cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

GADA NEWS NETWOTK

GNN

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
192
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

WALQUUNNAMTII SAALAA IRRAATTI SHAMARREE TOKKO GAMMACHISUUF WAANTOTA BEEKUU QABDU ------------- @drheeraan 1.Osoo Wal-qunnamtii saalaa Hin Jalqabin Dura Miira Walii Hoo'isuu Ykn Miira Keessa Ishee Seensisuu Fkn Qaamota Miira Ishee Itti Kakaasuu Danda'aan Kanneen Akka Harmaa, Mormaa, Luka Fi KKF Suuta Jechuun Sukkuumuu 2. Yeroo Walqunnamtii Saalaa Raawwatan Sana Position (Akkaataa walquunnamtii saalaa itti raawwatan) Kan Ishee Hin Cannaqinee Fi Bayyee Isheef Mijatu Fayyadamuu Akkasumas Akkaata Kana Dura Raawwatanii Hin Beeknetti Raawwachuu 3. Yeroo Walquunnamtii Saalaa Raawwatan Qaamni Ishee Dhukkubaa Jirachuu Fi Dhiisuu Adda Baafachuun Yoo Ni Dhukkuba Tahee Dhaabuu Qabdu Yoo Ittuma Fufuun Kan Raawwatan Tahee Keessi Qaama Ishee Ni Miidhama Hanga Gadameessattillee Miidhamuu Ni Danda'a 4.Yeroo Walquunnamtii Saalaa Qaama Ishee Sukkuumuu Kunis Bakkoota Herogenous Zone Tahan [Bakkota Fedhiin Ishee Irratti Argaman] Tuttuquufii fi kkf
Show all...
Amaloota Yeroo Durbi Tokko Dhiira Jaallattu Agarsiiftu.(psychological) ------------------ 1. Yeroo Haasoftu, Kolfitu, Taphattuu Fi Teessu Ija Hattee Hattee Si Ilaalti Taanaan 2. Si Fuulduratti Dhiiraa Wajjin Taphachuu Fi Hasa'uu Baayyifti Taanaan 3. Yeroo Hiriyoota Ishee Waliin Teessu Waa'ee Kee Hammaa Hamma Haasofti Taanaan 4. Lafa Ati Jirtutti Dhiyoo Taahuu Jaallatti Taanaan. 5. Gaafa Sitti Haasoftu Harkishee Fi Qaamni Ishee Ni Hollata Yoo Tahee. 6. Gaafa Si Bira Dabartu Yookin Deemtu Deemsa Jijjiirti Yookan Deemsatu Harkaa Bada Taanaan 7. Yeroo Ati Shamarree Biroo Waliin Haasoftu Ni aarti Taanaan ------------------ Kana Caalaa Maal Eegdare Intalli Si Jaallatteetti Obbole. Yoo sitti tolee #share godhi. Channel Kiyya @drheeraan subscribe fi follow gochuu hin dagatinaa. Beekumsa Waliigalaa irraa
Show all...
Loomii Fayyadamuun Finniisa Fuulaa Fi Qaama Keessan Irraa Baleessaa ----------Dr Heeraan ------- @drheeraan Akkaataa itti Fayyadama Isaa Jalqaba Loomii Baqaqsuun Cuunfaa Isaa Meeshaatti Naqi Ergasii Cuunfaa Loomii Sana Keessa Jirbii Buusi itti aansuun Bakka Finnisni Itti Bahe Sanatti Dibi Daqiiqaa 6-8 Booda Irraa Dhiqi ykn Miicci GUYYAATTII SI'A LAMA TORBAN MURAASAAF IRRA DEDDEEBITEE DIBATTA YEROO MURAASA KEESSATTI QAAMA KEE IRRAA BADA. @drheeraan -------- Share Gochuun Hiriyoota Keessaniif Qoodaa Telegram channel kiyya Follow Join Gochuu Hin Dagatinaa @drheeraan
Show all...
Mala Shunkurtaa Fayyadamuun Rifeensa Moluu Magarsiisuu fi Gurracheessuuf isin Gargaaru --------------🩺 .🔊 Akkaataa itti Qopheessitan : Jalqaba Qola Shunkurtaa Sana Irraa sooftu ykn Quncistu Itti aansuun Albee ykn Haaduu Fayyadamuun murmurtu ykn Kukkuttu Ergasiin Booda Hanga Inni Xixiqqaatutti Meeshaa Fayyadamuun kukkuttu Ergasii Cuunfaa Isaa Ykn Dhangala'aa isaa keessaa Cuunfitu Ergasii booda Meeshatti Naqxanii Keewwaattu. 🔊 Akkaata Itti Fayyadamaa isaa : Torbanitti Guyyaa 2 Rifeensa Keessan bakka Haphate Ykn Moluu tahe Sanatti Dibdu Hanga inni irratti Goggogutti Eegdu Sana Booda Daqiiqaa 20 booda Shampoo ykn saamunaa Dhaqnaa Fayyadamuun ofirraa Miiccitu/dhiqxu Yeroo Gabaabaa Keessatti Rifeensa Keessan irratti Jijjiirama Argitu --------- Cuunfaan Shunkurtaa kun salfarii olaanaa Of keessaa Qaba Saalfariin kun Jabinaa rifeensaaf Ni gargaaraa akkasumaas tishuuwwan Gara kutaa Rifeensaan wal qabatan akka dagaaganiifi rifeensa Naannoo sanaa akka deebisanii magarsaniif gargaara --- @drheeraan Follow godhaa
Show all...
karaa Umamaatiin Ilkaan Kee Addeeffachuuf ---------[ @drheeraan ] --------- kan si barbaachisu ; Jijinbila, ashaboo fi loomii Itti Fayyadamaa isaa ; Jijinbila Albee ykn aaduu fayyadamtee qola isaa irraa soofta itti aansuun jijinbilicha kukkuttee xixiqqeesita ergasiin booda bishaan fallaana 3 itti naqxa itti aansee ashaboo faallaana 1/4 ykn ruubii fallaanaa itti dabalta itti aansuun loomii baqaqsitee bishaan isaa fallaana 2 itti dabalta dhumarratti sirriitti waliin makta ergasiin booda rigduu ilkaanii /toothbrush fayyadamuun ilkaan kee ittiin rigatta. malli kun salphaadha warreen ilkaan keessan xurii godhate bifa kanaan ofirraa baastanii addeessuu dandeessu ----------- @drheeraan share fi follow gochuu hin dagatinaa
Show all...
Show all...
Qaama Saalaa Dhiiraa guddisuuf Jijinbila, Dammaa fayyadamuun Guyyaa 3 gidduutti waan Aja'ibaa.

caalaa camadaa qarabaa qaranii - New Ethiopian Oromo musicWantota kanneen sadan Fayyadamuun Qaama saalaa kee guyyaa 3tti cm 21 guddifadhuuWelcome to my chann...

Faayidaalee Qullubbii adii ========!!!!!========== 1. Dhibee biroonkaayitii cimaa ni fayyisa 2. Dhibee asmiif 3. Dhibee gogaa qaama keenyaaf 4. Dhibee mar'ummaan keenyaaf 5. Dhibee dhiitoo fi dhullaaf 6. Dhibee kintaarootiif 7. Dhibee buusaa qaamaaf 8. Madaa ni qoorsa 9. Dhabiinsa hirribaa ni hir'isa 10. Qaamni keenya dhibee akka dandamatuuf 11. Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa 12. Dhibee shukkaaraa ni salphisa 13. Fedhiin nyaata keenyaa akka banamuuf ni gargaara 14. Itita dhiigaa ni hambisa 15. Dafanii dulloomuu ni hir'isa 16. Raammoo garaa keessaaf ni fayyada 17. Qufaa daa'immanii adda hin citne ni fayyisa 18. Nyaatni akka daakamu taasisa 19. Babal'ina Kaanserii Piroostireetii ni dhorka 20. Kaanserii harmaa fi buubbuu (anus) ni dhowwa 21. Kaanserii hadhooftuu ni dhorka 22. Tatamsa'ina kaanserii kooleenii jedhamu ni dhowwa 23. Seelii (Metabolism) ni dadammaqsa 24. Madaa malaa makate ni fayyisa 25. Dhibee sombaa(TB) ni yaala ----- Galatoomaa Share Follow @drheeraan
Show all...
FAAYIDAA MOSEE(DINNICHAA) =========£££££=========== 1. Dhiigni keenya qixa sirriin akka naanna'uuf 2. Mallattoolee dullumaa fuula keenyarratti mul'atan ni xiqqeessa 3. Kaanserii dhorkuuf 4. Hirriba ga'aa argachuuf 5. Ashaboo fi cooma irraa bilisa waan ta'eef dhiibbaa dhiigaaf ni tola. 6. Namoota dhukkuba shukkaaraan hubamaniif ni tola. 7. Jabina lafee keenyaaf 8. Hanga #cholesterol qaama keenya keessaa ni xiqqeessa 9. Kaaloorii cimaa hangaan >110 ta'e of keessaa qaba 10. Vitamin B6 olaanaa of keessaa qaba. Galatoomaa! Fayyaan keessan hin goolamiin! @drheeraan follow gochuu hin dagatinaa Share godhaa
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.