cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Buli WBO

ﹺ ﹺ ﹺ ﹺ: http://telegram.me/buliwbo

Show more
Finland1 868The language is not specifiedReligion & Spirituality72 833
Advertising posts
438
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-3730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra. Maarree isinis join godhaa !! Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnutemiya qunnamaa!! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
𝙰𝚋𝚋𝚊𝚊 𝚌𝚊𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚝𝚊𝚑𝚞𝚞𝚏
𝕜𝕒𝕣𝕒𝕒 𝕛𝕚𝕣𝕖𝕖𝕟𝕪𝕒 𝕙𝕦𝕟𝕕𝕒𝕒 𝕓𝕒𝕣𝕦𝕦𝕗
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟
𝑩𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂
𝐺𝑜𝑠𝑎 𝑘𝑎𝑚
ʙᴀʀᴀᴄʜᴜᴜ
Bᴀʀʙᴀᴀᴅᴅᴀ?
Gᴏsᴀ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ
ˢᵉᵉⁿᵃᵃ
ˢᵃʰᵃᵇᵒᵗᵃᵃ
ᵍᵒᵒᵗᵃ ʳᵃᵇᵇⁱⁱ
ℳ𝒾𝓁𝓀𝒶𝒶𝒽𝒶𝒶 𝓃𝒶𝓂𝒶𝒶 𝓉𝒶𝒽𝓊𝓊𝒻
𝓙𝓲𝓻𝓮𝓮𝓷𝔂𝓪 𝓰𝓪𝓶𝓶𝓪𝓬𝓱𝓾𝓾 𝓳𝓾𝓻𝓪𝓪𝓬𝓱𝓾𝓾𝓯
𝗚𝗼𝘀𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮
𝗧𝗼𝗼𝗵𝗶𝗶𝗱𝗮𝗮
𝙃𝙞𝙠𝙢𝙖𝙖
𝘴𝘦𝘦𝘯𝘢𝘢 𝘸𝘰𝘳𝘳𝘢 𝘣𝘰𝘰𝘭𝘭𝘢𝘢
𝖦𝗈𝗌𝖺 𝖻𝖺𝗋𝗇𝗈𝗈𝗍𝖺
Ⓘ︎Ⓘ︎Ⓜ︎Ⓐ︎Ⓐ︎Ⓝ︎Ⓐ︎Ⓐ︎
Seenaa
🅤︎🅜︎🅐︎🅡︎ 🅑︎🅝︎🅤︎🅚︎🅐︎🅧︎🅧︎🅐︎🅑︎
𝔖𝔞𝔤𝔞𝔫𝔱𝔞𝔞 𝔟𝔞𝔯𝔫𝔬𝔬𝔱𝔞 𝔟𝔞𝔯𝔫𝔱𝔬𝔬
𝕭𝖆𝖇𝖇𝖆𝖗𝖊𝖊𝖉𝖔 𝖙𝖆𝖍𝖆𝖓𝖎𝖘 𝖌𝖆𝖓𝖆𝖆 𝖓𝖎𝖖𝖆𝖇𝖓𝖆
c͜͡h͜͡a͜͡a͜͡n͜͡a͜͡a͜͡l͜͡a͜͡ k͜͡e͜͡e͜͡n͜͡y͜͡a͜͡r͜͡r͜͡a͜͡t͜͡t͜͡i͜͡
Y͜͡o͜͡o͜͡ n͜͡u͜͡h͜͡o͜͡r͜͡d͜͡o͜͡f͜͡t͜͡a͜͡n͜͡ n͜͡i͜͡h͜͡a͜͡r͜͡g͜͡a͜͡t͜͡t͜͡u͜͡
𝔧𝔬𝔦𝔫 𝔤𝔬𝔡𝔥𝔞𝔞 𝔰𝔢𝔢𝔫𝔞𝔞
♻️BOQONNAA SAMMUU🧠 〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️ Gorsa Hayyootaa Irraa ❝Yoo dandeette beekaa ta'i, yoo kana godhuu dadhabde beekuuf xaarii, kana illee godhuu yoo dadhabde beekaa jaaladhu, sana yoo dhabde illee beekaa (Aalima) hin jibbini❞. [Umar Ibn Abdul-Aziiz). Abuu Bakris-Siddiiq (R.A) yoo dubbatan ❝Wantootni saddeeti (8) bareedinna❞ jedhanii jiran Isaanis:- ⓵Bareedinna hiyyummaa nama kadhachuu dhabuu dha. ⓶Bareedinni jireenyaa qananii (jireenya badhaadhinaa) Allaahaa (S.W) galatonfachuu dha. ⓷Bareedinni rakkoo Obsa. ⓸Bareedinni beekusmaa namaa ibsuu danda'uu dha. ⓹Bareedinni beekumsaa namaa ibsuu danda'uu dha. ⓺Bareedinni beekaa of xiqqeessuu dha. ⓻Bareedinni Allaahaa (S.W) Sodaachuu booyuu dha. ⓼Bareedinni Salaata xiyyeeffannaan onnee sassaabuu (khushuu'i qabaachuu) dha.
Show all...
👍250
❤️233
👌234
JOIN
Ergaa birootif
♻️BOQONNAA SAMMUU🧠 〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️ Gosoota Jihaadaa keessaa Muraasa Jihaadin akkuma Mujaahidaa (Nama qabsoo godhuu) hunda sadarkaa fi akaakuun isaa adda adda. ➧Nafsee isaa irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Shayxaana irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Diinii isaa nan balleessa kan jedhu irratti jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Munaafiqoota irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Qalamaan Jihaada (qabsoo) godhuu.
Show all...
👍250
❤️233
👌234
JOIN
Ergaa birootif
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna. 🚸Barnoota Aqiidaa 🚸 🚸Barnoota Toohidaa 🚸 🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸 🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸 🚸Barnoota Toowbaa 🚸
Show all...
📚BARNOOTA AQIIDAA📚
📚BARNOOTA TOOHIDAA📚
📚BARNOOTA SEENAA📚
📚BARNOOTA IIMAANAA📚
📚BARNOOTA TOOWBAA📚
مشاهدة "١٩ يناير ٢٠٢٣" على YouTube https://youtube.com/shorts/2T8dWpKEaMQ?feature=share
Show all...
١٩ يناير ٢٠٢٣

♻️BOQONNAA SAMMUU🧠 〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️ Sadaqaah Ergamaan Allaahaa (S.A.W) akkana jedhan:- ➯Namni cinqiiwwan addunyaa tanaa keessaa Mu'imina tokko irraa cinqii takkattii fure, Allaahaan (S.W) cinqiiwwan addunyaa dhufuu keessaa cinqii takka irraa fura. ➯Nama rakkateef kan laaffise Allaahaa (S.W) addunyaa tanattis ta'ee addunyaa dhufutti isaa laaffisa. ➯Namni dogoggora (hanqinna) Muslimaa dhokseef Allaahaan (S.W) addunyaa tanattis ta'ee Aakirattis dogoggora isaa ni dhoksaaf. ➯Allaahaan (S.W) gabricha Isaa gargaaruu irraa duubatti hin deebii'u, yoo gabrichi Isaa Obboleessa isaa gargaaruu irraa duubatti deebi'uu baate. Beekumsa barbaacha karaa kan deeme Allaahaa (S.W) gocha isaa kanaan karaa gara Jannataa fidu isaa laaffisa. Namootni manneen Allaahaa (S.W) keessaa tokko keessatti kitaaba (Qur'aana) Allaahaa (S.W) dubbisaa tokko kan biroo irraa barataa hin taa'anii:- ➧Isaan irratti tasgabbiin kan bu'e. ➧Rahmatni Allaahaa (S.W) kan isaan marse. ➧Malaa'ikootni kanneen isaan marsan. ➧Allaahaan (S.W) Isa bira kanneen jiran (jiraattota Samiiwwanii) wajjiin isaan kan faarsu yoo ta'e malee❞. ➯❝Nama gochi isaa duubatti isa harkise, sanyiin isaa (sanyii beekamaa irraa ta'uun isaa) isa hin ariifachiisu (gara fuul-duraa isa hin tarkaanfachiisu)❞ jechuu isaanii Abuu Hurayraan (R.A) dabarsanii jiru. [Muslimtu Gabaase].
Show all...
👍
❤️
👌
Ergaa haaraa argachuuf
JOIN godhaa
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna. 🚸Barnoota Aqiidaa 🚸 🚸Barnoota Toohidaa 🚸 🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸 🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸 🚸Barnoota Toowbaa 🚸
Show all...
📚BARNOOTA AQIIDAA📚
📚BARNOOTA TOOHIDAA📚
📚BARNOOTA SEENAA📚
📚BARNOOTA IIMAANAA📚
📚BARNOOTA TOOWBAA📚
🗝 ❂‌f‌a‌z‌z‌a‌k‌k‌i‌r‌/‌y‌a‌a‌d‌a‌c‌h‌i‌i‌s‌i‌❂ 🗝 ▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬ ▣Kanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu  gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini. ▣ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba →dhugaa, dadhabbii→jabeenyaa, daguu →dammaqqii, laafinsarra →ciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun. ▣Namni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni  gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu. ↑Faayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi. « قل هل يستوي الذين يعلمون والذين لا يعلمون إنما يتذكر أولو الألباب » ▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬▣
Show all...
👍234
❤️321
👌543
👏453
Ergaa biraaf
Join