en
Feedback
Guangoa Secondary school🧬

Guangoa Secondary school🧬

Open in Telegram

We are in the community,unity,family

Show more
1 765
Subscribers
-624 hours
-107 days
-2830 days
Posts Archive
#Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa  Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf: BBO - Hagayya 28/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 fudhachuun qabxii  Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo/Yunivarsiitii Isin Seensisuu Danda'u/Dabartan/ Yunivarsiitii Keessatti Barachuu Barbaaddan Online'n Liinkii Asii Gaditti Kenname Banuun Hagayya 28/2018 Hanga Qaammee 5/2018 Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Beeksiseera. Liinkichis:- https://student.ethernet.edu.et/ #Hubachiisa:-  Barattootni sababa fayyaan walqabate , qaama miidhamtootni, lakkuuwwan saalan tokko ta'aniifi haati daa'ima ji'a 6 gadii hoosiftu ragaa seera qabeessa ta'een walqabsiisanii akka filatan jedhameera.       

photo content

+5
1000 BIOLOGY QUESTIONS 2025 last.docx1.04 KB

Which of the following is NOT an example of a food product made using biotechnology?
Anonymous voting

Single-Cell Protein (SCP) is produced by
Anonymous voting

Duraa bu'ootni Aanaa keenya Kutaa 6ffaa fi isaa ol qabdan barattoota ciccimoo ta'an shan shan kutaa 7 fi 8 ffaa bara kana bar
Duraa bu'ootni Aanaa keenya Kutaa 6ffaa fi isaa ol qabdan barattoota ciccimoo ta'an shan shan kutaa 7 fi 8 ffaa bara kana barataan calaltanii kutaa Adeemsa Sd.1ffaa akka qaqqabsiistan. M/B sad.2ffaa 9- 12 barattoota soddoma soddomaa calaluun adeemsa sad.2ffa akka qaqqabsiistan cimsinee isin beeksisna. Carraan kun barattoota jalaa akka hin dabaree.

+1
Grade-12, Condensed Chemistry Curriculum (lesson 16-30).pdf1.19 MB

Condensed chemistry grade 11&12

+4
physics 3rd round EUEE question.pdf2.72 MB

2018 EUEE Paper based

Grade 12 Biology EUEE 2018 Which of the following is a symptom of Gonorrheal infection?
Anonymous voting

"Congratulations to our Natural Science students on successfully taking the 2018 National Examination. God May account your effort and make high results. May we meet again with excellent results."❤️🎉🌼💪

-2147483648_-210453.webp0.18 KB

-2147483648_-210451.webp0.17 KB

📢 Message to Grade 12 Students Dear Students, You are about to take your National Examination — the important step toward university education. Reaching this stage has not been easy, and your hard work has brought you here. Now, focus on the exam questions. Stay calm, avoid stress, and trust your preparation. We wish you success and a smooth exam time. ✨ May Almighty bless your effort and guide you to success. 🫶🫶🫶🌺🌸🌷💐Guangua Secondary school

+4
@QesemAcademy English 2018 First Round Entrance Exam.pdf2.84 KB

#Yaadachiisa Barattoota #WARAQAAN Qoraman (Paper Based Test) Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Fudhatan Guyyaafi Iddoo Qormaataa --------------------------- BBO - Waxabajjii 17/2018 Qormaata Waraqaan kennamu ilaalchisee sagantaan asii gaditti dhihaateera. #1_Saayinsii_Uumamaa/Natural Science/ #PBT #Guyyaa :- Adoolessa 01 - 03/2018 #Iddoo Qormaataa :- #Yunivarsiitiiwwan keessatti qoramu. #2_Saayinsii_Hawaasaa/Social Science/ #PBT #Guyyaa :- 06 -08/2018 #Iddoo Qormaataa:- #Yunivarsiitiiwwan keessatti kan qoraman ta'uun beekameera. Kanaafuu, hoggansi barnootaafi maatiin barattootaa barattoota gara Yunivarsiitiwwanii geejjibuu irratti qindoominaan barattoota cinaa akka dhaabbattan ergaa keenya ta'a. #Hubachiisa:- Barattootni Kompitaraan Qoraman/Computer Based Test/ #Saayinsii Uumamaa-# CBT #Guyyaa;- Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 03/2018 tti, #Saayinsii Hawaasaa:-#CBT #Guyyaa - Adoolessa 06 - 16/2018tti Wiirtuulee Qormaataa Kompitarri Qophaa'etti(itti ramadamanitti) kan fudhatan ta'a.

Guyyaa 06/10/2018 Barattoota kutaa 12 ffaa gola 'A ' tiif Akkam jirtu? Qophiin qorumsaa akkami? Jabaadhaa of qopheessaa ijoollee koo! Ergaa Kitaaba keessan guyyaa 10/10/2018 sa 'aati 4:00 isinirraa sassaaba waan ta 'eef guyyaa fi sa 'aatii jedhametti mbtti fiddanii akka dhuftan fi ergaa ergaa waliif dabarsaa! Barsiisaa keessan Dajanee Hailu

Check out 📷📸🥰🥰@ይበሉኝ Exodus sali📷📸's video! #TikTok https://vm.tiktok.com/ZSQaXaaVg/ This post is shared via TikTok Lite. Download TikTok Lite to enjoy more posts: https://www.tiktok.com/tiktoklite