cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Kolleejjii BLTO Tulluu Boolloo (Tulu Bolo TVET College)

Training Center

Show more
Ethiopia12 942The language is not specifiedEducation109 109
Advertising posts
251
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Akkuma Jennee ni leenjifnaa in omishnaa Hojii egaallee galman geenya Lukkuu killee Miller's sincere as killees gurguraa jirraa Amma ammoo kan foonii egaallee bara haaratii obsan nu egaa
Show all...
Gamaggaama gabaasa waggaa kolleejjii BLTO Tulluu Boolloo 08/10/2016 manaajimantii kolleejjii , hoggansa fi ogeessoota WCHUO Aanaa waliin kolleejjiittii gamaggamee jira
Show all...
Fedhii Jijjiira 2016 BIK 001 Scan.pdf13.89 MB
$Oduu Gammaachisa jiraatoota hawaasa magaala tulluu boolloo hundaaf kolleejjiin keessaan inisheetivoota leenjii jalqabee milkeessun leenjii kennuu cinaattii inisheetivoota galii keessoo kolleejjii cimsuuf omishaa block production furniture making metal work fi horsisa lukkuu killee egaluun hawaasa keenyaa fayyadama taasisun gabaa naannoo tasgabbeessuu keessattii gahe waan qabuf omishaa kanneen kottaa bitaadha ittii fayyadama gatiin keenya mdalaawadha $Dhaadannoon Keenyaa $ kolleejjii keenya leenjii qulqullina qabu leenjisuu,omishuu kan omishnee gurguruun galii kolleejjii cimsuun kolleejjii dinagdeen utuubudha achuman entreprenuras ni taana
Show all...
WM- Qajeelfama Sassaabbii Galii fi IF ayyadama Baajata EMGOO.pdf69.44 MB
1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.