en
Feedback
ysight

ysight

Open in Telegram

ysight, waa'ee teekinooloojiiwwanii fi argannoowwan haaraa jireenya keenyaaf bu'aa qabaniiti! ysight bilbilootaa fi moosaajota isaanii, kompuutaroota, kalaqa, kiriptoo, saayinsiiwwan fi kannaan biroo kan hammatudha.

Show more
3 072
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-3930 days
Posts Archive
ysight
3 072
Namoota beekamtii qabanii fi dhiibbaa uuman hedduu irratti yeroo itti mootummaa dabalatee qaamonni garaa garaa tarkaanfii dogongoraa fi jibbisiisaa irratti fudhatanitti marsariitiin beekamaan www.change.org jedhamu har'a namoota, qomoowwan, fi saboota sagalee hin qabne yookiin mootummaan isaan hin dhageenye jedhaman akka biyya keenyaa kanaaf sagalee isa dhugaa fi sirrii ta'ee jira; ta'uuttis jira. Yooyyaa🕊, jiruu fi jireenyi akkam, warra Yeroo Teek? Marsariitii www.change.org jedhamu eenyutu tolche, maaliif tolche, akkamittihoo itti fayyadamna? Bor ganama Yeroo Teek irratti nu eegaa🙏 @yerooteek Yeroo Teek Keessani✌️

ysight
3 072
Akkam bultan maatii Yeroo Teek? Har'a teekinooloojii daddabarsa maallaqaa Payoneer jedhamu waliin qooddanna. Payoneer dhaabbata kaardii maallaqaa sarararraa/#online_credit_card ittiin fayyadamnu nuuf dhiyeessu, hojiiwwan sarararraan hojjennuuf kaffaltiin nuuf kaffalamuu fi bittaa fi gurgurtaa sararraa raawwachuuf teekinooloojii nu gargaaruudha. Amazon fi eBay dabalatee kaampaanonnii fi kubbaaniyootni 2000 olitti tilmaamaman karaa Payoneer kana oomisha isaanii gurguruu fi kan biroo immoo bituu irratti argamu. Biyya keenya keessattis fayyadamuu waan dandeenyuuf akkamiin akka fayyadamnu, tartiiba ittiin banachuu qabnuu fi akkamitti kaffaltiin akka ittiin nuuf raawwatamu akka armaan gadiittan isiniif dhiyeessa. @yerooteek Payoneer dhaabbata amanamaa fi guddaa bara 2005 hojii jalqabe yoo ta'u yeroo ammaa kana Paypal olitti dorgomaa ta'uusaatiin alatti kampaanonni gurguddoon hedduun itti fayyadamuutti jiru. As biyya Itiyoophiyaa keessatti namootni hojii sarararraatiin/online galii argachuu danda'an hedduun osoo jiranii sababii sodaa eegumsa/security sirna baankii biyya keenyaatiin baankonni biyya keenyaa tajaajila biyya keessaa/local banking qofa kennu. Kanaaf namoonni hojii sarararraa hojjetanis ta'ee hojjechuu barbaadan rakkoo kaardii daddabarsa maallaqaa/credit card qabu. Rakkoo kanaaf Payoneer furmaata isa guddaadha; eenyullee iddoo barbaade taa'ee waan barbaade hojjetee kaffalamuufiin karaa Paayoneer baay'ee salphaadha. Akkamitti herrega/account Payoneer bananna? 1. Marsariitii kubbaniyaa Payoneer(www.payoneer.com) seenaa 2. Biinkoo Sign-up jedhu irratti cuqaasuun unka inni isin gaaafatu dogongora tokko malee guutaa 3. Unka kana seeraan erga guuttanii submit jedhaanii Qalbeeffadhaa: 👉 Lakkoofsa waraqaa eenyummaa, eeyyama konkolaachisummaa yookiin paaspoortii keenya irra jiru keessaa tokkoo isaa fayyadamaa. 👉Maqaan waraqaa eenyummaa, iimeelii, fi herrega baankii keenyarraa tokko ta'uu qabu. Kunis Payoneer herrega baankii keenya isa nu harkaa wajjin walitti hidhuuf gargaara. 👉Kaardii Hundataa/master card nuuf erguuf teessoo fi lakkoofsa sanduuqa poostaa Payoneer nu gaafatu qixaan guutuu qabna. Waggaa lamaan har'aa dura Kaardii Hundataa kana sababuma herrega Payoneer banattaniif tolaan isiniif ergu turan. Har'a garuu Kaardii Hundataa Payoneer harkatti fudhachuuf doolaara 30 kaffaluu qabdu. Kaffaltii kanas kaampaanota kubbaaniyaa Payoneer waliin hojjetan kan akka Upwork(upwork.com), Freelance(freelance.com), Fiverr(fiverr.com) fi kanneen biroo irratti hojii garaa garaa ogummaa keessaniin wal qabatu hojjettanii bifa salphaan kaffaluun fudhachuu ni dandeessu. Erga isiniif ergameen booda cirtanii lakkoofsa kaardii liqaa/debit card keessan irra jiru herrega Payoneer keessan irratti galchuun akka hojjetu/activate gootu. Kana hundumaa erga raawwattanii booda hojii sararraan hojjatamu kamiyyuu kaardii liqaa/debit card keessaniin baankii Ethiopia keessa jiru irraa baafachuu dandeessuu. Galatoomaa🙏 @yerooteek Guuboo Jechootaa 👉Biinkoo - Button 👉Herrega - Account 👉Kaardii Hundataa - Master Card 👉Kaardii Liqaa - Debit Card 👉Sararra - Online @yerooteek Yeroo Teek Keessani✌️

ysight
3 072
Ashamaa ooltiin nagayaa warra Yeroo Teek? Erga waggoottan kurnaniin lakkaa'amanii asiitii jireenyi ilmoo namaa teekinooloojiitti baay'ee kan hidhate ta'uusaarraan kan ka'e dalagaaleen garaagaraa, geejjibni, bashannanoonni, barnootnii fi daldalli, wanti hunduu jechuun ni danda'ama dijiitaala'aniiru. Yeroo Teeks teekinooloojii haaraa fi jireenya keenya geggeeffachuuf nu barbaachisan nuun ga'uuf yeroo hunda onnataadha. Qophii keenya boriitiinis teekinooloojii daddabarsa maallaqa dijiitaalaa biyya keenya keessattis hojjetu, keessattuu namoota sararraan/online hojjetaniif maallaqni ittiin kennamuu fi fudhatamu teekinooloojii maallaqa dijitaalaa Payoneer jedhamu isiniin geenya. Bor ganama Yeroo Teek qofaa irratti nu eegaa. Halkan gaarii🙏 @yerooteek Yeroo Teek Keessani✌️

ysight
3 072
Bitootessa bara 2012 fayyadamtoonni Inistaagiramii Kitila 27/ 27million ga'an. Achumaan Ebla 2012 keessa mosaajii Inistaagiramii andirooyidiifis hojjetanii gadhiisuun guyyaa tokko gidduutti namootni kitila 1 ol ta'an Google Play/PlayStore irraa buufatan. Woow🤭🤭. Yeruma kana ture hundeessaa kubbaaniyaa Fuula kitaabaa/Feesbuukii kan ta'e Maarki Zuukerberg/Mark Zuckerberg sagantaa Istaanfoorditti qophaa'e tokko irratti Siistiroomiin argee Inistaagiramii guddisuu qabna jedhee haasofsiiseen. Kanuman Ebla 2012 kubbaaniyaan Feesbuukii maallaqa doolaara biiliyoona tokkoon/$1billion Instaagiramii Siistiroom irraa bitate. "Kan isa qabuu.... jedhe namichuu😭😭😂" Bara 2018 ji'atti namoonni biiliyoona tokkoo ol ta'an Inistaagiramii fayyadamu turani. Inistaagiramiinis amaloota haraa hedduu daddabalachuun caalaatti ittuu fayyadamtoota isaa maraachaa dhufe. Har'a guyyaatti namoonni miliyoonni 500 Inistaagiramii Seenaa/Instagram Stories fayyadamu. Inistaagiramii Seenaa jechuun warra seenanii suuraa namaa oliifi gadi gototaa oolan😂 utuu hin ta'in, warra har'umee isaanii/their vibe ammaa amma seenanii dhooban jechuudha. Istaatiksiin galii Inistaagiramii ji'a tokko dura taasifame akka argisiisutti bara 2020tti beeksisa qofaa irraa doolaara Amerikaa biliyoona 13.86 fi nuusa arfaffaa 2020tti jechuun ji'oota sadan darban gidduutti namoota suuraa achirratti dhoobanii fi oliif gadi ari'an irraa immoo walitti doolaara Amerikaa 6.8 argate jedha. Galatoomaa🙏 @yerooteek Guuboo Jechootaa 👉Dhoobuu - Post 👉Gototuu - Scrolling 👉Kitila - Million @yerooteek Yeroo Teek Keessani✌️

ysight
3 072
Ashamaa, Yooyyaa isiniin jedhe, warra Yeroo Teek🙏 Akkam jirtu? Odeeffannoo walii galaa qabaachuun of ilaaluuf, anoo maalan hojjechaa jira jechuuf waan ta'eef, qophii Yeroo Teek keessan har'aatiin miidiyaa hawaasaa beekamaa fi keessattuu miidiyaa biyyootni Dhiha Addunyaa kun akka waan wantichi bu'uura jireenyaa ta'eetti lakkaa'an, miidiyaa hawaasaa jaallatamaa ta'e, seenduubee/background Inistaagiramiin/Instagram isiniif qooduu jaalladhe. Inistaagiramiin akkamitti jalqabe, eenyutu jalqabe, har'awoo kan eenyuuti, galii hammam ga'u galchee oola? Ayaataan akka dubbistan👌 isin affeeraa, Yeroo Teek waliin yeroo dansaa🙏 Dargaggeessi umurii 27 yuuniversiitii Istaanfoordi irraa eebbifamee fi bara 2009 keessa hojjetaa kubbaaniyaa Nextstop/Nekististoop (kaampaanii imala qindeessu, iddoowwan, hambaalee seenaa, bakkoota bashannanaa namootaaf kan mijeessu) keessaa hojjechaa ture yaadrimee 'kallattii deemsaa argachuu/travel recommendations' jedhu wixineesse. Maqaan dargaggeessa kanaa Keevin Siistiroom/Kevin Systrom jedhama. Siistiroom duraan kubbaaniyaa Google (GOOG) keessatti qindeessaa guddina gamtaa fi kaampaanii Odeo (kaambaanii boodarra Tiwiiteritti dabalame) jedhamu biratti immoo shaakala hojii jalqabaa/internship taasisee ture. Siistiroom kompuutera hin baranne; yeroo Nextstop wajjin hojjetaa turetti barnoota galgalaa fi torban boqonnaatiin (Sanbatduraa fi Sanbata Guddaa) lakaddeessuu/coding barate. Achumaan mosaajii marsariitii irratti dalagu weebaapi 'Burbn' jedhamu hojjete. Mosaajiin 'Burbn' kun fayyadamtootni seenuun karooraa fi suurota isaanii achirratti dhoobuuf isaan dandeessisaa ture. Yeroo sanatti mosaajonni iddoo irratti hundaa'an(gaafa waan tokko dhooban iddoo wajjin argachuu kan nama dandeessisan/location sharing) baay'ee yoo turaniyyuu kan 'Burbin' hojjete kun suuraa dhoobuu dandeessisuun isaa adda isa gochuun namni akka jallatu taasise. Kanaan utuu jiruu Siistiroom Bitootessa 2010 gaaf tokkoo sagantaa bashannanaa Siliiken Vaaliitti/at Silikon Valley qophaa'e hirmaachuuf deeme. Siistiroom sagantaa bashannanaa sana irratti dureeyyota gurguddoo lama, Beezilin Venchers fi Andireesen Hoorooz jedhaman argatee waa'ee mosaajii isaa kana gaafa itti himu yeroo biraa mana bunaatti wal arganii waa'ee mosaajii kanaa bal'inaan akka haasa'aniif isa beellaman. Sana booda al tokko wal arganii erga haasa'aniin booda Siistiroom hojii isa qacaramee hojjetu addaan kutee 'Burbn' irratti xiyyeeffachuu murteesse; torban lama gidduuttis fandii doolaara Amerikaa 500,000 ol ta'u namoota kana lamaan irraa argate. Maallaqni kunis akka inni gareewwan namoota isaa wajjin hojii kana adeemsisuu danda'an ijaaruuf isa gargaare. Namni dursee garee isaa kanatti dabalame dargaggeessa umurii 25 Siistiroomii wajjin yuuniversiitiima Istaanfoordirraa eebbifaman, hojiiwwan injiineriingii garaagaraa keessatti hirmaatee fi saxaxeessaa/designer miidiyaa hawaasaa Meebo ture, dargaggeessa Kiriiger jedhamu ture. Dargaggoonni kun mooraa yuuniversiitiitti wal beeku turan. Kiriigeriin erga dabalateen booda akkamitti qabiyyee suuraa miidiyaa hawaasaa 'Burbn' guddisna kan jedhu irratti qorannoo baay'ee adeemsise. Xiqqoo turanii amaloota suuraa jaalachuu/liking fi yaada itti kennuu/commenting itti dabalan. Ji'a lama booda hiriyoota isaaniif kennuun miidiyaa hawaasaa kana akka sakatta'anii fi gulaalaniif gaafatan. Kanumaan mosajiin bilbila iOS irratti hojjetu Onkoloolessa 6 | 2010 hojiirra ooluun gaafasuma fayyadmtoota 25,000 ol argatan. Woow nama jechisiisa dhugaa👏👏👏. Torban tokko gidduutti 'Burbn', maqaa isaa Inistaagramiitti jijjiiruun naannoo walakkaa ji'a Muddeetti namotni kitila 1/ 1million ta'an mosaajii kana bilbila isaanii irratti fe'atan. Hammuma fayyadamtootni dabalaa adeeman investerootni Inistaagiramii irratti hojjechuuf wal saamuutti ka'an. Investerri Kaappiitaal jedhamu doolaara kitila 25'n keessa seene. Kana booda kaampaanonni akka Fuula kitaabaa/Feesbuukii fi Tiwiiterii dheebuu misooma kubbaaniyaa kanaa qabaachaa dhufan. @yerooteek 👇 itti fufee.... 👇

ysight
3 072
Jaarraan sabaa-himaalee hawaasaa yookiin miidiyaalee hawaasaa gara jaarraa Interneeta Wantootaatti/Internet Of Things (IOT) u
+1
Jaarraan sabaa-himaalee hawaasaa yookiin miidiyaalee hawaasaa gara jaarraa Interneeta Wantootaatti/Internet Of Things (IOT) utuu hin jijjiiramin dura, Onkoloolessa 6/2010, waggaa 10 Jimaata darbee ture addunyaaf kan dhalate miidiyaan Inistaagiramii/Instagram jedhamu. Inistaagiramiin akkamitti jalqabe, eenyuun jalqabe, har'awoo kan eenyuuti, maalirra jira? Bor ganama Yeroo Teek @yerooteek irratti nu eegaa! Halkan gaarii🙏 @yerooteek Yeroo Teek Keessani✌️

ysight
3 072
Jecha darbii #password Wi-Fi ollaa keessanii sana wallaaltanii birrii keessanii wajjin rakkachaa jirtuu😉? Misraachoo har'aa booda rakkoon jecha darbii raawwatee isin hin mudatu; qoma keessan dhiibdanii Wi-Fi abbaa barbaaddanii fayyadamuu dandeessu😎😎😎. Akkamitti🤔? Kunooti 👇 👇 👇 dubbisaa Wi-Fi'dhaan qaxaqqaxaa oolaa😂 Nagaa koo hin daganne; Yooyyaa, akkam turtan warra Yeroo Teek? Torban keessan akkam ture? Har'a mosaajii bilbila andirooyidii fi iOS irratti hojjetu tokkoonan wal isin barsiisa. Mosaajiin kun jecha darbii Wi-Fi tokkoo hatuun Wi-Fi'chi jecha darbii utuu nu hin gaafatin bilisaan akka hojjetu nu gargaara. Mosaajiin kun WPSApp jedhama. Google play yookiin Play Store irra seentanii akka fe'attan isin gorsaa, warri sana gochuu hin dandeenye immoo kunoo 👇 buufadhaatii fe'adhaa. @yerooteek Akkaataa fayyadama WPSApp; 1. Mosaajii kana Google Play, Play Store, yookiin asirraa buufachuun fe'adhaa 2. Mosajicha banuudhaan mallattoo kana 🔄, gararraa karaa harka mirgaa jiru tuquun Wi-Fi n banamee jiru isiniif seena 3. Wi-Fi dhufe irratti cuqaasuun 'CONNECT WITH PIN' kan jedhu gadi qabaa 4. Sanduuqa 'Try with all pins' jedhu keessatti erga soroorsitanii, 'CONNECT (Root/No root)' jedhaanii 👉Qalbeeffadhaa: Root yoo filattan jecha darbii Wi-Fi sanaa isinitti argisiisee wal quunnamsiisa, No root'n garuu jecha darbii utuu isinitti hin argisiisin wal quunnamsiisa. 5. Amma miilla keessan walirra naqattanii Wi-Fi abbaa feetanii fayyadamuu dandeessu😂 Galatoomaa🙏 @yerooteek Guuboo Jechootaa 👉Hatuu - Hack 👉Sanduuqa sororaa - Check box Yeroo Teek Keessani✌️ @yerooteek

ysight
3 072
Waraana naannoo Tigraay keessatti deemaa jiru irratti WBOn irratti hirmaataara jetti worri nafxenyaa . Jaal Marroon gama isaatiin akkas jechuun deebise

ysight
3 072
#Oduu_Ammee Wal rukuttaa Tigraay fi Motummaa Bilxiginnaa Giddutti Walumaa Galatti Lubbun Namoota....seamore

ysight
3 072
#Oduu_Ammee Wal rukuttaa Tigraay fi Motummaa Bilxiginnaa Giddutti Walumaa Galatti Lubbun Namoota....seamore

ysight
3 072
#Oduu_Ammee Wal rukuttaa Tigraay fi Motummaa Bilxiginnaa Giddutti Walumaa Galatti Lubbun Namoota....seamore

ysight
3 072
Haati warraa Artist Hacaalu Hundessaa Addee Faantu damiso waa'ee Hacaalu irraa waan dubatte qabdi Video Play tuqun Daawadhaa
Haati warraa Artist Hacaalu Hundessaa Addee Faantu damiso waa'ee Hacaalu irraa waan dubatte qabdi Video Play tuqun Daawadhaa

ysight
3 072
✅ Ani Maqaan kiyya Selaam jedhama kana jiraadhu magaalaa Adaamaa keessa ani Fiilmii walquunamtii saalaa Hojjadha Channel tele
✅ Ani Maqaan kiyya Selaam jedhama kana jiraadhu magaalaa Adaamaa keessa ani Fiilmii walquunamtii saalaa Hojjadha Channel telegram mataa kiyyaa irratti suuraa fi viidiyoowwan sexy gadi lakkiseera hordoftoota 30,000 argadheera 👙💋👄 SEX ani hojjedhe argachuuf saanduqa gadiitti argamu OPEN YKN JOIN duwwa cuqaasun argatu 👇👇

ysight
3 072
#Oduu_Ammee Wal rukuttaa Tigraay fi Motummaa Bilxiginnaa Giddutti Walumaa Galatti Lubbun Namoota....seamore

ysight
3 072
Haati warraa Artist Hacaalu Hundessaa Addee Faantu damiso waa'ee Hacaalu irraa waan dubatte qabdi Video Play tuqun Daawadhaa
Haati warraa Artist Hacaalu Hundessaa Addee Faantu damiso waa'ee Hacaalu irraa waan dubatte qabdi Video Play tuqun Daawadhaa

ysight
3 072
Waraana naannoo Tigraay keessatti deemaa jiru irratti WBOn irratti hirmaataara jetti worri nafxenyaa . Jaal Marroon gama isaatiin akkas jechuun deebise

ysight
3 072
#Oduu_Ammee Wal rukuttaa Tigraay fi Motummaa Bilxiginnaa Giddutti Walumaa Galatti Lubbun Namoota....seamore

ysight
3 072
Ministerii barnoota bara barnotaa dhufuu fi kan baranaa bakka tokkottii waliittii fidee waan dhogoo yaada jiruu beeksisee jir
Ministerii barnoota bara barnotaa dhufuu fi kan baranaa bakka tokkottii waliittii fidee waan dhogoo yaada jiruu beeksisee jiraa. Beeksisichaa guutu isaa dubbisuuf #JOIN gadii xuuqaa.

ysight
3 072
#Oduu_Ammee Wal rukuttaa Tigraay fi Motummaa Bilxiginnaa Giddutti Walumaa Galatti Lubbun Namoota....seamore

ysight
3 072
#Oduu_Ammee Wal rukuttaa Tigraay fi Motummaa Bilxiginnaa Giddutti Walumaa Galatti Lubbun Namoota....seamore