cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Giza Teshome

Show more
Finland3 292The language is not specifiedReligion & Spirituality100 702
Advertising posts
210
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
እንኳን ለመላእክት አለቃ ለቅዱስ ሚካኤል አመታዊ ክብረ በዓል አደረሳችሁ Baga ayyaana  waggaa hangafa ergamoota Qulqulluu Mikaa'eelan  ittiin isin gahe! " የእግዚአብሔር መልአክ በሚፈሩት ሰዎች ዙሪያ ይሰፍራል፥ ያድናቸውማል።" መዝ 33:7 "Ergamaan Waaqayyoo naannawa warra Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, isaaniis ni oolchas" Far 33 💒✝💒"ከዋነኞቹ አለቆች አንዱ ሚካኤል ሊረዳኝ መጣ"   ት ዳንኤል 10 : 13💒✝💒 💒✝💒"Hoogantoota gurguddoo keessaa tokko qulqulluu Mikaa'el nagargaaruf dhufe"   R. Daan. 10:13💒✝💒    ❤️የቅዱስ ሚካኤል ምልጀዉ፣ረድኤት፣በረከት እና ጠብቆቱ ከሁላችን ጋር ይሁን❤️        💒💚💒አሜን!!!💒💚💒 ❤️Araarsummaan,Sugni,eebbii fi egumsi Ergama Qulqulluu Mikaa'eelaa hunda keenya waliin yaa ta'u!❤️        💒💚💒Ameen!!!💒💚💒
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
➽"Atoo yaa sulaamaaxiis koottuu deebi'i".wed.wed.cal 7:1 ➦Sulaamaaxiis jechuun nageenya kan kennisiiftu jechuu yommuu ta'u,Ilmi ishee gocha waaqa tolfamaa biyya gibtsii keessa ture akka balleessuuf Qulqulleettii Dubaroo Maariyaamiin Kiristoos qabattee godaante ➦Turtii waggaa 3 fi ji'a 6 booda dubbii ergamaa Waaqayyoo namoonni lubbuu daa'imichaa barbaadan amma du'anii jiru kan jedhu dhaga'uudhaan gara biyya Israa'eel deebi'an ➦Gugee garraamii haadha Gooftaa keenyaa ati yaa Maariyaam:- ➦Irree Waaqummaa isaatiin karoora heeroods karaatti akkuma hanbise har'as qormaata hamaa biyya keenya dhiphisaa jiru kana akka nurra dabarsuuf Ilma kee nuuf kadhadhu ➦Hammeenyi keenya daangaa darbee isa dheekkamsiifnee jirraatii baay'ina arjummaa isaatiif jedhee akka nu yaadatuuf Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoos irraa araara nuuf kadhadhu ➦"Daa'imicha,haadha isaatis qabadhuutii gara biyya Israa'eel deemi"Mat 20:20,jedhamee akkuma barraa'e nutis ijoolleen tawaahidoo yaadannoo kana kabajaa jirra ➦"Yaa Dubaroo,abaaramaa kan ta'e bara mooticha heeroods Ilma kee waliin biyyarraa gara biyyaa gadaanuu sana yaadachiisi"...Abbaa Hiriyaaqoos ➦Baga kabaja ayyaana yaadannoo godaansaa deebi'uu haadha keenya Qulqulleettii Dubaroo Maariyaamiitiin isin gahe!
Show all...
👍 1 1
ICCITIT UTUBA SHANAN (2019GC).pdf1.32 MB
1
Photo unavailableShow in Telegram
2
#Fayyisaa Baga Geessan! Dr Gammachuu Magarsaa fi Aneesa Kassam Kitaaba "Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa" jedhu, bara 2019 (ALA) maxxansanii jiru. Fuula110 irratti moggaasoota Amaloota Waaqayyoo(Attributes of God) agarsiisan(Epithet) 8 nuu tarreessanii jiru. Isaanis: 1.Waaqa Tokkicha(Deity) 2.Umo(The Creator) 3. Ulfin(The Most High) 4.Abbaa Dhugaa(Father of Truth and Justice) 5.Abbaa Nagaa(Father of Peace) 6.Abbaa Ifaa Dukkanaa(Father of Light and Darkness) 7.Fedha Buloo(He who is by his own will) 8.Fayyisaa (the Great Healer) ________ Mooggasoota kanneen keessaa isan dhumarratti eere, "Fayyisaa" yoo laallu Kitaaba Qulquulluu irratti mooggaasa Kiristoos Waaqa Tokkichaaf kennameen wal fakkaatoodha. Ergamaan Waaqayyoo waa'ee moggaasa kanaa tiksoota sodaatanii turaniif akkana jedheetu ibsa: *Fayyisaaan*isiniif dhalteera; inni immoo *Kiristoos Goofticha*(Luq. 2:10) Warri Samaaryaas dubartii Samaaryaatiin akkana jedhu: "Amma kan amannu jecha keetiifii miti; Nutuu isa dhageenyee jirrawoo. Innis dhugumatti **Kiristoos*Fayyisaa Addunyaa** akka ta'e ni amanna" jedhaniin. (Yoh. 4:42) Faarfataan Daawiitiis "**Fayyisuun** kan Waaqayyooti" (Faar. 3:8) jechuudhaan Fayyisaa maqaan jedhu maqaa Amalaa fi Eenyuummaa Waaqayyoo agarsiisu akka ta'e nuu balaqqeessa. _____ Bu'uura kanaan akka Kitaaba Qulquulluuttis Kiristoos Waaqni Tokkichi Fayyisaa dha. Kitaaba Qiddaasee Afaan Oromoo irrattis inni Gi'iziin "መድኃኔዓለም" Ingilffaan "Holy Saviour" jedhamu "Fayyisaa Addunyaa" jedhamee hiikamee jira. Kanaaf moggaasni Oromoon "Fayyisaa" jedhee beeku moggaasa Kiristaanoonni Fayyisaa Addunyaa jennee beeknuun tokkoodha. Galata Maaryaam guyyaa Kibxataa lakk. 5 irratti ammoo Saanduuqni yooseef tolfatee, warqee ulfaataa keessaa argate, Dubroo Maaramii akka taate ibseetu, "Innis, **Fayyisaa** keenya Iyyasuus Kiristoos akka ta'e ragaa ba'a. Kadhannaa Galata Ergamootaa irrattiis: "Gooftaa fi **Fayyisaa** keenya Iyyasuus Kiristoos irraa nuuf kadhadhu jennee kan kadhannu Kiristoos Fayyisaa jedhamee akka waamamu nu hubachiisa. ________ Baga Ayyaana Fayyisaa Addunyaa kan ji'aatiin nu ga'e! Fayyisaan Addunyaa ji'aa waggaan nu haa tiiksu! Mooggaasoota hafan irrattiis dabaree dabareedhaan hubannoo koo isiniifan dhiyeessa. Baga Ayyaana Fayyisaa Addunyaa kan waggaatiin nu ga'e! Jabaan Waaqa!
Show all...
1
Baga ayyaana Waggaa Kan gooftaa fi fayyisa keenya Iyyesus Kiristoos geessan. Ayyaana gaarii!!
Show all...
2
ዐይኖቼን ክፈት ከሕግህም ተአምራትህን አያለሁ። Ija koo naaf bani ajaa'iba seera keen ilaala. Faaru 118:18
Show all...
Show all...
የተሻለ ነገር | ዘማሪት መስከረም ወልዴ | New Ortodox mezemur | ZEMARIT MESKEREM WOLDE YETSHALENEGER AMEN TUBE

Yetshal Neger Ethiopian Orthodox Tewahdo spiritual songs _________________________________________ Welcome to the official Amen Tube channel on YouTube, where you can discover a vast collection of Ethiopian Orthodox Tewahdo spiritual songs of exceptional quality. Be sure to subscribe to our channel and keep up with our latest song releases! _____________________________________________ ይህ ትክክለኛው የአሜን ቲዩብ የዩቲዩብ ቻናል ነው በዚህ የዩቲዩብ ቻናል የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ መንፈሳዊ መዝሙሮችን በጥራት የሚያገኙበት ቻናል ነው ፡፡ ቻናላችንን ሰብስክራይብ በማድረግ የምንለቃቸውን መዝሙሮች በመከታተል መንፈስዎን ያለምልሙ ! አሜን ቲዩብ ____________________________________________ #neworthodoxmezmur #EthiopianOrtodoxmezmur #AmanTube ----------------------------------------------------------------------- unauthorized use, distribution, and re-upload of this content is strictly prohibited Copyright ©Aman Tube

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.