en
Feedback
Faruuwaan Ortodoksii Tawayidoo

Faruuwaan Ortodoksii Tawayidoo

Open in Telegram

Faarfannaan humna guddaa qaba.Qalbii namaa jijjiira, nama barsiisa, gara Waaqayyootti nama deebisa.Faarfannaan nama gadde tasgabbeessa. Madaa gaddaati qoorsa. Faarfannaan humna cimaa qaba,⛪🙏

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Faruuwaan Ortodoksii Tawayidoo

Channel Faruuwaan Ortodoksii Tawayidoo (@tawayidoo) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 15 758 subscribers, ranking 5 341 in the Religion & Spirituality category and 2 163 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 15 758 subscribers.

According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 342 over the last 30 days and by 18 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 1.89%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.04% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 298 views. Within the first day, a publication typically gains 163 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 3.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Faarfannaan humna guddaa qaba.Qalbii namaa jijjiira, nama barsiisa, gara Waaqayyootti nama deebisa.Faarfannaan nama gadde tasgabbeessa. Madaa gaddaati qoorsa. Faarfannaan humna cimaa qaba,⛪🙏

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

15 758
Subscribers
+1824 hours
+257 days
+34230 days
Posts Archive
Baga jalabultii yaadannoo guyyaa Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Rufaa'eel itti Xoobiit gargaare Qaammee 3 nagaadhaan geessan!
Baga jalabultii yaadannoo guyyaa Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Rufaa'eel itti Xoobiit gargaare Qaammee 3 nagaadhaan geessan! Guyyaa kanatti maaltu yaadatamee oola? seenaan guyyaa kanaa maalu kan jedhu waa'ee Xoobiit fi kanneen biroo waa'ee Qaammee 3 link kana tuquun dubbisaa! https://bit.ly/3TmgZ4h https://bit.ly/3TmgZ4h

Isin Ortodoksi dha❓

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Odeeffannoo Kiristaanota Maraaf!❕ Godiina Shawaa Lixaa Aanaa Ejersa Lafoo Magaalaa Olonkomiitti taateen ta'aa jiru jibbiinsa Amantaa Ortodoksii akka ta'e Namni kamuu beekuu qaba. Lafni Murni muraasni itti bahuun Qabeenyaa achirra jiru mancaasaa jiru kun, Akka Waan Mootummaan ayyama kenneefiitti kan haasa'aa jiran! 1ffaa Mootummaan waan seeraan alaa yoo ta'e seeraan dhorkuu qaba malee akkamittiin Waan akkasii raawwata? 2ffaa Maqaa Mootummaa dhahachuun Qabeenyaa Mana Amantaa mancaasuun maalif barbaachise? 3ffaa Ijoolleen Hordoftoota Amantaa Ortofoksii ta'an Fannoo morma isaanii irraa qaban, Maalif Maqaan "Faa**oo" jedhu itti moggaafame? Ortodoksiin Ejersa Lafoo keessa jiraachuu hin danda'uu? Qe'ee Abbaa isaanii irratti maalif maqaan itti moggaafama? #Ijoolleen_warra_Jahan_Bachootti Fannoon Morma isaanii irraa Mallattoo Kiristaanummaati malee Farra Oromoo kan isaan taasisu miti. Eeyyeen Lafti Kan Oromooti Kan irratti Waaqeffatus, Ijoollee Jahan Bachooti. Amantaa Sana keessa Sabaafi Sab-lammiin garaa garaa jiraachuu mala, kanaaf Manni Amantaa Mirgi ishee sarbamuu hin qabu. Ijoollee Morma irraa Fannoo qabdu maqaa "Finxaa*ii faa**oo" jedhuun dararamuu hin qabdu. Nagaan Mana Amantaa keenyaa, Biyya Keenyaa fi Uummattoota isheef haa ta'u! 🙏Hagayya 29/12/2018 Dirree Tajaajiltootaa የአገልጋዮች መድረክ Sagalee Mana Kiristaanaa fi Kiristaanotaa!

photo content
+2

Kiristaanonni Ejersa Lafoo 𝗺𝗮𝗴𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮 Olonkomii Birmannaa kee𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻 barbaadaa jir𝗮 𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗻𝘂𝗳
+3
Kiristaanonni Ejersa Lafoo 𝗺𝗮𝗴𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮 Olonkomii Birmannaa kee𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻 barbaadaa jir𝗮 𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗻𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝗮𝗮𝗻 𝗱𝗶𝗿𝗾𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗔𝗺𝗮𝗻𝘁𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻𝗶 akka bataan 🏠Lafti Mana Amantaa Kaartaa qabu seera qabeessaan Mana Amantaatiif kenname harkaa fuudhamuuf, Wal gurmeessanii Axirii /Dallaa isaa humnaan irraa diiguun Kiristaanota mufachiisanii jiru. 𝗔𝗸𝗸𝗮 𝘆𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗻𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗿𝗮𝗸𝗸𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗹𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝘂 𝗼𝘀𝗼𝗼 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝘀𝗮𝗻𝘆𝘂𝗺𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗰𝗮𝘀𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂𝘂. 𝗝𝗶𝗯𝗯𝗮𝗮 𝗵𝗮𝘄𝘄𝗮𝘀𝗮𝗮 𝗢𝗿𝗼𝘁𝗼𝗱𝗼𝗸𝘀𝗶𝗳 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗻 𝗺𝘂𝗹𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂𝘂 Dhimmi𝗶 Amantaa dhimma Lubbuutii https://www.facebook.com/share/p/1Fz4WwrTgK/

Isin Ortodoksi dha❓

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇