Jalalaa dhugaa
Open in Telegram
jaalala dhugaaâ€ïž Channeli kana keysatti wanti argattan ⊠Gorsa jaalalaa ⊠imiman walaloo ⊠Yaada Jaalalaa ⊠Kalaqa walaloo â§Sirboottan Jaalalaa â§Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin ⊠Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu Yaadaaf @Amir67f
Show moreFinland2 113The category is not specified
3 847
Subscribers
+624 hours
+327 days
+14430 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+175
in 0 channels
November '24
+197
in 0 channels
Get PRO
October '24
+41
in 0 channels
Get PRO
September '24
+111
in 0 channels
Get PRO
August '24
+198
in 0 channels
Get PRO
July '24
+335
in 0 channels
Get PRO
June '24
+237
in 0 channels
Get PRO
May '24
+428
in 0 channels
Get PRO
April '24
+198
in 0 channels
Get PRO
March '24
+88
in 0 channels
Get PRO
February '24
+76
in 0 channels
Get PRO
January '24
+31
in 0 channels
Get PRO
December '23
+997
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 1 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '23
+226
in 0 channels
Get PRO
June '23
+197
in 0 channels
Get PRO
May '23
+166
in 0 channels
Get PRO
April '23
+93
in 0 channels
Get PRO
March '23
+89
in 0 channels
Get PRO
February '23
+110
in 0 channels
Get PRO
January '23
+189
in 0 channels
Get PRO
December '22
+171
in 0 channels
Get PRO
November '22
+123
in 0 channels
Get PRO
October '22
+156
in 0 channels
Get PRO
September '22
+109
in 0 channels
Get PRO
August '22
+135
in 0 channels
Get PRO
July '22
+107
in 0 channels
Get PRO
June '22
+22
in 0 channels
Get PRO
May '22
+83
in 0 channels
Get PRO
April '22
+206
in 0 channels
Get PRO
March '22
+225
in 0 channels
Get PRO
February '22
+125
in 0 channels
Get PRO
January '22
+145
in 0 channels
Get PRO
December '21
+80
in 0 channels
Get PRO
November '21
+102
in 0 channels
Get PRO
October '21
+133
in 0 channels
Get PRO
September '21
+131
in 0 channels
Get PRO
August '21
+133
in 0 channels
Get PRO
July '21
+131
in 0 channels
Get PRO
June '21
+147
in 0 channels
Get PRO
May '21
+130
in 0 channels
Get PRO
April '21
+165
in 0 channels
Get PRO
March '21
+193
in 0 channels
Get PRO
February '21
+100
in 0 channels
Get PRO
January '21
+264
in 0 channels
Get PRO
December '20
+2 167
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 12 December | +1 | |||
| 11 December | +7 | |||
| 10 December | +23 | |||
| 09 December | +6 | |||
| 08 December | +11 | |||
| 07 December | +19 | |||
| 06 December | +5 | |||
| 05 December | +3 | |||
| 04 December | +8 | |||
| 03 December | +1 | |||
| 02 December | +10 |
Channel Posts
Osoo Galaanoo taatanii akkam gootuu?
Seenaan seenaa dhugaa dha. Seenaa Galaanoo fi Naanaatii
Baay'een gadda, dhiirri rakkatu malee hin boo'u.
Dubbiin akkasi turte.
Mucaan kun maqaan isaa Galaanoo jedhama. Akkuma namni tokko durba tokko jaallatu, innis Micayyoo suuraa wajjiin ka'e tana jaallate. Maqaan ishee #Naanaatii jedhamti. Erga guyyaa jaallateetii eegalee garaa guutuu fi amanamummaadhan akka ishee jaalattu dubbata.
Jaalaluma kanaan osoo jiranii isheen dhiira biroo irratti haasofsiisuu eegalte. Innis dubbii kana osoo beekuu baay'ee waan ishee jaallatuuf gochaa ishee kanarra obsaan darbaa ture.
Osoo wal hin fuudhiin dura inni Adaamaa jiraatus isheen Finfinnee jiraatti. Isheen mana firaan jira jetti malee dhiira biraa waliin akka Finfinnee jirtu ragaan gara boodaa ba'e ni ifoomsa.
Osooma haala kanaan jiranii Galaanoo fi Naanaatiin sirna gaa'ela isaanii maatii biratti raawwachuun gaggeeffatani. Galaanoon maatii biratti Naanaatii fhiisee hojiidhaaf gara Adaamaatti akka deebi'e dubbata.
Amma ofitti fudhatutti achuma taa'ee ishee gargaaraa ture. Ofitti fudhachuuf jennaan Naanaatiin ammas Adaama osoo hin ga'iin torbanoota muraasaaf finfinnee bubbulte. Yoo Galaanoon bilbiluuf mana firaan jira nan dhufa jetti malee, mana firaas hinjirtu nama biraa waliin jirti.
Erga Adaamaa deemtees mana tokkotti waliin galanii waan jiraniif Galaanoon waanuma hunda osoo beekuu dhiisa,. Guyyaa baay'ee maqaa nama bilbiluufii tokko #Firakoo jettee qabattee jiraachuu ishee arge. Galaanoonis "Erga fira kee ta'ee maaf ammaa amma siif bilbilaa?"jedhee yoo gaafatu, "Yaaduma" jettee akka isa cufte dubbata Galaanoon. Isaa booda waan shakkeef lakkoofsa mucichaa fudhatee bilbileef. "Obboleessaa! Micayyoon kuni haadha manaa kootii maaf na jalaa janajjanta" jennaanin, mucichis 'Na fuudhi!' naan jetti, ani maalin godhe?" jedhee deebisaafi.
Galaanoonis, "Maaloo har'aa eegalii dhiisi!. Isheen haadha Mana kootii"jedheen. Mucichis yeruma sana "Akkas taanaan ani dhiiseera" jedheen. Naanaatiinis erga
| 2 | "Sin jaaladha jedhi
Yookaan deemi didii
deemuun dura garuu
#Durbummaa_Koo_fidið
Ijji koo simalee
Homaa nan argituu
Ooyiruunkoo simalee
Midhaan naan margitu!
Sin jaaladha qashtii
Hundarra caalchisee
Guutummaa onnee koo
Si qofan dhaalchise"
Naan jettee hin turree
har'a maaf na ganta?
Anaan eessa keessee
Orma woliin galta?ð
Lakkii dhiisi hin deemini
Waan feeten sitti bitaa
Yoo diddes akka mixii
Ciniineen sitti cita"
Jette Jaalalli gubee
Intalattii waadnaani
Gurbaanni waadaa diigee
irraa qara yaadnaani!
Woggaa kuma-n turani
Yoo baayyate jaatamaa
waadaan buddeena miti
Akkamittiin nyaatama?
Wol dhageenya dhalootaa
Hin gannu safuuf duudhaa
Tokko qofa jaaladhaa
Tokkittii Sana | 0 |
| 3 | https://youtube.com/@semarudinumar | 0 |
| 4 | ðððð¡ððððªðª ð£ðð ððð§ððððððð?
ð€ððð ð ð ðððððð¡ð¡ððð, ðð ðððððð¡ð¡ð ððð¡ð¡ðð
ððð ððððð¡ð¡ð ðð ð¡ð¢ð¢ðð¡ð¢ ðŠðð ð¡ð'ð,
ððð ððððð¡ð¡ð ððððð¡ð¢ ðŠðð ð¡ð'ð,
ððð ðð¡ð¡ð ðððð ð¡ð¢ ðŠðð ð¡ð'ð, ðð âððððð ðððð ð¢ð¢ ðððð¡ððð¡ððð»ââðð»ââ
ðð ð ð ððšðððð£ ðšð ðððð¡ðð©ð©ðªð©ð©ð;
ððŒ ððð ðð âðð ðððððð¡ð¢,
ððŒ ððð ðð âðð ðððððð¢,
ððŒ ððð ðð âðð ðð¢ðð¢ð¢ðð ð¢ð¢,
ððŒ ððð ð¡ðððâðð ðð ðððð¡ð¢ð,
ððŒ ððð ðððð ðððâð¢ð¢ ððð ðððððððð¢ ðððð ðððð¢ âðð ððððð¡ðð.
ð¡ðð ð ð ð ððð¡ð¡ðð ðŠðð ððððð¡ð, ððððð'ð¢ð¢ ðâððð ð¢ð¢ ððððððð ð ð, ðð¢ððð¢ð¢ðâðð ððððððâð¢ð¢ ðððð¡ððððð ðððððâð¢ð¢ ððððððð ð ð. ððððððâð¢ð¢ ððððððððð ðŠðð ð¡ð'ð, ðð ðð ð ðð¡ð¡ð âðð ðð¢ðððððð'ðð ðŠðððððâðð ððððððð.
ðŠðð âðð ððððððððð ððððð ðð¡ð¡ð ð¡ððâðð¡ð¡ðð ðð¢ððð¢ðð ðððððððŠð ðððð¡ðð âðð ðð¢ðððððð ð ðð. ððððŠð¢ðððð ðððð¡ðð âðð ð¥ð¢ðððð ð ðð. ðâð¢ððð ðððð¢ ðð¡ð¡ð âððð. ðšðð£ððð§ðððððªð£ ðððâð ð ðððâðððâð.
ððððððð âðð'ðð¡ð¢ð¢ ðð ððððð âðð€ð€ððððððŒððŒððŒ | 0 |
| 5 | Si Jaaladha
~
Amma na jaalattu
sin jaalla dabalee
Keessa koo mooteetta
hin baatu yoomillee
~
Si'i gammachuun koo
iddoon koo boqonnaa
Afuurri kee damma
seeqni kee qabbanaa
~
An siinan mul'adha
akka aduu ifee
Si waliin gammachuun
gara kiyya dhufee
~
Si jaaladha baayyee
hangan qabu ammaa
Si waliin jiruun koo
mi'aa akka dammaa
~
Naaf jiraadhu kuma
hundumaa naaf caali
Jireenya kiyyarratti
gammachuu dabali
~
Sin jaalla hundaa ol
mootii onnee kiyyaa
Lapheen kee mana koo
dawoon keemmoo biyya | 0 |
| 6 | #jaalala_Dhugaa!
Goroorri kee dammaa
Laphee koo qabbaneessa
Osoon si argee ammaa
Dadhabbi koon balleessaað
Halkanii guyyaan siyaadaa
Loosha onneef mootii
Silaa sii fudheen badaa
Akka yaada kootii.ð«
Gubaan yaada keetii
Takkallee nan ciibsuu
Qalbiin sumaa feetii
Me akkamiin siif ibsuu?
Deemuus nan deemsisuu
Simalee galmaan gahuu
Taa'uus nan teessiisuu
Rafuus dharraan bahuu
Nama jaalatan yaadanii
Qalbiin hawwee dharra'aa
Yaadaanis yoo badanii
Garaan nama boora'aað€
Jechuma kamiin ibsuu
Miidhaginnii kee addaa
Osoo tiyyaa ta'uu baattee
Silaallleen baayyeen gaddaað¥
Gaafaan dura si arguu
Baayyeen sitti nahee
Of to'achuu dadhabeen
Gaggabee lafa dhahee.
Dhibee kuffistuu se,anii
Namoonni naa dheessanii
Hiriyyoonni koo fuudhanii
Mana yaalaa naa geessanii
Ergaan hospitaala seenee
Namaa keessaan bahee
Bu'aan dhukkubaa kootii
Dawaan sii duwwaa ta'ee
Argaa guyyaa tokkoon
Keessaa koo waraanteeð
Booda suutumaa suutaa
Onnee koo wallaanteeâ¥ïž
Ergaan hospitaalaa bahee
Bakka jirtuun gaafadhee
Si argeen sitti gammadee
Onneerraa sii jaaladheeð
To'aattuu jireenyaa too!
Waan ofii damma too!
Gaar-tokkee tiruu too!
Siin yaadee ..........too!
Kophaa ta'een mukkaa'ee
Boontuu koo na si'eessii
Gorora kee dammasan
Koottuu natti mi'eessii.
Anoo amala qabeessaa
Sin rakkisuu badaa
Duudhaaf safuun qabaa
Ani ilmi abbaa gadaa
Narraan fagaatiin maaloo
Sidhabnaan nan aaraa
Argaan kee naaf dawaadha
Dhibee keessa koo yaalaa.
Simalee homaan qabuu
Dadhabbi narraa balleessii
Gubadhee bee waan ofii
Koottuu na qabbaneessii.
Garaan kee yoo naa nahee
Jaalalaan naa wallaanii
Sumaaf jedheen ta'ee
Miidhama naa baraarii
Rifeensa kee qaqqabeen
Foolii kee fuunfadhaa
Achi gadii bu'een ammoo
Handhura keen dhungadhaað
Karaatti dadhabdee
Muugdee najalaa rafinii
Sii duwwaan abdaadhee
Adaraa narraan hafinii
Egaa maal godhuree
Homaan jedhuf maleessaa
Fageenyaatu na danqee
Uumphaðafaan kee keessaa.
Na laamsheessaa bar
Guutuummaa qaama koo
Si arguun jabaadhaa!
Uuuuuuphaaðdamma koo!
ððð¹â¥ïžð¹ðâ€â€
ððð¹â¥ïžð¹ðâ¥ïžâ¥ïž
ððð¹â€ð¹ð†| 0 |
| 7 | Nama biraa hin qabuu
Simalee ani firaa
Jaalallee koo dammee
Hin fagaatin narraa
Kun jaalala miti
Maraachatu na qabee
Oolee buluun dadhaba
Sagalee kee dhabee
Duruu wal jaalata
Namni bakka bakkaa
Maaliif jaalalti kee
Hirriba na dhorkaa
Na bobbooressita
Laphee koo kuffistee
Jaalala qofamoo
Wayumaan na tuqxee?
Araada koo guddaa
Sibaree sibaree
Suma qofan yaada
Ganamaa fi waaree
Maaliin siif ibsuree
Jaalala koo onneerraa | 0 |
| 8 | Qofaa kiyya na dhiiftee
Ati deemtus na gattee...!
Keessi koo tasan beektuu
Imaanaa kee dagattee...!
Hin abdattu yoomiyyuu
Garaan koo orma amantee...!
Onneen koo hin jiraattuuÂ
Irbuu kaleessaa gantee...!
Sin yaadadha har'ayyuu
Aduu dhihee bari'uu...!
Yaadni kee yeroo maraa
Qalbii koo na booji'uu...!
Erga deemte garaan koo
Takkaa hin beektu raftee...!
Jabduu onneen sibiilaa
Nii dhufta moo hin haftee...?
       | 0 |
| 9 | â€ïžJAALALAâ€ïž
~
"Si malee jiraachurra ,irree harka irratti du'uu naaf wayya"
Jechi yoo gocha ta'e ,himni armaan olii sirrii sirriin oliiti.Garuu yoo gochi bira hin jirre ykn yoo abbaan jaalatame bakka kana jiraachuu baate faayidaa dhaba malee! Jaalalli suuraa onnee(â€) bakka hundatti kaasaa ooluu fi ergaa ooluun ,sirbaan , aartii fi dhukkubbiin osoo hin taane garaa irraa ta'a. Namni afaaniin qofa sin jaaladha waliin jedhu garuu kan wal argaa walii jibbu , kan garaa duuba harka wal qabatee boo'ee jaalala walii ibsatee boodammoo wal quba hin qabne, tokkummaa jedhee osoo boo'u garuu kan maaddii tokkotti waliin hin nyaanne jaalala waliif qaba hin jedhamu. Jaalalli guutuun garaa fayyaa waliif qabaachuun ibsama.
Fixii jaaladhu!Jaalattee amanummaa biraa hin hambisiin.Hir'uu kennanii ,guutuu argachuun waan hin jirreefi.Nama jaalatte amanis ,jaaladhus!
Jechama "Jaaladhu malee hin amaniin"Â jedhu yoo sammuu keessaa qabaattellee haqii gati.Yoo Sitti himuuf jedhanillee gurra kee irraa cufadhu. Vaayirasii hamaa JAALALA dhabamsiisu waan ta'eefi. Miidhaan jaalalli hanga ammaa fide yoo jiraate ,waanuma hin jiraanne qofa. | 0 |
| 10 | ððð£ ðð€ð¬ð¬ð€ð€ð¢ðð£
ððððð§ðªð¢ð¢ðð ðððâð¢ð¢ð ð âððððððð/ðð¢ððð ððððŠ'ðð ð€ððððððð¡ð¡ð ðŠðð ððð¡ððððð¡ð¡ð ððððððâð¢ð¢ ððð¡ð.
ðððððððð¡ð¢ð/ððððððð¡ð¢ð ðâðððð¢ðððð; ð âððððððð ð¡ðððð ðð âðð ðððððð¡ð¡ð ð ðð âð¢ððð ðððððâðð ð¡ðð ðððððâð¢ð¢ ððð ðŠðððð âð¢ððð ðððððððð ð¡ð'ð¢ð¢ðððâð.
ðððð¢ððŠðð ðððððð ðð¡ð ðððð ð¡ðððð ðððð. ðððð ð ð ðððððð¡ð¢ð¢ð ðððð¢ð¢ ðððð¢ððŠðð ðððð ðð¢ð¢ð¡ð¢ðâð. ððððŠð¢ðððð ðððððððð âððððâð¢ð¢ð ððððððâð ððð ðððððððð¢ð¢ ðððð¡ð ððâðððâð.
ððððð ð ðððððð/ðððððð ðŠðð ð ððð ðâð¢ðð, ðððð ð ðððð ð¡ð'ð¢ð¢ð ðŠðððð.
ð âðððððððð ðððððððð ð ð ðððððð¡ð¡ð¢ ð€ððð¡ð ððððŠ'ððâððð ð ðð¡ð¡ð ðððððð¡ð¢ð ð ððððð ððððððâð¢ð¢ âðð ðððððððâð¢ | 0 |
| 11 | âŸJaalalaaf foormulaan kana jedhamu hin jiru. "Olkaa'an olka'anii fuudhu" jedhama mitiiree...? Jaalalli akkasi .
Kan ittin dhamaane, kan ittin qophoofne, kan ittin dhimmine eessaa dhufa...? Jaalalli itti qophii barbaada. Yeroon jalqabaa baay'ee tolaaf miidhagaadha. Boqonnaa nama dhorka.
âŸSammuu keenya too'annoo miira haaraa sana jala galchee of nu dagachiisee addunyaa biraa keessa nu joorsa. Haataâu; yeroo bareeda kana argachuutti gammaduun gaariidha.
âŸGaruu sana booda of qopheessuun barbaachisaadha...
Jabinni yeroo itti qoramutu, jaalallis, miirri jaalalaas qoramuun ni dhufa, isheenis yeroo itti guutuu taatee waan hedduu yaaduu jalqabdutu dhufa. Kanaaf cimina ofiirratti hojjechuu yaaduun gaariidha.
âŸBakka ofii beekuu, madaala ofii beekuu, kan of fakkaatu beekuu ulaagaa ati jalqaba jaalalaa godhachuu qabdudha.
Jireenya jaalalaa kee keessatti Dubartiin :- sin kabajne, dubartiin si busheessituuf si tuffattu, dubartiin bakka siif hinkennine, sin barbaachistu. Siif hin taatu ; sin madaaltu sin fayyaddu.
âŸAtis isheen durbaa akkasuma :- Dhiirri sin kabajne, sin kunuunsine, madaala si barbaachisuuf, bakka si barbaachisu siif hin kennine siif hin ta'u; sin barbaachisu. Bakka kee miti. Nama siif jireenya kee gara fuulduraaf kenname miti. Jaalachuun qofti gahaa miti. Bakka ofii beekuun barbaachisaadha. Ejjennoo toluun akkan kufneef, akkan mucucaanneef Jedha OROMOON !
âŸJireenya kee keessatti dubartii takka faana bu'i. Asiif achi yaaduun jireenya kee tasgabbii dhorka. Tartiiba yaada kee bittinneessa. Yaada kee facaasa. Waan tokkorratti gaafa xiyyeeffattu karoorri jiruu kee wal qabata. Eeyyee dubartii takkarratti gaafa qalbii kee walitti qabdee teessu karooraaf yaadota biroo hedduutti sammuun kee hojiirra oola malee burjaajiin sin rakkisu ; atis isheen durba akkasuma, Sammuun hin facaane immoo misooma gaariirratti argama.
âŸKan si geessu, kan si barbaachiftu, kan qalbiif yaadni kee itti boqote takka argatte waan ta'eef jireenyi kee tasgabbii keessa jira. Kanaaf takka irratti xiyyeeffadhu, Oliif gadi hin joorin. Kudhan argiteef bakka kudhanitti ofin kukkutin. Takka jaaladhu yaada keef eenyummaa kee tasgabbeessi , Jaalalaa DHUGAA Namaa sanaaf qabaadhu !
âShareâShare
     âšãïœïŒãðº
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
@jalalaadhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
     ðãïŒïœïŒŒãð
          ðºJOINðº | 0 |
| 12 | Jalalli Madaadha
Jaalalli dhugaa
inni hin qabne mudaa
Keessi isaa garuu
fayyaa miti madaa
Kana ilaalteetoo
yaadaf hin sardamin
Akkamitti jechuun
gafachuuf hin mamin
Eeyyoo
Jaalalli madaadha
Eeyyoo
Jaalalli dhibeedha
Hammi jaalachuu kee
obsuudha ibsama
Madaaf dhibee malee
mee maaltu obsamaa?
Ammi wal jaalatan
amma wal obsanii
Hir'uu keessa ofii
waliif yoo guutanii
Jaalalli inni dhugaa
madaadha dhugaattuu
Osoo si dhukkubuu
kolfaa kan filattuu
#Share
ShareâShareâShare
     âšãïœïŒãðº
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
@Jalalaadhugaa
@Jalalaadhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
     ðãïŒïœïŒŒãð
          ðºJOINðº | 0 |
| 13 | Jalalli Madaadha
Jaalalli dhugaa
inni hin qabne mudaa
Keessi isaa garuu
fayyaa miti madaa
Kana ilaalteetoo
yaadaf hin sardamin
Akkamitti jechuun
gafachuuf hin mamin
Eeyyoo
Jaalalli madaadha
Eeyyoo
Jaalalli dhibeedha
Hammi jaalachuu kee
obsuudha ibsama
Madaaf dhibee malee
mee maaltu obsamaa?
Ammi wal jaalatan
amma wal obsanii
Hir'uu keessa ofii
waliif yoo guutanii
Jaalalli inni dhugaa
madaadha dhugaattuu
Osoo si dhukkubuu
kolfaa kan filattuu
#Share
ShareâShareâShare
     âšãïœïŒãðº
ââââââ¢âð¥ââ¢ââ
@Jaalaladhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
     ðãïŒïœïŒŒãð
          ðºJOINðº | 0 |
| 14 | Jalalli Madaadha
Jaalalli dhugaa
inni hin qabne mudaa
Keessi isaa garuu
fayyaa miti madaa
Kana ilaalteetoo
yaadaf hin sardamin
Akkamitti jechuun
gafachuuf hin mamin
Eeyyoo
Jaalalli madaadha
Eeyyoo
Jaalalli dhibeedha
Hammi jaalachuu kee
obsuudha ibsama
Madaaf dhibee malee
mee maaltu obsamaa?
Ammi wal jaalatan
amma wal obsanii
Hir'uu keessa ofii
waliif yoo guutanii
Jaalalli inni dhugaa
madaadha dhugaattuu
Osoo si dhukkubuu
kolfaa kan filattuu
#Share
ShareâShareâShare
     âšãïœïŒãðº
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
@Jaalaladhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
     ðãïŒ
          ðºJOINðº | 0 |
| 15 | Kolfi
~
Mee bisiq godhe
kolfi yaa qaxalee
Kolfi umrii'n gabaabsu
ni dheeressa malee
~
Kolfi kee fayyaadha
fuulli kan kees ifaa
Gammachuun garana
karaa keetin dhufaa
~
Gammadi damma koo
sesseeqii taphadhuu
Gadda ajjeesitoo
gammachuun jiraadhuu
~
Kolfi kee kolfa koo
gaddi kees naaf gaddaa
Ifni jireenya koo
ilkaan keerraa maddaa
~
#Share
ShareâShareâShare
@Jalalaadhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
     ðãïŒïœïŒŒãð
          ðºJOINðº | 0 |
| 16 | https://www.facebook.com/bil133 | 0 |
| 17 | Jalalaa dhugaa
jaalala dhugaaâ€ïž
Channeli kana keysatti wanti argattan
⊠Gorsa jaalalaa
⊠imiman walaloo
⊠Yaada Jaalalaa
⊠Kalaqa walaloo
â§Sirboottan Jaalalaa
â§Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin
⊠Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
Yaadaaf @Amir67f | 0 |
| 18 | â€ïžâ€ïž QASHXII TOOâ€ïžâ€
ðŽðªð§ ðð¢ð¥ð©ðŠðŠ ð£ð¢ð©ðŠðŠ
ðð¢ðºðºð°ð° ð¬ð° ð¥ð¢ðšð¢ð¥ð©ðŠðŠ
ððªð³ð¶ð¶ ko ðšð¶ð¶ðµð¶ð¶
ððª ð¢ð³ðšð¶ð¥ð©ð¢ð¢ð§ ð«ð¢ð¥ð©ðŠðŠ
ðµðªðºðºð¢ ð«ð¢ð¥ð©ðŠðŠ ð£ðŠðŠð¬ð¢ð¢
ðð¯ð¯ðŠðŠð³ð³ð¢ð¢ ð°ðð¬ð¢ð¢ðŽðŠðŠ
ðð¬ð¬ð¢ð® ð¢ðµðµðªðª ðšð¢ð³ð¶ð¶ð¶
ðð¢ð¯ð¢ ð¯ð¢ð¢ð§ ð©ð¶ð£ð¢ðµðŠðŠ2*
ð£ðŠðŠð¬ðŠðŠ ð©ðªð¯ ð¥ð¶ð£ð£ð¢ð¥ð©ð¶
ðð¢ð®ð¢ ð©ð¶ð¯ð¥ð¢ð¢ ð«ð¢ð¥ð©ð¢ð¢
ðð¢ðð¢ð¢ðð¢ ð¬ðŠðŠð¯ ð²ð¢ð£ð¢ð®ðŠðŠ
ðð¢ð¢ð§ ð©ð¶ð£ð¢ð¥ð©ð¶ð¶ ð¢ð¥ð¢ð³ð¢ð¢2*
ðð¢ð¢'ðŠðŠ ðºð°ð°ð¯ ð¥ðŠðŠð®ð¶ð¶ðŽ
ð ð¢ð¢ð¯ðªðª ð¬ð° ðŽðª ð£ðªð³ð¢
ðð¢ðšð¢ð¥ð©ðŠðŠ ðºð°ð°ð® ð£ðŠðŠð¬ð¢ð¢
ðð¶ð³ðªðª ð©ð¢ð¯ðšð¢ð¢ ð¢ð³ð³ð¢ð¢
ðð¢ð³'ð¢ ðµð¢'ðŠðŠ ð¬ð¢ððŠðŠðŽ
ððª ð¢ð³ðšð¶ð¶ð¥ð©ð¢ð§ ð©ð¢ðžðžðŠðŠ
ðð¢ð³ð¶ð¶ ð®ð¢ð¢ð ðšð°ð¥ð©ð¶ð¶
ððª ð¢ð³ðšð¶ð¶ ð©ðªð¯ ð¥ð¢ð¯ð¥ðŠð¯ðºðŠ
ðð£ð¥ðªðªð¯ ð¬ð¶ðµð¶ð¶ ð¢ð¯ðªðª
ððª ðŠðŠðšð¢ ðºð°ð®ðªðªððŠðŠ
ðð¢ððð°ð° ð¬ð° ð¢ð¥ð¢ð³ð¢ð¢
ððªð¯ ð§ð¢ðšð¢ðµðµðªð¯ ððµðµðªðððŠ.
ShareâShareâShare
     âšãïœïŒãðº
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
@Jaalala dhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
     ðãïŒïœïŒŒãð
         | 0 |
| 19 | ðLUBBUUKOO âš
Yoonif hayyama kee tahe fedhiin ani siif qabu akkana jedheen siif ibsa.
Hangan sijaaladhu tilmaamuu hin beeku.
Qama kee oson maxxanee
Lubbuukoo silaa sibira jiraadhee
Sitti maxxanee wantan an sigodhu
Ofitti si qabee dhungoon si dhungadhu
Tokko sirraa nan dhoowwu dhugaa hanga yaa boonaa kiyya na dhiisi dadhabee naan jettutti.
Umphaa!ðð
Ilove you
 âšãïœïŒãðº
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
@jalalaadhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ | 0 |
| 20 | ðLUBBUUKOO âš
Yoonif hayyama kee tahe fedhiin ani siif qabu akkana jedheen siif ibsa.
Hangan sijaaladhu tilmaamuu hin beeku.
Qama kee oson maxxanee
Lubbuukoo silaa sibira jiraadhee
Sitti maxxanee wantan an sigodhu
Ofitti si qabee dhungoon si dhungadhu
Tokko sirraa nan dhoowwu dhugaa hanga yaa boonaa kiyya na dhiisi dadhabee naan jettutti.
Umphaa!ðð
Ilove you
 âšãïœïŒãðº
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ
@jalalaadhugaa
ââââââ¢âð¥ââ¢âââââ | 0 |
