒆 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏, 𝒈𝒖𝒃𝒂𝒂𝒔 𝒕𝒂'𝒆𝒆 𝒒𝒂𝒃𝒃𝒂𝒏𝒏𝒊 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒊𝒏𝒖𝒖 𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒂. 𝑾𝒂𝒏𝒕𝒊 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒚𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒇𝒖 𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒂𝒕𝒊𝒊𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒓𝒂. 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝒓𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒖𝒖𝒇 𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒎𝒂𝒂𝒇 𝒃𝒂𝒂𝒚'𝒊𝒔𝒕𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒊𝒑𝒉𝒂𝒕𝒕𝒂? 𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒖𝒖𝒇 𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒎𝒂𝒂𝒇 𝒐𝒇 𝒎𝒊𝒊𝒕𝒂? 𝑯𝒐𝒋𝒊𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒂𝒅𝒉𝒖. 𝒀𝒐𝒐𝒌𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒓𝒖𝒖, 𝒌𝒂𝒏 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒂𝒄𝒉𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒕𝒖 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒅𝒉𝒖. 𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒆 𝒌𝒆𝒆/𝒕𝒆𝒆 𝒈𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒒𝒐𝒑𝒉𝒂𝒂'𝒊. 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒚𝒐𝒐 𝒈𝒂𝒉𝒆𝒆 𝒖𝒖𝒎𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒆𝒆 𝒇𝒆𝒅𝒉𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒂. 𝑼𝒖𝒎𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒂𝒇𝒆𝒆 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒖 𝒚𝒐𝒐 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒆 𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐 𝒉𝒂𝒓'𝒂 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒉𝒖𝒎𝒏𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒂𝒎𝒂𝒏𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒄𝒊𝒎𝒊 𝐽𝑖𝑟𝑢𝑢 𝑒𝑒𝑏𝑏𝑖𝑓𝑎𝑚𝑡𝑒 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑤𝑤𝑒𝒆𝑟𝑎🙏🏽 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝒖𝒔𝒆 @oro_motivate 𝑫𝒂𝒂𝒘𝒘𝒊𝒕𝒊𝒊 𝑴𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂(◠‿◠)
Show all...
Repost from Oro Motivate
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒎𝒂𝒅𝒅𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒊 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜 𝑡𝑢𝑟𝑒. 𝑼𝒏𝒊𝒇𝒐𝒓𝒎 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑢𝑚𝑠𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑎𝑑𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎. 𝑈𝑓𝑎𝑡𝑛𝑖 𝑎𝑑𝑖𝑖𝑛 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑥𝑢𝑟𝑖𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑢. 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑢𝑢 𝑚𝑜𝑟𝑚𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎𝑛. 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑛𝑖𝑠 𝑚𝑜𝑟𝑚𝑖 𝒖𝒏𝒊𝒇𝒐𝒓𝒎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑑𝑎𝑓𝑒𝑒 𝑑𝑎𝑓𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑥𝑢𝑟𝑎𝑎'𝑢𝑓, 𝑚𝑜𝑟𝑚𝑎 𝑢𝑛𝑖𝑓𝑜𝑟𝑚 𝑠𝑎𝑛𝑎𝑎 𝑔𝑢𝑦𝑦𝑎 𝑔𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛 𝑚𝑖𝑖𝑐𝑐𝑒𝑒 𝑚𝑖𝑖𝑐𝑐𝑒𝑒 𝑢𝑓𝑓𝑎𝑡𝑒𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑎. 𝑂𝑠𝑢𝑚𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠 𝑔𝑜𝑑ℎ𝑢𝑢 𝑎𝑏𝑏𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑡𝑎𝑠𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑒𝑒 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒𝑒𝑛 "𝒊𝒍𝒂𝒂 𝒊𝒍𝒎𝒂 𝒌𝒐𝒐! 𝒓𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝒌𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒖 𝒎𝒐𝒓𝒎𝒂 𝒖𝒏𝒊𝒇𝒐𝒓𝒎 𝒊𝒓𝒓𝒂 𝒐𝒔𝒐𝒐 𝒉𝒊𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒆, 𝒎𝒐𝒓𝒎𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂. 𝑯𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒎𝒐𝒓𝒎𝒂 𝒖𝒏𝒊𝒇𝒐𝒓𝒎 𝒔𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒒𝒙𝒖, 𝒐𝒔𝒐𝒐 𝒎𝒐𝒓𝒎𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒊𝒒𝒙𝒆𝒆 𝒅𝒂𝒇𝒆𝒆 𝒅𝒂𝒇𝒆𝒆 𝒔𝒊 𝒋𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒙𝒖𝒓𝒂𝒂'𝒖" 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒𝑒𝑛. 𝑅𝑎𝑘𝑘𝑜𝑜 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑓 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑖 𝑖𝑠𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖 𝑦𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑡𝑖𝑛 𝑏𝑢'𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑒𝑒 𝑑𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎. 𝐹𝑎𝑙𝑎/𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑖 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑢𝑢 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑛 𝑑𝑢𝑟𝑎 𝑚𝑎𝑑𝑑𝑎 𝑟𝑎𝑘𝑘𝑜𝑜 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖 𝑏𝑎𝑟𝑢𝑢 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑎. 𝑆𝑎𝑛𝑎 𝑏𝑜𝑜𝑑𝑎 𝒓𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐 𝒔𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑖/𝑓𝑎𝑙𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑢𝑛 𝑠𝑎𝑙𝑝ℎ𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝐻𝑎𝑙𝑘𝑎𝑛 𝑚𝑖'𝑜𝑜𝑓𝑡𝑢 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑤𝑤𝑒𝑒𝑟𝑎 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐮𝐬𝐞👇🏼 @oro_motivate 𝐷𝑎𝑎𝑤𝑤𝑖𝑡𝑖𝑖 𝑚𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎'𝑖𝑛𝑎𝑎(◕‿◕)
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️ Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r0433054258 Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.