cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Al~Furqaan Daعwaa Group

Eegaa Obbaleeyyan Chanaallii Keenya Kun Ergaawwan Adda Addaa Akkasuma Hadiisaalee Garagaraa Fi Barruulee Ergaa Namaaf Dabarsan Hunda Gargaarsa Rabbiitiin Kan Isiniif Maxxansuudha Waan Ta'eef #join Godhaa. Hiriyoota Keessanis Afeeraa!!

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
601
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

As. Wr. Wb. Akkami ngy obbaleeyyan kiyya rabbiin isinirraa haa jaalatuu Mee yaada keysan asirratti nuuf ergaa baarakallaahu fiikum 👇👇👇👇👇👇 @Islaamummaaa @Islaamummaaa @Islaamummaaa @Islaamummaaa
Show all...
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh Kabajamtootaa fi hordaftoota channel @AlfurqaanDG Akkam Nagaa Kessanii Jirtuu Yaa Obbaleeyyan Kiyya Kanin Rabbiif Jecha Isin Jaaladhu Bakkuma Jirtan Hundatti Nagagaa Fi Rahmanni Rabbii Keenyaa Isin Waliin Haa Jiraatu Jechaa Isinirraa Turuu Keenyaafis Dhiifama Isin Gaafachaa Obbaleeyyan Sagantaan Teenya Haala Miidhagaa Fi Gaarii Taheen Jalqabuuf Waan Deemnuuf Akka Irratti Hirmaattaniif Maqaa Rabbii Guddaatiin Isin Afeerree Jirra Jazaakumullaahu Kheyran Obbolaawwan Keessanis Afeeradhaatii Akka Isaan Hirmaatan Taasisaa Yaanni Kheysanis Nu Jabeysa Waan Taheef Asiin Nuuf Barreeysaa Baarakallaahu Fiikum 👇👇👇👇👇👇 @Islaamummaaa
Show all...
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra. Maarree isinis join godhaa !! Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
✍Walaloo fi Asoosama💟
🔈Odeeyfannoof📣
S❤️umayyaa officials ❤️
❤️Sumayyaa officials ❤️
🌹MINHAJUL HAQI🌹
☪KENNAA DHALOOTA QUBEETIIF ❤️
❤🌹Nasihatu Azzawaaj 👨‍👩‍👧‍👦
☪G/Barattoota Muslimaa ❤️
👍HULUM be ANDI1⃣
♥️Adnaan Jemal officials ♥️
Nasihaa Dawa Group
♥️Gammee Habiibii ☑️
♻️Gaaddisa Islaamaa ♻️
🌹KENNAA KOO♻️
☪Abdul Jaliil Redwan✅
🌃Barnoota Diin Islaamaa 1⃣
☑️Hayatul Muslim ❤️
J/Barattoota Muslimaa Amunasri
❤️Walaloo jaalalaa❤️
❤️Jechoota babbareedoo 👍
✅Ergaa diin islaamaa ☑️
KENNAA DHALOOTA QUBEETIIF
🌹Xariiqatul Jennah✅
💟Gaaddisa Islaamaa ✅
Amantiin haqaa islaamumma
🌹All in One1⃣🌹
Islaamummaan dhiigaa oli
🌹KENNAA JIREENYAA🌹
Al Miftah Da'awa group
✅Said ibn musayyib✅
✅Obbolummaa ☑️
❤️Garee tokkummaa 👍
❤️Raayyaa abbaa Maccaa ❤️
☑️Dargaggoota Muslimaa ✅
♻️Nuuruul Iimaan💟
1⃣Hunda bakka tokkotti☑️
✍Galmee chaanaalii ykn group tiif🙏
Sagantaan Nuti Isinii Khanninu. 🌹Da'awaa gabaabaa 🌹Tafakkur 🌷SEENAA 🌷Gaafi fi Deebii 🌹Jechoota Hayyootaa 🌹Walaloo fi Nashiidaa 🌹Barnoota islaamaa, Aqiidaa fi Hadiisa, fiqhii fi kkf. Kanneen Hunda Argachuuf Chaanaalii Keenya @AlfurqaanDG Kan Jedhu Tuquun Nu Argachuu Ni Dandeessu
Show all...
Show all...
AL~FURQAN Dawa Group

Eegaa obbaleeyyan chanaallii keenya kun ergaawwan adda addaa akkasuma hadiisaalee garagaraa fi barruulee ergaa namaaf dabarsan hunda gargaarsa rabbiitiin kan isiniif maxxansuudha @join godhadhaa ittis wal afeeraa jzkn T.me//AlfurqaanDG

Sagantaan Nuti Isinii Khanninu. 🌹Da'awaa gabaabaa 🌹Tafakkur 🌷SEENAA 🌷Gaafi fi Deebii 🌹Jechoota Hayyootaa 🌹Walaloo fi Nashiidaa 🌹Barnoota islaamaa, Aqiidaa fi Hadiisa, fiqhii fi kkf. Kanneen Hunda Argachuuf Chaanaalii Keenya @AlfurqaanDG Kan Jedhu Tuquun Nu Argachuu Ni Dandeessu
Show all...
Sagantaan Nuti Isinii Khanninu. 🌹Da'awaa gabaabaa 🌹Tafakkur 🌷SEENAA 🌷Gaafi fi Deebii 🌹Jechoota Hayyootaa 🌹Walaloo fi Nashiidaa 🌹Barnoota islaamaa, Aqiidaa fi Hadiisa, fiqhii fi kkf. Kanneen Hunda Argachuuf Chaanaalii Keenya @AlfurqaanDG Kan Jedhu Tuquun Nu Argachuu Ni Dandeessu
Show all...
Eegaa Obbaleeyyan Chanaallii Keenya Kun Ergaawwan Adda Addaa Akkasuma Hadiisaalee Garagaraa Fi Barruulee Ergaa Namaaf Dabarsan Hunda Gargaarsa Rabbiitiin Kan Isiniif Maxxansuudha Waan Ta'eef #join Godhaa. Hiriyoota Keessanis Afeeraa!! Jazaakumaallaahu Kheyran
Show all...
Ministerii barnoota bara barnotaa dhufuu fi kan baranaa bakka tokkottii waliittii fidee waan dhogoo yaada jiruu beeksisee jiraa. Beeksisichaa guutu isaa dubbisuuf #JOIN gadii xuuqaa.
Show all...
JOIN
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.