en
Feedback
Egeree Post

Egeree Post

Open in Telegram

This is Official Egeree Post Channel &Technolgy Our Website egeree.com Telegram https://t.me/michujobs All Ethiopia Jobs posting source at one place Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna

Show more
9 153
Subscribers
-324 hours
-167 days
-9530 days
Posts Archive
Repost from Ayyuu Tube
Guyyaa cidhaa, guyyaa dhalootaa, guyyaa bashannanaa, guyyaa kabaja adda addaaf Suura qulqullina guddaa qabu, bilbiluma keessa
Guyyaa cidhaa, guyyaa dhalootaa, guyyaa bashannanaa, guyyaa kabaja adda addaaf Suura qulqullina guddaa qabu, bilbiluma keessaniin ka'uuf, kan isin gargaaru application bilbila kamirrattuu hojjetu kan namoota hedduun buufamee faayidaa guddaa kennaa jiru kana bilisaan liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://kaku.kbibleverse.com/best-android-camera-application/

chaaneliin Afaan Oromoon jiran keessaa waan akkamiitu sitti tola? filachuu dandeessa ✍🏾😳😜
chaaneliin Afaan Oromoon jiran keessaa waan akkamiitu sitti tola? filachuu dandeessa ✍🏾😳😜

Repost from Ayyuu Tube
Interneetii irraa galii argachaa jirtumoo baasiidhaaf saaxilamaa jirtu? Egaa galii argachaa hin jirtan taanaan ammuma hojii k
Interneetii irraa galii argachaa jirtumoo baasiidhaaf saaxilamaa jirtu? Egaa galii argachaa hin jirtan taanaan ammuma hojii kana eegalaa. aappii kana fayyadamuun guyyaaitti doolara 100 ykn qa*rshii 5000 ol ittiin hojjechuu dandeessu. Akkamiin akka hojjetamuu fi appii appiicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa, Itti fayyadamaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡LIINKIIπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://kaku.kbibleverse.com/swagbucks-tips-earn-money/

Account paypal Biyya keenya keessatti hojjetu ykn maallaqa dabarsuu fi baasuuf nu dandeessisu banachuu feetuu? Step gabaabaa daqiiqaa muraasa keessatti paypal ittiin banattan πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/rv8semW0CIs https://youtu.be/rv8semW0CIs

Gaaffii gaafattee deebii dhabdeettaa? ✍Hoj_manee fi qo'annaaf mijataa kan ta'e deebii sirrii fi qajeelaa kenna. Gaaffilee  gosa barnootaa kan akka physics, Chemistry, baayoloojii Maths civic fi kkf hunda itti galchuu qofaan deebii quubsaa argattu. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://odaa.ethiojob.info/blog/2023/07/06/answer-homework-help-and-ques/ For android phones πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ is.gd/CXYJ3z is.gd/CXYJ3z Yutube keenya https://youtu.be/rv8semW0CIs https://youtu.be/rv8semW0CIs

Repost from Ayyuu Tube
Application tokko irraa kaffaltii miindaa ji’aan argachuu barbaadduu?Maarree Appii kana buufadhaa ji’aan qarshii 25,000 hanga
Application tokko irraa kaffaltii miindaa ji’aan argachuu barbaadduu?Maarree Appii kana buufadhaa ji’aan qarshii 25,000 hanga qarshii 100,000 gidduu ittiin argachuu dandeessu. Haalli hojii isaa baay'ee salphaadha, liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa, itti fayyadamaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://sifanoro.com/2023/08/14/make-money-by-using-paidwork-application/

Repost from Ayyuu Tube
Suura keessan haala ajaa'iba ta'een akka argaa jirtan kanatti color isaa ofii isaatii Edit gochuun kan isiniif jijjiruu fi ak
Suura keessan haala ajaa'iba ta'een akka argaa jirtan kanatti color isaa ofii isaatii Edit gochuun kan isiniif jijjiruu fi akka barbaaddanitti suura keessan bareechuuf appii ajaa'ibaa kana liinkii gadiin seenuun iddoo install jedhu tuquun buufadhaa  itti fayyadamaa. Ni jaallattu. Liinkii gadiirraa buufadhaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡LIINKIIπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://sifanoro.com/2023/08/14/best-photo-editing-android-application/

Walaloo eenyuu dubbisuu barbaaddu? Kan eenyuus dhaggeeffachuu feetu Mee filadhaatii dubbisaa,dhaggeeffadhaa.πŸ‘
Walaloo eenyuu dubbisuu barbaaddu? Kan eenyuus dhaggeeffachuu feetu Mee filadhaatii dubbisaa,dhaggeeffadhaa.πŸ‘

Repost from Egeree Post
Website Keenya Seenuun Namootni feetan qofti βœ…Carraa barnootaa Biyya alaa dorgomuuf βœ…Paspoortii haaraa baafachuuf βœ…Haareffach
Website Keenya Seenuun Namootni feetan qofti βœ…Carraa barnootaa Biyya alaa dorgomuuf βœ…Paspoortii haaraa baafachuuf βœ…Haareffachuu kan feetan πŸ‘‡Appi Mobile Keessaniif barbaachisuuf βœ…Baatirii chaarjii dafee fixuuf βœ…CV international ta'ee hojjetachuuf Waan fedha Keessan mara Seenaa appi buufadhaa liinkii asii Cuqaasuun βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ… πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡ bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Website Keenya Seenuun βœ…Carraa barnootaa Biyya alaa βœ…Paspoortii haaraa baafachuuf βœ…Haareffachuu kan feetan πŸ‘‡Appi Mobile Kees
Website Keenya Seenuun βœ…Carraa barnootaa Biyya alaa βœ…Paspoortii haaraa baafachuuf βœ…Haareffachuu kan feetan πŸ‘‡Appi Mobile Keessaniif barbaachisuuf βœ…Baatirii chaarjii dafee fixuuf βœ…CV international ta'ee hojjetachuuf Seenaa appi buufadhaa liinkii asii Cuqaasuun βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ… πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡ bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL

Website Keenya Seenuun βœ…Carraa barnootaa Biyya alaa βœ…Paspoortii haaraa baafachuuf βœ…Haareffachuu kan feetan πŸ‘‡Appi Mobile Keessaniif barbaachisuuf βœ…Baatirii chaarjii dafee fixuuf βœ…CV international ta'ee hojjetachuuf Seenaa appi buufadhaa liinkii asii Cuqaasuun βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡ πŸ‘‡βœ… bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL

✍Yeroo baay'ee online irratti maallaqni ni hojjetama garuu baafachuun hin danda'amu jedhama.amma garuu karaa kanaan malli argameera. Online maallaqa hojjettanii karaa baafattan dhabdaniittuu furmaatnisaa account paypal qabaachuudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ is.gd/lMJ3yO is.gd/lMJ3yO Akkaataa ittiin account isaa banatan viidiyoo gabaabaa A/Oromoon qophaahe πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/rv8semW0CIs https://youtu.be/rv8semW0CIs

✍Yeroo baay'ee online irratti maallaqni ni hojjetama garuu baafachuun hin danda'amu jedhama.amma garuu karaa kanaan malli argameera. Online maallaqa hojjettanii karaa baafattan dhabdaniittuu furmaatnisaa account paypal qabaachuudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ is.gd/lMJ3yO is.gd/lMJ3yO Akkaataa ittiin account isaa banatan viidiyoo gabaabaa A/Oromoon qophaahe πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/rv8semW0CIs https://youtu.be/rv8semW0CIs

Balaawwan ibiddaa mana keessa dhaqqabuun gara caalu daa'immaniifi dubartoonni akka miidhaman qorannoon mul'isa Akka hakiimiin balaa atattaamaa Dr Saalihaa Ahasan BBC'tti himanitti, Walumaagalatti yoo qaamni keenya bishaan danfaatiinis tahe ibiddaa yoo gubate yaaliin ykn gargaarsi jalqabaa taasisnu wal-fakkaataadha. Kanaaf yeroo nama gubaa qaamaa irra gahee gargaartanitti tasgabbaa'aatii qajeelfamoota kunneen armaan gadii hordofaa: Nama balaan irraa gahe iddoo nagaa geessaa - iddoo balaan kuni uumame irraatii fageessaa. Kutaa qaama isaanii miidhame irraatii faayaa, uffata, ykn sa'aatii irraa baasaa. Garuu meeshaaleen kuni qaamatti maxxananiiru taanaan itti hin bu'iinaa, dhiisaa. Gubaa qabbaneessaa - kutaa qaamaa miidhame yoo xiqqaate daqiiqaa kudhaniif bishaan itti jigsaa /naqaa. Qaama miidhamerraa dafanii bidhaan itti naqanii qabbaneessuun balaa ni hir'isa. Kutaa gubate qabbaneessuun dhukkubbii, dhiita'uu fi booda godaannisa dhufu ni hir'isa. Namni miidhame dhukkubbii akka hin qabne himatus, bishaan itti jigsuu hin dhiisinaa. Bishaan iddoo gubaan jiru yeroof hadoochuu danda'a. Garuu ammallee qaama gogaa jalaan jiru bishaan itti naqaa qabbaneessuun murteessaa dha. Cabbii hin fayyadamiinaa. Miidhaa dabalataa fi dhukkubbii qabu fiduu danda'a. Dibata kanneen akka loshinii, kireemiin gubaa ittuu hammeessuu malee hin fooyyessan. Iddoo gubate laastikii qulqulluudhaan maraa - kuni madaan infekshinii akka hin godhanneefi akka hin gogne taasisa. Barbaachisa yoo tahe mana yaalaa geessaa - gubaan waan barruu harkaa caalu fa'a taanaan dhukkubsataan mana hakiimaa geeffamuu qaba.

Balaa ibiddaa mana keessatti dhaqqabu keessaa bal'inaan kan miidhaman daa'immaniifi dubartoota ta'uu gabaasi mul'isa. Ogeessi BBC'n Hospitaala Finfinnee jirurraa dubbise kanneen gara caalu baadiyyaarraa ibiddaan gubatanii dhufan dhukkubsattoota gaggabdoo ta'uu dubbatu. ''Balaan ibiddaa gogaa keenyaa hanga tishuu qaama keessa jirutti kan miidhu tahus, garuu balaa xiyyeeffannoo hin argannedha,'' jedhu Hospitaala Yakkaatititti hogganaa kutaa Gubaa Qaamaa kan tahan Jaafar Aliyyii. Ogeessi narsummaan tajaajilan kuni guutummaa biyyattiirraa namoonni qaamni isaanii balaan ibiddaa cimaa fi giddugaleessa irra gahe guyyaatti shanii hanga kudhan ta'an gara hospitaala isaanii dhufu. ''Namoonni balaa ibiddaan qaamni isaanii miidhame qaama isaaniin ala xiin-sammuu isaanii irrattillee dhiibbaan ni gaha,'' jedhu. Kana malees qorichaafi dibati gubaa qaamaa fayyisuuf fayyadamnu ''akkaan qaalii waan taheef rakkoon maallaqaalle ni mudata,'' jedhan. Balaa ibiddaan gubachuun magaalaafi baadiyyaatti sababiin isaa adda adda jedhu ogeessi fayyaa kuni. ''Magaalaa keessatti ijaarsa gamoowwanii irratti balaa elektiriikaa, meeshaalee nyaata tolchuuf gargaaran fa'i itti fayyadama wallaaluun balaa qaqqabu dha,'' jedhan. Kanneen baadiyyaadhaa dhufan ammooo yeroo baay'ee namoota, ''dhukkuba gaggabdooo qabantu ibiddarra kufanii dhufu, isaaniis dubartootaafi ga'eessota umriin isaanii waggaa 30 ol tahani dha,'' jedhan. Yeroo baay'ee balaan ibiddaa manatti kan uumamu yoo tahu sababiinsaa garuu gargarii jedhu qorataan gubaa qaamaa Pirof. Toom Pootookar, Yunivarsiitii Siwaansiin irraa. ''Biyyoota galii gad-aanaa qaban keessatti gomjii banaa irratti ibidda bobeessuu, ibidda boba'aa mana ho'isuuf fayyaduufi kurraaziin fa'a madda balaa ibiddaa qaama keenya irratti gahuuti,'' jedhu. Qorannoo Yunivarsitii Siwaansiin taasiseen biyyooota kanneen akka Baangilaadesh, Itoophiyaa fi Indiyaa keessatti balaa elektirikii volteejii guddaa qabuun harkii fi miilli ga'eessotaafi daa'imman irraa akka muramuuf sababa tokkodha jedha. 'Gubaan sadarkaa qaba' Akka ogeessi fayyaa Jaafar jedhanitti balaan ibiddaa gogaa keenya isa irra keessaa gubuurra darbee hamma lafee keenyaatti qaqqabuu danda'a. ''Gubaa sadarkaa tokkoffaa kan gubaa isa gogaa keenya miidhee hafu dha,'' jechuun ibsu. Kan sadarkaa lammaffaa jedhamu ammoo tishuu fi ujummoo qaama keenyaa kan gubudha. Inni sadarkaan sadaffaa ujummoo fi tishuu keenya darbee hamma lafee keenyaa balaa guddaa kan qaqqabsiisu dha jedhan. ''Namoonni balaa kanaan nu bira dhufanis kan sadarkaa tokkoffaafi lammaffaati,'' jechuun BBC'tti himan. Inni kunis gar-tokkee qaama isaanii kan hir'isu, seelotaafi ujummoowwan qaamaa kan miidhudha. Balaan ibiddaa yeroo baay'ee mudatus harkaafi miila namootaa irratti akka tahe ogeessi kuni ni dubbatu. Yoo gubanne maal gochuu qabna? Ogeessi fayyaa Jaafar balaa ibiddaa irraa of eeggachuuf tarkaanfiin jalqabaa hojii keenya guyyuu keessatti balaan kuni qaqqabuu akka danda'u hubachuun of eeggannoo taasisuudha jedhu. ''Qaamni keenya ibiddaan gaafa gubatu dibata ykn dhoqqeefi waan garagaraa itti gochuu dhiisnee bishaan qorraa itti jigsuu qabna,'' jedhan. Sana booda atattamaan gara kiliinika ykn buufata fayyaa dhihoo jirutti geessuudha jedhu. Malee barteedhaan dibata garagaraa qaama gubateerra dibuun fayyisuuf yaaluun sirrii akka hin taaneefi balaa caaluuf akka saaxilu himaniiru. Namni wayyaan gubachaa jira taanaan irraa baasuufi madaa qaamarra jiru ammoo huccuu qulqulluun maranii mana yaalaa geessuu akka qabnu himu ogeessi fayyaa kuni.

photo content

✍Yeroo baay'ee online irratti maallaqni ni hojjetama garuu baafachuun hin danda'amu jedhama.amma garuu karaa kanaan malli argameera. Online maallaqa hojjettanii karaa baafattan dhabdaniittuu furmaatnisaa account paypal qabaachuudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ is.gd/lMJ3yO is.gd/lMJ3yO Akkaataa ittiin account isaa banatan viidiyoo gabaabaa A/Oromoon qophaahe πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/rv8semW0CIs https://youtu.be/rv8semW0CIs

Repost from Ayyuu Tube
Neutrition Avokaadoo Irraa Argannu Keessaa Muraasa. β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’ Avokaadoon faayidaalee fayyaa k
Neutrition Avokaadoo Irraa Argannu Keessaa Muraasa. β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’ Avokaadoon faayidaalee fayyaa keenyaaf oolan hedduu of keessaa qaba. Kanaaf Avokaadoo yeroo soorachuu baay'ee gaariidha! Faayidaalee Avokaadoon nuuf kennu keessaa qabxiilee ijoo jaha(6) isiniif katabeen jira. Isaanis:....... Guutuu isaa Link gadiin seenaa Marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://is.gd/HdTZIj https://is.gd/HdTZIj

✍Yeroo baay'ee online irratti maallaqni ni hojjetama garuu baafachuun hin danda'amu jedhama.amma garuu karaa kanaan malli argameera. Online maallaqa hojjettanii karaa baafattan dhabdaniittuu furmaatnisaa account paypal qabaachuudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ is.gd/lMJ3yO is.gd/lMJ3yO Akkaataa ittiin account isaa banatan viidiyoo gabaabaa A/Oromoon qophaahe πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/rv8semW0CIs v.gd/M31kf7 v.gd/M31kf7

✍Yeroo baay'ee online irratti maallaqni ni hojjetama garuu baafachuun hin danda'amu jedhama.amma garuu karaa kanaan malli argameera. Online maallaqa hojjettanii karaa baafattan dhabdaniittuu furmaatnisaa account paypal qabaachuudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ is.gd/lMJ3yO is.gd/lMJ3yO Akkaataa ittiin account isaa banatan viidiyoo gabaabaa A/Oromoon qophaahe πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ v.gd/M31kf7 v.gd/M31kf7