cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Oro Bible ๐Ÿ“ก๐Ÿ“ข๐ŸŽค

๐๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐“๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฌ ๐๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐š๐๐ฎ๐ฌ ๐”๐ฅ๐Ÿ๐ข๐ง๐š ๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š ๐ค๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ ๐ˆ๐ง๐ง๐ข ๐–๐š๐š๐ง ๐‡๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐š๐š ๐ค๐จ๐จ๐ญ๐ข

Show more
FinlandThe language is not specifiedReligion & Spirituality
Advertising posts
216
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

ยฒโด Eegduun sunis ajaja akkanaa fudhatee, kutaa mana hidhaa isa gara keessaatti isaan galchee, miilla isaaniis jirma ulfaataa lama gidduutti jabeessee hidhe. ยฒโต Gara halkan walakkaatti Phaawulosii fi Siilaas Waaqayyoon kadhatanii faarfatan; warri hidhaman immoo isaan in dhaggeeffatu turan. ยฒโถ Dingatas hamma hundeen manicha hidhaa raafamutti socho'i lafaa guddaan ta'e; achumaan balbaloonni manicha hidhaa hundinuu banamanii, hidhaan warra hidhamanii hundinuus in hiikaman. ยฒโท Namichi mana hidhaa eegu sun wareeree hirribaa dammaqee, balbaloonni mana hidhaa banamuu yommuu argee, warri hidhaman waan sokkan se'e; kanaafis billaa isaa luqqifatee of ajjeesuu barbaade. ยฒโธ Phaawulos garuu sagalee guddaadhaan, "Waa of hin godhin! Nuyi hundumti keenya as jirra" jedhee itti iyye. ยฒโน Inni mana hidhaa eegu sun ibsaa waammatee ol fiigee, rom'aa miilla Phaawulosii fi Siilaasitti kufe. ยณโฐ Gadis isaan baasee, "Ani akkan fayyuuf maal gochuutu anaaf ta'a? gooftolii ko" jedhee isaan gaafate. ยณยน Isaan immoo, "Gooftaa Yesusitti amani, ati in fayyitaa, Maatiin kees in fayyu" jedhanii deebisaniif. ยณยฒ Isaan dubbii gooftaa namichatti, warra mana isaa keessa jiran hundumaattis in himan. ยณยณ Halkanuma sanas ofitti isaan fuudhee madaa isaanii irraa dhiqe; inni yeroodhuma sanatti nama isaa hundumaa wajjin in cuuphame. ยณโด Phaawulosii fi Siilaasin mana isaatti geessee, nyaata isaaniif dhi'eessisiise; inni nama isaa wajjin Waaqayyotti waan amaneef, guddaa in gammade. ยณโต Lafti bariinaan ajajjuun warra Roomaa, "Jara sana gad dhiisi!" jedhanii namicha mana hidhaa eegutti akka himaniif itti ergan. ยณโถ Kana irratti namichi, "Ajajjuun warra Roomaa akka gad dhiifamtaniif nutti erganiiru; kanaafis amma gad ba'aatii karaa nagaa adeemaa!" jedhee, kana Phaawulositti beeksise. ยณโท Phaawulos garuu, "Jarri kun nuyi warra Roomaa taanee utuma jirruu, firdii malee mul'inatti nu reebanii mana hidhaatti nu galchan; amma immoo dhoksaatti gad nu baasuu? Kun hin ta'u, isaanumti ofii isaanii dhufanii nu haa geggeessan malee" jedhe. ยณโธ Warri ergamanis yommus, dubbii kana ajajjoota warra Roomaatti in himan; ajajjoonni warra Roomaa Phaawulosii fi Siilaas warra Roomaa ta'uu isaanii yommuu dhaga'an in sodaatan. ยณโน Kanaafis dhaqanii isaan sossobatan; takka isaan geggeessanii mandara isaaniitii akka ba'aniif isaan in kadhatan. โดโฐ Phaawulosii fi Siilaas mana hidhaatii erga ba'anii, mana Liidiyaa dhaqan; obbolootas arganii, dubbii jajjabinaatiin isaan gorsanii, achii adeeman. ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...
#๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข_๐„๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐š. 16รท ยน Phaawulos karaa isaa itti fufee mandara Derbee dhaqee, mandara Lisxiraattis darbe. Achi immoo Ximotewos kan jedhamu dargaggeessi amane tokko ture; haati isaa Yihudii wangeelatti amantee dha, abbaan isaa immoo Giriikii dha. ยฒ Ximotewos amantoota Lisxiraadhaa fi Iqoniiyum jiran biratti maqaa gaarii qaba ture. ยณ Phaawulos akka Ximotewos isa duukaa adeemu barbaadee, dhagna isa qabsiise. Kana gochuun isaas, Yihudoonni naannoo sana jiraatan hundinuu abbaan isaa nama Giriikii ta'uu isaa beeku waan turaniif. โด Kana booddees Phaawulosfaa karaa irra bu'an; seerrata ergamoonnii fi jaarsoliin Yerusaalem irratti walii galan, mandara keessa darban hundumaan ga'anii, akka eeganiifis isaan gorsan. โต Waldoonni kristiyaanaas amantichatti in cimu, lakkoobsaanis guyyaa guyyaatti in guddatu turan. โ€ฆ โถ Hafuurri qulqulluun kutaa biyya Asiyaatti dubbicha lallabuu waan isaan dhowweef, kutaa biyya Firiigiyaatii fi Galaatiyaa gidduu darban. โท Fuullee kutaa biyya Miisiyaas ga'anii kutaa biyya Bitiiniyaa dhaquu yaalan; hafuurri Yesus garuu achi dhaquu isaanii hin jaallanne. โธ Kanaaf kutaa biyya Miisiyaas keessa darbanii, Xiro'aasitti gad bu'an. โน Phaawulos halkan sanatti nama Maqedooniyaa tokko mul'atatti arge; namichi dhaabatee, "Maqedooniyaatti ce'ii, nu gargaari!" jedhee isa kadhate. ยนโฐ Akkuma inni mul'aticha argeen, Waaqayyo akka wangeela isaaniif lallabnuuf nu waamuu isaa ti, jennee waan fudhanneef, achumaan biyya Maqedooniyaatti ce'uu abballe. โ€ฆ ยนยน Mandara Xiro'aasii markaba yaabbanne, kallattiidhaan Saamotraaqee biyya bishaan keessaa dhaqne; borumtaas mandara Ne'apholiisitti darbine. ยนยฒ Achii immoo mandara Filiphisiiyus geenye; isheen kutaa biyya Maqedooniyaa keessaa mandara beekamtu tokko turte, qabiyyee warra Roomaatis. Nuyi mandara kana keessa takka bubbulle. ยนยณ Guyyaa Sanbataatti immoo mandaricha keessaa baanee, gara qarqara lagaa, iddoo itti Yihudoonni kadhataaf walitti in qabamu seene, dhaqne; teenyees dubartoota achitti walitti qabamanitti dubbanne. ยนโด Dubartiin uffata calaqqisaa gati-jabeessa gurgurtu, mandara Tiyaatiraatii kan dhufte, amantii warra Yihudootaas kan fudhatte tokko, achi turte; maqaan ishees Liidiyaa in jedhama. Gooftaan gurra qalbii ishee baneefii waan tureef, isheen waan Phaawulos dubbate dhimmitee dhaggeeffatte. ยนโต Isheen, warri mana ishee hundinuus in cuuphaman; ergasiis, "Gooftaatti amanuu koo yoo fudhattan, mana koo kottaa na biras buufadhaa!" jettee nu waamtee, akka nuyi dhaqnuufis nu giddisiifte. โ€ฆ ยนโถ Gaaf tokko nuyi gara iddoo kadhataatti utuu adeemaa jirruu, xomboreen hafuura "Hooda dubbachiisu" of keessaa qabdu tokko nutti dhufte; isheen hooda dubbachuu isheetiin horii baay'ee gooftota isheetiif in galchiti turte". ยนโท Isheen, "Namoonni kun hojjetoota Waaqayyoo aabbaa ti; karaa fayyinaa isinitti in himu" jettee iyyaa Phaawulosii fi nu duukaa in adeemti turte. ยนโธ Kanas guyyaa baay'ee goote. Phaawulos garuu aaree itti garagalee hafuurichaan, "Maqaa Yesus Kristosiin akka ishee keessaa baatuuf, sin abbooma jedhe. Hafuurichi achumaan ishee keessaa ba'e. ยนโน Gooftonni xomboree kanaa garuu, abdiin horii argannaa isaanii akka cite yammuu baratan, Phaawulosii fi Siilaasin qabanii daddarbachaa gara lafa gabaatti, fuula warra biyya seerrataniitti geessan. ยฒโฐ Ergamoota sana fuula ajajjuu warra Roomaatti dhi'eessanii, "Jarreen kun mandara keenya raasaa jiru. Isaan Yihudoota, ยฒยน amala nuyi warri Roomaa fudhachuun, ittiin hojjechuunis, nuuf hin taane nu barsiisaa jiru" jedhan. ยฒยฒ Kana irratti namoonni baay'een Phaawulosii fi Siilaasiin mormuudhaaf jara kanatti dabalatan; ajajjuuwwan warra Roomaa sunis uffata isaanii irratti tarsaasanii, uleedhaan akka reebaniif abbooman. ยฒยณ Rukuttaa baay'eedhaanis erga isaan reebsisanii booddee, mana hidhaatti isaan galchisiisan; achittis jabeessee akka isaan eeguuf, eegduu mana hidhaa abbooman.
Show all...
๐Ÿ‘ 1
Ergaa #๐‘ฌ๐’‡๐’†๐’”๐’๐’๐’_1รท ยน Ani Phaawulos fedha Waaqayyootiin ergamaa Kristos Yesus kanan ta'e, warra Kristos Yesusitti amananii, Waaqayyoof qulqullaa'anii mandara Efesoon jiraataniif kana caafuukoo ti. ยฒ Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! โ€ฆ ยณ Waaqayyoof, abbaa gooftaa, keenyaa Yesus Kristos isa karaa Kristos eebba hafuuraa hundumaan, waan waaqa irraatiinis nu eebbiseef galanni haa ta'u! โด Inni uumamuu biyya lafaa dura iyyuu warra qulqullaa'an, warra isa duratti mudaa hin qabne akka taanuuf, jaalalaan karaa Kristos nu fo'ateera. โต Waaqayyo, karaa Yesus Kristos ilmaan isaa taanee akka guddifamnuuf, akka fedha isaa isa gaariitti yaadaan nuuf qabeera. โถ Kunis guddina ayyaana isaa, isa inni ilma isaa isa jaallatamaadhaan nutti tolee nuuf kenne in galateeffachiisa. โท Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna. โธ Ayyaanni inni ogummaa isaa fi hubannaa isaa hundumaan nu irratti dhangalaase baay'ee dha. โน Waaqayyo waan isatti gaarii fakkaate karaa Kristos itti yaadee of dura kaa'atee ture ammas dhoksaan fedha isaa kun nu biratti akka beekarnu godhe. ยนโฐ Barri murame yeroo guututti, Waaqayyo akka ittiin fayyisuuf akeeketti, wanta bantii waaqaa keessa, wanta lafa irra jiru, wanta hundumaas harka Kristos jalatti walitti in qaba. ยนยน Waaqayyo wanti hundinuu akka akeeka isaatii fi akka fedha isaatiitti akka ta'u in godha; nus immoo akka inni yaadee qopheessee of duraa qabuutti, karaa Kristos fo'amneerra. ยนยฒ Nuyi warri duraan dursinee Kristosin abdii godhanne, ulfina isaatiif galata akka taanuuf nu fo'ate. ยนยณ Isinis immoo ergaa dhugaa, wangeela fayyina keessanii karaa isaa dhageessan; isin warri dhageessanii itti amantan, hafuura qulqulluu isa abdachiifameen mallateeffamtaniittu. ยนโด Hafuurri qulqulluun immoo warri kan Waaqayyoo ta'an galata ulfina isaatiif yeroo furamanitti wanta nuyi argachuuf jirruuf qabdii keenya. โ€ฆ ยนโต Ammas ani gooftaa Yesusitti amanuu keessan warra Waaqayyoof qulqullaa'an jaallachuu keessanis dhaga'eera. ยนโถ Waa'ee keessaniif Waaqayyoon galateeffachuu, kadhata koo keessattis isin yaadachuu hin dhiifne. ยนโท Waaqayyo gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaan ulfinaa hafuuraa ogeessota isin godhu, Waaqayyoon beekuus isa isinitti mul'isu, akka isiniif kennuuf nan kadhadha. ยนโธ Waamichi isaa abdii maalii akka of keessaa qabu, ulfinni warri Waaqayyoof qulqullaa'an itti darbanii argachuuf jiranis badhaadhummaan isaa maal akka ta'e beekuudhaaf, ija qalbii keessanii akka isiniif ibsuuf kadhata koo ti. ยนโน Kunis nuyi warra amanneef humni isaa safara malee guddaa akka ta'e, aangoon isaa inni jabaanis nu gidduutti akka hojjetu akka beektaniif ture. ยฒโฐ Inni hojii aangoo isaa kanaan Kristosin warra du'an keessaa kaasee, waaqa irrattis gara mirga ofii isaatii isa teessise. ยฒยน Gooftummaa, aboo, humna, mootumma hamma jiru hundumaa, bara kanatti, bara dhufuttis waanuma maqaa dha'uun danda'amu gararraa isa oolche. ยฒยฒ Waaqayyo waan hundumaa miilla Kristos jala kaa'e; goofticha waan hundumaa gararraa jiru kanas waldaa kristiyaanaatiif mataa godhee kenne. ยฒยณ Waldaan kristiyaanaa dhagna Kristos; inni waan hundumaa karaa hundumaan guutu, guutummaa isaatti dhagna isaa kanatti in jiraata. ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. Nu Quunamuuf @Ebbifi #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...
๐Ÿ‘ 1
#๐€๐ฆ๐š๐ง๐ญ๐ข๐ข๐๐ก๐š๐š๐ง_๐Š๐š๐ญ๐š๐š_๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ_๐€๐ซ๐š๐š๐ซ๐š๐ฆ๐ง๐ž. 2๐‘ธ๐’๐’“, 5รท ยน Godoon jireenya keenyaa, [kana jechuunis dhagni keenya,] lafa kana irraa yoo jige, ijaarsa harki namaa hin ijaarin, mana bara baraan bantii waaqaa keessa jiraatu, Waaqayyo biraa akka qabnu in beekna. ยฒ Isa ammaa kana keessatti baay'ifnee in aadna, mana keenya isa waaqa irraas irrumatti dabalachuudhaaf in hawwina. ยณ Irratti dabalachuun keenyas isa duraa of irraa baafuee qullaa keenya akka hin argamneef; โด godoo keenya isa kana keessa lafa irra yeroo jiraannu, ba'aan nutti ulfaatee in aadna; kunis mana keenya isa waaqa irraa isuma kana irratti dabalachuudhaaf, kanaanis inni du'u jireenyaan akka liqimfamuuf malee, nuyi godoo keenya kana of irraa baasuu waan barbaanneef miti. โต Inni akeeka kanaaf nu qopheessu immoo, Waaqayyo isa hafuura isaa qabsiisa nuuf kennee dha. โถ Kanaaf nuyi yeroo hundumaa ijajabina qabna; mana dhagna keenyaa keessa hamma jirrutti, mana gooftaa irraa fagaannee jiraachuu keenya in beekna. โท Nuyi amantiidhaan jiraanna malee, waan hundumaa ijaan arguudhaan jiraanna miti. โธ Nuyi ija jabina qabna; mana dhagna keenyaa kana irraas fagaannee, mana keenyatti gooftaa bira jiraachuun nuuf in wayya. โน Egaa mana dhagna keenyaa keessa jiraannus isa irraa fagaannus, gooftaa biratti fudhatamoo akka taanuuf in dhimmina. ยนโฐ Namni adduma addaan dhagna isaa kanatti utuu jiruu gaariis ta'e hamaas ta'e, akkuma hojjetetti waan isaaf ta'u akka argatuuf, nuyi hundumti keenya barcuma firdii Kristos duratti dhi'aachuuf jirra. ยนยน Kanaafis nuyi goofticha sodaachuun maal akka ta'e beeknee, namooni kana tole jedhanii akka fudhatan in goona. Nuyi maal akka taane immoo Waaqayyo biratti beekamaa dha; yaada garaa keessaniitti beekamaa akka ta'es nan abdadha. ยนยฒ Nuyi lammaffaa deebinee isinitti of dhi'eeffachuudhaaf miti; nuun akka of jajjaniif sababii isiniif in kennina; yoos warra keessa isaaniitiin utuu hin ta'in waan duubaan mul'atuun of jajaniif deebii kennuufii in dandeessu. ยนยณ Nuyi yoo qalbii dabarsine, Waaqayyoof qalbii dabarsine; qalbiin keenya guutuu yoo ta'e immoo isiniif qalbiin keenya guutuu ta'a. ยนโด Namni tokko hundumaaf akka du'e, kanaanis namoonni hundinuu du'uu isaanii amannee waan fudhanneef, jaaialli Kirists nu qaba. ยนโต Egaa warri jiraatan si'achi isa isaaniif jedhee du'ee, du'aa kaafameef malee, ofii isaaniitiif akka hin jiraannetti, inni hundumaaf du'eera. ยนโถ Egaa nuyi ammaa jalqabnee, eenyuun illee akka alaan ilaalamutti hedanna miti; Kristosin iyyuu akka alaan ilaalamutti hedanne yoo ta'e, si'achi akkasitti isa hin hedannu. ยนโท Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera. ยนโธ Kun hundumtuu Waaqayyo isa karaa Kristos ofitti nu araarse biraa ta'e; inni hojii araarsuu isaa kanas namootatti akka dabarsinuuf nuuf kenne. ยนโน Kunis,Waaqayyo irra-daddarbaa namootaa itti lakkaa'uu dhiisee, karaa Kristos biyya lafaa ofitti araarse jechuu dha; ergaa araara isaa kana immoo hadaraa nutti kenne. ยฒโฐ Egaa nuyi afaan Kristos taanee ergamneerra; Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata; "Waaqayyotti araaramaa!" jennee qooda Kristos taanee isin in kadhanna, ยฒยน Isa cubbuu tokko illee hin qabne, nuyi karaa isaa qajeelina Waaqayyoo akka argannutti, nuuf jedhee cubbamaal isa godheera. ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. Nu Quunnamuuf @Ebbifi #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...
#๐–๐š๐š๐ช๐š๐ฒ๐ฒ๐จ_๐€๐œ๐ก๐ฎ๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ข_๐’๐ข๐Ÿ_๐ƒ๐ก๐ฎ๐Ÿ๐š_๐Ž๐›๐ฌ๐š๐š๐ง_๐„๐ž๐ ๐ข. Seena gabaaba kana irra dhaabbadhee waa sinif qoodu dhufeen jira obsaan hanga tuqaa(.) dhumaatti dubbisaa. #๐‘บ๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘ต๐‘ฐ๐‘ช๐‘ฏ๐‘ฐ_๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘บ_๐‘ป๐‘ผ๐‘น๐‘ฌ. โ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽ Guyyaa tokko Yesus ayyaana warra #Yihudotaa tokkon irraatti, #Yerusaalemitti ol ba'e. "Karra hoolaa" isa jedhamu cinaa isa masaraa mandara Yerusaalemitti galchu bukkeedhaan bishaan kuufamaan, afaan Ibraayisxiitti "#Betzataa" jedhamu tokko ture; bishaan sana bira godoo babal'aa (Dhukubsattotni keessa Ciisan) shan (5)tu ture. Namoonni dhukkubsatan baay'een, warri jaaman, warri naafatan, warri dhagni isaanii gar tokko du'es godoota sana keessa ciisanii, Raafamuu bishaanichaa in eeggatu turan. Ergamaan Waaqayyoo yeroo yerootti golba bishaanichaa keessa lixee isa in raasa; raafamuu isaa booddee namni dura bishaanicha keessa lixe dhukkuba isa kamittii iyyuu in fayya ture. Namni waggaa soddomii saddeet dhukkubsate tokko achi ture. Yesus yommuu namicha dhukkubsatee ciisu sana arge, yeroo dheeraa hammana ga'u dhukkubsachuu isaa erga beekee, "Fayyuu barbaaddaa?" jedhee isa gaafate. Namichi dhukkubsataan sun, "Gooftaa, bishaanichi yommuu raafamu kuufama bishaanichaa keessa nama na buusu hin qabu; ofii kootii immoo utuu ani itti rakkadhuu, namni biraa na dura keessa lixa" jedhee deebiseef. Yesus immoo, "Ka'i, siree kee fudhadhuutii adeemi!" ittiin jedhe. Namichis achumaan fayyee, siree isaa fudhatee achii adeeme; guyyaan namichi kun fayye guyyaa Sanbataa ture. Yommus warri Yihudootaa namicha fayye sanaan, "Har'i Sanbata, siree baachuu seerri si dhowwa" jedhan. Inni garuu deebisee, "Namicha isa ana fayyisetu, 'Siree kee fudhadhuutii adeemi!' anaan jedhe" isaaniin jedhe. Isaan immoo, "Eenyu namichi, 'Siree kee fudhadhuutii adeemi' jedhee sitti hime?" jedhanii isa gaafatan. Jedha. Seena Kana Kutaa #Macaafa_Qulqulluu ๐’€๐’๐’‰. 5:1-12 irraa argachu dandeessu. Egaa Yaa Obboleessa koo asirraa waan tokko akka hubattettu hin shakku. Akka hubannaa kootti Osoo namichi, namni qabee keessa na buusu hin jiru waan ta'eef asii na kaasa jedheera ta'e inni #Yesus hin argu ture. garuu kunoo obsee waan eeggateef Haalota fi Seera biyya lafa inni dacheetti dabalu Yesus dhufeefi Guyyaa biyyi lafaa fayyu miti, Siree baachun hin dandaa'amu jettu keessatti dhufee isa fayyisee seenan isaa hamma hardhaatti waan ulfinni ilma Waaqayyoo Yesus Kiristos karaa isaa mul'ate darbee dhalootatti lalabamaa jira. Obsii Guyyaa Waaqayyoo eeggadhu. Obsuun Abdii fida, Abdiin Amantiin gaggeefamanii Yesus Eeggachuudha. ๐˜oo Obsaan Guyyaa Waaqayyoo eeggatte. 1). ๐‘ฏ๐’‚๐’‚๐’๐’‚ ๐’ƒ๐’Š๐’š๐’š๐’Š ๐’๐’‚๐’‡๐’‚๐’‚ ๐’”๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’•๐’•๐’† ๐‘ช๐’‚๐’ƒ๐’”๐’† ๐‘ผ๐’๐’‡๐’Š๐’๐’‚ ๐’Š๐’”๐’‚๐’‚ ๐’Œ๐’‚๐’“๐’‚๐’‚๐’Œ๐’†๐’† ๐’…๐’‰๐’‚๐’๐’๐’๐’•๐’‚๐’•๐’•๐’Š ๐’Ž๐’–๐’'๐’‚๐’•๐’‚. Yoh, 6:10 2). ๐‘ฏ๐’Š๐’…๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’Œ๐’†๐’† ๐’‰๐’Š๐’Š๐’Œ๐’† ๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’๐’•๐’‚ ๐’ƒ๐’Š๐’š๐’š๐’‚ ๐’๐’‚๐’‡๐’‚๐’‚๐’‡ ๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’‡๐’‡๐’Š ๐’•๐’‚๐’‚๐’”๐’Š๐’”๐’‚. Yoh, 9:8-9 3). ๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’ ๐’Œ๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚ ๐’”๐’Š ๐’…๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’“๐’”๐’†๐’† ๐’Š๐’•๐’•๐’Š๐’ ๐’–๐’๐’‡๐’‚๐’‚๐’•๐’† ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’” ๐’๐’‚๐’Ž๐’‚ ๐‘บ๐’†๐’†๐’๐’‚ ๐’‹๐’Š๐’“๐’‚๐’‚๐’•๐’‚ ๐’’๐’‚๐’ƒ๐’– ๐’•๐’‚๐’‚๐’”๐’Š๐’”๐’‚ ๐’Ž๐’‚๐’๐’†๐’† ๐’“๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’– ๐’”๐’Š๐’•๐’•๐’Š ๐’‡๐’Š๐’…๐’–๐’– ๐’…๐’‰๐’Š๐’Š๐’”๐’‚ ๐’Ž๐’Š๐’•๐’Š. HoE, 12:1-16 4). ๐‘ฎ๐’‚๐’๐’ˆ๐’‚๐’๐’๐’Š ๐’Œ๐’†๐’† ๐‘ด๐’Š๐’๐’Œ๐’Š๐’Š ๐’‡๐’Š ๐‘ด๐’๐’'๐’Š๐’„๐’‰๐’‚๐’ ๐’Œ๐’‚๐’ ๐’ˆ๐’–๐’–๐’•๐’† ๐’•๐’‚'๐’‚ Iyo,42:12 Kanuma qofaa yoo jenne nu ga'a jedheen Yaada. #Xumureera Hanga Xumuraatti waan dubbiftaniif Galatooma. Ayyaanni Waaqayyo isiniif Haa baayyatu Hiriyyoota keessanif #Share godha darbaa Adaraadha. Obboleessa keessan @Ebbifi irraa. ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. Nu Quunnamuf @Ebbifi #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...
๐Ÿ‘ 1
๐ƒ๐ก๐š๐ช๐ง๐š ๐ƒ๐ฎ'๐š๐š ๐Š๐š'๐ฎ๐ฎ. 1๐‘ธ๐’๐’“. 15รท ยณโต Namoonni tokko tokko, "Warri du'an attamitti kaafamu? Yommuu argaman dhagni isaanii maal fakkaata?" jedhanii in gaafatu ta'a. ยณโถ Ati gowwaa nana! Wanti ati facaaftu sun ofii isaatii yoo du'e malee, biqilee jiraachuu hin danda'u. ยณโท Sanyiin qamadii yookiis midhaan kan biraa, inni ati facaaftu miciree isaa duwwaa dha malee, dhagna biqiltuu isaa isa argamuuf jiru miti. ยณโธ Waaqayyo garuu akka jaallatetti dhagna in kennaaf tokkon tokkon isaatiif akka akaakuu sanyichaatti dhagna addaa in kennaaf. ยณโน Foon hundinuu akaakuu tokko miti; foon namootaa akaakuu tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti. โดโฐ Dhagni warra waaqa irraa jira, dhagni warra lafa irraas jira; ulfinni warra waaqa irraa tokko, ulfinni warra lafa irraa tokko. โดยน Calaqqifni aduu kan biraa ti, calaqqifni ji'aa kan biraa ti; calaqqifni urjootaa kan biraa ti; calaqqifni unjii tokkoo calaqqisa urjii isa kaaniittii gargar. โดยฒ Ka'uun warra du'aniis akkasuma ta'uuf jira; wanta badutu awwaalama, wanta hin badnetu kaafama; โดยณ gad deebiidhaan in awwaalama, ulfinaan in kaafama; dadhabbiidhaan in awwaalama, humnaanis in kaafama. " โดโด Dhagna fooniitu awwaalama, dhagna hafuuraatu kaafama; dhagni foonii erga jiraatee, dhagni hafuuraas immoo jira. โดโต Caaffanni qulqullaa'aan, "Addaam inni duraa foon lubbuu qabu ta'e; Addaam inni lammaffaan immoo hafuura jireenya kennu ta'e" jedha. โดโถ Dhagna fooniitu dura bu'e malee, dhagna hafuuraa miti; kana booddee dhagna hafuuraatu argame. โดโท Namichi inni duraa biyyoo irraa waan numameef, nama biyya lafaati; namichi inni lammaffaan immoo nama waaqa irraa ti. โดโธ Warri biyya lafaa akka namicha biyya lafaa sanaa ti; warri biyya waaqaa akka namicha waaqa irraa sanaa ti. โดโน Bifa namicha isa biyya lafaa akka fudhanne akkasuma immoo bifa namicha isa waaqa irraa fudhachuuf jirra. โตโฐ Obboloota ko, namni foonii fi dhiigaan mootummaa Waaqayyootti galuu yookiis wanti badu wanta hin badne keessaa hirmaachuu, akka hin dandeenye isinittan hima. โตยน Nuyi hundumti keenya in geddaramna malee, hin duunu; dhoksaan ani isinitti himuuf jedhes isa kana. โตยฒ Malakanni inni dhumaa yommuu afuufamu, battala liphsuu ijaatti in geddaramna; malakanni in afuufama, warii du'an immoo bifa hin badneen in kaafamu. โตยณ Wanti hin badne, iddoo wanta badu kanaa, wanti hin duune iddoo wanta du'u kanaa bu'uutu ta'a . โตโด Wanti hin badne iddoo wanta badu kanaa yommuu bu'u, wanti hin duunes iddoo wanta du'u kanaa yommuu bu'u, inni, "Duuni badduu ba'e, mo'ichi argameera" โตโต ammas immoo, "Mo'ichi kee meerree, yaa du'aa? Arfiin kees meerree yaa du'aa?" jedhamee caafame fiixaan ba'eera. โตโถ Arfiin du'atti nama oofu cubbuu dha; cubbuu kan humna godhachiisus seera. โตโท Waaqayyo isa karaa gooftaa keenya Yesus Kristos mo'icha nuuf kennuuf immoo galanni haa ta'u . โตโธ Jaallatamoo obboloota ko, egaa utuu hin socho'in jabaadhaatii dhaabadhaa! Itti dadhabuun keessan gooftaa biratti akkasumaan akka hin ta'in beektanii, yeroo hundumaa hojii gooftaa caalchisaa hojjedhaa! ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. Nu Quunnamuf @Ebbifi #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...
#๐๐š๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฎ_17๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š #๐’๐€๐†๐€๐‹๐„๐„_๐–๐€๐€๐๐€๐˜๐˜๐Ž_๐‡๐ˆ๐Œ๐”๐”_๐‡๐ˆ๐ ๐ƒ๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐ˆ๐. #Seena gabaaba kana irra wan gudda baratta dubbisi. ๐‘บ๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘ต๐‘ฐ๐‘ช๐‘ฏ๐‘ฐ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘บ ๐‘ป๐‘ผ๐‘น๐‘ฌ. โ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽโ–ช๏ธŽ Maanguddoo hiyyeessa tokkotu guyyaa tokko Baaburaan deema ture. Innis utuu baaburaa deemaa jiruu ol ka'ee dhaabatee Namoota waliin deemu (imaltootaan) "๐˜๐„๐’๐”๐’ ๐๐ˆ ๐ƒ๐‡๐”๐…๐€"Jedhe guddisee dubbate. Yeroo kana namoota achii keessaa dubartiin tokko Aarii guddaadhaan "Callisi gadibtaa'i waa'ee yesus hin beektu yesus ati jettu hin jiru iyyuuti" ittiin jette. Innis nahee gadi taahee, ammas waayee dhufaatii yesuus dubbachuu itti fufe. utuu dubbachaa jiruu sagaleen waaqarraa itti dubbatamee "๐˜๐„๐’๐”๐’ ๐๐ž๐ž๐›๐ข'๐ž๐ž ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐š ๐ค๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐š ๐ ๐š๐ซ๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ž๐ž๐›๐ข๐ง๐ž๐ž ๐œ๐ฎ๐›๐›๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ก๐ข๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ž ๐ข๐ฌ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐ฆ๐š๐ง๐ง๐š" jedhii ammayyuu dubbadhu ittiin jedhe. yeroo kanatti dubartiin jalqaba nama kanatti dheekkamte kun ammas ol kaatee Maanguddoo hiyyeessa kana qabde aariidhaan rukkutte. Yeroo kana mucayyoon dubartii kanaa ol kaatee "#Mommy maanguddoo hiyyeessa kana dhiisi hin rukkutiin isa waaqatuu ergee"jette. Yeroo kana dubartiin kun kaatee miila mucaasheetti kuftee boo'uutti kaate. Yeroo kana Maanguddoon sun nahee "maaliif boossa? "ittiin jedhe dubartii isa rukkutaa turte sanaan. Yeroo kana dubartiin sun akkas jettee maanguddoo kanaaf deebiste "Mucaan koo Duudaa(hin dubbattu) turte Amma Garuu dubbachuu eegalte" jeettee sagalee gammachuun deebisteef. 2๐‘ฟ๐’Š๐’Ž. 4:2 โ€œ๐‘ซ๐’–๐’ƒ๐’ƒ๐’Š๐’„๐’‰๐’‚ ๐’๐’‚๐’๐’๐’‚๐’ƒ๐’Š, "๐‘ฒ๐’–๐’ ๐’š๐’†๐’“๐’๐’๐’…๐’‰๐’‚, ๐’Œ๐’–๐’ ๐’š๐’†๐’“๐’๐’ ๐’Ž๐’Š๐’•๐’Š" ๐‘ผ๐’•๐’–๐’– ๐’‰๐’Š๐’ ๐’‹๐’†๐’…๐’‰๐’Š๐’ ๐’’๐’๐’‘๐’‰๐’‚๐’‚'๐’Š๐’Š ๐’‚๐’“๐’ˆ๐’‚๐’Ž๐’Š! ๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’‚ ๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚ ๐’Š๐’”๐’‚๐’‚ ๐’‰๐’–๐’ƒ๐’‚๐’„๐’‰๐’Š๐’Š๐’”๐’Š ๐’Š๐’‡๐’‚๐’…๐’ˆ๐’–! ๐‘ถ๐’ƒ๐’”๐’‚ ๐’‰๐’–๐’๐’…๐’–๐’Ž๐’‚๐’‚๐’ ๐’ˆ๐’๐’“๐’”๐’Š ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’Š." 1๐‘ฟ๐’Š๐’Ž. 4:13 โ€œ๐‘ฏ๐’‚๐’Ž๐’Ž๐’‚ ๐’‚๐’๐’Š ๐’‡๐’‰๐’Š๐’‡๐’–๐’•๐’•๐’Š ๐’Š๐’Ž๐’Ž๐’๐’, ๐‘ช๐’‚๐’‚๐’‡๐’‡๐’‚๐’•๐’‚ ๐’’๐’–๐’๐’’๐’–๐’๐’‚๐’‚'๐’‚๐’‚ ๐’๐’‚๐’Ž๐’๐’๐’•๐’‚๐’‚๐’‡ ๐’…๐’–๐’ƒ๐’ƒ๐’Š๐’”๐’–๐’–๐’•๐’•๐’Š, ๐’ˆ๐’๐’“๐’”๐’–๐’–๐’•๐’•๐’Š, ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’–๐’–๐’•๐’•๐’Š๐’” ๐’๐’‡ ๐’Œ๐’†๐’๐’๐’Š" #๐ƒ๐ก๐š๐š๐ฆ๐ฌ๐š Seenaa kanarraa wan guddaa hubatteta jedheen yaada. egaa Ya obbolaa koo waan seenaa kanarraa hubannu Haalli baayyee gaarii tahus, tahuu baatus dubbii waaqayyoo dubbachuurraa duubatti deebiyuu hin qabnu. Waaqayyo haala kam keessattu ni waaqeffama. Hanga Xumuraatti waan dubbiftaniif Galatooma. Ayyaanni Waaqayyo isiniif Haa baayyatu Hiriyyoota keessanif #Share godha darbaa Adaraadha. ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. Nu Quunnamuf @Ebbifi #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...
๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. Nu Quunnamuf @Ebbifi #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...
#๐Š๐ˆ๐‘๐ˆ๐’๐“๐Ž๐’๐ˆ๐“๐“๐ˆ_๐‰๐ˆ๐‘๐€๐€๐ƒ๐‡๐€ ๐‘ธ๐’๐’, 2: ยน Ani isinii fi warra Laa'odiiqeyaatiif akkasumas warra fuula koo hin argin hundumaaf attam guddisee akkan dhama'aa ture akka beektan nan barbaada. ยฒ Kana gochuun koos garaan isaanii ija jabinaan akka guutuuf jaalalaan walitti hidhamanii utuu jiranii, badhaadhummaa amansiisa guutuu qabu isa hubannaa keessaa dhufu, dhoksaa Waaqayyoo isa Kristos keessa jirus beekuu akka argataniif. ยณ Badhaadhummaan ogummaa fi beekumsaa hundinuu isa keessa dhokfamee jira. โด Kanas namni tokko illee dubbii nama wallaalchisuun akka isin hin gowwoomsineefan dubbadha. โต Fooniin yoon isin bira jiraachuu dhaabaadhe iyyuu hafuuraan isin biran jira; toora gaarii isin qabdanii fi Kristos Yesusitti amanuutti jabaachuu keessan arguutti nan gammada. โ€ฆ โถ Egaa Kristos Yesus goofticha akkuma fudhattanitti isatti jiraadhaa! โท Akkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii amantiitti dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa! โธ Namni tokko illee akka barsiisa Kristositti utuu hin ta'in, yaada mataa isaa keessaa ba'ee fi gowwoomsaa waan tokko of keessaa hin qabneen isin hin harkisin; akka barsiisa amala namaatti akka isa hafuurota bantii waaqaa keessaa biyya lafaa kana irratti humna qabu jedhamanii sodaatamaniitti isin hin booji'in; kana hundumaattiis of eeggadhaa! โน Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jiraata. ยนโฐ Isinis isuma warra bantii waaqaa keessatti gooftummaa qabanii fi aboo qaban hundumaaf mataa ta'e sanaan gara guutummaa jireenyaa dhuftaniittu. ยนยน Isinis immoo isumaan dhagna qabamtaniittu; dhagna qabaan keessan garuu isa harkaan hojjetame utuu hin ta'in, isa Kristos dhagna qabuu isaatiin namummaa foonii guutummaa isaa balleessee dha. ยนยฒ Cuuphaadhaan Kristosii wajjin awwaalamtanii hojii aangoo Waaqayyoo isa warra du'an keessaa isa kaasetti amanuu keessaniin, isinis immoo isaa wajjin du'aa kaafamtaniittu. ยนยณ Isinis irra-daddarbaa keessanii fi dhagna-qabaa dhabuu foon keessaniif hafuuraan du'oo yoo taatan iyyuu, Waaqayyo akka isin Kristosii wajjin jiraatoo taatan godheera; irra-daddarbaa keenya hundumaas nuuf dhiiseera. ยนโด Wanta nu irratti caafamee ture, isa nutti hin tolin sana, waan inni karaa seeraa nu irraa barbaaduu wajjin duguugee fannootti cinqaarsuu isaatiin iddoo isaatii balleesseera. ยนโต Fannoo sana irrattis Kristos warra qilleensa irraa gooftummaa qabanii fi humna qaban harka duwwaa hambisee bakkeetti isaan mul'isuudhaan salphisee isaan argisiise. ยนโถ Kanaafis waa'ee nyaataa fi dhugaatiitti, waa'ee guyyaa ayyaanaatti, waa'ee baatii lakkaa'uutti yookiis waa'ee Sanbata eeguutti, namni tokko illee isinitti hin faradin! ยนโท Isaan kun gaadidduu wanta dhufuuf jiru sanaa duwwaa dha; wantichi inni dhugaan garuu kan Kristos. ยนโธ Namni gad deebi'ee ergamoota waaqa irraa waaqessuu jaallatee, mul'ata arge tokko tokkoon himuudhaan sababii ga'u utuu hin qabaatin yaaduma garaa isaatiin of bokoksee, galata isin hin dhabsiisin. ยนโน Namni akkasii, Kristos mataa dhagnichaatti, isa guutummaan dhagnaa ittiin sooramee, buusaa fi ribuu isaatiinis walitti hidhamee, guddina Waaqayyo biraa argatuunis guddatu sanatti hin jabaatu. โ€ฆ ยฒโฐ Kristosii wajjin taatanii hafuurota bantii waaqaa keessaa biyya lafaa kana irratti humna qabu jedhamanii sodaataman jalaa erga duutanii immoo, maaliif akka waan amma iyyuu kan biyya lafaa taataniitti jiraattu ree? Maaliifis seerrata isaanii jala of galchitu ree? ยฒยน "Kana harkaan hin qabin, sana afaaniin hin qabin, isa kaanis hin tuqin!" in jedhu. ยฒยฒ Wanti kun hundinuu immoo ittiin hojjetamanii akka dhumaa adeemaniif hin turree ree! Akka ajaja namaa fi akka barsiisa namaattis dubbatame mitii ree? ยฒยณ Seerratoonni akkasii waaqessuu addaan ba'e irra kaa'uu isaaniitiin waan gad deebisan fakkaachuu isaaniitiin, dhagnatti hammaachuu isaaniitiin wanta ogummaa irra dhaabatan in fakkaatu; garuu gara waan gatii qabuutti utuu hin ta'in, gara hawwa foonii raawwachuutti nama in geessu.
Show all...
#๐˜๐„๐’๐”๐’ ๐๐š๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š๐Ÿ ๐Š๐š๐๐ก๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐’€๐’๐’‰. 17: ยน Dubbii kana erga dubbatee booddee, Yesus gara waaqaatti ol ilaalee, "Yaa abbaa, yerichi ga'eera, ilmi kee ulfina akka siif kennuuf, ilma kee gara ulfinaatti ol fudhadhu. ยฒ Akkuma ati foon-qabeessa hundumaa irratti aboo isaaf kennite, inni immoo warra ati isaaf kennite hundumaaf jireenya bara baraa haa kennuuf. ยณ Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti. โด Ani lafa irratti ulfina siif kenneera, hojii akka ani hojjedhuuf ati anaaf laattes raawwadheera. โต Ammas yaa abbaa, ulfina isa utuu biyyi lafaa hin uumamin ani si biratti qaba tureen, ofii kee biratti ulfina anaaf kenni! โถ "Biyya lafaa keessaa warra ati anaaf laattetti maqaa kee beeksiseera. Isaan kan kee turan, ati immoo anaaf isaan laatte; isaanis dubbii kee eeganiiru. โท Ammas wanti ati anaaf kennite hundinuu si biraa ta'uu isaa hubataniiru. โธ Dubbii ati anaaf kennite hundumaa ani immoo isaaniif kenneera. Isaanis fudhatanii, ani si biraa akkan dhufe dhuguma hubatan; akka ati na ergites amanan. โน Ani isaaniifan kadhadha, biyya lafaatiif hin kadhadhu, warra ati anaaf kenniteef malee; isaanoo kan kee ti. ยนโฐ Kan koo hundumtuu kan kee ti, kan kees kan koo ti, ulfinni koos isaaniin in mul'ata. ยนยน Ammas ani si'achi biyya lafaatti hin argamu, isaan garuu biyya lafaa keessa jiru; ani immoo gara kee nan dhufa. Yaa abbaa qulqulluu, akkuma nuyi tokko taane, warri ati anaaf kennites tokko akka ta'aniif, maqaa keetiin isaan eegi! ยนยฒ Hamma ani isaan bira turetti, humna maqaa keetii isa ati anaaf kenniteen isaan nan eege; waan hamaattii isaan eegeera, dubbiin macaafaa akka raawwatamuufis isaan keessaa ilma badiisaa malee, tokko illee kan bade hin jiru. ยนยณ Amma garuu gara kee nan dhufa, isaan immoo gammachuu koo guutummaatti akka qabaataniif, dubbii kana biyya lafaa keessatti nan dubbadha. ยนโด Ani dubbii kee isaaniif kenneera; akkuma ani kan biyya lafaa hin ta'in, isaanis kan biyya lafaa waan, hin ta'iniif, biyyi lafaa isaan jibbe"'. ยนโต Isa hamaattii akka isaan eegduuf malee, biyya lafaa keessaa akka isaan baaftuuf si hin kadhadhu. ยนโถ Akkuma ani kan biyya lafaa hin ta'in, isaanis kan biyya lafaa miti. ยนโท Dubbiin kee dhugaa dha, dhugichaan isaan qulqulleessi. ยนโธ Akka ati biyya lafaatti na ergite, anis akkasuma biyya lafaatti isaan ergeera. ยนโน Isaan immoo dhugaatti kan qulqullaa'an akka ta'aniif, ani isaaniif jedhee of nan qulleessa. ยฒโฐ "Isaan kana duwwaadhaaf miti, warra dubbii isaanii dhaga'anii anatti amananiifis immoo nan kadhadha malee. ยฒยน Isaanis tokko haa ta'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf kadhachuu koo ti. ยฒยฒ Akkuma nuyi tokko taane, isaanis tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera. ยฒยณ Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku! ยฒโด Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun iddoon ofii jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha. ยฒโต Yaa abbaa ko, qajeelaa! Biyyi lafaa kun si hin beeku, ani garuu si beeka, isaan kunis immoo ati akka na ergite beekaniiru. ยฒโถ Maqaan kee isaan biratti akka beekamu godheera, jaalalli ati ittiin na jaallatte isaan keessa akka jiraatuuf, anis isaan keessa akkan jiraadhuuf, ammas akka beekamu nan godha" jedhe. ๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐œ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Œ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐จ ๐๐ก๐š๐ ๐š'๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š. ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ๐Ÿšถโ€โ™€๏ธ๐Ÿšถ ๐Ÿš†๐ƒ๐š๐š๐ง๐๐ข๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐ƒ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐š. ๐Ÿ‘“๐Œ๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐…๐š๐ ๐จ๐จ๐๐ก๐š. ๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“– ๐Ÿ’ป #๐Ž๐ซ๐จ_๐๐ข๐›๐ฅ๐ž. Nu quunnamuuf @Ebbifi #๐‰๐Ž๐ˆ๐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti @kiristoosIfaKooti
Show all...