cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Nafyad Bishoftu

Show more
Finland2 780The language is not specifiedEducation81 549
Advertising posts
261
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Kabaja ayyaana sabaaf sablamoota bara 2016 የ2016ዓ.ም የብሔር ብሔረሰቦች ቀን በዓል።
Show all...
01:49
Video unavailableShow in Telegram
Facilitate your children's learning by attending school meetings.
Show all...
YAADACHIISA! Qormaatni Naannoo #Kutaa_6ffaafi Qormaatni Biyyoolessaa #Kutaa_8ffaa Bara 2016 Yeroo Jalqabaatiif Ni Kennama. ----------------- BBO-Onkololeessa 25/2016 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa akka Mootummaa Naannoo Oromiyaatti yeroo jalqabaatiif kan kennamu yoo ta'u, qornaatni kutaa 8ffaa kanaan dura akka naannootti kennamaa ture bara 2016 garuu akka biyyaatti ni kennama. Kanaafuu, barattootni, barsiisotni, maatiin barattootaa, hoggantootni barnootaa(dura bu'oota MB, supparvaayizaroota barnootaa . . .), caasaan mootummaa sadarkaan jiru, jaarsoliin, abbootiin amantii hunduu manneen barnootaafi barattootaaf deeggarsa barbaachisaa ta'e akka gootan gamanumaa akka yaadattan dhaamsa dabarsina. #Qormaatni_Naannoo_Kutaa 6ffaa, akka naannootti kennama. #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_8ffaa akka Itiyoophiyaatti kennama. #Barattootni_Keenya_Gamanummaa_Qophaa'uu_Qabdu! Bara Barnootaa Gaarii Isiniif Haa Ta'u! BBO Finfinnee Onkololeessa 2016 https://www.facebook.com/61552843344056/posts/pfbid02j66R17ScfmWoPVdhPiVCHrKTwHLbGsww6PA6KQC5Fct8ETxoNiQL9qPpu1nAaY4al/?app=fbl
Show all...

ለክቡራን ወላጆች ነገ ማክሰኞ 25/03/16ዓ.ም የመምህራን ስብሰባ ስላለ መደበኛ ትምህርት የለም። እሮብ ፈተና ስለሆነ እስከ 6:30 ብቻ ይሆናል ።
Show all...
Maatii Barattoota Keenya Maraaf Guyyaa boru 25/03/2016 dhimma Gumii Tiraansiformashinii Barnootaa Irratti barsiisonni marii waan qabaniif barumsi idilee kan hin jirre ta'uu ni beeksifna.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Yuuniifoormiin shuraabii "sadariyyaa" dhufee waan jiruuf warri hin fudhanne aķka fudhatan jechaa gatiin shuraaba tokkoo qarshii 600.00 ሰደርያ ሹራብ ስለደረሰ ያልወሰዳችሁ ተማሪዎች 600 ብር በመክፈል መዉሰድ የምትችሉ መሆኑን እናሳዉቃለን።
Show all...
Beeksisa Maatii barattoota keenyaa maraaf Bara barnootaa kana qulqullina barnootaa mirkaneessuuf jecha barattoonni suuteyyii ta'an marti sagantaa qo'annaa gosa barnoota Ingiliffaa fi herreega irratti akka hirmaataniif barsiisota gosa barnootaa kana lamaan barsiisaan waliin marii marii fi kallatti qabsiisuun qophii mara xummuuruun qo'annaa eegalanii jiru waan ta'eef carraa kanatti fayyadamuun qulqullina barnootaa dhugoomsuu keessatti marti keessanuu dirqama keessan akka baatan isin beeksifna. Qulqullina barnootaa dhugoomsuuf gaheen maatii murteessa dha.
Show all...