en
Feedback
Heilig School 5-12 division

Heilig School 5-12 division

Open in Telegram
3 503
Subscribers
-524 hours
-57 days
-430 days
Posts Archive
Maatii barattootaa kutaa 1ffaa hanga 7ffaatti jirtan hundaaf, Sagantaan gannaa kun barattoota hundaaf baay'ee faayidaa kan qabudha. Keessattuu barattoonni barnoota isaaniitiin deeggarsi dabalataa isaan barbaachisu, waggaa barnootaa ittaanu keessatti caalaatti cimoo fi dorgomtoota gaarii akka ta'aniif sagantaa kana irratti hirmaachuun isaanii murteessaadha. Sagantaan gannaa kun Wiixata, Adoolessa 06 bara 2018 irraa eegalee hanga Wiixata, Hagayya 08 bara 2018tti kan raawwatamu ta'a. Gosoota Barnootaa Sagantaa Gannaa Keessatti Kennaman: 1.    Afaan Ingilizii fi Afaan Oromoo (Dandeettii dubbisuu, dubbachuu fi barreessuu of keessatti qabata) 2.    Herrega 3.    Leenjii Kompiyuutaraa 4.    Sochiiwwan Ispoortii (Kubbaa miilaa, Kubbaa kaachoo fi Teekuwaandoo) ·         Guyyoota Barnootaa: Wiixata hanga Jimaataatti (Walakkaa guyyaa qofaaf) Sagantaan kun barattoota hundaaf kaffaltii baay'ee madaalawaa ta'een kan dhiyaate ta'uu isaa isin beeksisna. Mana Barumsaa Haayiliig     ከ1ኛ እስከ 7ኛ ክፍል ላሉ የተማሪ ወላጆች በሙሉ ይህ የክረምት መርሃ ግብር ለሁሉም ተማሪዎች እጅግ ጠቃሚ የሆነ ፕሮግራም ነው፡፡ በተለይም በትምህርታቸው ተጨማሪ ድጋፍ ለሚፈልጉ ተማሪዎች፤ በሚቀጥለው የትምህርት ዘመን ይበልጥ ጠንካራ እና ብቁ ተወዳዳሪ እንዲሆኑ በዚህ ፕሮግራም መሳተፋቸው ወሳኝ ነው፡፡ የክረምት መርሃ-ግብሩ ከሰኞ ሐምሌ 06/2018 ዓ.ም. ጀምሮ እስከ ሰኞ ነሐሴ 08/2018 ዓ.ም. ድረስ የሚካሄድ ይሆናል፡፡ በክረምት ትምህርት መርሃ-ግብሩ የሚሰጡ የትምህርት ዓይነቶች፡ 1.    የእንግሊዘኛ እና አፋን ኦሮሞ ቋንቋዎች (የማንበብ፣ የመናገር እና የመጻፍ ክህሎቶችን ያጠቃልላል) 2.    ሒሳብ 3.    የኮምፒውተር ስልጠና 4.    ስፖርታዊ እንቅስቃሴዎች (እግር ኳስ፣ ቅርጫት ኳስ እና ቴኳንዶ) ·         የትምህርት ቀናት፡ ከሰኞ እስከ አርብ (ት/ት ለግማሽ ቀን ነው) ይህ መርሃ-ግብር ለሁሉም ተማሪዎች እጅግ በተመጣጣኝ ክፍያ የቀረበ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡ ሃይሊግ ትምህርት ቤት     To all parents of students from 1st to 7th Grade, This summer program is highly beneficial for all students. Especially for students who require additional academic support, participating in this program is crucial to help them become stronger and more capable competitors in the upcoming academic year. The summer program will run from Monday, July 13, 2026 to Monday, August 14, 2026. Summer School Program Packages: 1.    English and Afaan Oromoo Languages (Includes Reading, Speaking, and Writing skills) 2.    Mathematics 3.    Computer Training 4.    Sports Activities (Football, Basketball, and Taekwondo) ·         School Days: Monday to Friday (Half-day program only) We would like to inform you that this program is offered at a very affordable price for all students. Heilig School

Tiktok👉👉👉https://vt.tiktok.com/ZSCwPdkyp/ ​🔴The biggest results start with the smallest steps—especially during the summer! 🚀 Calling all Grade 6, 8, and 12 students: join our intensive study program and gain the edge you need for your national exams. Let’s turn your potential into top-tier results. Sign up now! ለ6ኛ፣ ለ8ኛ እና ለ12ኛ ክፍል እንዲሁም ለመላው የሃይሊግ ተማሪዎች በሙሉ፦ ለብሔራዊ ፈተናዎ የሚፈልጉትን ዝግጅት አጠናቀው ከፍተኛ ውጤት እንዲያስመዘግቡ የሚያግዝዎትን ልዩ የክረምት የትምህርት ፕሮግራም አዘጋጅተንላችኋል። አቅምዎን ወደ ላቀ ደረጃ በማድረስ፣ የሚጠብቁትን ስኬት አብረን እንጎናጸፍ። ​ይመዝገቡ፣ ለወደፊትዎ የላቀ መሰረት ይጣሉ።

Kabajamoo maatii Barattoota kutaa9ffaa-kutaa 10ffaa  Sagantaa  gannaa barattoota hundaaf, keessattuu barattoota  barnoota isaaniitiin deeggarsa dabalataa barbaadaniif, sagantaa addaa qopheessuu keenya gammachuun isin beeksifna. Sagantaa kanarratti hirmaachuun, barattoonni bara barnootaa itti aanuuf caalaatti jajjaboo fi dorgomtoota gaarii akka ta'an isaan gargaara. Paakeejii Sagantaa Barnoota Gannaa (Summer Camp): 1.Afaan Ingiliffaa 2.Ogummaa Kompiitaraa 3.Leenjii Bu'uuraa kan Kubbaa Koochoo fi Kubbaa Miilaa 4.Barnoota Saayinsii Uumamaa (Herrega, Saayinsii, Keemistirii, Baayoloojii, Fiiziksii)                                                                                                                                          Gosti barnootaa kunii fi kanneen biroon barsiisota filatamoo fi ogumichaaf gahumsa qabaniin kan kennamuudha. Barsiisonni barattoota sadarkaa lammaffaatiif kennan, digirii jalqabaa, maastarsii fi doktereetii (PhD) kan qaban ta'uu isaanii kabajaan isin beeksifna. Guyyaan barnootaa: Wiixataa hanga Jimaataatti, walakkaa guyyaadhaaf kan kennamu ta'a. Sagantichi barattoota hundaaf gatii madaalawaa ta'een kan dhiyaatedha. Galmeen kan raawwatamu maatii fi barattoota mana barumsaa tumsanii waliin  hojjechuuf walii galan qofaafidha. Mana Barumsichaa የክረምት መርሃ ግብር ከ9ኛ  -10ኛ ክፍል ላሉ ተማሪ ወላጆች ለሁሉም ተማሪዎች በጣም ጠቃሚ ፕሮግራም፡፡ እንዲሁም የተወሰኑ በትምርታቸው ድጋፍ የሚያስፈልጋቸው ተማሪዎች በሚቀጥለው ዓመት የበለጠ ጠንካራና ጥሩ ተወዳዳሪ እንዲሆኑ በዚህ ፕሮግራም መሳተፍ ይኖርባቸዋል፡፡ የክረምት ትምህርት መርሃ ግብር ጥቅሎች (summer camp program package) 1.እንግሊዝኛ 2.ኮምፕዩተር  3. መሰረታዊ የቅርጫት ኳስ እና እግር ኳስ ስልጠና 4. የተፈጥሮ ሳይንስ ት/ት (ሂሳብ ፣ ሳይንስ፣ ኬሚስትሪ፣ ባይሎጂ፣ ፊዚክስ) እነዚህን እና ሌሎች የት/ት ዘርፎች በተመረጡ እና በዘርፉ በሰለጠኑ መምህራን የሚሰጡ ሲሆኑ የሁለተኛ  ደረጃ ተማሪዎች ድግሪ እና ማስተርስ እና ዶክትሬት በላቸው መምህራን የሚሰጥ መሆኑን እንገልፃለን፡፡ የት/ት ቀን፡ከሰኞ እስከ አርብ ት/ት ለግማሽ ቀን ነው፡፡ ለሁሉም ተማሪዎች በተመጣጣኝ ዋጋ የቀረበ መሆኑን እንገልፃለን፡፡ ከሃይሊግ ስርዓት ጋር የሚተባበርና በጋራ የሚሰራ ወላጅ እና ተማሪ ብቻ መመዝገብ አለበት፡፡ ት/ቤቱ Parents of students from 9 to 10th grade A GREAT PROGRAM FOR ALL STUDENTS! We are excited to announce a valuable program designed for all students, particularly those who may need extra support in their studies. Participation in this program will help students become stronger and more competitive for the upcoming school year. Summer Camp Program Package: 1. English 2. Computer Skills 3. Basic Basketball and Soccer Training 4. Natural Science Education (Math, Science, Chemistry, Biology, Physics) These subjects will be taught by selected and qualified teachers. We want to assure you that the instructors for high school students hold degrees, master’s degrees, and doctorates in their respective fields. The school day will run from Monday to Friday for half a day. We are pleased to offer this program to all students at a reasonable price. Please note that registration is open only to parents and students who collaborate with the Heilig system. The School

photo content

Maatii fi guddistoota barattoota gara kutaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaatti darban kabajamoof; Manni Barumsa Haayiliig qormaata naannoo fi biyyoolessaatiif barattoota gahoomsuuf qophii barnoota dabalataa (tutooriyaalii) gannaa xumureera. Sagantaan kun gaaffiilee qormaataa gahaa ta'an hojjechiisuun, barattoota gama barnootaatiinis ta'ee gama xiinsammuun qopheessuu kan kaayyeffatedha.   Hubachiisa: Bu'aa gaarii mucaa keessaniif deeggarsi keessan murteessaa waan ta'eef, barattoonni sagantaa gannaa kana irratti hirmaachuun isaanii dirqama ta'uu isin beeksisna. Yeroon Sagantichaa: Guyyaa Wiixataa, Adoolessa 06 bara 2018 ALI irraa eegalee hanga guyyaa Wiixataa, Hagayya  08 bara 2018 ALI'tti). Mana Barumsa Haayiliig       ለተከበሩ ወደ 6ኛ፣ 8ኛ እና 12ኛ ክፍል ለሚዘዋወሩ የተማሪ ወላጆች/አሳዳጊዎች፤ ሃይሊግ ትምህርት ቤት ተማሪዎችን ለክልላዊ እና ሃገር አቀፍ ፈተናዎች ብቁ ለማድረግ የሚያስችል የክረምት የማጠናከሪያ ትምህርት ዝግጅቱን አጠናቋል። ይህ መርሃ-ግብር ተማሪዎችን በቂ የፈተና ጥያቄዎችን በማሰራት በትምህርትም ሆነ በስነ-ልቦና ለማዘጋጀት ያለመ ነው።   ማሳሰቢያ፡ ለልጅዎ ውጤታማነት የእርስዎ ድጋፍ ወሳኝ ስለሆነ፤ ተማሪዎች በዚህ የክረምት ፕሮግራም ላይ መሳተፋቸው የውዴታ ግዴታ መሆኑን እናሳውቃለን። የመርሃ-ግብሩ ጊዜ፡ ከሰኞ ሐምሌ 06/2018 ዓ.ም ጀምሮ እስከ ሰኞ ነሐሴ 08/2018 ዓ.ም ድረስ። ሃይሊግ ት/ቤት     Dear Parents/Guardians of incoming Grade 6, 8, and 12 students, Heilig School is pleased to announce the details of our summer tutorial program, designed to comprehensively prepare students for the upcoming regional and national exams. This program focuses on equipping students both academically and psychologically by offering extensive practice with exam questions.   Please note that your support is vital to your child's success. Therefore, we want to emphasize that participation in this summer program is mandatory.   Program Dates: The program will run from Monday, July 13, 2026 to Monday, August 14, 2026, Heilig School

photo content

photo content

Kabajamoo maatii barattoota Mana Barumsaa Haayiliig;   Baga ayyaana eebba barattoota keenya kutaa daa'immanii (KG) bara 2018 nagaan isin gahe! Sirni eebbaa bara kanaa Guyyaa Sanbataa, Adoolessa 18, bara 2018 Galma Ooliyaad keessatti haala ho'aa ta'een waan kabajamuuf, dursitanii qophii akka gootan gammachuun isin beeksifna.   Hubachiisa: Guyyoonni gaawunii (Gown) barattootaa itti fudhatan guyyaa Kamisaa, Adoolessa 16 fi guyyaa Jimaataa, Adoolessa 17, bara 2018 Dabalataanis, guyyaan gaawuniin itti deebifamu guyyaa Wiixataa, Adoolessa 20/2018 fi guyyaa Kibxataa, Adoolessa 21/2018 ta'a.mooraa mana barumsichaa keessatti ta'a.     Guyyaa kana bakka qophiitti argamuun milkaa'ina barnootaa daa'imman keenyaa isa jalqabaa waliin akka kabajnu kabajaan isin afeerra! Nageenya wajjin, Mana Barumsaa Haayiliig       የተከበራችሁ የሃይሊግ ትምህርት ቤት ወላጆች፤ እንኳን ለ2018 ዓ.ም የአፀደ ህፃናት ተማሪዎቻችን የምረቃ በዓል በሰላም አደረሳችሁ! የዘንድሮው የምረቃ ስነ-ስርዓት ቅዳሜ ሐምሌ 18 ቀን 2018 ዓ.ም በኦሊያድ አዳራሽ በደማቅ ሁኔታ ስለሚከበር፤ ከወዲሁ ዝግጅት እንድታደርጉ በደስታ እናሳውቃለን።   ማሳሰቢያ፡- የተማሪዎች ጋውን መውሰጃ ቀናት ሐሙስ ሐምሌ 16 እና አርብ ሐምሌ 17 ቀን 2018 ዓ.ም በትምህርት ቤቱ ግቢ ውስጥ ይሆናል።በተጨማሪም ጋውን የሚመለስበት ቀን ሰኞ ሐምሌ 20/2018 እና ማክሰኞ ሐምሌ 21/2018.   በዕለቱ በቦታው በመገኘት የልጆቻችንን የመጀመሪያ የትምህርት ስኬት አብረን በጋራ እንድናከብር በአክብሮት ተጋብዘዋል! ከሠላምታ ጋር፣ የሃይሊግ ትምህርት ቤት     Dear Respected Parents of Heilig School, Congratulations on reaching the 2026 Kindergarten Graduation Ceremony! We are delighted to announce that this year’s graduation ceremony will be celebrated colorfully on Saturday, July 25, 2026, at Olyad Hall. We kindly inform you to make preparations in advance.   Please Note: Graduation gowns can be picked up on Thursday, July 23 and Friday, July 24, 2026,Additionally, the dates to return the graduation gowns will be Monday, July 27, 2026, and Tuesday, July 28, 2026. on the school campus.   You are cordially invited to attend the event and join us in celebrating our children's first educational milestone together! Best regards, Heilig School

photo content
+5

Saayintistoota boruu hojiirra! 🔬 Agarsiisa Saayinsii Guddaa Waggaa Mana Barumsaa Haayliigitti gaggeeffame daawwadhaa. የወደፊቱ ሳይንቲስቶች በስራ ላይ! 🔬 በሀይሊግ ትምህርት ቤት በተካሄደው ዓመታዊ ታላቅ የሳይንስ አውደ ርዕይ ላይ የተደረገ ቅኝት። Future scientists at work! 🔬 A look at the Annual Grand Science Fair at Heilig School.

Tiktok👉👉👉https://vt.tiktok.com/ZSCUpTKv8/ ❗️❗️Repost, Share, Comment and Like the video🙏 🔴​"Elevate your game this summer! 🏀 Whether you’re just starting or aiming for the pros, our basketball camp is where champions are built. Join us at Heilig School and let’s get to work!⚡ ​❗️❗️ ቪዲዮውን ሼር፣ ኮሜንት እና ላይክ በማድረግ ለሌሎች እንዲደርስ ያድርጉ! 🙏 Tiktok👉👉👉https://vt.tiktok.com/ZSCUpTKv8/ ​🔴 በዚህ ክረምት የቅርጫት ኳስ ክህሎትዎን ያዳብሩ! 🏀 ​ለቅርጫት ኳስ አዲስም ይሁኑ ወይም ለከፍተኛ ደረጃ የሚዘጋጁ፣ የእኛ የቅርጫት ኳስ ስልጠና በተሻለ መልኩ የሚያበቃዎት ትክክለኛው ቦታ ነው። በሄይሊግ ትምህርት ቤት (Heilig School) እየመጡ አብረን እንስራ፣ አብረን እንደግ! ⚡

photo content
+1

photo content
+9

photo content
+9

photo content
+9