MILTO Entertainment
Open in Telegram
3 799
Subscribers
-224 hours
-37 days
-5630 days
Posts Archive
3 799
DiskDigger suuraa ykn viidiyoo bade memory keessaa ykn kaardii alaa irraa haquu fi deebisuu danda'a. Akka tasaa suuraa haqxe, ykn illee memory card kee irra deebitee foormaatii goote, DiskDigger's powerful data recovery features suuraa fi viidiyoo kee bade argachuu danda'a, akkasumas akka deebistu si taasisa.
Download godhachuun fayyadamaa.
@Joy_Tech
3 799
Suuraa keessan isa durii, pixelated, blurred ykn miidhame gara suuraa high-definition ta'etti jijjiiruuf app hunda caalu kana tuquu tokko qofaan Buufadhaa β
@Joy_Tech
