en
Feedback
kollejjii BLTO Duukam Dukem TVET College ዱከም ቴ/ሙ/ት/ሥ/ ኮሌጅ

kollejjii BLTO Duukam Dukem TVET College ዱከም ቴ/ሙ/ት/ሥ/ ኮሌጅ

Open in Telegram
320
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Hojiwwaan Inisheetivii keessaa tokkoo kan ta'ee Horsiisa Lukkuu KBLTO Duukam keessattii haala kanaan hojjatamaa jira. Waliin tanee Kolleejjii keenya haa guddisnuu

Kolleejjii BLTO Duukam Leenjifamtoota 2016 Haaraa simatee Leenjii jalqabsiisee jira.

Sosoochii Simannaa Leenjifamtoota Haaraa bara 2016 akka KBLTO Duukamittii guyyaa Har'as ittii fuufee jira .

Guyyaa Kabaja Ayyaana Sabaa fi Sab lammii sababeeffaachuun Kolleejjii BLTO Duukam haala kanaan kolleejjii qulqulleessuu,Biqiltuu dhaabbamee kunuunsaa Ollee jirra.

Kolleejjii BLTO Duukam hojiilee Inisheetivii keessa tokkoo kan ta'ee Omisha Midhaanii facaasne turee Baaqeela gahee haammamee haala kanaan Ayyidamee jira. Iddoo Diinii Kolleejjii BLTO Duukam Obboo Zalaalam Alamuu bakkaa argamaniittii haala kanaan raawwatamaa jira.