cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Ahlul keyr

Ahlul keyr

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
177
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#INNAANILLAAHI_WAINNAA_ILEYHI_RAAJIUUN Halkantu naa bariuu dide dachitu natti dukkanaahe garatu na boorahe maal godharee. Abbaa qabsoo barsiisaa diinii nama takkaa jireenya isaanii keessatti gantuu fi yartuuf harka hin laatin. #HAAJI_HASAN_GAMMADAA Guutuu isaa dubbisuuf see more ka jedhu tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
๐Ÿ‘See more
#KAAYYOO Guddaadhaaf imala irran jira. Galmaan si haa gahuun Du'aaiin teessani. Namni kaayyo qabu galma gahuu hin dhabu.
Show all...
๐Ÿ‘ Share
See more....
๐ŸŒฟ SEENAA__AJAA'IBAA๐Ÿ‘ˆ โ†ช๏ธNama lama ta'anii ๐Ÿคฒ Duaayii kadhatan jedhan ::::โ€ข โœ“Tokko yeroo mara yaa rabbi Haadha manaa gaarii naa kenni jedhee kadhata tokko ammoo yaa rabbi Duuniyaa baayyee naa kenni jedhee kadhata ๐ŸŽ†Jarri lamaanuu wal dhagayan yeroo tokko tokko achumaan waan jedhe kan duuniyaa naa kenni jedhee kadhatuu baayyisuu sun kan haadha namaa gaarii naa kenni jedhee kadhatuu saniin abboo ati yeroo hunda intala gaarii naa kenni jettee kadhattaa duuniyaa naa kenni hin jettuu jedhee gaafate yoo duuniyaa qabaatte kaan yoo siin gadhiiftee kan biraa fuuta jedhee gaafate โ†˜๏ธLakki obboleessa kiyya dubbiin akkasii mitii akka laafaatti hin laalin jedhee walbiraa ka'an ////Erga xiqqoo turanii booda marti isaanii waan yaadaniin wal gahanii inni qabeenyaa waan kadhate argatee inni intala kadhates waan kadhate erga argatanii booda ๐Ÿ’ซ Guyyaa tokko kan qabeenya qabu sun koottu mana gallaa jedhee salaata jumuaa irraa fudhatee gale wayta mana galu jaartin isaa ala teesse eeydiin Keessummaa ( hiriyyaa) isaa wajjin dhufee ol seene taa'anii dadhabani gadi bahe abboo maaliif waan nyaatan nuuf hin finne jedhee gaafate isiinis kunoo kan ati argaa jirtu midhaan callaa afamee ala jiru maal sii kenna duuba jettee jaarsa arrabsite !!!! Jaarsi Aaree uleedhaan jalqabe keessumman abboo jalqaba na geggeessaa jedhee biraa bahe jedhan #๐ŸŒŸGuyyaa biroo hiriyyaan lammaffaa ittiin gale kan qabeenya hin qabne sun ::---;;;;; ๐Ÿ’ž Wayta duukaa galu Maashaa allaahu kaana manni citaadha bakki taa'an hin jiru garuu fuula walitti ifan walii galteen jiraatan ๐ŸŠ๐Ÿ’ ๐ŸŒฟKeessummaa san haala ajaaibaatiin qorsoo( akaayii) boqqolloo tiin buna bunaa wajjin kunoo kanatu nuyiif damma jedhaati afaan wal mi'eeysaa keessummicha akka waan damma dhugeetti achi bahe garuu kan inni nyaate bunaaf akaayiidha ๐Ÿ˜‚ ๐ŸคWalii galtee jaraatu akka waan damma nyaatee isa godhe sunhaallaah warra waan kana dubbiseef wallaahi duuniyaa gaarii fii intala kan siif ilmaan keetiif toltu/ tolu isinii haa kennu Share godhii โœ Humble mam๐Ÿ™ Yaada keessan naangahuuf liinkii asii gadii kana fayyadamaaโœ @ha32pines ๐ŸŒŸ @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Show all...
Ahlul keyr

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Ahlul keyr

#TANA_QUBA_QABDUU Beekumsaan sammuu kee cimsi โœ“biyyi addunyaa keessaa______... โœ“lubbu qabeeyyii lafarra jiran keessaa __.... โœ“Allaattiwwan addunyaarra jiran keessaa______..... โœ“Daa'imman yeroo duraatiif____'..... Bal'inaan join gochuun linki armaan gadii kana tuqaa dubbisaa saammuu keessan guddisaa.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ t.me/waislaama1
Show all...
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ Waa islaamaa! โญ๏ธ๐ŸŒ™

#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe Creator by Hamza H/Alo Aman #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1

๐ŸŒบ Join now ๐ŸŒบ
๐Ÿ‘ As cuqaasaaโœ“
See more......
*๐Ÿ“—ู…ุนู„ูˆู…ุงุช ู‚ูŠู…ุฉ ุชู‡ู… ุงู„ู…ุณู„ู… ๐Ÿ“š* *๐ŸŒณุฃุณู…ุงุก ุฒูˆุฌุงุช ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…๐ŸŒณ* ๐Ÿ‘‰ 1. ุฎุฏูŠุฌุฉ ุจู†ุช ุฎูˆูŠู„ุฏ ๐Ÿ‘‰ 2. ุณูˆุฏุฉ ุจู†ุช ุฒู…ุนุฉ. ๐Ÿ‘‰ 3. ุญูุตุฉ ุจู†ุช ุนู…ุฑ. ๐Ÿ‘‰ 4. ุนุงุฆุดุฉ ุจู†ุช ุฃุจูˆ ุจูƒุฑ ๐Ÿ‘‰ 5. ุฒูŠู†ุจ ุจู†ุช ุฎุฒูŠู…ุฉ ๐Ÿ‘‰ 6. ุฒูŠู†ุจ ุจู†ุช ุฌุญุด. ๐Ÿ‘‰ 7. ุฌูˆูŠุฑูŠุฉ ุจู†ุช ุญุงุฑุซ. ๐Ÿ‘‰ 8. ุฃู… ุณู„ู…ุฉ (ู‡ู†ุฏ ุจู†ุช ุฃุจูŠ ุฃู…ูŠุฉ) ๐Ÿ‘‰ 9. ุตููŠุฉ ุจู†ุช ุญูŠูŠ ุงุจู† ุงุฎุทุจ ๐Ÿ‘‰ 10. ุฃู… ุญุจูŠุจุฉ ุฑู…ู„ุฉ ุจู†ุช ุฃุจูˆ ุณููŠุงู† ๐Ÿ‘‰ 11. ู…ูŠู…ูˆู†ุฉ ุจู†ุช ุงู„ุญุงุฑุซ. *๐ŸŒณ ุฃุจู†ุงุก ุงู„ู†ุจูŠ (ุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… )๐ŸŒณ* ๐Ÿ‘‰ 1. ุงุจุฑุงู‡ูŠู… ๐Ÿ‘‰ 2. ุงู„ู‚ุงุณู… ๐Ÿ‘‰ 3. ุนุจุฏ ุงู„ู„ู‡ ๐Ÿ‘‰ 4. ุฒูŠู†ุจ ๐Ÿ‘‰ 5. ุฑู‚ูŠุฉ ๐Ÿ‘‰ 6. ุฃู… ูƒู„ุซูˆู… ๐Ÿ‘‰ 7 . ูุงุทู…ุฉ. *ุงู„ู…ุจุดุฑูˆู† ุจุงู„ุฌู†ุฉ ๐ŸŒณ* ๐Ÿ‘‰ 1. ุฃุจูˆ ุจูƒุฑ ุงู„ุตุฏูŠู‚. ๐Ÿ‘‰ 2. ุนู…ุฑ ุงุจู† ุงู„ุฎุทุงุจ. ๐Ÿ‘‰ 3. ุนุซู…ุงู† ุจู† ุนูุงู†. ๐Ÿ‘‰ 4. ุนู„ูŠ ุจู† ุงุจูŠ ุทุงู„ุจ. ๐Ÿ‘‰ 5. ุทู„ุญุฉ ุจู† ุนุจูŠุฏ ุงู„ู„ู‡. ๐Ÿ‘‰ 6. ุงู„ุฒุจูŠุฑ ุงุจู† ุงู„ุนูˆุงู…. ๐Ÿ‘‰ 7. ุฃุจูˆ ุนุจูŠุฏุฉ ุจู† ุงู„ุฌุฑุงุญ. ๐Ÿ‘‰ 8. ุนุจุฏ ุงู„ุฑุญู…ู† ุจู† ุนูˆู. ๐Ÿ‘‰ 9. ุณุนุฏ ุจู† ุงุจูŠ ูˆู‚ุงุต. ๐Ÿ‘‰ 10. ุณุนูŠุฏ ุจู† ุฒูŠุฏ. *๐ŸŒณ ุฃุฑูƒุงู† ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุงู„ุฎู…ุณ* ๐Ÿ‘‰ 1. ุดู‡ุงุฏุฉ ุงู† ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡ ูˆุงู† ู…ุญู…ุฏุง ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡. ๐Ÿ‘‰ 2. ุฅู‚ุงู… ุงู„ุตู„ุงุฉ. ๐Ÿ‘‰ 3. ุงูŠุชุงุก ุงู„ุฒูƒุงุฉ. ๐Ÿ‘‰ 4. ุตูˆู… ุฑู…ุถุงู† . ๐Ÿ‘‰ 5. ุญุฌ ุจูŠุช ุงู„ู„ู‡ ู„ู…ู† ุงุณุชุทุงุน ุฅู„ูŠู‡ ุณุจูŠู„ุง. *๐ŸŒณ ุฃุฑูƒุงู† ุงู„ุฅูŠู…ุงู†:* 1. ุฃู† ุชุคู…ู† ุจุงู„ู„ู‡ ูˆุญุฏู‡ ู„ุงุดุฑูŠูƒ ู„ู‡. 2. ูˆู…ู„ุงุฆูƒุชู‡ . 3. ูˆูƒุชุจู‡ . 4. ูˆุฑุณู„ู‡ . 5. ูˆุจุงู„ูŠูˆู… ุงู„ุขุฎุฑ. 6. ูˆุจุงู„ู‚ุฏุฑ ุฎูŠุฑู‡ ูˆุดุฑู‡. *๐ŸŒณ ุฃุณู…ุงุก ุงู„ุดู‡ูˆุฑ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ:* ๐Ÿ‘‰ 1. ุงู„ู…ุญุฑู…. ๐Ÿ‘‰ 2. ุตูุฑ. ๐Ÿ‘‰ 3. ุฑุจูŠุน ุงู„ุฃูˆู„. ๐Ÿ‘‰ 4. ุฑุจูŠุน ุงู„ุซุงู†ูŠ. ๐Ÿ‘‰ 5. ุฌู…ุงุฏู‰ ุงู„ุฃูˆู„ู‰ . ๐Ÿ‘‰ 6. ุฌู…ุงุฏู‰ ุงู„ุขุฎุฑุฉ. ๐Ÿ‘‰ 7. ุฑุฌุจ. ๐Ÿ‘‰ 8. ุดุนุจุงู†. ๐Ÿ‘‰ 9. ุฑู…ุถุงู†. ๐Ÿ‘‰ 10. ุดูˆุงู„. ๐Ÿ‘‰ 11 ุฐูˆ ุงู„ู‚ุนุฏุฉ . ๐Ÿ‘‰ 12. ุฐูˆ ุงู„ุญุฌุฉ . *๐ŸŒณ ุตู„ูˆุงุช ุงู„ู†ูˆุงูู„:* ๐Ÿ‘‰ 1) ุฑูƒุนุชุงู† ู‚ุจู„ ุตู„ุงุฉ ุงู„ูุฌุฑ. ๐Ÿ‘‰ 2) 4 ุฑูƒุนุงุช ู‚ุจู„ ุตู„ุงุฉ ุงู„ุธู‡ุฑ ๐Ÿ‘‰ 3) ุฑูƒุนุชุงู† ุจุนุฏ ุตู„ุงุฉ ุงู„ุธู‡ุฑ ๐Ÿ‘‰ 4) ุฑูƒุนุชุงู† ุจุนุฏ ุตู„ุงุฉ ุงู„ู…ุบุฑุจ. ๐Ÿ‘‰ 5) ุฑูƒุนุชุงู† ุจุนุฏ ุตู„ุงุฉ ุงู„ุนุดุงุก. *๐ŸŒณุงู„ุฏุงู„ ุนู„ู‰ ุงู„ุฎูŠุฑ ูƒูุงุนู„ู‡..๐ŸŒณ* *ูˆุฏู…ุชู… ุจุฎูŠุฑโ˜˜* โœ Hunble man๐Ÿ™ Nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Ahlul32keyr ๐ŸŒŸ @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Show all...
Ahlul keyr

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Ahlul keyr

Seena bareddu Gurba tokkotu ture abban isa jala duetii kopha isa awwaluf kara laga kessa bue osuma awwluf lafa qotu jiru gurba tokko ka re'ee.tiyyisu jiru arkee bira dhaqee namani Hin jiru jae gafate gurabn kunis isaa wajjin demee qabrii San qotee awwalee San booda mucan kun icciti Abba isa himu Hin fenee caluma jaetii iccitiidhan duaiii godheefii gurban suniis duaiii godhefii bira deeman San boda mucan kun halkan kessa manama arkee Abba isaa ka jannata kessa taee koflu jiru ajaibetiii hay Abba akkamiti jannata senetee jae gafate abbanis akkana jaen gurab re'e tiysu santi duaiii naf godhee duaii isaatu naf qeebalame jaen mucan kunis hirriba kessa dammaqeeti ganama gize tahu gurba san barbadutii senee barbadee arke akkana jaee gafatee Abban kiyya duaiii isatu naf qebalame nan jaee mal jattetii gotefi jae gafatee gurban kunis akkana jaen yaa Rabbi gabricha kee kana. Anis arjadha tanfiin dhufe wajjin awwale atii garu arjaa arjaarratii arjan hunda calauu atiii gabricha kee kan arra gama kee debiee kana ija rahmatatin laliii diliii isaa araramiif jaetiiin duaiii godhefiii Jaen Masha allah ana fi isiinis warra wal duba wal yadatee duaiii waliif godhu rabbi nu ha godhu โœ Hunble man๐Ÿ™ Nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Ahlul32keyr ๐ŸŒŸ @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Show all...
Ahlul keyr

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Ahlul keyr

#Nama_Hin_Tuffatin. โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž– ๐Ÿ”ฐDubbii Ajaa'ibaa! Namticha Lammii America tahe tokkootu Hoteela guddaa tokko seene. Akkuma ol seeneen Sagalee Isaa ol kaasee, keessummeeysaa hoteelichaatiin "Gurbaa Gurraacha Lammii Africa sana irraa kan hafe (Malee), Namoota As jiru mara nyaataa fi dhugaatiis Afeereen jira. Afrikicha malee hundaafuu dhiheysiif" Isaan jedhe. Hoggaa kana namtichi Lammii Africa kun itti seeqe. Yeroo kana namtichi kun Aaree, dallanee "maali?! Namtichi kun maaf hin Aarre. Maaf natti seeqa?!" jedhee keessummeeysaa kana gaafateen. Hoggaa kana keeysummeeysaaniis Namtichi Gurraachi kun Abbaa Hoteelichaa Akka tahe itti hime. Namtichi Ameerikaa Rifatee, Salphatee Hoteelarraa Bahe! ๐Ÿ™†โ€โ™‚๏ธ ๐Ÿ”ฐJarjartee hin murteessin. Namummaan Nama madaali! โœ Hunble man๐Ÿ™ Nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Ahlul32keyr ๐ŸŒŸ @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Show all...
Ahlul keyr

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Ahlul keyr

#Badaa_Har'aa_Hin_tumsiin! (Don't support today's evil!) Bara durii mootummaa bineensotaa keessatti, leenca holqa tokko keessaa bahuu dadhabeefi hoolaa holqicha fuuldura deemtu tokkotu wal argee ture. Leenci kun, hoolittiin qabdee keessaa akka isa baaftuuf kadhate. Isheenis, sodaachuu irraan kan kaate ni diddeen. Boodarra, achi keessaa bahe akka ishee hin nyaannee leencichi waadaa galeefii. Hoolaan kunis daftee amanuushee irraan kan ka'e, qabdee holqicha keessaa isa baafte. Guyyoota hedduu nyaatarraa fagaatee waan tureef, leecichi baay'ee beela'ee jira. Kanarraan kan ka'ee, hoolittiitti ija babaasee afaan isaa arraabuu eegale. Nyaachuu fedhuusaati. Waadaa waliif galanii turan hoolaan kun yaadachiiftus, dhagahuu hindandeenye. Bineensonni biroon karaa sanarra darban, mormii isaanii kana dhageeffachuuf itti siqanii ilaaluu eegalani. Hoolaafi leenci dabaree isaanii eeganii waan ta'e hundumaa bineensota kanaaf seenessuutti fufani. Sodaachuu irraan kan ka'an, bineensonni hundi qocaa irraa kan hafe, gara leencaa goruun dubbachuutti ka'ani. Qocaan gara lamaaniyyuu osoo hingoriin, haala jiru hunda sirnaan hubachuu feete. Osoo hoolittiin isa hin baraariin dura, leencichi eessaa akka ture qocaan gaafatte. Leencichis gara holqa sanaattii akeeke. Qocaan leenca kanaan, "Holqa kana keessaa bahuuf akkam akka ulfaatu ilaaluu waan qabnuuf mee takkaa seeni!" jetteenii. Innis utaalee keessa bu'e. Sanaan booda, cufaa holqa kanaa qocaan leencichatti cufte. Bineensonni hedduun itti marsanii ilaalan, haala nama ajaa'ibuun, maaliif qocaan kana akka goote gaafachuutti ka'ani. Qocaanis, " Yoo har'a hoolaan kun akka nyaatamtuuf itti dhiifne, boru nu keessaa dabareen nyaatamuu kan eenyuu akka ta'e hinbeeknu." Seexaa: Badaa har'aa hintumsiin; har'a kallattiidhaan si miidhuu baatus, bor dabareen kankee ta'a. Ejjennoo irratti fudhadhu โœ Hunble man๐Ÿ™ Nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Ahlul32keyr ๐ŸŒŸ @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Show all...
Ahlul keyr

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Ahlul keyr

#Waadaa_Fi_ummata_Arabaa #Dubbisaa๐Ÿ‘‡ Guyyaa tokko namtichi maqaan isaa #Haaris jedhamu tokko dirree waraanaa keessa osoo jiranuu, nama maqaan isaa Adiyyi_binu_Rabii'aa jedhamu tokko ajjeesuu barbaade. Garuu Adiyyii kana gurraan dhagaโ€™e malee argee hin beeku waan taateef namticha tokko qabee booji'ee akkana jedheen; "Si ajjeesa moo? Bakka Adiyyi jiru na geessita? " jedheen. Achumaa namtichi booji'ame sunis "๐šˆ๐š˜๐š˜ ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š‹๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ ๐™ฐ๐š๐š’๐šข๐šข๐š’ ๐š“๐š’๐š›๐šž ๐šœ๐š’๐š’๐š ๐šŽ๐šŽ๐š›๐šŽ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š—๐šŠ ๐š•๐šŠ๐š”๐š”๐š’๐šœ๐š๐šŽ๐šŽ..๐š—๐šŠ๐š๐šŽ๐šŽ๐š—๐šข๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜ ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š ๐š—๐š’ ๐šŽ๐šŽ๐š๐š๐šŠ๐šŠ? Jedhee gaafate. Haarisis Eeyyan jedheen. Achumaa namtichis Adiyyiin ati barbaachaaf deemtu sun Ana jedheen๐Ÿ˜๐Ÿ˜ Haarisis waadaa isaa guutuuf jecha erga harkaan gahatee booda gadi dhiise jedhan. asumaan arabni nuti baannu ta durii akka taate hin dagatinaa kaa!. โžฌ#Osoo_keenya_taatee_hoo_hangamamanamalaata ? โœ Hunble man๐Ÿ™ Nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Ahlul32keyr ๐ŸŒŸ @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302 keyr
Show all...
Ahlul keyr

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Ahlul keyr

#Seeqi Seequn Sunnaadha !! ใ€‹Namichi 1 roobooti yommuu namni khijibu (Sobu) nama kabalu ๐Ÿ‘‹ bitee yaalidhaf fudhatee mana geeyse ..ilma isaatin... Abbaa... hardha maal hojjechaa oolte? Ilma... hiriyyoota ko waliinin qayyabachaa oole ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti ilma... baqaa fiilmii ilaalan ture abbaa... fiilmii akkamii ilma... #Barbarlose ๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti Ilma... baqaa #Usmaan nin laala ture abbaa... he he he ani umrii kee kanarra yoommuun ture waa'ee #Usman hin beeku... ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe abbaattis Haadha... kt kt kt itti hin faradin ilmi khees sitti baheetuuma... ๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe haadhattis. Sitti toleeraa Sher godhi โœ Hunble man๐Ÿ™ Nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Ahlul32keyr ๐ŸŒŸ @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302 keyr
Show all...
Ahlul keyr

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Ahlul keyr

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.