Gospel for Generation👨👩👧👨👩👧👦
Open in Telegram
John 8 (KJV) - ዮሐንስ 32: And ye shall know the truth, and the truth shall make you free.
Show more1 796
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-4230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '24
September '24
+1
in 0 channels
August '24
+4
in 0 channels
Get PRO
July '24
+3
in 0 channels
Get PRO
June '24
+4
in 0 channels
Get PRO
May '24
+3
in 0 channels
Get PRO
April '24
+2
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '24
+6
in 0 channels
Get PRO
January '24
+13
in 0 channels
Get PRO
December '23
+25
in 0 channels
Get PRO
November '23
+20
in 0 channels
Get PRO
October '23
+848
in 0 channels
Get PRO
September '23
+604
in 0 channels
Get PRO
August '23
+22
in 0 channels
Get PRO
July '23
+73
in 0 channels
Get PRO
June '23
+90
in 0 channels
Get PRO
May '23
+35
in 0 channels
Get PRO
April '23
+3
in 0 channels
Get PRO
March '23
+11
in 0 channels
Get PRO
February '23
+3
in 0 channels
Get PRO
January '23
+38
in 0 channels
Get PRO
December '22
+10
in 0 channels
Get PRO
November '22
+6
in 0 channels
Get PRO
October '22
+5
in 0 channels
Get PRO
September '22
+4
in 0 channels
Get PRO
August '22
+18
in 0 channels
Get PRO
July '22
+4
in 0 channels
Get PRO
June '22
+2
in 0 channels
Get PRO
May '22
+5
in 0 channels
Get PRO
April '22
+6
in 0 channels
Get PRO
March '22
+6
in 0 channels
Get PRO
February '22
+1
in 0 channels
Get PRO
January '22
+5
in 0 channels
Get PRO
December '21
+2
in 0 channels
Get PRO
November '21
+5
in 0 channels
Get PRO
October '21
+7
in 0 channels
Get PRO
September '21
+35
in 0 channels
Get PRO
August '21
+54
in 0 channels
Get PRO
July '21
+98
in 0 channels
Get PRO
June '21
+129
in 0 channels
Get PRO
May '21
+43
in 0 channels
Get PRO
April '21
+81
in 0 channels
Get PRO
March '21
+63
in 0 channels
Get PRO
February '21
+66
in 0 channels
Get PRO
January '21
+61
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 226
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 September | 0 | |||
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | +1 |
Channel Posts
“Utuma ta'uu iyyuu namni tokko illee Yesus Kristositti amanuudhaan malee, wanta seerri isa irraa barbaadu gochuudhaan Waaqayyoon duratti qajeelaa ta'ee akka hin lakkaa'amne in beekna. Nuyi wanta seerri nama irraa barbaadu hojjechuudhaan utuu hin ta'in, Kristositti amanuudhaan qajeelota taanee akka lakkaa'amnuuf, Kristos Yesusitti amanneerra; wanta seerri nama irraa barbaadu gochuudhaan namni tokko illee qajeelaa ta'ee hin lakkaa'amu.”
— Gal. 2:16
“ነገር ግን ሰው በኢየሱስ ክርስቶስ በማመን እንዲጸድቅ እንጂ በሕግ ሥራ እንዳይሆን አውቀን፥ ሥጋን የለበሰ ሁሉ በሕግ ሥራ ስለማይጸድቅ፥ እኛ ራሳችን በሕግ ሥራ ሳይሆን በክርስቶስ እምነት እንጸድቅ ዘንድ በክርስቶስ ኢየሱስ አምነናል።”
— ገላትያ 2፥16
@gospelforgeneration
@gospelfergeneration
| 2 | “Guyyaa rakkinaatti na waammadhu, ani isa keessaa butee sin baasa, ati immoo ulfina anaaf in laatta" in jedha.”
— Far. 50:15
“በመከራ ቀን ጥራኝ፥ አድንህማለሁ አንተም ታከብረኛለህ።”
— መዝሙር 50፥15
@gospelforgeneration
@gospelfergeneration | 0 |
| 3 | @Sagaleen_Waaqayyoo_humna_hojjetu_ofkeessaa_qaba!
“Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caalaa qara qaba; inni lubbuu fi hafuura, buusaa fi dhuka gargar in baasa, yaadaa fi akeeka garaa namaas qoree faraduudhaaf in danda'a,”
— Ibr. 4:12
“የእግዚአብሔር ቃል ሕያው ነውና፥ የሚሠራም፥ ሁለትም አፍ ካለው ሰይፍ ሁሉ ይልቅ የተሳለ ነው፥ ነፍስንና መንፈስንም ጅማትንና ቅልጥምንም እስኪለይ ድረስ ይወጋል፥ የልብንም ስሜትና አሳብ ይመረምራል፤”
— ዕብራውያን 4፥12
@gospelforgeneration
@gospelforgeneration | 0 |
| 4 | @warri_maqaasaa_waammatan_ni_oolu! | 0 |
| 5 | ✨ Channel barnootaa fi xinsammuu kana yoo qabaachuu baattan Barreeffama kana irratti yeroo tokko gadi tuquudhaan join taasisaa 💐
Click and Join Us
🍃🌹🌸🍃🌸🌹🍃🌸
█║ █▀█ █║█ '█▀
█║ █║█║██║█▀
▀▀ ▀▀▀ ▀ ▀▀
𝙰𝚍𝚜
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel | 0 |
| 6 | (•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa!
𝙲𝙻𝙸𝙲𝙺 𝙾𝙽 𝙿𝙸𝙲𝚃𝚄𝚁𝙴
👇👇👇
🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴
🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴
🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴
★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆
★° °☆ 🌚 ★ ○☆
👆 ClickOn Steps 😱
𝙰𝚍𝚜
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel
𝙵𝚁𝙴𝙴 𝚆𝙰𝚅𝙴𝚁: @Getu_Abera | 0 |
| 7 | 🎄🎄 Happy Christmas 🎄🎄
Click and Join Us
🍃🌹🌸🍃🌸🌹🍃🌸
█║ █▀█ █║█ '█▀
█║ █║█║██║█▀
▀▀ ▀▀▀ ▀ ▀▀
Ads
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel | 0 |
| 8 | Isa. 40
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁸ Ati hin beeknee ree? Hin dhageenyeesii ree? Waaqayyo, gooftaa bara baraan jiraatuu dha, inni isa guutummaa biyya lafaa uumee dha; inni hin mudhuku, hin dadhabu, hubannaa isaas namni qoree bira hin ga'u;
²⁹ inni warra dadhabaniif humna in kenna, warra aangoo hin qabneefis jabina in kenna;
³⁰ ijoollonni in dadhabu, in mudhukus, dargaggoonnis gufatanii in kufu;
³¹ warri Waaqayyoon abdiidhaan eeggatan garuu humni isaanii in haareffama; akka joobiraas baalleedhaan ol in ka'u; in fiigu, garuu hin dadhaban, in adeemu, garuu hin mudhukan.
ኢሳይያስ 40
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁸ አላወቅህምን? አልሰማህምን? እግዚአብሔር የዘላለም አምላክ፥ የምድርም ዳርቻ ፈጣሪ ነው፤ አይደክምም፥ አይታክትም፥ ማስተዋሉም አይመረመርም።
²⁹ ለደካማ ኃይልን ይሰጣል፥ ጕልበት ለሌለውም ብርታትን ይጨምራል።
³⁰ ብላቴኖች ይደክማሉ ይታክቱማል፥ ጐበዛዝቱም ፈጽሞ ይወድቃሉ፤
³¹ እግዚአብሔርን በመተማመን የሚጠባበቁ ግን ኃይላቸውን ያድሳሉ፤ እንደ ንስር በክንፍ ይወጣሉ፤ ይሮጣሉ፥ አይታክቱም፤ ይሄዳሉ፥ አይደክሙም።
@gospelforgeneration
@gospelforgeneration | 0 |
| 9 | “Waliif danda'aa, namni tokko isa kaan yoo komate waliif dhiisaa; gooftaan akkuma isiniif dhiise, isinis immoo waliif dhiisaa!”
— Qol. 3:13
“እርስ በርሳችሁ ትዕግሥትን አድርጉ፥ ማንም በባልንጀራው ላይ የሚነቅፈው ነገር ካለው፥ ይቅር ተባባሉ፤ ክርስቶስ ይቅር እንዳላችሁ እናንተ ደግሞ እንዲሁ አድርጉ፤”
— ቆላስይስ 3፥13
@gospelforgeneration
@gospelforgeneration | 0 |
| 10 | “Ani wangeelatti hin yeella'u, inni humna Waaqayyo isa warra amantii qaban hundumaa, duraan dursee warra Yihudootaa akkasumas warra Giriikotaa fayyisuu dha.”
— Rom. 1:16
“በወንጌል አላፍርምና፤ አስቀድሞ ለአይሁዳዊ ደግሞም ለግሪክ ሰው፥ ለሚያምኑ ሁሉ የእግዚአብሔር ኃይል ለማዳን ነውና።”
— ሮሜ 1፥16
@gospelforgeberation
🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄
@gospelforgeberation | 0 |
| 11 | Channel baay'ee barbaachisoo ta'an kanneen argachuuf subscribe kan jedhu tuquudhaan Join, follow taasisaa!
1 ---- 🔗 SUBSCRIBE 🔗
2 ---- 🔗 SUBSCRIBE 🔗
Ads: --> https://t.me/+I3vSi9vfSXAzM2E0
➕Add Your Channel➕ | 0 |
| 12 | 7K+ Channels wave promo - @Getu_Abera
Ads:
https://t.me/+CVmaJ_XR8eplNjNk
https://t.me/+T7T-AavIXDSNBz0s | 0 |
| 13 | Basic 5 Rules for Success https://cutt.ly/YwTXygi1 | 0 |
| 14 | 📑📚 STUDENT LIBRARY📚📑
👇 Yeroo tokko qofa Gadi tuquun Join Taasisaa👇
✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨
✨✨Click here👇 ✨✨✨
✨✨✨📣JOIN📣✨✨✨
✨✨✨📣JOIN📣✨✨✨
✨✨✨📣JOIN📣✨✨✨
✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨
✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨
💫💫 ClickAndJoinUs💫💫
💫💫💫💫💫💫💫💫 💫💫
💫💫💫💫 💫💫💫💫💫💫
💫💫💫💫 💫💫💫💫💫💫
Barattoonni kitaabilee curriculum haaraa barbaaddan barreeffama kana irratti gadi tuquun Join taasisaa! 🌟
➕ JOIN ➕
➕ JOIN ➕
➕ JOIN ➕
Contact: @Hope_Promo | 0 |
| 15 | “Dubbiin, "Kristos Yesus cubbammoota fayyisuudhaaf gara biyya lafaa dhufe" jedhu, amanamaa dha; guutummaatti fudhatamuunis in ta'aaf; warra cubbamootatti lakkaa'aman sana keessaa immoo ani isa duraa ti.”
— 1Xim. 1:15
“ኃጢአተኞችን ሊያድን ክርስቶስ ኢየሱስ ወደ ዓለም መጣ የሚለው ቃል የታመነና ሁሉ እንዲቀበሉት የተገባ ነው፤ ከኃጢአተኞችም ዋና እኔ ነኝ፤”
— 1ኛ ጢሞቴዎስ 1፥15
@gospelforgeberation
@gospelforgeneration | 0 |
| 16 | 🎯 Namni barbaadu qofti channel barbaade irratti tuquudhaan Join; Follow gochuu ni danda'a! 🌹
⇣
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➊ - Gaggeessummaa
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➋ - Reading PDF
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➌ - Spiritual PDF
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➍ - Student Library
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➎ - Student Results
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➏ - Nan Baradha
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➐ - Koket Media
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➑ - Gaa'ela | Marriage
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➒ - Grace Media 24
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➓ - Hope Promo
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
11 - Computer Soln
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
12 - Getu Official
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
13 - Motivational Tips
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
14 - Kutannoo
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
15. Best Films
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
16. Faaruu Ganamaa
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
17. Dhimma Fayyaa
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
18. Research Paper
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
19. Yesus In Dhufa
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
20. Dirree Yaadaa
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
21 Walaloo Asoosama
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
22. Gabaa Channel
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
23. Contact Me
┗━━━━━━━━━━━━━┛
HOPE PROMOTION
Advertising Telegram
Channels/Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot
©️ «Bittaaf Gurgurtaa Channel» | 0 |
| 17 | 🎈 Channel tajaajila baay'ee hawwataa fi si'ataa kennaa jiru kanatti dabalamuuf asirratti gadi tuqaa!
╭━╮┈┈☆☆┈ ┏━╮┈☽┈♥
┃ ┊┈╭━╮╭━╮┃┊┃┈╭╱┈
┃ ┏┓┃┊┃┃┊┃┃┊┃┈╱╯┈
╰━╯ ╰━╯╰━╯┗━╯┈☽┈┈
❤️ ┳━╮┳╭━╮┓┏┏┳┓┈☆
❤️ ┃┊┃┃┃┏┓┣┫┈┃┈╭╯
❤️ ┻┊┛┻╰━╯┛┗┈┻┈┈☆
Ads 👇
https://t.me/+FC3V9_T46d05MWE0
Hope Promo
@Hope_Promo
@Getu_Abera | 0 |
| 18 | “Amantiidhaan isin hundumti keessan karaa Kristos Yesus ilmaan Waaqayyoo ti.”
— Gal. 3:26
“በእምነት በኩል ሁላችሁ በክርስቶስ ኢየሱስ የእግዚአብሔር ልጆች ናችሁና፤”
— ገላትያ 3፥26
@gospelforgeneration
@gospelforgeneration | 0 |
| 19 | “Isaan kun garuu, Yesus, Kristosicha, ilma Waaqayyoo ta'uu isaa akka amantaniif, amanachuu keessaniinis maqaa isaatti jireenya akka qabaattaniif caafaman.”
— Yoh. 20:31
“ነገር ግን ኢየሱስ እርሱ ክርስቶስ የእግዚአብሔር ልጅ እንደ ሆነ ታምኑ ዘንድ፥ አምናችሁም በስሙ ሕይወት ይሆንላችሁ ዘንድ ይህ ተጽፎአል።”
— ዮሐንስ 20፥31
@gospelforgeneration
@gospelforgeneration | 0 |
| 20 | “Namni barsiisa kana hin fudhanne isin barsiisuuf yoo dhufe garuu, mana keessanitti isa hin simatinaa! Nagaa iyyuu isa hin gaafatinaa!”
— 2Yoh. 1:10
“ማንም ወደ እናንተ ቢመጣ ይህንም ትምህርት ባያመጣ በቤታችሁ አትቀበሉት ሰላምም አትበሉት፤”
— 2ኛ ዮሐንስ 1፥10
@gospelforgeneration
@gospelforgeneration | 0 |
