cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Cooperative Bank of Oromia

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Show more
Ethiopia282The language is not specifiedEconomy & Finance1 775
Advertising posts
73 557
Subscribers
-1624 hours
+1507 days
+53730 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Kooppeey I-birriin tikeeta keessan muradhaa! Qananiin balali’aa! ትኬትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ይቁረጡ! በምቾት ይብረሩ! #CoopBank #TravelEasy #CoopayEbirr #HassleFreeBooking
4 2251Loading...
02
Koopbaank Alhudaan Jumu’aa du'aa'iin keessan itti qeebalamu akka isiniif ta’u hawwa! Koopbaank Alhudaa Shariika Keessan Haqaa! ኮፕባንክ አልሁዳ የሚያደርጉት ዱዓዕ መቅቡል የሚሆንበት ጁሙዓን ይመኝልዎታል! ኮፕባንክ አልሁዳ እውነተኛ አጋርዎ! #CoopbankAlhuda #BlessedFriday
6 9476Loading...
03
Tola galmaa’aa! Baankiin keenya, tajaajila galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaaf tolaan dameewwan isaa saddeettan kana yoo dhuftan kabajaan isin simata! 1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa 2. Damee Jammoo📍Jammoo 1 3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura 4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa 5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo 6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra 7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa 8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii በነጻ ይመዝገቡ! ባንካችን ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ በስምንቱ ቅርንጫፎቹ በአክብሮት ይቀበልዎታል! 1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ 2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ 3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት 4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና 5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ 6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ 7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ 8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ #Coopbank #NationalIDRegistration #FaydaID #DigitalID
8 3215Loading...
04
Tajaajila baankii uumamaan walsimsiisuun, dameelee Iikoo banuun, kunuunsa qabeenya uumama naannoo dhaadhessuun, mallattoo keenya. Baga guyyaa qabeenya uumama naannoo addunyaan isin gahe! የባንክ አገልግሎትን ከተፈጥሮ ጋር በማዋደድ፣ ኢኮ ቅርንጫፎችን በመክፈት የአካባቢ ተፈጥሮ ሀብት ማስተዋወቅ መለያችን ነው። እንኳን ለዓለም አቀፍ የተፈጥሮ ሀብት ቀን አደረሳችሁ! #EcoFriendly #WorldEnvironmentDay #GreenBanking
8 9841Loading...
05
Tasa adabbiin tiraafikaa isin mudatee haalli kaffaltii adabbii yaaddoo isinitti ta’ee? Yaaddoo tokko malee Kooppeey I-birri battalumatti kaffalaadhaa! Guyyaa gaarii qabaadhaa!     ድንገት የትራፊክ ቅጣት አጋጥምዎት ስለ ቅጣቱ ክፍያ ተጨንቀዋል? ቅጣትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ያለምንም ጭንቀት ወዲያውኑ ይክፈሉ! መልካም ቀን ይሁንላችሁ! #Coopbank #Coopayebirr #HassleFree #DigitalBanking
9 2680Loading...
06
Saanduqa qusannoo / piggy bank/ daa’imman keessaniif qopheessine, Dameelee keenyatti goruun har’uma fuudhaafii! ለልጆችዎ ያዘጋጀነውን የቁጠባ ሳጥን / piggy bank/ ወደ ቅርንጫፎቻችን ጎራ ብለው ይቀበሉላቸው! #Coopbank #SaveSmart #GaammeeSavings
10 1644Loading...
07
ከዘመኑ ጋር የዘመነው ምቹ #Coopbank #MichuDigitalLending
10 9155Loading...
08
Torban kana hamilee guutuun jalqabadhaa. Torban milkii isiniif haa ta’u! “Kufaatiiwwan irraa milkaa’ina horadhu. Abdii dhabuunii fi kufaatiin gulantaawwan amansiisoo/jajjaboo/ lameen, milkaa’inatti nu baasaniidha.” Deel Karniigee ሳምንቱን በሙሉ መንፈስ ይጀምሩ። መልካም ሳምንት ይሁንልዎ! “ከውድቀቶች ስኬትን አዳብር። ተስፋ መቁረጥና ውድቀት ሁለቱ አስተማማኝ የስኬት መወጣጫዎች ናቸው።” ዴል ካርኒጌ #Coopbank #mondaymotivational #vision
12 6433Loading...
09
Kennaa maallaqaa isiniif ergame qarshiisaa qofa osoo hin taane, fuula ifaan dabaallee jaalalasaaniis isin biraan geenya! የተላከልዎን የገንዝብ ስጦታ በፈገግታ አጅበን፣ ገንዘቡን ብቻ ሳይሆን ከልብ የመነጨ ፍቅራቸውን በማጋራት፣ ቀንዎን በሐሴት እንሞላለን! #Coopbank #SendLoveHome #Remittances #FamilyFirst #HeartfeltLove
14 2034Loading...
10
Koopbaank Alhudaan Jumu’aa Ibaadaan keessan itti maqbuula ta’u akka isiniif ta’u hawwa! Koopbaank Alhudaa Shariika keessan haqaa! ኮፕባንክ አልሁዳ ኢባዳዎ ማቅቡል የሚሆንበት ጁሙዓን ይመኝልዎታል! ኮፕባንክ አልሁዳ እውነተኛ አጋርዎ! #Coopbank #CoopbankAlhuda #BlessedFriday
15 4822Loading...
11
Adeemsa bittaafi gurgurtaa ammayyaawaatti madaqaa; Waanuma bitachuu feetan bakkuma jirtanii ajajadhaa; Kaffaltii keessanis salphaamatti Kooppeey I-birriin raawwadhaa. ዘመናዊ ግብይትን ይለማመዱ፤ ካሉበት ሆነው ያሻዎትን በማዘዝ ክፍያዎን በቀላሉ በኮፔይ ኢ-ብር ይፈጽሙ። #Coopbank #Coopay #hasslefreetransaction #Convenient
15 6831Loading...
12
Abjuun keessan hanqina maallaqaatiin hin daangahu! Michuu akka Maqaasaa! #Coopbank #MichuDigitalLending
15 7977Loading...
13
Jumu’aa Mubaarak! Coopbank Alhudaan Jumu’aa eebbifamaa fi gammachuun guutame isiniif hawwa! ጁሙዓ ሙባረክ! ኮፕባንክ አልሁዳ በደስታ እና በበረካ የተሞላ ጁሙዓን ይመኝልዎታል፡፡ #CoopbankAlhuda #JummaMubarak #Blessings
21 8976Loading...
14
Hoggansi baankolee fi dhaabbilee faaynaansii gara garaa, wiirtuu kalaqa dijitaalawaa keenyatti argamuun, tajaajila liqii dijitaalawaa wabummaa irraa bilisaa ‘Michuu’ kennaa jirru irratti muuxannoo fudhataniiru. የተለያዩ ባንኮችና የፋይናንስ ተቋማት አመራሮች ፣ በዲጂታል ፈጠራ ማዕከላችን በመገኘት፣ በምንሰጠው ዲጂታል ከማስያዥያ ነጻ የብድር አገልግሎት ‘ምቹ’ ዙሪያ ልምድ ቀስመዋል። #Coopbank #MichuInnovation #DigitalLending #CoopbankDxValley
24 9833Loading...
15
Maamiltoota keenya, Dameen keenya Boolee Ruwaandaa, gamoo Koopbaank naannoo maqa Imbaasii Ruwaandaatti argamutti jijjiiramuu, kabajaan isin beeksifna. ውድ ደንበኞቻችን፤ ቦሌ ሩዋንዳ ቅርንጫፋችን፣ ሩዋንዳ ኤምባሲ መገንጠያ አካባቢ ወደሚገኘው የኮፕባንክ ህንፃ መዘዋወሩን ፣በአክብሮት እናሳውቃለን። #Coopbank #BranchLocation #CoopbankBuilding
12 3194Loading...
16
Tajaajilli galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaa dameewwan keenya irratti kennamaa jiru akka itti fufeetti jira. Kana dura hin galmoofne taanaan, dameelee saddeettan kanatti qaqqabadhaa! 1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa 2. Damee Jammoo📍Jammoo 1 3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura 4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa 5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo 6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra 7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa 8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii በቅርንጫፎቻችን በመሰጠት ላይ የሚገኘው የዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ አገልግሎት እንደቀጠለ ነው። ከዚህ ቀደም ያልተመዘገቡ ከሆነ በስምንቱ ቅርንጫፎች ምዝገባዎን ያከናውኑ! 1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ 2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ 3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት 4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና 5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ 6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ 7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ 8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
12 2455Loading...
17
Kooppeey I-birr: Salphaa, Mijaawaa fi Amansiisaadha!
12 7112Loading...
18
Tajaajila baankii sa’aatii 24 kennaa jirra! Damee keenya Hoteela Iskaaylaaytitti argamutti, sanbattanii fi guyyoota ayyaanaa dabalatee, tajaajila baankii ammayyaa kennaa jirrutti fayyadamaa! የ24 ሰዓት የባንክ አገልግሎት እየሰጠን ነው! በስካይ ላይት ሆቴል በሚገኘው ቅርንጫፋችን፣ ቅዳሜና እሁድን እንዲሁም በዓላትን ጨምሮ ሌት ተቀን በምንሰጠው ዘመናዊ የባንክ አገልግሎት ይጠቀሙ! #Coopbank #BankingRedefined #EthiopianSkylightHotel
12 4143Loading...
19
ከአጭበርባሪዎች ተጠንቀቁ! ውድ የማህበራዊ ሚዲያ ገጾቻችን ተከታዮች፣ አንዳንድ አጭበርባሪዎች፣ የባንካችን ስምና አርማ በመጠቀም፣ የተለያዩ አሳሳች እና ሀሰተኛ ተግባራትን እያሰራጩ እንደሚገኙ ደርሰንበታል። ስለሆነም፣ ስለ ባንካችን ትክክለኛ መረጃ ለማግኘት፣ ከዚህ በታች የተጠቀሱት የማህበራዊ ትስስር ገፆቻችን ብቻ እንድትከተሉ እና ከአጭበርባሪዎች እንድትጠነቀቁ ልናሳስባችሁ እንወዳለን። Facebook: https://www.facebook.com/cooperativebankoforomia?mibextid=YMEMSu Telegram: https://t.me/coopbankoromia Instagram: https://www.instagram.com/coop_bank?igsh=bmt0MGptODRrZzho&utm_source=qr LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/cooperative-bank-of-oromia/ Twitter: https://x.com/Coopbankoromia?t=MQKntT5XIAnSabgrEXYKyg&s=09 TikTok: https://www.tiktok.com/@cooperativebankoforomia?_t=8mVcBEwsTEz&_r=1 #Coopbank #fraudalert #scamaware
12 1303Loading...
20
Dogoggorsitootarraa of eegaa! Kabajamtoota hordoftoota fuulawwan miidiyaa hawaasaa keenyaa, Dogoggorsitoonni tokko tokko maqaa fi loogoo baankii keenyaa fayyadamuudhaan fuulawwan miidiyaa hawaasaa keenya fakkeessanii gochawwan dogoggoraa fi sobaa garaagaraa tamsaasaa akka jiran bira geenyeerra. Ta'us, akka baankii keenyaatti, fuulawwan miidiyaa hawaasaa sirriin ittiin nu hordofuu dandeessan kanneen armaan gadii qofa ta'uu beektanii gowwomsitootarraa akka of eegdan isin hubachiisna. Facebook: https://www.facebook.com/cooperativebankoforomia?mibextid=YMEMSu Telegram: https://t.me/coopbankoromia Instagram: https://www.instagram.com/coop_bank?igsh=bmt0MGptODRrZzho&utm_source=qr LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/cooperative-bank-of-oromia/ Twitter: https://x.com/Coopbankoromia?t=MQKntT5XIAnSabgrEXYKyg&s=09 TikTok: https://www.tiktok.com/@cooperativebankoforomia?_t=8mVcBEwsTEz&_r=1 #Coopbank #fraudalert #scamaware
10 4422Loading...
21
የ WhatsApp መስራቹ ጃን ኮም/ የዩክሬን ስደተኛ ጃን ኮም እ.አ.አ በ 1976 በዩክሬን ዋና ከተማ ኬቭ ሲኖሩ ከነበሩ የ አይሁድ ዝርያ ካላቸውና አነስተኛ የኑሮ ደረጃ ከነበራቸው ቤተሰቦች ተወለደ። በዛን ዘመን ዩክሬን በሶቪየት ኅብረት ሶሻሊስት ሪፓብሊክ ስር ስለነበረች እሱና ቤተሰቡ ጥሩ ሁኔታ ውስጥ አልነበሩም። የሶሻሊስት ስርዓት በምስራቅ አውሮፓ ከወደቀ በኋላ የነበረባቸው ችግር ስለተባባሰ የጃን ኮሙ እናት ለስደት ዕድሉን ያላገኘውን የጃን አባት ወደኋላ በመተው፣ የተሻለ ኑሮ ፍለጋ ልጇን ይዛ ወደ አሜሪካ ተጓዘች። የአሜሪካ ኑሮም እንዳሰቡት ሳይሆን ቀርቶ ለከፋ ድህነት ተጋለጡ። ይባስ ብሎ የጃን እናት በካንሰር መያዝዋ ታወቀ። ቤተሰብ የማስተዳደር ኃላፊነት የወደቀበት ጃን እራሱንና በካንሰር የምትሰቃይ እናቱን ለማኖር በወጣትነት እድሜው በሬስቶራንት ውስጥ በጽዳት ሠራተኝነት ተቀጠረ። ከዚህ ሥራ የሚያገኘው ገቢ ኑሯቸውን ለመቀጠል በቂ ስላልነበረ ከአሜሪካ መንግስት የምግብ፣ የአልባሳትና የመጠለያ እርዳታ መቀበል ጀመረ። ጃን ለገጠመው ችግር እጅ ሳይሰጥ እራሱን የኮምፒውተር ሳይንስ ከማስተማሩም ሌላ፣ ተምሮ ለመጨረስ ባይበቃም ኮሌጅ ገብቶ በመማር በሳይበር ደህንነት መስክ ዕውቀቱን በማዳበርና እራሱን በማብቃት በታላቁ ያሁ ኩባንያ ውስጥ ተቀጥሮ ሥራ ጀመረ። በያሁ ቆይታው ሙያውን  አዳብሮ ይበልጥ እራሱን ለማብቃት በሚል በ ፌስ ቡክ ኩባንያ ለመቀጠር ሞክሮ የነበረ ቢሆንም አልተሳካለትም። ከጊዜ በኋላ ያሁ በሚሠራ ጊዜ ባልደረባው ከነበረው ብርያን አክቶን ከሚባል ሰው ጋር በተለያዩ ኩባንያዎች የቀሰሙትን ልምድ በማቀናጀት በጃን ሀሳብ አመንጪነት በ 2009 ዋትስ አፕ የተሰኘ ኩባንያ ለማቋቋም ቻሉ። ባቋቋመው ኩባንያ እውቅናን እና ሀብትን ያገኘው ይህ ሰው የተነሳበትን ሳይረሳ በቤተሰቡ ስም የበጎ አድራጎት ተቋም በመመስረት አነስተኛ የኑሮ ደረጃ ላይ የሚገኙትን በመርዳት ላይ ይገኛል። የኑሮ ውጣ ውረድ በጽናት ሠርተን የምንወጣው እንጂ በልባችን ያለውን ራዕያችንን ዕውን ከመሆን የሚያግድ አለመሆኑን ከጃን ኮሙ ታሪክ መረዳት ይቻላል። ዋቢ፣ ሊደርስ #Coopbank #MondayMotivation #Vision
10 2263Loading...
22
Media files
9 1940Loading...
23
Abbaa WhatsApp- Jaan Koum Jaan Koum bara 1976 ALA Magaalaa guddoo Yukireen  Kiyeev keessatti maatii sanyii yihuudii qabaniifi harka qalleeyyii  ta’an irraa dhalate. Bara sana Yukireen Bulchiinsa Gamtaa Rippabilika Sooshaalistii Sooviyeet jala waan turteef isaaf maatii isaatiif haalli mijataan hin turre. Keessumaa Sirni bulchiinsa Sooshaalistii baha Awurooppaatti erga kufee booda, rakkoon waan hammaateef,  haati Jaan Koum abbaa isaa godaansa kanaaf hin carroomne of duubatti dhiisuun Ilma ishee qabattee, jireenya fooyya’aa barbaada gara Ameerikaatti imalte. Jireenyi Ameerikaa akka yaadame ta’uu didee hiyyummaa caaluuf saaxilaman. Kan kaan caalu, haati Jaan dhibee kaansariin qabamuun ishee mirkanaaye. Jaan ofii fi haadha isaa dhibee kaansariin dararamaa jirtuu jiraachisuuf, umurii dargaggummaa isaatti restoraantii keessatti hojii qulqulleessuu hojjechuu eegale. Galiin hojii kanarraa argatu jireenya isaanii utubuu hin dandeenye waan ta’eef, mootummaa Ameerikaa irraa deeggarsa soorataa, uffataafi mana jireenyaa fudhachuu eegale. Jaan rakkina isa qunnameef otoo harka hin kennatiin barnoota sayinsii kompiiwtaraa of barsiisuun cinatti Kolleejjii  teknoloojii barsiisu seenee ture. Barnoota isaa idilee xumuruu baatus, ogummaa barbaachisoo argachuun nageenya saayibariin of gahoomse. Ogummaa horate kanaanis Dhaabbata guddicha Yaahootti Qacaramuun hojii isaa eegale. Achittis ogummaa isaa cimsachaa turee, irra caala gahoomuuf dhaabbata facebook keessatti qacaramuuf yaaluus milkaa’uuf hin dandeenye. Yeroo boodas Yaahoo keessatti, waa’ela isaa kan ture nama Briyaan Akton jedhamu waliin muuxannoo dhaabbilee gara garaa qaban itti dhimma ba’uun, Jaaniin kan wixineeffame, dhaabbata WhatsApp jedhamu bara 2009tti hundeessuu danda’an. Dhaabbata Hundeesse kanaan beekamtiifi badhaadhummaa addunyaa kan gonfate namni kun iddoo ka’e otoo hin dagatiin maqaa maatii isaan dhaabbata tola ooltummaa hundeessuun namoota harka qalleeyyii deeggaruu irratti argama. Bu’aa bayiin jireenya keessatti nu qunnamu, ciminaan hojjannee kan keessa dabarru malee mul’ata keessoo keenyaa dhaabuu akka hin dandeenye seenaan Jaan Koum irraa hubachuu ni dandeenya. Maddi, LEADERS #Coopbank #MondayMotivation #Vision
11 2335Loading...
24
Media files
9 6700Loading...
25
Kooppeey I-Birrii: Kaffaltii tajaajila meetir taaksii Faras, Kaffaltii adabbii tiraafikaa Tikeeta Xiyyaaraa murachuuf Yeroo qilleensaa guttachuuf Tajaajila bittaaf gurgurataa dabaltee tajaajilawwan hedduu jiruu keessan salphisu fayyadamaa! Salphaa, Amansiisaa fi Mijaataadha! የዕለት ተዕለት እንቅስቃሴዎን በCoopay E-birr ቀላል ያድርጉ! የሜትር ታክሲ ክፍያን ጨምሮ፣ የትራፊክ ቅጣትን ለመክፈል፣ የበረራ ትኬቶችን ለመቁረጥ፣ የአየር ሰዓት ለመሙላት፣ ያለምንም ድካም ግዢና ሽያጭ ይፈጽሙ። ቀላል ፣ ምቹ እና አስትማማኝ! #Coopbank #Coopaye-birr #Convenience #BankApp
14 0790Loading...
26
Imala Hajjii taasisuuf isin niyyadhaa malee, maallaqa isin barbaachisu walitti qabachuuf kan isin gargaaru, herreega Qusannoo Labbaayik Wadi’aa filannoo gara garaan mijeessinee jirra. Niyyaa keessan haa milkaa’u! Jumu’aa Mubaarak!        የሀጂ ጉዞ ለማድረግ እርስዎ ይነይቱ እንጂ፣ የሚያስፈልግዎትን ገንዘብ ለማጠራቀም የሚረዳዎትን ለባይክ ወዲዓ የቁጠባ ሂሳብ፣ በተለያዩ አማራጮች አቅርበናል። ኒያዎት ይሳካ! ጁሙዓ ሙባረክ #CoopbankAlhuda #HajjJourney #LabbaikWadia
14 1303Loading...
27
ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ተመዝግበዋል? ለብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ ምዝገባ ከታች ከተዘረዘሩት ቅርንጫፎቻችን ወደ አንዱ ሲመጡ የቀበሌ መታወቂያ፣ የመስሪያ ቤት መታወቂያ፣ መንጃ ፍቃድ ወይም ሌላ እርስዎን መግለፅ የሚችል መታወቂያ መያዝ ይጠበቅብዎታል። ለምዝገባው ምንም አይነት ክፍያ አይፈፀምም። 1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ 2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ 3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት 4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና 5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ 6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ 7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ 8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
14 9103Loading...
28
Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii? Dameewwan keenya armaan gaditti tarreeffaman keessaa tokkotti yoo gortan waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa baafachuu dandeessu. Waraqaa kana argachuuf waraqaa eenyummaa gandaa, ykn kan hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa ykn waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa! Galmeef kaffaltiin gosa kamuu hin barbaachisu. 1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa 2. Damee Jammoo📍Jammoo 1 3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura 4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa 5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo 6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra 7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa 8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa! #Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
12 5942Loading...
29
Jaarraa fayyadamniifi qabaan maallaqaa gara dijitaalawaatti jijjiirame kanatti, Kaffaltiiwwan addaa addaa dabalatee, bittaaf gurgurtaa kamiyyuu raawwachuuf kooppey I-birrii filannoo keessan godhadhaa.    የገንዘብ አጠቃቀምና አያያዝ በዲጂታል መልክ በሆነበት በዚህ ዘመን፣ የተለያዩ ክፍያዎችን ጨምሮ፣ ማንኛውንም ግዢ እና ሽያጭ ለመፈጸም ኮፔይ ኢ-ብርን ምርጫዎ ያድርጉ። #Coopbank #CoopayEbirr
11 2600Loading...
30
Kaffaltii tajaajila bishaanii yeroo yaaddan, hiriira bakka kaffaltiitti isin eeguuf yaadda’uu dhiisaatii, Kooppeey I-birriif galmaa’uu keessan mirkaneeffadhaa. Kaffaltii tajaajilaa saffisaa fi si'ataaf Koppeey I-birri!      ስለ ውሃ አገልግሎት ክፍያ ሲያስቡ፣ ክፍያ ቦታ ስለሚጠብቅዎ ሰልፍ አይጨነቁ። ለኮፔይ ኢ-ብር መመዝገብዎን ያረጋገጡ እንጂ ለመክፈል ማንም አይቀድምዎትም። ለፈጣንና ቀልጣፋ የአገልግሎት ክፍያ፣ ኮፔይ ኢ-ብር!    #Coopbank #CoopayEbirr #Ethiopia
12 1511Loading...
31
Har’a gaafa humni keessan cimaa, hamileen keessan guutuu, egeree daa’imman keessaniif waa guduunfuun Ammayyummaadha! Gaammee Herreega Ijoolleetti dhimma bahaa.        ዛሬ ጉልበትዎ ብርቱ፣ አቅምዎ ሙሉ ሳለ፣ ለልጆችዎ የወደፊት ህይወት ጥሪት መቋጠር ዘመናዊነት ነው! በጋሜ የልጆች የቁጠባ ሂሳብ ዛሬውኑ ይጠቀሙ።      #Coopbank #GammeJuniorsSavingsAccount #SaveForTheChild'sFuture
13 7322Loading...
32
Appilikeeshinii Kooppeey I-birrii keenya bilbila keessan irratti fe'annaan, Kaffaltiiwwan tajaajila addaa addaa, bittaa fi gurgurtaa, akkasumas daddabarsa maallaqaaf hin rakkattan.      የኮፔይ ኢ-ብር መተግበሪያችንን በስልክዎ ከጫኑ፣ ለተለያዩ የአገልግሎት ክፍያዎች፣ ግዢዎች እና ሽያጭ፣ እንዲሁም ስለ ገንዘብ ዝውውር መጨነቅ አይኖርብዎትም። #Coopbank #Coopay #hasslefreetransaction #Convenient
15 1052Loading...
33
Wantoota ciccimoo ta'an yeroo isaan salphaa ta'anitti hojjadhu, Wantoota gurguddoo jedhaman yeroo isaan xixiqqoo ta'anitti hojjadhu. Imalli Maayilii kumaa tarkaanfii qeenxeen jalqabamuu qaba. LAOZI (Hayyuu warra Chaayinaa)         ከባድ የሆኑትን ነገሮች ቀላል በሆኑ ጊዜ ተግብር፣ ታላቅ የተባሉትን ነገሮች ትንሽ በሆኑ ጊዜ ፈጽም፣ የ ሺህ ማይል ጉዞ በአንድ እርምጃ መጀመር አለበት። LAOZI (የቻይናዎች ፈላስፋ) #Coopbank #MondayMotivation #Vision #TakeTheFirstStep
15 0698Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Kooppeey I-birriin tikeeta keessan muradhaa! Qananiin balali’aa! ትኬትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ይቁረጡ! በምቾት ይብረሩ! #CoopBank #TravelEasy #CoopayEbirr #HassleFreeBooking
Show all...
👍 15👏 8
Photo unavailableShow in Telegram
Koopbaank Alhudaan Jumu’aa du'aa'iin keessan itti qeebalamu akka isiniif ta’u hawwa! Koopbaank Alhudaa Shariika Keessan Haqaa! ኮፕባንክ አልሁዳ የሚያደርጉት ዱዓዕ መቅቡል የሚሆንበት ጁሙዓን ይመኝልዎታል! ኮፕባንክ አልሁዳ እውነተኛ አጋርዎ! #CoopbankAlhuda #BlessedFriday
Show all...
33👍 16👏 5
Photo unavailableShow in Telegram
Tola galmaa’aa! Baankiin keenya, tajaajila galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaaf tolaan dameewwan isaa saddeettan kana yoo dhuftan kabajaan isin simata! 1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa 2. Damee Jammoo📍Jammoo 1 3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura 4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa 5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo 6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra 7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa 8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii በነጻ ይመዝገቡ! ባንካችን ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ በስምንቱ ቅርንጫፎቹ በአክብሮት ይቀበልዎታል! 1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ 2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ 3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት 4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና 5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ 6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ 7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ 8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ #Coopbank #NationalIDRegistration #FaydaID #DigitalID
Show all...
👍 54
Photo unavailableShow in Telegram
Tajaajila baankii uumamaan walsimsiisuun, dameelee Iikoo banuun, kunuunsa qabeenya uumama naannoo dhaadhessuun, mallattoo keenya. Baga guyyaa qabeenya uumama naannoo addunyaan isin gahe! የባንክ አገልግሎትን ከተፈጥሮ ጋር በማዋደድ፣ ኢኮ ቅርንጫፎችን በመክፈት የአካባቢ ተፈጥሮ ሀብት ማስተዋወቅ መለያችን ነው። እንኳን ለዓለም አቀፍ የተፈጥሮ ሀብት ቀን አደረሳችሁ! #EcoFriendly #WorldEnvironmentDay #GreenBanking
Show all...
40👍 16👏 6
Photo unavailableShow in Telegram
Tasa adabbiin tiraafikaa isin mudatee haalli kaffaltii adabbii yaaddoo isinitti ta’ee? Yaaddoo tokko malee Kooppeey I-birri battalumatti kaffalaadhaa! Guyyaa gaarii qabaadhaa!     ድንገት የትራፊክ ቅጣት አጋጥምዎት ስለ ቅጣቱ ክፍያ ተጨንቀዋል? ቅጣትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ያለምንም ጭንቀት ወዲያውኑ ይክፈሉ! መልካም ቀን ይሁንላችሁ! #Coopbank #Coopayebirr #HassleFree #DigitalBanking
Show all...
👏 20👍 12
Photo unavailableShow in Telegram
Saanduqa qusannoo / piggy bank/ daa’imman keessaniif qopheessine, Dameelee keenyatti goruun har’uma fuudhaafii! ለልጆችዎ ያዘጋጀነውን የቁጠባ ሳጥን / piggy bank/ ወደ ቅርንጫፎቻችን ጎራ ብለው ይቀበሉላቸው! #Coopbank #SaveSmart #GaammeeSavings
Show all...
👍 32 4
01:43
Video unavailableShow in Telegram
ከዘመኑ ጋር የዘመነው ምቹ #Coopbank #MichuDigitalLending
Show all...
IMG_2335.MP48.92 MB
👍 39 5👏 5🤝 4
Photo unavailableShow in Telegram
Torban kana hamilee guutuun jalqabadhaa. Torban milkii isiniif haa ta’u! “Kufaatiiwwan irraa milkaa’ina horadhu. Abdii dhabuunii fi kufaatiin gulantaawwan amansiisoo/jajjaboo/ lameen, milkaa’inatti nu baasaniidha.” Deel Karniigee ሳምንቱን በሙሉ መንፈስ ይጀምሩ። መልካም ሳምንት ይሁንልዎ! “ከውድቀቶች ስኬትን አዳብር። ተስፋ መቁረጥና ውድቀት ሁለቱ አስተማማኝ የስኬት መወጣጫዎች ናቸው።” ዴል ካርኒጌ #Coopbank #mondaymotivational #vision
Show all...
👍 44 11👏 6
Photo unavailableShow in Telegram
Kennaa maallaqaa isiniif ergame qarshiisaa qofa osoo hin taane, fuula ifaan dabaallee jaalalasaaniis isin biraan geenya! የተላከልዎን የገንዝብ ስጦታ በፈገግታ አጅበን፣ ገንዘቡን ብቻ ሳይሆን ከልብ የመነጨ ፍቅራቸውን በማጋራት፣ ቀንዎን በሐሴት እንሞላለን! #Coopbank #SendLoveHome #Remittances #FamilyFirst #HeartfeltLove
Show all...
👍 46 26👏 6

42👍 15🤝 7👏 6