Egeree Post
Open in Telegram
This is Official Egeree Post Channel &Technolgy Our Website egeree.com Telegram https://t.me/michujobs All Ethiopia Jobs posting source at one place Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Show more9 153
Subscribers
-324 hours
-167 days
-9530 days
Posts Archive
9 153
Wantoota Dhala Namaa Milkeessan Sadan........
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✪ Competence (Dandeettii)
✪ Character (Amala)
✪ Chemistry (Keemistirii)
➛ Namni tokko dirree ogummaa isaatti barbaadamummaa, fudhatamummaa akkasumas nageenyummaa isaa mirkaneessuuf wantoota armaan olitti eeraman sadan walfaana horachuu qaba jedhama.
⓵. Dandeettii: Dandeettii qabda taanaan bakka hundatti barbaadamta. Furmaata tokkoof situ furtuu waan ta'eef hanga ati bakkicha geessutti namni hunduu balbala furmaataa ta'ee siin eega. Situ dhaqee banee hiika kennaaf.
Dandeettii kee kanaan:
➛ Addunyaatu si mararsiifata;
➛ Kan rakkatetu si iyyaafata;
➛ Halkan hirriibaa si kaafata;
➛ Rakkoo isaaf fala si gaafata;
Eeyyeen, dandeetticha keetu kanaan si gahe.
Qabda taanaan ittumaa jabeeffadhu; hin qabdu taanaan hulaa isaa irra gori! Dandeetticha horadhu!
⓶. Character/Amala: Amalli kee namoota biratti kabaja akka qabaattu si gargaara. Fudhatamummaa keefis utubaadha. Amala hin qabdu taanaan garuu dandeettii hangamuu qabaattu gateettiin namootaa danda'ee si hin baatu.
⓷. Chemistry/Keemistirii:
Keemistirii yeroo jennu wal nyaatinsa, yaa'a fi jijjiiramummaa ati naannoo kee waliin taasiftudha. Kunis jijjiirama fudhachuu, ilaalchaa fi ejjennoo ofii irra deebi'anii ilaaluun kan warra kaanii waliin walitti araarsuudha. Kana yeroon jedhu, "bakka hundatti amala gaararraa qabaachuu qabda" jechuu osoo hin taane, yaadaa fi ilaalcha tokko kanuma koo qofatu sirriidha jettee rincicaa ta'uu dhiistee, yaada haaraa fudhachuufis qophaa'oo ta'iidha. Kun yoo hin taane nageenyi kee yaaddessaa dha. Umuriin naannoo sana turuu kees ni xiqqaata.
➛ Walumaa galatti dandeettiin kee barbaadamummaa kee murteessa. Amalli kee fudhatamummaa kee murteessa.
Keemistiriin kee nageenya kee murteessa.
Kanan Dubbise irraan isiniif qoode!
9 153
Jireenya Gammachuu qabu Jiraachuu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
● Jireenya gammachuu qabu jiraachuuf waan hin qabne yookiin waan guddaa argachuu qofa osoo hin taanee, gatii waan harka keenyaa qabnu yoo beekne jireenya gammachuu jiraachuu dandeenya.
Hiyyeessa tokkotu akkana jedha:
● "...Ani hiyyummaa irraa kan ka’e miila qullaa deemuu kiyyaaf boo'aa ture..., garuu erga nama miila lama hin qabne argee boo'icha koo nan dhiise,..." jedhe.
Kanaafuu miila duwwaa deemun kee si hin yaachisin! Kanneen deemuf miila dhabanii rakkatan yaadadhu!!
═════════════
9 153
Waa'ee Fayyaa Keessanii
✅ Dhukkuba yeroo baayyee dhiiroota hubu isiiniif ibsuu barbaade.
Atiin inni dhiiraa mallattoolee asi gadii kana qunnamtee beektaa?
1.Irraa deddebi'iin fincaan si mudduu(frequent urination)
2.Fincaa'an si qabee fincaan eegaluuf sitti ulfaatee(Trouble starting to urinate )
3.fincaanuu dadhabuu(inability to urinate)
4.fincaan qabachuu dadhabuu(loss of bladder control).
Mallattoolee armaan olii kana dhibee qabu keessaa tokko binaayin pirostatik hayperpilajiya(benign prostatic hyperplasia)jedhama.=Iitamuu xannacha pirostatik jechuudha.
Dhukkubbni kun qaama dhiiraa xanacha pirostatik jedhamu miidhaa.xannachi kun afuuffee fincaanii gaditti argamaa ujummoon fincaan baatee gara gaditti dabarsu yuretiraan asi keessa baha.kanaaf gaaf xannachi kun Iitamuu afuufee fincaanii irraatti dhiibbaa geessisuun akkaa afuufeen fincaanii walitti kontoonfatu taasisa.afuufeen fincaan gaaf kontonfatee qaawwii fincaan gara ujjummoo yuriteraatti dabarsu Ni baldhata.kanaaf fincaan afuuffee fincaanii keessa hin turuu gara ujjummoo yuriteraatti darba ujjummoon kun akka afuufee fincaan baldhaa waan hin taaneef fincaan qabatee ufi keessa tursiisuu hin danda'u.xannachii pirostatik Kan iitates ujjummoo Kan haalan dhippisa.kanaaf
1Namichii finchaan qabachuu hiin danda'u.
2.qaawwii ujjummoo yuriteraa Kan fincaan gara alaatti baasuu kun waan dhippateef fiincaan gad bahuudhaaf Ni cima.amma ficaan xiqqoo biliq godhee fiincaanee yoo jedhe yeroo xinnoo boodaa ammas fincaan isaa qaba.(frequent urination) .
Dhibee kana kan namatti fiduu maali?
1.Furdinna akka malee.(obesity)
2.Dhibee sukkaaraa.
3.sochii qaamaa dhabuu.
4.qaamni saalaa kaa'uu dhiisuu(erectile dysfunction)
5.qorichootaa.fkn.Anticholenergic drug group.:Atropine, clozapine,quetiapine...Calcium channel bloker drug group:Amlodipine Nifedipine,diltiazem...
Dhukkubbni kun yaala yoo hin argannee maaliif nama saaxila( The complications)
1.dhagaa afuuffee fincaaniitiif nama saaxila.(Urinary bladder stones)
2.Kaleen hojii akka dhaabduuf nama saaxila (Kidney failure)
3.Bakteeriyaan adda adda akka ujjummoo fincaani hubuuf karaa saaqa.(Urinary tract infection)
Dhibeen kun irraa caalaa dhiiroota urmiin isaan Wagga 40 ol ta'e miidha.
Akkamiin ittisnaa.(prevention).
1.furdinna hirdhisuu.
2.sochii qaamaa gochuu
3.qaamnii keessaan Kan ol isiin hin kaane yoo ta'e yeroodhaan yaala argachuu.
Yaalli isaa hoo
(Treatment)
Terazosin
Finasteride.
Dutasteride.
Join 👇👇👇 godhaa fayyaa keessaan manatti eeggadha.
🥼🩺💉
🥼🩺💉
9 153
Repost from Ayyuu Tube
Suuraa keessan facebook irratti yommuu post gootan, Laayikii dhabee beekaa? Egaa Amma Kanaaf appiin kun furmaata guddaadha! Suura keessan yommuu facebook irratti maxxansitan aappii kana fayyadamuun laayikii 👍 keessan hamma 50,000 (50k)tti guddifachuu dandeessu! Guyyaa tokko keessatti yoo xiqqaate likes 1000 fi sanaan ol ittiin godhachuu dandeessu. Appicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://sifanoro.com/2023/08/24/facebook-photo-video-and-posts-like-increaser-application/
9 153
Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
🌈Telegramii Beeksisa hojiis join godhaa
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
9 153
🌈Telegramii Beeksisa hojii
Madda qabatamaa irraa hordofaa Yeroo hunda Gazeexaa Reportera irraa Kan bahu Torbee Torbeen Dadhabbi malee mana Keessan ta'aati Apply godhaa
✅Beeksisa Shaggar haaraa
✅Jijjirraa Bakka garaa garaa
✅Muuxannoo fi Muuxannoo Malee
👇👇
https://t.me/michujobs
9 153
Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
🌈Telegramii Beeksisa hojiis join godhaa
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
9 153
Repost from Egeree Post
Egereen akka Maqaasaa Applikeeshiinii Mobile Keessaniif ta'u qabatee dhufeera
✅Carraa Scholarshipi Bilisaa Biyyota Addunyaa
✅Beeksisa Daandii Qillensa Ethiopia
✅Baatirii dafee Chaarjii fixuuf appi Install godhachuun
✅Pasportii Online baafachuu
✅Hojiilee Partime &Full time
✅Appiwwaan Mobile Keessaniif mijaawaa fi Kanneen feetan liinkii Cuqaasuun Carraa hojii biyyotaa alaas Apply godhaa
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
9 153
Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
🌈Telegramii Beeksisa hojiis join godhaa
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
9 153
Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
🌈Telegramii Beeksisa hojiis join godhaa
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
9 153
Repost from Egeree Post
Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
🌈Telegramii Beeksisa hojiis join godhaa
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
9 153
Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
9 153
Repost from Ayyuu Tube
Viidiyoo Gababaa ilaaluu qofaan kaardii mobayilaa Guuttachuu kan barbaaddan baga gammaddan, kunoo fayyadamaa. Appiin kunis jaallatamummaa guddaa argateera, kardii bilbilaan dhabe jettanii hin yaaddoftan, Viidiyoo ilaaluu qofaan karaa kardii mobaayilaatin qarshiin isiniif kaffalama. Warreen barbaaddaniif liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://sifanoro.com/2023/08/24/make-money-and-receive-by-mobile-card-application/
9 153
Repost from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
Visa Sweden sponsership 2023
✍Gara Siwiidin baasii tokko malee deemuun hojjettanii jijjiiramuu barbaadduu? On line qofa apply gochuun carraa keessan yaalaa gosoota hojii
✍muuxannoo barbaadan
✍kan hin barbaadne
✍Sadarkaa barnootaa kan gaafatu
✍Kan hin gaafatne
hedduutu jira waliif dabarsuun ijoolleen keenya carraa kanatti fayyadamaa.
Viidiyoo gabaabaa step isaa qabu ilaaluun apply godhaa!
https://youtu.be/ltusMk1Wcbo
https://youtu.be/ltusMk1Wcbo
9 153
Repost from Ayyuu Tube
Application Addaa Kan Storage Bilbila Keenyaa GB 1000 ol Nuuf Guddisuu Danda'u Hojjatamee Hojii Irra Oolee Jira. Namoota Miiliyoonotaan lakkaa’amantu addunyaa kana irraa itti fayyadamaa jiru. Isiniis Teknoolojii Addaa Kana Ammuma Irraa Fayyadamuu eegala. Appicha argachuuf Liinkii gadiin seenuun iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
👇👇LIINKII👇👇
https://sifanoro.com/2023/08/24/over-1tb-free-cloud-storage-application/
9 153
Walaloo eenyuu dubbisuu barbaaddu?
Kan eenyuus dhaggeeffachuu feetu
Mee filadhaatii dubbisaa,dhaggeeffadhaa.👍
9 153
Repost from Egeree Post
Egereen akka Maqaasaa Applikeeshiinii Mobile Keessaniif ta'u qabatee dhufeera
✅Carraa Scholarshipi Bilisaa Biyyota Addunyaa
✅Beeksisa Daandii Qillensa Ethiopia
✅Baatirii dafee Chaarjii fixuuf appi Install godhachuun
✅Pasportii Online baafachuu
✅Hojiilee Partime &Full time
✅Appiwwaan Mobile Keessaniif mijaawaa fi Kanneen feetan liinkii Cuqaasuun Carraa hojii biyyotaa alaas Apply godhaa
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
9 153
Repost from Ayyuu Tube
Online irraa maallaqa hojjechuu barbaadduu? Yeroo baay'ee namoonni maallaqa online irraa hojjechuu ni barbaadu. Garuu gowwoomsawwan 'fake' hedduun waan jiruuf karaa isa sirrii maallaqa hojjetanii argatan addaa baafachuun namatti ulfaata. Kanaaf daandiin har'a isinitti himu kun maallaqa onlinerraa argachuuf karaa isa sirrii fi filatamaadha. Appiin kunis guyyaatti qarshii 800 hamma 1700 kan ittiin hojjettanidha. Kanaaf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa!
👇👇👇LIINKII👇👇👇
https://sifanoro.com/2023/08/23/make-and-earn-money-traffmonetizer-application/
