en
Feedback
Bakkalchaqubee

Bakkalchaqubee

Open in Telegram

Moosaajii qubee Afaan Oromoo

Show more
2 539
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+430 days
Posts Archive
Rakkoo roostara kutaa 9 fi 11 (transcript) waliin walqabate fureera).

Roster 9-12 (updated).xlsx1.46 MB

keessumaa mana barumsaa keessatti ittiin ijoollee barsiisuuf, akka mana barumsaatti baanerii 1 m x 1.5 m ta'e irratti maxxansitanii itiin ijoollee warra BSTD faa barsiisuu dandeessu (warra isaan ilaallatu jechuu kooti). Warri kaan kan kutaa gara olii ti

photo content

body parts.png3.00 MB

Onnee.png3.67 MB

+7
Body parts english.pdf2.27 MB

child learning resources

Ijoollee sagalee barsiisuuf kana fayyadamaa

Sagalee Afaan Oromoo.pdf0.73 KB

Kun kitaaba dha. Saxaxa Qorannoo jedhama. Kitaaba adeemsa qorannoo qabu dha. Fayyadamaa!

saxaxa.apk10.96 MB

Istaatistiiksii akka sinii hojjetuuf "Age" fi "Sex" waljala utuu hin fuudhin (utuu bakka hin jijjiirin) bakkuma inni dura jirutti guutaa

GRADE_9_to_12_roster_plus_transcript_max_16_subject_with_statistics.xlsx1.46 MB

In the near future I'll add Python and LaTeX tutorials.

Barnoota fiiziksii warri barachuu barbaaddan YouTube koo irraa fayyadamuu dandeessu. Bifa salphaatti hubatamuu danda’uun qophaa’an. Yaad-rimee ulfaataa tokko tokkoo immoo simuleetii godheera. Baraattoota kutaa 9-12 akkasumas barattoota yuunivarsiitii waggaa jalqabaaf daran fayyada. Ammaaf viidiyoo muraasa kan of irraa qabu yoo ta’u, ‘subscribe’ gochuun kan jala-jalaa hojjetaman eeggadhaa! Namoota biroofis ‘share’ godhaa! YouTube keessatti maqaa koon “Garuma Abdisa” yoo jettan akkasumas liinkii armaan gadii fayyadamuu dandeessu. https://www.youtube.com/channel/UC1k_xq3snkoXXYa4elzHI-w Dr. Gaarummaa Abdiisaa

Formally, I teach at Mattu University. For several years, in my leisure time, I taught grade 11 and 12 students as a free community service. There, I understood that I could also reach out to others through YouTube. My pals have also expressed enthusiasm for the idea. So, if you want to understand physics, this is my YouTube channel. I carefully prepared the lessons to ensure that they are understandable to students of various levels. I also simulated some abstract concepts to improve visualizations. The lessons are ideal for both high school pupils and first-year university students. For the time being, I only have a couple videos on the post. Many more will arrive. So, please subscribe and wait for them. You can search in YouTube by my name "Garuma Abdisa". Possibly, below is the link https://www.youtube.com/channel/UC1k_xq3snkoXXYa4elzHI-w

Kun istaatistiiksii waliin siniif hojjeta (yeroo gabaasa darbiinsaa barattootaa hojjettaniif)